es
Feedback
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

Ir al canal en Telegram

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.

Mostrar más
3 317
Suscriptores
+124 horas
+257 días
+10130 días
Archivo de publicaciones
ODUU GAMMACHIISAA! 📯 Sagantaan Barsiisa Ijoollee fi Dargaggoo Digrii Jalqabaatiin Jalqabame! Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo cimsuudhaa fi bifa caalmaa qabuu fi dhaloota jaarraa 21ffaa madaaluun guddisuudhaaf humna nama baratee barichaa fi dhaloota beeku horachuun barbaachisaadha. Haala dhalootaa, haala yeroo fi bara keessa jirru xiyyeeffannaa keessa galchuudhaan tajaajiltoota ijoollee fi dargaggoo bifa hunda-galeessa ta'een leenjisuudhaaf Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo Waldaa Makaana Yesuus dhaabbata barnootaa kan angafaa waldattii kan ta'e Seeminarii Makaana Yesuus waliin ta'uun Kaarikulamiin akka qophaa'uuf irratti hojjatamaa ture. Seeminarichis hojii kana xiyyeeffannaa itti kennee irratti hojjachuudhaan 'Sagantaa Digriitiin Barumsa Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo' jalqabuudhaaf qophii xumureera. Kanaafuu, Waldaan Amantootaa hundumtuu kana hubattanii tajaajilaa/ tajaajiltoota ijoollee fi dargaggoo keessan gara Seeminarii Makaana Yesuusiitti ergitanii akka barsiifattaniif, akkasumas dhuunfaadhaanis barachuu warra barbaaddaniif balballi banaa ta'uusaa jaalala Gooftaatiin isin hubachiisna. Seeminarii Makaana Yesuus • Teessoo፡ Bakkanniisaa፤ Finfinnee • Bilb፡ 0917-821-573 • Website: www.mekaneyesusseminary.org • Facebook: https://www.facebook.com/mekaneyesusseminary • Telegram: https://t.me/MekaneYesusSeminary

የምስራች፡ Good_News! 📯 የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ትምህርት በድግሪ ፕሮግራም በመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም ተጀመረ:: የልጆች እና ወጣቶችን አገልግሎት ለማጠናከር እና ትውልዱን እና ጊዜው
የምስራች፡ Good_News! 📯 የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ትምህርት በድግሪ ፕሮግራም በመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም ተጀመረ:: የልጆች እና ወጣቶችን አገልግሎት ለማጠናከር እና ትውልዱን እና ጊዜውን በሚመጥን መልኩ ለማሳደግ የተማረ የሰው ሀይል በእጅጉ ያስፈልጋል፡፡ ይሄንንም ለማሳካት የኢት./ወ/ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ከቤተክርስቲያኒቱ አንጋፋ የትምህርት ተቋም ከሆነው ከመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም ጋር በተቀናጀ መልኩ በመስራት የልጆች እና ወጣቶች ትምህርት በድግሪ ፕሮግራም እንዲሰጥ የካሪኩለም ዝግጅት ላይ ሲሰራ ቆይቷል:: ሴሚናሪውም ለፕሮግራሙ ትኩረት ሰጥቶ በመስራት አሁን የካሪኩለም ዝግጅቱ ስለተጠናቀቀ እና ፕሮግራሙን ለማስጀመር በዝግጅት ላይ ስለሆነ ማህበረ ምዕመናናት የልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮቻችሁን ወደ መካነ ኢየሱስ ሴሚናሪ ልካችሁ እንድታስተምሩ እና የዕድሉ ተጠቃሚ እንድትሆኑ እና በግልም መማር ለምትፈልጉ በሩ ክፍት ስለሆነ የእድሉ ተጠቃሚ እንድትሆኑ በጌታ ፍቅር እናሳውቃችኃለን፡፡ መካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም • አድራሻ፡ መካኒሳ፤ አዲስ አበባ • ስልክ፡ 0917-821-573 • Website: www.mekaneyesusseminary.org • Facebook: https://www.facebook.com/mekaneyesusseminary • Telegram: https://t.me/MekaneYesusSeminary Facebook Log in or sign up to view See posts, photos and more on Facebook.

