cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

NAHLI MUSLIM JAMA'A🕌🕋🕌

ISLAMUMMA HA JABEFANNU Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa, jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan channel kana join godhaa. 👇 t.me/Naahila

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
201
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from N/a
RAAYYAA ABBA MACCAA MANZUUMA 37 FFAA #RAYYA @RAYYA #37#Manzuuma #Ramada... https://youtube.com/watch?v=UPD8-1QnDeo&si=AKOxOw96UV3VF5u7
Mostrar todo...

EEBBA HIFZII QURAANA #ethiopia #music #muslim #quran @WaveMusicInd... https://youtube.com/watch?v=_6k4t5Y7Kx4&si=zTUlLfbGDTH-XMbU
Mostrar todo...
EEBBA HIFZII QURAANA #ethiopia #music #muslim #quran @WaveMusicIndia #oromo

SAGANTA EEBBA HIFZII QURAANA #music @sagawa #oromo #muslim https://youtube.com/watch?v=RdAkA-8ptts&si=TLupDstH-NE_l4aP
Mostrar todo...
SAGANTA EEBBA HIFZII QURAANA #music @sagawa #oromo #muslim

EEBBA MARKAZA HALQATU DARUL QURANUL KARIM https://youtube.com/watch?v=XQhlGDTZHSM&si=X6texsgikhI-9-Ic
Mostrar todo...
EEBBA MARKAZA HALQATU DARUL QURANUL KARIM

Photo unavailableShow in Telegram
《 Galmee Seenaa Bilaal Irraa 》 Gaaf Tokko Nabii Muhammad {ﷺ} Bilaal ibnu rabah dugda duuba isaatiin dhufanii ija isaa qabanii sagalee jijjiiratanii "Ani Eenyu" jedhanii gaafatan Bilaalis ati umar jedheen Miti jedhaniin Abu Bakri jedheen Ammas na hin beekne jedhaniin Usmaanimi jedheen Ammas Rasuulli Rabbii {ﷺ} miti jedhaniin Bilaal Tole Alii dhaa ree jedhee nama isa ammatee ija qabe kanaan eenyummaa isaa gaafate Achumaan Rasuulli {ﷺ} ijasaa gad dhiisanii gara fuuldura isaa dhufanii yaa "Bilaal" dhugamatti amma Ana ta'uu na hin beeknee jedhanii gaafatan !! Bilaali immoo yaa Ergamaa Rabbi akka gaaritti isin ta'uu beeke garuu Akka yeroo dheeraaf na ammattan waan barbaadeef malee jedhee deebiseef Hagam takka jaalalti rasuulaa onnee sahaabotaa akka seente kanumarraa tilmaamuun hin ulfaatu T.me//naahil
Mostrar todo...
👍 1
@Allaah.... ﴿كُلَّ يَومٍ هُوَ في شَأنٍ﴾ ✍ Cinqamaa hedduu cinqaa baasa; 👉 Nama hedduu badii isaaf Araarama; 👉 Beelahaa hedduu nyaachisa; 👉 Nama hujii dhabe bakka itti godhà; 👉 Nama malli harkaa bade hedduudhaaf mala baasa; 👉 Dhibamaa hedduu fayyisa; 👉 Nama hedduu mokkorame mokkortee keessaa baasa; 👉 Nama hamileen dhahame hamilee itti hor... ‏سبحانه وتعالى. guyyaa hundaa hujii irra oola... @https://t.me/tafak_or
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
''Masjiida haaraa 8000 Raashiyaa keessatti ijaarreerra, kana boodas ijaaruu itti fufna'' Perezidaantii Raashiyaa #VladimirPutin
Mostrar todo...
As wr wb
Mostrar todo...
🔥 1
Yesuusi fi waaqayyo akkamitti tokko tahu????👇👇👇 “Ani dheekkamsa koo isa boba'aa gad hin dhiisu, deebi'ee Efreemin hin balleessu; ani Waaqayyoo dha malee, nama miti; ani isa qulqulluu si gidduu jiruu dha, ani ija aariitiin hin dhufu.” — Hos. 11:9 Waaqayyo namaa miti yesuus immo namaa .👇👇👇 “Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.” — Yoh. 8:40 Yesuus haadha qaba waaqayyo haadha qaba laata???? Yesuus du'ee waaqayyo hoo du'ee laata??? Yesuus beelaa'e waaqayyo hoo ni beelaa'a??? Yesuus waan haadha ofi xiqqessef cubbamaadha waaqayyo hoo haadha ofi xiqqesse??? Waaqayyo cubbamaadha??? Namni yesuusi fi waaqa wal qixxessu deemu dachi fi samii walitti haa hodhu😂 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
"dhibeen hunduu dawaa barbaada dawaan kufrii fi bida'aa jecha nabi muhamad s a w fi quraa'ana Rabbi qofa"""🥰🥰🥰🥰 صلو على الحبيب المصطفى صلى الله عليه وسلم 💔 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara صلى الله عليه وسلم 💔 صلى الله عليه وسلم 💔 صلى الله عليه وسلم 💔 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
Mostrar todo...