cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ALEM OFFICIAL

๐€๐’๐ˆ๐ ๐‰๐ˆ๐‘๐‘๐€๐Ÿ’Œ โ™ฆ ๐“๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ; ๐Ÿ๐š๐ซ๐Ÿ๐š๐ง๐š ๐ฐ๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐จ ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐ง ๐ง๐ข ๐š๐ซ๐ ๐š๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ŸŽธ๐ŸŽน๐ŸŽป โ™ฆ ๐๐ก๐ฎ๐ ๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐Ÿโค ๐™’๐™–๐™ก๐™–๐™ก๐™ค ๐™…๐™–๐™ก๐™–๐™ก๐™– ๐’…๐’‰๐’–๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’‚ ! ๐˜ฝ๐™–๐™ง๐™š๐™™๐™–๐™– ๐™ฃ๐™ž ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™ฉ๐™ช๐™ช , ๐˜๐š๐๐๐š๐š ๐ฌ๐š๐ฆ๐ฆ๐ฎ ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐ญ๐จ๐ฅ๐ข๐œ๐ก๐ฎ ๐ง๐ข ๐š๐ซ๐ ๐š๐ญ๐ฎ

Mostrar mรกs
Finlandia1 551El idioma no estรก especificadoMรบsica16 781
Publicaciones publicitarias
3 199
Suscriptores
-124 horas
-187 dรญas
-13130 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

๐ŸŽค๐™ถ๐š˜๐š๐š๐šŠ๐šŠ ๐š”๐š˜๐š˜๐š˜๐š˜๐š˜๐š˜ ๐š‘๐š’๐š— ๐š’๐š›๐šŠ๐š๐šŠ๐š๐š‘๐šž๐šž ๐š˜๐š•๐š–๐šŠ๐šŠ ๐š”๐šŽ๐šŽ ๐š๐šŠ๐š๐šŠ๐šœ๐š’๐š’, ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ๐š–๐š’ ๐š๐š˜๐š๐š‘๐šŽ๐šŽ ๐š’๐š‹๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐šœ๐šŠ๐š–๐šž ๐š”๐š˜ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šœ๐š’๐ŸŽป๐ŸŽน๐ŸŽธ ๐Ÿ—ฃ๐™’๐™–๐™–๐™ฃ ๐™๐™š๐™™๐™™๐™ช ๐™–๐™ง๐™œ๐™š๐™š ๐™œ๐™ค๐™˜๐™๐™š๐™š ๐™ ๐™š๐™š ๐™ž๐™จ๐™–๐™– ๐™ ๐™–๐™ฃ ๐™œ๐™–๐™ง๐™–๐™– ๐™ ๐™ค๐™ค ๐™ข๐™ช'๐™–๐™๐™–๐™ฉ๐™š..... AอŽmอŽeอŽeอŽnอŽ aอŽmอŽeอŽeอŽnอŽ aอŽmอŽeอŽeอŽnอŽ..๐Ÿ™ @Seenaa_Tube @Daandii_Guddinaa
Mostrar todo...
โค 1
Dungoo Koo ~ Dhugaa Dubbachuudhaf Ati Kaanin Addaa Akka Samiif Lafaa Akka Lafoof Fardaa ~ Daangaa Jaalala Kee Namuu Biran Ga'uu Akka Kee Eenyumtuu Dhala Namaan Ta'uu ~ Sin Ibsa Yoon Jedhuu Jechi Na Hanqataa Callisee Taa'udhaaf Raajii Natti Taataa ~ Dungoo Kooti Ati Ibsituu Dukkanaa Ofii Keetif Dhumtee Anaaf Ifa Kennaa ~ Daawwitii Kooti Atii Ofan Laala Siinii Ormi Irra Keessaa Akka Keen Ta'anii ~ Soora Kooti Ati Hundee Jireenya Koo Dawoo Kee Jalattii Takkaan Argu Rakkoo ~ Onnee Kooti Ati Calaltuu Kiyya Dhiigaa Waa'ee Olmaa Keetii Rabbiyyuu Naaf Ragaa ~ Amman Jechuu Qabu Kumaatama Keessaa Jechi Si Madaaluu Hin Argamu Tasaa ~ Dungoo Kooti Ati Ibsituu Dukkanaa Ofii Keetiif Dhumtee Anaaf Ifa Kennaa ~ ๐๐š๐ ๐š๐š ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š ๐ก๐š๐๐ก๐จ๐ฅ๐ข๐ข ๐ ๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข ๐ก๐š๐๐ก๐จ๐ฅ๐ข ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ข๐ข ๐ค๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ฎ ๐Ÿ’—. ๐‡๐š๐ซ๐ฆ๐ž๐ž ๐จ๐Ÿ๐ข ๐ข๐›๐ฌ๐ข๐ญ๐ฎ ๐๐ฎ๐ค๐ค๐š๐ง๐ญ! ๐”๐ฆ๐ซ๐ข๐ข๐ง ๐ง๐ฎ๐Ÿ ๐ก๐š ๐๐ก๐ž๐ซ๐š๐ญ๐ข๐ง ๐ก๐ฎ๐ง๐๐š๐š ๐ค๐ž๐ง๐ฒ๐š๐Ÿ๐ฎ ๐Ÿ™
Mostrar todo...