Konfiraansiin Misiyoonii Finish Luteraan  kan waggaa kanaa A.L.A. tti Adoolessa 7-9 tti mata duree "Kunoo Anaan Na Ergi" jedhu hundeeffachuudhaan geggeeffameera. * * * * Namootni 10,000 ol ta'an waaqeffannaadhaaf,  Sagalee Waaqayyoo dhaga'uudhaa fi tajaajila garaa garaa irraa hirmaachuudhaaf Konfiraansicha irratti hirmaataniiru. Tajaajiltoota umurii ijoollummaa, ga'eessummaa fi nam-guddummaa irra jiraniif tajaajila misiyoonummaatti akka bobba'aniif geggeessaan godhameeraaf. Misiyooniin Finishi Luuteraan A.L.A. tti bara1859 kan hundeeffame yammuu ta'u;  dhuma bara1960 tii kaasee immoo waggaa 50 oliif W/K/W/W/M/Y/Itiyoophiyaaf hidhata amanamaa ta'uudhaan wajjin hojjechaa jira. Yeroo ammaa kana Sinoodosoota Lamaa wajjin walitti dhiyeenya gaariidhaan hojjechaa jira. Pirezedaantiin Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Lubn Dr. Yonaas Yiggazuu keessummaa kabajas ta'uudhaan Konfiraansii kana irratti argamanii haasaa godhaniiru. Waldaan keenya walitti dhuffenya bu'a qabeessa ta'e kanaaf galateeffachaa; walitti dhufeenyi kun jabaatee  akka itti fufuuf in kadhatti.

Finnish Lutheran Mission annual conference was held in Ryttylä, from July 7-9/2023 under the overarching theme, “Here I am, S
+2
Finnish Lutheran Mission annual conference was held in Ryttylä, from July 7-9/2023 under the overarching theme, “Here I am, Send me Lord”. * * * * The conference was attended by more than 10,000 people for worship, word of God and other services. 20 missionaries were commissioned at the conference involving adults, youths and children. FLM was established in 1859 as a mission society and has been a faithful partner with EECMY for more than 50 years, since late 1960s and currently is working with two synods closely. The president of EECMY, Rev Dr Yonas Yigezu attended the conference as distinguished guest, and speaker. EECMY is grateful for the fruitful partnership and prays that it will continue strengthened even more.

የፊኒሽ ሉተራን ሚሲዮን አመታዊ ኮንፍራስ እ.ኤ.አ ከሐምሌ 7-9/2023 “እነሆኝ፥ እኔን ላከኝ ጌታ” በሚል መሪ ቃል በፊንላንድ ሪቲላ ተካሂዷል። * * * * በኮንፍራሱም ላይ ከ10,000 በላይ ሰ
+4
የፊኒሽ ሉተራን ሚሲዮን አመታዊ ኮንፍራስ እ.ኤ.አ ከሐምሌ 7-9/2023 “እነሆኝ፥ እኔን ላከኝ ጌታ” በሚል መሪ ቃል በፊንላንድ ሪቲላ ተካሂዷል። * * * * በኮንፍራሱም ላይ ከ10,000 በላይ ሰዎች ለአምልኮ፣ የእግዚአብሔር ቃል ለመስማት እና ለሌሎች አገልግሎቶችን ለመካፈል ተገኝተውበታል። በአዋቂ፣ በወጣት እና በልጆች የእድሜ ክልል ውስጥ ለሚገኙ 20 ሚስዩናዊያን የአገልግሎት ተልዕኮ ስምሪትም ተሰጥቷል። የፊኒሽ ሉተራን ሚሲዮን የተመሰረተው እ.ኤ.አ በ1859 ሲሆን ከ1960ዎቹ መገባደጃ ጀምሮ ከ 50 አመታት በላይ ታማኝ አጋር ሆኖ ከኢ/ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ ጋር ሲሰራ ቆይቷል። በአሁኑ ሰአት ከሁለት ሲኖዶሶች ጋር በቅርበት እየሰራ ይገኛል። የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ፕሬዚደንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ በኮንፍራንሱ ላይ በክብር እንግድነት እና ንግግሮችን ለማድረግ ተገኝተዋል። ቤተክርሲቲያናችን ውጤታማ ስለሆነው አጋርነት እያመሰገነች ከዚህ በበለጠ ተጠናክሮ እንዲቀጥል ትፀልያለች።

የየዕለቱ ጥቅሶች የሐምሌ ወር ከ1/11/2015-30/11/2015 ዘመነ ሉቃስ ወንገላዊ
የየዕለቱ ጥቅሶች የሐምሌ ወር ከ1/11/2015-30/11/2015 ዘመነ ሉቃስ ወንገላዊ

