es
Feedback
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

Ir al canal en Telegram

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.

Mostrar más
3 519
Suscriptores
+424 horas
+157 días
+4430 días
Archivo de publicaciones
Daddaftii Ta'uu Dhuga Ba'iinsa Wangeelaa/Urgency of Evangelism Duulli Dhuga Ba'umsa Wangeelaa inni yeroo gannaa adeemsifamu itti fufee jira. Agayya 8 - Qaammee 6, bara 2015tti geggeeffamaa jira. Mata Dure "Dhuga Akka Baanuuf Ajajajamneera" (Ho.Er. 10:42) jedhu irratti hundaa'uudhaan torban lammaffaa qabatee jira. Macaafni Qulqulluun "Waaqayyo namni hundinuu akka fayyu gara dhugaa beekuuttis akka dhufu... barbaada jedha (1Xim. 2: 2-4). Waaqayyo fayyuu nama hundaa barbaadaa jechuu dha. Haa ta'u malee garuu faallaa kanaan du'i nama hundumaa hariitiidhaan sassaabachuutti akka jiru odeeffanoon garaa garaa mul'isaa jiru. Sababa kanaaf immoo Wangeela Dhugaa Ba'uun xiyyeeffannoo cimaa barbaada. Bara ammaa keessa keessumattuu Afrikaa keessaa namootni hedduminaan du'aa akka jiran qorawwan mul'isaa jiru. Akka odeeffannoon Baankii Addunyaa mul'isetti bara 2023 kana keessa Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu keessatti duutni daran dabalee jira. Kan biraan immoo dhiyeenya kan Itiyoophiaa keessaa bakka Awwaalchaa Afuri (4) irratti qorannoo geggeffameen guyyoota walitti aanoo sadi'i keessatti namoota 163 awwaalamaniiru. Warra kana keessaa Wangeelli dhugaa ba'ameefii Kiristoositti Amananii kan boqotan namoota 6 qofaa dha. Kun immoo kan agarsiisu namootni utuu hin amanin boollatti naqamaa jiraachuu isaanii ti. Sababa kanaaf namootni Kiristoosiin malee awwaalamuu isaanii dura Wangeela dhugaa ba'uufiin hariitiidhaan nu irraa eegama. Kanaaf dhuga ba'umsi Wangeelaa yeroo gannaa itti fufee jira. "wangeela yoon lallabuu dhaabaadhe garuu, anaaf wayyoo!" (1Qor. 9:16) W/K/W/W/M/Y/I- Deppaartmentii Ergaa Wangeelaa fi Ti'oloojiitti Kutaa Bal'isuu Wangeelaa.

#Beeksisa_Jijjiirraa_Bakkaa(Iddoo) Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaatti, YDCS (Yemisrach Dimts Communication Service), Giddugala Raabsaa Newaye Qulqulluu, Piyaassaa waajjira poostaa durii fuuldura, gamoo xiqqaa Aradaa, darbii 1ffaa irratti tajaajila keennaa kan ture, Hagayya 16, 2015 irraa eegalee, gara Giddugala Gabaa Piyaassaa Kiliniika Yadii Dental Darbii 6ffaa irratti jijjiramuu isaa Maamiltoota keenya Kabajaan beeksisuu barbaanna. Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa harkaa 0911144165 irratti nu bilbiluu ni dandeessu. Galatoomaa!

#የአድራሻ_ለውጥ_ማስታወቂያ አንጋፋዊ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የምስራች ድምጽ የመገናኛ ዘዴዎች አገልግሎት ፒያሳ የነዋየ ቅዱሳት ማከፋፈያ ቀድሞ አገልግሎት ይሰጥበት ከነበ
+2
#የአድራሻ_ለውጥ_ማስታወቂያ አንጋፋዊ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የምስራች ድምጽ የመገናኛ ዘዴዎች አገልግሎት ፒያሳ የነዋየ ቅዱሳት ማከፋፈያ ቀድሞ አገልግሎት ይሰጥበት ከነበረው አሮጌ ፖስታ ቤት ፊት ለፊት ትንሿ አራዳ ህንጻ 1ኛ ፎቅ ከነሐሴ 16 ቀን 2015 ዓ.ም ጀምሮ ወደ ፒያሳ የገበያ ማዕከል 6ኛ ፎቅ ያዲ የጥርስ ህክምና ላይ መዘዋወሩን ለክቡራን ደንበኞቻችን እናሳውቃለን፡፡ ለበለጠ መረጃ በሞባይል ስልክ ቁጥር 0911144165 መደወል ይችላሉ፡፡ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የምስራች ድምጽ የመገናኛ ዘዴዎች አገልግሎት

