Creative Dev
Ir al canal en Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Mostrar más2 419
Suscriptores
-124 horas
-217 días
-9230 días
Archivo de publicaciones
2 416
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.
𝐌𝐚𝐬𝐣𝐢𝐢𝐝𝐚 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝑺𝒂𝒍𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒖 𝒂𝒍𝒂𝒚𝒉𝒊 𝒘𝒐𝒔𝒔𝒂𝒍𝒍𝒂𝒎) 𝐌𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐚𝐧 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢??
2 416
Repost from Shaafii Muhammad Channel
*|[ Of ajaa'ibuurraa akka Malee Eeggadhu ]|*
*|[ Rabbi Sodaadhu. teeysuma keessatti Dudduuba jaaladhu. Nam-tokkollee hin rakkisin. Dhugumatti silaa beekumsi kee of ajaa'ibuu keetii wajjiin Waan jidduu samii fii dachii guutee; Rabbiin beekumsa kanaan Salphinaa fii gad aantummaa Malee siif hin dabalu ]|*.
Ka'ab Ibn Maaliktu [Radiyallaahu anhu] Nama tokko kan Hadiisa barbaada Oliif gad deemuun bakka hadiisni jiru hordofuun akkana jedhe.
『 الحذر من العُجْب 』
اتَّقِ اللَّهَ وَارْضَ بِالدُّونِ مِنَ الْمَجَالِسِ وَلَا تُؤْذِ أَحَدًا؛ فَإِنَّهُ لَوْ مَلَأَ عِلْمُكَ مَا بَيْنَ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ مَعَ الْعُجْبِ مَا زَادَكَ اللَّهُ بِهِ إِلَّا سِفَالًا وَنَقْصًا.
جامع بيان العلم وفضله، لابن عبدالبر (١ /٥٦٧)
📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 12 ]
#NourTweet
2 416
Guyyaa har'aa kun guyyaa addaati.
~~~~
Jalqaba irratti nuti akka Jama'aa Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Odaa Bultumitti guyyaan hawwii guddaan eegaa turre, guyyaan sagantaa da'awaa simannaa Ramadaanaatiif qophooftee fi mata dureen isaa "Calaqqee Ramadaanaa" jedhu kan Ustaazota qaqqaalii kanneen akka Ustaaz Hakim Hassan fi Ustaaz Abdulmannaan Mahmud dabalatee namoonni biroos irratti argaman guyyaa har'aati. Alhamdulillaah, kunoo eega ganama kana sa'aatii lama irraa eegallee amma xumurree galle. Maashaa Allaah, sagantichi sagantaa addati ture, Ustaazonni keenyas affeerraa keenya owwaattanii yeroodhaan argamtanii dhaamsa mimmi'aawaa sana nuuf dabarsuu keeysaniif hedduu galatoomaa, galanni keeysan jannata haa tahu isiniin jenna. Akkasuma Amiirran Jama'aa Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Odaa Bultumiin hangafee koreewwanii fi miseensonni Jama'aa keenyaa kanneen akka sagantaan kun milkaa'uuf qooda keeysan bahattan hundi keeysanuu galata keeysan addunyaa irratti jiruu gaarii, aakhiraatti jannatul firdoowsii isiniif haa taasisu.
Lammaffaa irratti kitaabni obboleeysa keenya Nasru Kush kan mata dureen isaa "Hiigaa" jedhu guyyaa har'aa magaalaa Dirre Dawaatti eeybifamaa jira. Sagantaa kana irrattiis hayyoota gurguddaa, aanga'oota mootummaa fi abbootii qabeenyaa dabalatee namoonni hedduun kan argaman yommuu tahu, abbaan qabeenyaa Jaalataa Juneeydii kitaaba tokko Qarshii Miliyoona tokkoon (1,000,000) bituun obboleeysa keenya cinaa dhaabbatee jira.
Sadaffaan Kitaabni mata dureen isaa "Moo'amee hin galu" jedhu kan obboleeysa keenya Barsiisaa Diittaa Husseen Abdurahiimiin barreeffame guyyaa har'aa magaalaa Adaamaatti eeybifamaa jira.
Afraffaan Sagantaan muhaadaraa qubsuma majlisa ilmii Sheekha keenya Sheekh Shaafii Muhammad guyyaa har'aa magaalaa Dirre Dawaatti haala hoo'aa taheen geggeeyfamaa jirti.
Shanaffaan kitaabni seenaa Sheekh Bakrii Saphaloo kan mata dureen isaa "Jangal" jedhu guyyaa har'aa biyya United Arab Emirate tti eebbifamaa jira!!
Gabaabumatti guyyaan har'aa kun seenaa keeysatti guyyaa addaati.
February 25, 2024
✍️ Peace Mohammed
2 416
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
🚁 𝐄𝐥𝐞𝐤𝐨𝐨𝐩𝐭𝐚𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢!! 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐞 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐚𝐚!!
▬▬.◙.▬▬
▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
◙ ◙
𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒅𝒅 "𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒍𝒔" 𝑲𝒂𝒏 𝑱𝒆𝒅𝒉𝒖 𝑻𝒖𝒒𝒊𝒊 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒊𝒊. 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝑯𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝑺𝒊 𝑮𝒂𝒎𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒖𝒕𝒖 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝑱𝒊𝒓𝒂𝒂
Channel // Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
2 416
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
Channel 10K+ Subscribers
2 416
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
2 416
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐁𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚👇👇
https://t.me/+XE7yoUi-YmMyMTJk
Channel 10K+ Subscribers
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam

Version - v18.5.3#updated
Features & Mod info :
All in one best office suite app
Premium tools and templates
Crop and merge pdfs and docs
Edit pdf, sign, fill forms easily
Login via email account required
✔️ Premium subscription Unlocked
2 416
https://ararsopost.blogspot.com/2024/02/dirqama-namummaa.html
Akka namummaatti dirqama namummaa kan nurra jiru haa bahannu
2 416
Waa'ee keetiin yaada
Yoomiyyuu eeysattuu
Qalbii tiyya keeysaa
Gonkumaa nan baatuu
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
............... tiif ❤
2 416
Repost from የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር minister of labor and skills
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️ እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐁𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚👇👇
https://t.me/+XE7yoUi-YmMyMTJk
Channel 10K+ Subscribers
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 