โค 2๐Ÿ‘ 1
Jaalalaa...         Maal jedhe akkan jalqabu hn beekuu garuu jaalali maal akka taeen sii irra baree๐Ÿ˜Š ni beekta c dura akkan nama baayeeti siqee jaalala egaluf yaale.. fedhiikoo ati anaf barsisa jaalalakoti akkan baayee heddumesee sii jaaladhus ni beekta dhiraa kaminu sii madalchise hin beekuu siin maadalchisus fedhikoo ergaan sii barree namaa kaminu barruf fedha qabadhe hin beekuu takkaa obbolesa naf tata takka obboleti takka abbaa takka immoo hiriyaa takkamoo jaalale mal jedhe sii ibsuu sif jechan ittin waaee jaalalke ibsu hin qabnu waqni sin naf kene ha eebbifamuu ... Fedhikoo cn jaaladha yomiyu ati mootii onnekoti bareddaakoo...naf jiradhu waliin umuri dheera nuf ha kenu hamaa nurra ha qabu naf amanami akkan sif amanamee si amanuti....    Nafi ke irraa AU     Fedhiikoof finfinee Ergaa kaa'uf ๐Ÿ‘‰ @Walaloo_bot @Dambalii_Jaalalaa
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 1๐Ÿ”ฅ 1
โ–  Namni wangeelaaf hojjechaa ture tokko akkas jedha:  "Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture." jedha. โ–  Dubbiin namicha kanaa 100% dhugaa dha.   โ€ข Maalifan milkaa'uu dhabee?   โ€ข Maalif milkaa'inni ana irraa fagaatee?   โ€ข Maalif kufaatiin natti baay'atee? Jettee Komii ofii kee irratti nama irrattii fi waaqayyo irratti hin kaasin!   โ€ข Yoo ofii kee rakkattee,  dadhabdee milkaa'uu baatte,  rakkina kee kanatti ilmi kee,  dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a. Fakkeenya tokkon siif fudhadha. โ–  Seenaa Dr. Maartiin Luuter King Juuniyeer waan beektu natti fakkaata. Inni bara isaa waggaa 38 jiraate keessatti mirga walqixxummaa gurraachotaaf falmu hoogganaa ture. Sababa kanaaf yeroo baay'ee mana hidhaatti darbatamaa akka ture rakkinni gurguddaan isa irra gahaa akka ture beekamaa dha. Haa ta'u malee mirgi gurraachotaa kabajamee, warri adii fi gurraachonni mirga walqixaa qabaatanii akka jiraatan osoo hin argin lubbuun isaa addunyaa kana irraa namoota badiin dabarte. Garuu inni ofii isaa rakkachaa turee milkaa'ina rakkoo isaa osoo hin argin du'u iyyuu, har'a ilmaan isaa bu'aa rakkina isaatii dhamdhamaa jiru. โ–  Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin! Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta. Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu. โ–  Hammuma kufaatiin sitti baay'atu milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki! โ–  Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha. โ–  Imala gara milkaa'inaatti deemuu kee,  karaa milkaa'inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha. โ–  Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta'e,  jabaadhu ati karaa milkaa'naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta'e ati milkaa'ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha. โ–  Namni osoo hin kufin milkaa'e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa'e dha. โ–  Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa,  waan darbe irraa barachaa,  karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa,  karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara. โ–  Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.   โ€ข Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali! @Getu_Official @Getu_Official
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 1โค 1
๐€๐“๐ˆ ๐„๐„๐๐˜๐”....? Isa faarsuu isa sirbuu. Isa jaallatu,Isa jibbuu? isa hatuu,Isa laatu Isa waliin dha'aa jiraatu. Isa Gorsuu,isa salphisuu? Isa olkaasuu,gad buusuu? isa Jajuu isa tuffatu Waama dhufe isa fakkaatu? Ati Eenyu Naaf hin galu Yeroon si hubachuuf yaalu Kottu gar tokkotti citi Fakkachuun ta'uu miti? @Seenaa_Tube @Alem_Official1
Mostrar todo...
