Creative Dev
Ir al canal en Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Mostrar más2 415
Suscriptores
-424 horas
-247 días
-9430 días
Archivo de publicaciones
2 413
Namni gariin gaafa waa'ee ofii afaan wallaale, ajandaa uummachuuf jecha waa'ee namaa haasawa. "Sareen kan ofii hin argituu, re'eedhaan eegee tee gad qabadhu jetti" ja'an.
Yeroo tokko tokko sareen daabboo seetee ji'atti duttus, homaa fiduu hin dandeeysu. Nama rabbiin olkaases abbaan fedheehu maqaa isaa xiqqeeysuu hin dandahu.
Fidaaka Abii Wa Ummii Yaa Rasuul Allaah❤❤
Fidaaka Ruuhii Wa Nafsii Yaa Rasuul Allaah❤❤
✍️ Peace Man
2 413
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝐂𝐇𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀𝐋𝐈𝐈 𝐆𝐔𝐑𝐆𝐔𝐑𝐓𝐀𝐀
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐁𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐝𝐚𝐚𝐥𝐚𝐰𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐭𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮
1.4𝐊
1.9𝐊
2.3𝐊
2.4𝐊
2.5𝐊
2.8𝐊
11.9𝐊
𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑩𝒊𝒕𝒖𝒖 𝑩𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒂𝒏 𝑻𝒐𝒐𝒓𝒂 𝒂𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒅𝒊𝒊 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒖𝒖 𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖
┏━━━━━━━━━━┓
𝐂𝐎𝐍𝐓𝐀𝐂𝐓 𝐈𝐍𝐅𝐎
┗━━━━━━━━━━┛
𝑷𝒉𝒐𝒏𝒆 𝑵𝒖𝒎𝒃𝒆𝒓 - 0901347788
𝑼𝒔𝒆𝒓𝒏𝒂𝒎𝒆 𝑻 - @Rafiqul_Islaam
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 - @GurgurtaaChaanaalii
𝑬𝒎𝒂𝒊𝒍 - Furkanawel440@gmail.com
2 413
Akka hunda numa argaa
Namni duniyaa irra jiru
Isa dhugaan namaaf yaaduuf
Isa fakkeeyfachaa jiruus
Isa dhugaan si jaalatee
Onneesaa guutuu siif banuuf
Isa sobaan siin dhaadatee
Booda ammootuu si ganuus
Isa haqaaf siif maraatee
Qalbiin isaa sitti rarraatuuf
Isa maqaaf siif of laatee
Hojiin isaa faallaa taatuus
Isa dhugaadhaan siif yaadee
Si bira dhaabbatuuf deemuuf
Kan dantaa isaatiif bareedee
Haajaa baanaan si gatee deemuus
Tattaa'aa yaa ilmaan Aadam
Mee akki kun waa nun baasuu
Ofittummaa tana booddi isii
Gaaffii jalaa najaa nun baasuu!!
✍️ Peace Man
2 413
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
5K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
2 413
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.
𝐌𝐚𝐬𝐣𝐢𝐢𝐝𝐚 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝑺𝒂𝒍𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒖 𝒂𝒍𝒂𝒚𝒉𝒊 𝒘𝒐𝒔𝒔𝒂𝒍𝒍𝒂𝒎) 𝐌𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐚𝐧 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢??
2 413
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.
𝐌𝐚𝐬𝐣𝐢𝐢𝐝𝐚 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝑺𝒂𝒍𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒖 𝒂𝒍𝒂𝒚𝒉𝒊 𝒘𝒐𝒔𝒔𝒂𝒍𝒍𝒂𝒎) 𝐌𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐚𝐧 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢??
2 413
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati
1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5034841284
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.
Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!
1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5034841284
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