የሰሜን አሜሪካ ሉተራዊት ቤተክርስቲያን የሚስዮን ጉባዬ ተካሄደ * * * * የሰሜን አሜሪካ ሉተራዊት ቤተክርስቲያን የሚስዮን ጉባዬ ከነሐሴ 01-05/2015 ዓ.ም በአሜሪካ ኦክላሆማ ከተማ ተካሂዷል፡፡ በሚስዮን ጉባዬው የተለያዩ ዓለም-አቀፍ እና አህጉር አቀፍ ይዘት ያላቸው ፕሮግራሞች ተካሂደዋል፡፡ ከተለያየ ሀገራት የሉተራን ቤተክርስቲያናት የመጡ መሪዎች የተሳተፉበት ዓለም-ዓቀፍ ፎረም፤ የፌይዝ ፎርሜሽን ፌስቲቫል እና የሚሽን ስብሳባ በሳምንቱ ከተደረጉት ዋና ዋና ፕሮግራሞች የሚጠቀሱት ናችው። በጉባዬውም ጽሁፎች የቀረቡ ሲሆን በተለያዬ አህጉር አቀፍ እና ዓለም-ዓቀፍ ጉዳዮች ላይ ውይይቶች እና ምክክሮች ተደርገዋል። የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስን በመወከል የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕረዚደንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ፤ የመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም ፕረዚደንት ቄስ ዶ/ር ብሩክ አየለ እና የቤተ ክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወጣት ወንድማገኝ ኡዴሳ በተጋባዥ እንግድነት ተገኝተዋል፡፡ በሚሽን ስብሰባው ላይም የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕረዝደንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ የቤተክርስቲያኒቱን ሰላምታ እና የእግዚአብሔር ቃል ያቀረቡ ሲሆን፤ የቤተ ክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬከተር በበኩላቸው በመምሪያው በአዲስ መልክ ተቀርጾ እየተሰራበት ያለውን ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ አቅርበዋል፡፡ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ እና የሰሜን አሜሪካ ሉተራዊት ቤተክርስቲያን እ/ኤ/አ ከ2010 ጀምሮ በትብብር የወንጌልን ሥራ አብረው እየሰሩ ይገኛሉ፡፡ - - - - - WALGAHIIN MIISIYOONII WALDAA KIRISTAANAA WARRA LUUTARAANII AMEERIKAA KAABAA GAGGEEFFAME * * * * Walgahiin Miisiyoonii Waldaa Kiristaanaa Warra Luutaraanii Ameerikaa Kaabaa Hagayya 07-11, 2023 ALA Biyya Ameerikaa (USA) Magaalaa Oklaahoomaatti gaggeeffameera. Walgahii Miisiyoonii kanarratti sagantaaleen qabiyyee akka ardii fi addunyaawaatti ka’an garagaraa gaggeeffamaniiru. Gaggeessitoota Waldaa Kiristaanaa Warra Luutaraanii biyyoota addunyaa garagaraa kan hirmaachisii Foramiin Addunyaa, Sagantaan Feestivaalaa Guddina Amantii (Faith Formation Festival) fi Walgahiin Miisiyoonii hundagaleessi gaggeeffameera. Sagantoota kanneen irratti mariileen ajandaalee garagaraa irratti kan gaggeeffame yoo ta’u, barreeffamootni garagaraas dhiyaataniiru. Sagantaa kanarratti Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa bakka bu’uudhaan: Pirezidaantiin Waldattii Lubni Dr. Yoonaas Yiggazuu, Pirezidaantiin Seeminaarii Makaana Yesuus Lubni Dr. Biruuk Ayyalaa fi Daarektarri Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo Waldattii Dargaggoon Wondimmaagany Uddeessaa affeeramanii argamaniiru. Sagantaa miisiyoonii kanarrattis Pirezidaantiin Waldattii Lubni Dr. Yoonaas Yiggazuu nagaa waldattii fi Ergaa Sagalee Waaqayyoo kan dhi’eessan yoo ta’u, Daarektarri Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo Waldattii immoo Paakeejii Hundagaleessa Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo akka haaraatti qophaa’ee irratti hojjatamaa jiru dhi’eessaniiru. Waldaan Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa fi Waldaa Kiristaanaa Warra Luutaraanii Ameerikaa Kaabaa bara 2010 ALA irraa kaasee hojii Wangeelaa waliin ta’uudhaan hojjachuu irratti argamu. - - - - - The North American Lutheran Church held its Mission Convention * * * * The North America Lutheran Church (NALC) Mission Conference was held in Oklahoma City, USA, from August 7-11, 2023. Various international and continental programs were held at the mission convention. A global forum that involved leaders of Lutheran churches from different countries and continents, the faith formation festival, and the mission convocation were some of the main events held during the week. In the convention various papers were presented, and current continental and international issues were discussed and consulted. The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus president Rev. Dr. Yonas Yigezu, the President of Mekane Yesus Seminary Rev. Dr. Bruk Ayele, and the Director of the church's Children and Youth Ministry Department, Mr. Wondmagegn Udessa has also attended the mission convention as invited guests. On the mission convention, EECMY president Rev. Dr. Yonas Yigezu has spoked and passed greetings. In the same way the Children and Youth Department director presented the newly designed and implemented children and youth package by the department. EECMY and NALC have been working in partnership on mission, since 2010.