โค 5๐Ÿ‘ 1๐Ÿ”ฅ 1
Uffee faarfannaa Kun akkam namatti tolaaโ€ผ๏ธ Natinael Tamane @Getu_Official @Kakuu_Studio
Mostrar todo...
โค 2
Anii Anumaa Malee Si Miti Of Ta'ii Jiraadhu Akkaa Nama Tokkootiย  As Fakkaate Achiis Hin Fakkaatinย  Kan Armaan Gaddiiย  Kanaa Hin Dagaatin. ============================================ โ–ถYeroo Namaniย  Namaย  Biraa Sittiย  Hamatu Gurra Hin Kenniiniif Didi! Maalif seete?ย  Innis Boruu Namaย  Kan Biratti Sii Hamata. โ–ถIcciitii Keesย  Itti Hin Himatin! Maalif Seete ? Hamachuun Amalasaa Waan ta'eef, Iccitii Hin Qabatuu. โ–ถNama Tokkotti Mi'aawuuf Ykn Qulqulluu Fakkaachuuf Hiriya Keeย  Qulqulluu Hin Xureessin! Maalif Seete ? Dhugaan Sii Gaafata. โ–ถYeroo Hundaa Waanta Haqa Qabessaa Dubbadhu! Maalif Seete? Sobni Yeroo Sanaa Qofaa Sii Fayyada Malee Borii Hin Qabu. โ–ถYoo Sobamtes Hin Aariin! Maalif Seete? Guyyaan Dhugaan Itti Ifaa Ba'u Ni Dhufa Yeroo Sana Dhugaan Inni Attii Dubbattu Ragaa Sif Ba'a. โ–ถJette Jettees Hin Amaniin, Amantus Dabarsitee Hinย  Himiin! Maalif Seete? Tarii Sobaa Ta'ee Sii Qaanessa. โ–ถYeroo Namani Sii Arrabsu Dabaltee Hin Arrabsiin! Maalif Seete? Yeroo Jalaa Callistu Innuu Gabbee Dhiisa. โ–ถDaftee Murtoo Hin Fudhaatiin! Maalif Seete? Yoo Murtoo Sana Hin Dandeenye Ni Gaabbiita. โ–ถWaantaa Humni Kee Hin Dandeenye Waadaa Hin Seeniin!ย  Maaluf Seete? Rawwachuu Yoo Dadhabdee Ni Qaanofta. โ–ถHiriyya Kee Sii Jaallatu Hin Goyyomsiin! Maalif Seete? Waan Sii Jaallatuuf Jechaa Kee Fudhateti. โ–ถBayyee Jaalladhuu Garuu Hin Amanin! Maalif Seete? Amala Sitti Jijjiirrata Ta'a, Yeroo Kana Ni Haalamta. โ–ถHiriyyaa Isaa Icciti Itti Himattuun Yoo Wal loltee, Wal lolle Jettee Iccitti Issaย  Hin Baasin! Maalif Seete? Boodaa Araaramuun Kee Hin Oolu Boodaa Ofitti Qaanofta. โ–ถWaa'ee Namas Hin Haas'iin Maalif Seete? Irra Nama Malee Keessa Ykn Garaa Nama Waan Hin Beeknef. JECHII KUNII OSOO HIRIYYOTAA KEEF SHEREE GOTEE ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  GARIDHA. โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”โœ”FollowMe
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 3๐Ÿ”ฅ 1
Waan tokko yeroo hojiirra oolchinu, oduu cimaa yoo ta'e ykn fuula duraa gaazexaa irratti yoo nu boonsise, haa hojjennu, garuu yoo xiqqaate waan qaanii nutti dhaga'amu hin hojjetinaa. Ergaa gabaabaa Sisay Mercy แŠ แŠ•แ‹ต แŠแŒˆแˆญแŠ• แˆตแŠ•แ‰ฐแŒˆแ‰ฅแˆญ แ‹จแˆšแ‹ฒแ‹ซ แˆฐแ‰ แˆญ แ‹œแŠ“ แ‹ˆแ‹ญแˆ แ‹จแŒ‹แ‹œแŒฃ แ‹จแŠแ‰ต แŒˆแ… แˆ‹แ‹ญ แ‰ขแ‹ˆแŒฃ แ‹จแˆšแ‹ซแŠฎแˆซแŠ• แŠจแˆ†แŠ แŠฅแŠ“แ‹ตแˆญแŒˆแ‹ แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต แŒแŠ• แ‹จแˆšแ‹ซแˆณแแˆจแŠ•แŠ• แ‰ฐแŒแ‰ฃแˆญ แŠ แŠ“แ‹ตแˆญแŒ " แŠ แŒญแˆญ แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ต แ‰ แˆฒแˆณแ‹ญ แˆแˆ…แˆจแ‰ต @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
Mostrar todo...