Tokkommaan Amantoota Makaana Yesuus Awurôpaa keessaa jiraatan Konfiraansii isaanii isa waggaa waggaan geggeeffatan keessaa isa waggaa kana torban darbe gaafa Adoolessa 3-9, bara 2023 tti Suwiidinii Magaalaa Yutaaburitti  geggeeffataniiru. - - - - Konfiraansii kana irratti "waaqeffanaadhaa fi sagalee Waaqayyootiin wal jajjabeessuu" yaada jedhu giddu galeessa godhataniiru. Konfiraansicha irratti tajaajiltootni biyya Awuroopaa garaa garaa keessaa dhufan lallaba sagalee Waaqayyootii fi faarfannaadhaan tajaajilaniiru. Pirezedaantiin Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Lubni Dr. Yonaas Yiggazuu Konfiraansicha irratti argamanii Amantoota jajjabeessaniiru. Saganticha irratti Amantootni Awuroopaa keessa jiraatan jaalala W/K/W/W/M/Y/Itiyoophiyaatiif qaban mul'isaniiru; akkasumas Diyasporaa biyya alaa jiratan sirriitti tajaajiluudhaaf sinoodosootni biyya ambaa garaa garaa keessa akka dhaabbataniif hirmaattotni konfiraansichaa yada isaanii ibsaniruu.

Annual conference of EECMY members’ fellowship in Europe was held last week at Gotebro, Sweden from July 3-9/2023. - - - - Th
Annual conference of EECMY members’ fellowship in Europe was held last week at Gotebro, Sweden from July 3-9/2023.                         -        -         -         -  The conference focus was on the central idea of “mutual nurturing through worship and sharing the Word of God.” At the conference, invited speakers and choirs from different European countries have given service. The president of the church, Reverend Dr. Yonas Yigezu visited members attending the conference, and spoke on various topics. The program also reflected that members of the church who are living abroad have a special love for their church. Meanwhile, church members who participated in the conference stated that the discussions took them back to the conversation regarding formation of EECMY synod in abroad to serve the diaspora.

በአውሮፓ የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ አባላት ህብረት ዓመታዊ ኮንፍራንስ ባሳለፍነው ሳምንት እ.ኤ.አ ከሀምሌ 3 9/2023 ዓ.ም በስዊድኗ ዩታቡር ከተማ ተካሄዷል። - - - - ኮንፍራ
+7
በአውሮፓ የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ አባላት ህብረት ዓመታዊ ኮንፍራንስ ባሳለፍነው ሳምንት እ.ኤ.አ ከሀምሌ 3 9/2023 ዓ.ም በስዊድኗ ዩታቡር ከተማ ተካሄዷል። - - - - ኮንፍራንሱም “በአምልኮ እና በእግዚአብሔር ቃል እርስ በእርስ መተናነፅ በሚል” መአከላዊ ሀሳብ ላይ ያተኮረ ነበር። በኮንፍራንሱም ላይ ከአውሮፓ የተለያዩ ሀገራት ጥሪ የተደረገላቸው አገልጋዮች የእግዚአብሔርን ቃል በማካፈልና በመዝማሬ አገልግለዋል። የቤተክርስቲያኒቱም ፕሬዚደን ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ በኮንፍራንሱ ላይ በመገኘት ምዕመናንን ጎብኝተው በተለያዩ ርዕሰ ጉዳዮች ላይ ንግግር አድርገዋል። ፕሮግራሙም በአብሮፓ የሚኖሩ የቤተክርስቲያኒቱ አባላት ለቤተክርስቲያናቸው ልዩ ፍቅር እንዳላቸው የተንፀባረቀበት እና ቤተክርስቲያኒቱ በውጪ የሚኖረውን ዳያስፖራ በሰፊው ለማገልገል ሲኖዶሶችን ለማቋቋም የነበሩ ሀሳቦችን ዳግም ወደ ማጤን የሚመልስ መሆኑን በኮንፍራንሱ ላይ የተሳተፉ አባላት ገልጸዋል። * * * *