"Oogummaa ittiin Bu'a Qabeessa Ta'an" kan jedhu irratti Leenjiin guyyaa lamaa Giddu Gala Leenjii Walii Galaa Guddinaa Tumsaatti Geggeeffameera * * * * Waldaa Kiristiyaana Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itiyoophiyaa fi Waldaa Kiristiyaa Qaala Hiiwat Itiyoophiyaa irra kan  filataman geggeessitoota fi tajaajiltoota murtaa'oof leenjiin kan kennameef yammu ta'u; akeekni leenjichaa yeroo rakkinaa keessatti attamitti dhabbatanii akka dandamataniif hubannoo kennuuf kan gargaaruu dha. Leenjitootni bakka irraa dhufanitti yammuu deebi'an ergaa leenjichaa amantoota isaanii biraan akka ga'anii fi akka ittiin isaan jabeessan Liiving On ze eejji tti daarakteerri  damee Afirikaa Patirik Kuchiiyo beeksisaniiru.

የመትረፍ ጥበብ በሚል ርዕስ የሁለት ቀን ስልጠና በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል ተሰጠ * * * * ከኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያስ መካነ ኢየሱስ እና ከኢትዮጲያ ቃለ ህይወት ቤተ ክርስቲያን ለተወጣጡ መሪዎችና አገልጋዮች ስልጠናው የተሰጠ ሲሆን አላማውም አስቸጋሪ ወቅቶቸን የመቋቋም ችሎታን ማጎልበቻ ስልጠና እንደነበር ለመረዳት ተችሏል። ሰልጣኞች ወደ የጡበት አከባቢ ሲመለሱ የስልጠናውን መልዕክት ለምዕመኖቻቸው የማስታጠቅን ስራ እንዲሰሩ እንደሚጠበቅ የሊቪንግ ኦን ዘ ኤጅ የአፍሪካ ዳይሬክተር ፓትሪክ ኩቺዮ ገልጸዋል። - - - - Two days of training was given under the title of “The art of survival” at GTWTC * * * * The training was given for leaders and ministers from the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus and the Ethiopian Kale Hiwot Church. It was understood that the purpose of the training was resilience building in difficult times. Pastor Patrick Kuchio, Africa director of Living on the Edge ministry, stated that when trainees return to their area, they are expected to equip believers in the message of the training.

የመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም የማኔጅመንት እና ሊደርሽፕ ኮሌጅ በአዲስ አበባ እና በቢሾፍቱ ካምፓስ በመጀመሪያና ሁለተኛ ዲግሪ ፕሮግራሞች ሲያስተምራቸው የነበሩ 308 ተማሪዎችን አስመረቀ። * * * * ኮሌጁ በመጀመሪያ ዲግሪ ፕሮግራም በአካውንቲንግ እና ፋይናንስ፣ በማኔጅመንት እና በጀንደር ዴቨሎፕመንት ያስተማራቸውን 198 ተማሪዎች ያስመረቀ ሲሆን በተጨማሪም በሁለተኛ ዲግሪ መርሃ ግብር በኦርጋናይዜዝሽናል ሊደርሽፕ እና ቢዝነስ አድምስትሬሽን 110 ተማሪዎችን አስመርቋል። የቤተክርስቲያኒቱ ጠቅላይ ፀሃፊ ቄስ ተሾመ አመኑ በምርቃት ፕሮግራሙ ላይ በመገኘት ለተመራቂ ተማሪዎችና ለትምህርት ተቋሙ ማህበረሰብ መልዕክት አስተላልፈዋል። በመልዕክታቸውም ተመራቂ ተማሪዎች ለእግዚአብሔር እና ለሚያገለግሉት ማህበረሰብ ታማኝ መሆን እንዳለባቸው እፅኖት ሰጥተው ተናግረዋል። በእለቱም ጥሪ የተደረገላቸው የክብር እንግዶች፣ የተቋሙ ማህበረሰብ እና የተመራቂ ተማሪ ወላጆች ተገኝተዋል። - - - - Kolleejjiin Manaajmentii fi Lidershippii Seminaarii Makaana Yesuus baratootaa Mooraa Bishooftuu fi Finfinneetti barsiisaa ture Digirii tokkoffaa fi lammaffaadhaan eebbisiiseera. * * * * Kolleejjichi sagantaa Digirii jalqabaatiin Akkaawontiidhaa fi Faayinaansii, Manajimentii fi Jender Divilopimentiidhaan sagantaa idileetii fi galgalaatiin barsiisaa kan ture barattoota 198 kan eebbise yammuu ta'u; dabalataanis sagantaa Digirii Lammaffaatiin barumsa Organizatshinaal Lidershippii fi Bizines Adiministiresheniidhaan barattoota 110 eebbiseera. Ol-Aanaa barreessaan Waldattii Lubni Tashomee Amanuu sirna eebbaa kana irratti argamuudhaan barattoota eebbifamanii fi Dhaabbata barumsichaaf ergaa gammachuu dabarsaniiru. Ergaa isaanii keessatti barattootni eebbifaman kun Waaqayyoo fi Hawaasa tajaajilanif amanamoo ta'uun akka isaan irra jiru cimsanii hubachisaniiru. Eebba kana irratti keessumootni waamichi godhameef, hojjetootni dhaabbatichaa fi maatiin barattoota eebbifamanii argamaniiru. - - - - Mekane Yesus Seminary Management and Leadership College graduated 308 students in undergraduate and postgraduate programs from Addis Ababa and Bishoftu campuses. * * * * The college graduated 198 students in Bachelor of Arts (BA) programs in Accounting & Finance, Management and Gender development. In the Master of Arts (MA) program, in Organizational Leadership and Business Administration the college graduated 110 students. General Secretary of the church, Rev Teshome Amenu conveyed a message for graduating students and communities of the collage. In his message, the General Secretary reminded the graduating students to “remain faithful to God and to the people they are going to serve”. Invited guests, families of graduating students and communities of the college have attended the commencement program.

ከኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የተላለፈ የሰላም ጥሪ - - - - - Waamicha Nagaa Buussuu Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophi
+1
ከኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የተላለፈ የሰላም ጥሪ - - - - - Waamicha Nagaa Buussuu Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa irraa Darbe

የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የሴቶች አገልግሎት ዲፓርትመንት ከሲኖዶስ የሴቶች ክፍል መሪዎች ጋር አመታዊ የምክክር ስብሰባውን ሐምሌ 26 እና 27/2015 ዓ.ም በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል አካሂዷል።                 *    *    *     * ተሳታፊዎቹ በሴቶች የወንጌል ተልዕኮ ተሳትፎ እና በሴት መሪዎች አቅም ግንባታ ዙሪያ የመከሩ ሲሆን በተለያዩ የአገልግሎቱ ክፍሎች ላይ ያለውን የፖሊሲ ትግበራ ደረጃዎችንም ገምግመዋል። የቤተክርስቲያኒቷ ጠቅላይ ፀሐፊ ቄስ ተሾመ አመኑ በምክክር መድረኩ ላይ በመገኘት መልዕክት አስተላልፈዋል።                 -      -      -        - Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuusitti Kutaan Tajaajila Dubartootaa   Maree isaa isa waggaa waggaan geggeeffatu geggeesitoota tajaajila dubartootaa Sinoodosoota irraa dhufanii wajjin Adoolessa 26 fi 27 bara 2015 Giddu Gala Leenjii Walii Galaa Guddinaa Tumsaatti geggeeffateera.                  *     *      *       * Hirmaatootni qooda dubartootni ergama Wangeelaa irratti fudhachaa jiran irrattii fi ijaarsa ga'umsa geggeesitoota dubartootaa irratti kan mariyatan yammuu ta'u; akkataa  raawwii poolisii hojii kutaaee garaa garaa jala jiran irrattis gamaggama geggeessaniiru. Ol-Aanaa barreessaan Waldattii Lubni Tashoomee Amanuu waltajjii marichaa irratti argamuudhaan ergaa jajjabinaa dabarsaniiru.