โค 4
โœ” #Seenaa_gara_nama_nyaattu๐Ÿ’” โœ”๏ธBiyyaa tokko keessaa jalalewwan bayy'ee wal jalatan tokkootu ture jedhama  โœ”Achumaan gaftokko namni ta'e hotelaa biblile โ˜Ž jalaleen kee dhiiraa tokko waajjin bashanana jirtii amma iyyuu manaa siree senani jiruu  jedhee bilbilee itti himee ๐Ÿ’Ÿ Achuman mucichis bayy'ee aree akkamitin jalaaleen koo dhiiraa bira na irraati jalaati jedhe figichan ๐Ÿƒbakka jiru gara hotelicha deemme โœ”๐Ÿ’ŸYeroo hotelicha  gahee kutaa cisicha. isaan jiran sana dhageefatu sagalee kolfatu dhagahama ture  ๐Ÿ’Ÿโœ”Achumaan amma isaan gadii bahaniti utuu dhabbate eggaa jiru  giddudhaan intaali bareeddun  tokko dhuftee obbolesaa maal tate? akkas  gadditee dhabbataa? jeteni gafaatee ๐Ÿ’Ÿโœ”Achumaan innis waan jaalaleen isaa goote hunduma itti himatee โœ…๐Ÿ’ŸIntaalitinis gadditef duraa iyyuu kan akkana kana maaliif  jalatta ? Kotuu baqa kana #booddaa anatu jalaalee dhugaa sif ta'a jeteni achii futee gara hotelaa bira gesite waliin bashanani isheenis guyyaa sana jalqaabdee jalaalee dhugaa tateef ๐Ÿ’Ÿโœ…Achumaan ji'a 1 booddee jalaalen isaa duraan sun dutee ๐Ÿ™†๐Ÿ™† mucichis dhagahe #cubbuu kootu ishee #ajjeese jedhe utuu awwala ishee hin dhaqin haffee  turee ๐Ÿ’Ÿโœ…Achumaan haatii jaalaleen isaa dutee  bakka inni jiruti barbadee jalaalen kee Xalayaa sif ๐Ÿ“ฉ  bareessite kana dubbifadhu mee jetee mucichati  kennitte ๐Ÿ’Ÿโœ…Xalayichis akkana jedhaa โ†ชโœ…๐Ÿ’ŸJalaalee koo anii akkaa lubbuu kootin bayy'een si jalaadhaan ture โœ”๏ธGaafas Hotelaati kan bilbile ๐Ÿ“žsi wammee #anadha intaaliti si wajjin deemte sun immoo hiriyaa koo kanan bayy'ee jalaadhudha turtee โœ๏ธAnii moo dhiirraa biraa waajjiin hin turee kophadhuma koo ta'ee kolfaan turee ๐Ÿ’Ÿโœ…anatu ishee gorse akka isheen sirriti si jalaatuu tasise โ†ชโœ…Sabaabnii Isaa moo  jalaadhee utuu hin tanee manaa yaala demmen Dr dhukkubaa kanseerii qabda du'udhaf ๐Ÿ™†๐Ÿ™†guyyaa 30 qofa qabaa nan jedhee  Kanaaf anis furmataa biraa dhabbee akkana  godhee jeteni jedhama     โœ๏ธGuyyaa sanaa jalqaabee  mucichi immoo galgala fi ganama jireenyii isaa bo'icha fi gaddaan guutatmee   jedhama โœ…๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’ฏJalalaa dhugaa jechun afaan mi'aan waliiti hasa.uu qofaa utuu  hin tanee jalaalaa dhugaa onnee ๐Ÿ’”irraa madditeen ammaa dhumaatii waliif yaadduu jechuudha๐Ÿ’” โœ”๏ธWaan dubbiftaniif ulftadhaa jechaa yoo isiniti tolee moo hiriyootaa keessaanif share gochuu hin dagaatiin irraa baratama โœ”๏ธ       Join @@qoosaajaalalaa
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 2๐Ÿ”ฅ 1
Repost fromย SEENAA TUBE
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraaf baga guyyaa yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoosiin Nagaan geessan. ๐€๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐š๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐š๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐Ÿ™โค๏ธ @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
Mostrar todo...
โค 3๐Ÿ‘ 1