CMCC CLASS OF 2023/2015 E.C The EECMY-DASSC Center for mentally Challenged Children (CMCC) celebrated the Class of 2023 today
+6
CMCC CLASS OF 2023/2015 E.C The EECMY-DASSC Center for mentally Challenged Children (CMCC) celebrated the Class of 2023 today June 30 as 20 students received their certificate during the commencement ceremony at GTWTC. የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነየሱስ የልማትና ማህበራዊ አገልግሎት ኮሚሽን የአእምሮ እድገት ውስንነት ያለባቸው ልጆች ማሰልጠኛ ተቋም ለ2015 ዓ.ም.ተመራቂዎች የሰርተፍኬትና የምረቃት ፕሮግራም አካሂዷል። 🎓 Congratulations to all our graduates #Disabilityisnotinabilitie #inclusiveness

EECMY Missions Sending Congregations National Forum 2023, 2nd annual conference that was held from June 28-30/2023, concluded yesterday.                 *    *    *     * In the forum that took three days, trainings were given under the title of Contextual Mission by local and foreign scholars and discussions were held. According to the DMT director Rev Dr Lalisa Daniel, congregations that responded to the Mission work were 120, but now have exceeded 1,600. The forum was held under overarching theme "Sharing Jesus Effectively!". And, Five hundred ministers and leader from Missions Sending Congregations has participated. In additions invited ministers from other church bodies have attended. - - - - - - Waxibajjii 21-28, 2015 (Waxibajjii 28-30, 2023) tti geggeeffamaa kan ture Foramiin Waggaa 2ffaa  W/K/W/W/M/Y/I-Waldoota Amantootaa Warra Misiyoonummaaf Tajaajilaa Erganii haala gaariidhaan geggeeffamee xumurameera. * * * * Guyyoota walitti fufaan sadi'iif kan geggeeffame Foramiin kun oogessora biyya keessaa fi alatiin waa'ee Tajaajila Misiyoonummaa irratti leenjii bal'aan kennamee; mareen barbaachisus godhameera. Daarakteerri Ergaa Wangeelaa fi Ti'ooloojii Waldattii Lubni Dr. Laliisaa Daani'eel akka ibsanitti kanan dura Misiyoonii erguudhaaf Waldootni Amantootaa fedha isaanii mul'isan 120 qofaa yammuu ta'an; yeroo ammaa kan garuu misiyoonii erguudhaaf kan qopha'an Waldoota Amantootaa 1,600 ol ta'an akka jiran hubachiisaniru. Foramichi mata duree "Yesuusiin Karaa Bu'a QabeessaTa'e Irra Namoota Biraan Gu'uu" jedhu qabatee kan geggeeffame yammuu ta'u; namootni Waldoota Amantootaa irraa dhufanii fi hojjetootni  Waldattii garaa garaa 500  irratti dhufan hirmaataniiru.

ከሰኔ 21-23/2015 ዓ.ም ሲካሄድ የነበረው የኢት/ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ ሚሲዮን ላኪ መኅበራነ ምዕመናት ፎረም ሁለተኛው አመታዊ ኮንፍራንስ በትላንትናው እለት ተጠናቋል። * * * * ለሶስት ቀና
+9
ከሰኔ 21-23/2015 ዓ.ም ሲካሄድ የነበረው የኢት/ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ ሚሲዮን ላኪ መኅበራነ ምዕመናት ፎረም ሁለተኛው አመታዊ ኮንፍራንስ በትላንትናው እለት ተጠናቋል።                              *      *     *      * ለሶስት ቀናት በቆየው ኮንፍራንስ ከሀገር ውስጥና ከውጪ በመጡ ምሁራን አውዳዊ በሆነ የሚሲዮን አገልግሎት ዙሪያ ሰፊ ስልጠና የተሰጠ ሲሆን ተያይዞም ሰፊ ውይይቶችም ተደርገዋል። የቤተክርስቲያኒቱ የወንጌል ተልዕኮና ቲኦሎጂ ዳሬክተር ቄስ ዶ/ር ለሊሳ ዳንኤል እንደጠቀሱት ከዚህ በፊት ለሚስዮን አገልግሎት ምላሽ የሰጡ መኅበራነ ምዕመናት 120 ብቻ እንደነበሩ እና በአሁኑ ሰአት ግን በሀገር ውስጥና ከሀገር ውጪ ሚሲዮን የሚልኩ መኅበራነ ምዕመናት 1,600 አልፈዋል። ፎረሙ "ኢየሱስን በውጤታማ መንገድ ማካፈል!" በሚል መሪ ቃል የተካሄደ ሲሆን ከቤተ ክርስቲያኒቱ ሚሲዮን ላኪ መኅበራነ ምዕመናት የተወጣጡ 500 አገልጋዮችና መሪዎች ተሳታፊ ሆነዋል። በተጨማሪም ከተለያዩ አብያተ ክርስቲያናት የመጡ አገልጋዮች ተሳትፈዋል።             -    -    -                   -    -     -

የቄስ ዶ/ር ጆን ባኬ(ከ1929 - 2015) የመታሰቢያ ፕሮግራም በመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪ. ሰኔ 20/2015 * * * * Memorial Service. The Late Rev. Dr. Johnny Bakke
+6
የቄስ ዶ/ር ጆን ባኬ(ከ1929 - 2015) የመታሰቢያ ፕሮግራም በመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪ. ሰኔ 20/2015                 *   *    *    * Memorial Service. The Late Rev. Dr. Johnny Bakke (1937-2023). June 27, 2023 MYS

  *      *     *      * Koreen Hojii Raawwachiiftuu Kaawonsilii Tokkummaa Waldoota Kiristiyaanaa Addunyaa Waxibajjii 14, bara 2015 A.L.I  jalqabee Jeneevaa SuwiizerLandiitti geggeeffamaa jira. Walga'iin kun bara 1948 A.L.A tti hundeeffamuu Kaawonsilichaa ilaalchisee  waggaa 75ffaa isaa yaadachuun; adeemsa hojii isaa keessatti namoota sochii cimaa gochaa turanii yeroo ammaa lubbuudhaan hin jirreef yaadannoo godheera. Koreen hojii raawwachiiftuu kun waaqeffannaa irratti, kadhataa fi hojii Kaawonsilichaa wajjin kan wal qabate hundumaa irratti; akkasumas rakkoolee yeroo ammaa  guutummaa Addunyaa irratti raawwatamaa jiran ilaalchisee yaadota hiika fiduu danda'an iŕŕatti mariyataa tureera. W/K/W/W/M/Y/I fi Waldaan Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa miseensa Kaawonsilichaa yammuu ta'an; yeroo ammaa kana Kore Giddu Galaa Kaawonsilichaa ta'anii tajaajilaa jiru.                  *      *     *      * World Council of Churches (WCC) Central committee is in session since June 21, 2023 in Geneva, Switzerland. The meeting has begged in a comment prayer that recalled the 75th anniversary of the founding of WCC in 1948 and remembered those active in the ecumenical movement who have died over the past year. The session has been a time for fellowship in worship and prayer and of discussion on various issues relating to ecumenical functions of WCC as well as addressing the currently emerging global challenges. The EECMY and ETOC are members of the WCC and currently serving on the Central Committee.

የዓለም አብያተ ክርስቲያናት ካውንስል ማዕከላዊ ኮሚቴ ስብሰባ ከሰኔ 14/2015 ጀምሮ በጄኔቫ ስዊዘርላንድ እየተካሄደ ነው። ስብሰባው እ.ኤ.አ በ1948 ዓ.ም ካውንስሉ የተመሰረተበትን 75ኛ አመት
+9
የዓለም አብያተ ክርስቲያናት ካውንስል ማዕከላዊ ኮሚቴ ስብሰባ ከሰኔ 14/2015 ጀምሮ በጄኔቫ ስዊዘርላንድ እየተካሄደ ነው። ስብሰባው እ.ኤ.አ በ1948 ዓ.ም ካውንስሉ የተመሰረተበትን 75ኛ አመት በማስታወስ እና በአለፉት አመት በቅዱስ ማኃበሩ እንቅስቃሴ ውስጥ ንቁ ተሳትፎ የነበራቸውን እና በህይወት የሌሉትን በሚያስብ ጸሎት ተጀምሯል። ማዕከላዊ ኮሚቴው በአምልኮ፣ በጸሎት እና ከካውንስሉ ተግባራት ጋር በተያያዙ እና በአሁኑ ጊዜ በዓለም አቀፍ ደረጃ እየተከሰቱ ያሉ ችግሮችን ለመፍታት በሚያስችሉ ርዕሰ ጉዳዮች ላይ ሲመክር ቆይቷል። የኢት/ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ እና የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤ/ክ የካውንስሉ አባላት ሲሆኑ በአሁኑም ወቅት በማዕከላዊ ኮሚቴ ውስጥ በማገልገል ላይ ናቸው። ውይይቱም እስከ ነገ ሰኔ 21 እንደሚቀጥል ከኮውንስሉ ድህረ ገፅ ያገኘነው መረጃ ያሳያል።

Youth in Mission from Swedish Evangelical Mission visited the EECMY Central Office in Addis Ababa, Ethiopia. On March 15, 186
+7
Youth in Mission from Swedish Evangelical Mission visited the EECMY Central Office in Addis Ababa, Ethiopia. On March 15, 1866 the first three Swedish missionaries, from Swedish Evangelical Mission,came to Massawa, on the coast of today’s Eritrea with the goal of reaching the Oromo people of Ethiopia with the gospel of Jesus Christ. It took them almost 40 years before they reached the Oromo land. Many have paid sacrifices through death and sickness, some went back to Sweden but the mission kept sending missionaries and never gave up. Finally, they managed to establish a mission center in Wollega, and that is the root and origin of what today is the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus with over 11.1 million members. Soli Deo Gloria! Glory to God Alone! #EECMY #SEM #EFS June 2023

ከስዊድን ወንጌላዊት ሚስዮን የመጡ ወጣት የሚስዮን ቡድን አባላት የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስን ዋና ጽ/ቤት ጎብኝተዋል። የስዊድን ኢቫንጀልካል ሚስዮን በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ አጀማመር እና ምስረታ በግንባር ቀደምትነት ከሚጠቀሱ የሚስዮን ተቋማት ውስጥ አንዷ ናት። በመጋቢት 15: 1866እኤአ ከየስዊድን ወንጌላዊት ሚስዮን የመጀመርያዎቹ 3 የሲዊዲን ሚሽነሪዎች የኦሮሞን ህዝብ በወንጌል ለመድረስ ወደ ምጽዋ ኤርትራ ደረሱ። ወደ ኦሮሞ ምድር ለመድረስ 40 ዓመታት ገደማ ነው የፈጀባቸው። ለዝህ የሚስዮን ጉዞ ስኬት ብዙዎች ዋጋ ከፍለዋል: ለወንጌል መስዋዕት ሆነዋል: ታመዋል: ብዙ ዋጋ ከፍለዋል። በዚህ ሁሉ ግን ተስፋ ሳይቆርጡ ማሽነሪዎችን በመላክ አገልግሎታቸውን ቀጠሉ። በመጨረሻም በወለጋ የሚሽን ሴንተር በማቋቋም አገልግሎታቸውን አጠናከሩ። ይህ አገልግሎት አድጎ የዛሬዋ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ መሰረት ሆነ። ዛሬ ቤተክርስቲያኒቱ አድጋ ከ11.1 ሚልዮን አባላቶች አፍርታለች። ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን! #EECMY #SEM #EFS ሰኔ 2015 Dargaggootni miisiyoonota ta'an Miisiyoonii Ivaanjelikaalii Siwiidiin irraa dhufan Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Waajjira Olaanaatti argamuun daawwannaa taasisaniiru. Miisiyooniin Ivaanjelikaalii Siwiidiin jalqabbii fi hundeeffama Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus keessatti dhaabbilee miishinii Wangeelaa adda dureedhaan ibsaman keessaa ishee tokkodha. Bitootessa 15, 1866ALA tti ture miishinarootni sadii dhaabbata Miisiyoonii Warra Wangeelaa Siwiidiin irraa saba Oromoo Wangeela dhaqqabsiisuudhaaf Masawwaa, Eertiraa kan gahan. Lafa Oromoo gahuudhaaf naannoo waggaa 40 itti fudhate. Baay'een isaanii aarsaa kaffalanii, dhukkubsatanii, du'anii, rakkina baay'ee saaxilaman. Haa ta'uu malee kana hundumaa keessatti abdii hin kutanne, miishinaroota Wangeelaa erguun tajaajila Wangeelaa itti fufan. Ergasii giddugala miisiyoonii Wangeelaa Wallaggatti hundeessan. Ergasii hojiin Wangeelaa cimee itti fufee Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa ishee har'aatiif bu'uura guddaa ta'e. Waldaan Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa har'a miseensota miiliyoonii 11.1 qabdi. Waaqayyoof galanni haa ta'u. #EECMY #SEM #EFS Waxabajjii 2023