cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

❤️IMALA BARABARAA❤️

IFAA DIIN ISLAM

Mostrar más
Finlandia3 250El idioma no está especificadoTecnologías y Aplicaciones
Publicaciones publicitarias
330
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 días
+2130 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Ethio Tap Tap
▪️ ▪️High speed ያለው File ነው🇪🇹 ▪️ለ  Socks IP ነው እንዲ አይነት ፈጣን file በነፃ ማግኘት  ከፈለጉ ይቀላቀሉን 😊 @free_internet_ethiopia
Mostrar todo...
ኢትዮ_ቴሌኮም_ኢትዮጵያ_🇪🇹_ጥር_30🐔.sip0.15 KB
Ethiotelecom new file🧲.ehi0.05 KB
Ethiotelecom fast server file 🛵.ehi0.05 KB
Ethiopiaethiotelecom🧲🧲.ehi0.05 KB
EthioTelecom very fast🛵.ehi0.05 KB
Repost from KANENUS Tech
App Kun App haaraa akkuma HTTP Injector internetiin tola akka isiniif hojjetuuf sin gargaartudha. Erga app kana buuftanii bilbila keessan irratti INSTALL godhattanii booda file ani as jala isiniif ka'u tuquun yeroo inni appiwwan garaa garaa isiniif baasu app 'SocksIP' jedhu filattanii iddoo 'START' jedhu xuquun internet tola fayyadamuu dandeessu. #Yaala Hiriyoota keessaniif share godha
Mostrar todo...
Socksip 15.9.8.apk17.66 MB
Ethiotelecom .sip0.07 KB
     MILKAA'UUF CARRAAQI! 👥#Nɑmni kɑmiyyuu Jireenyɑ milkɑɑ'ɑɑ, kɑrɑɑ milkɑɑ'ɑɑ fi Gɑbɑɑ milkɑɑ'ɑɑ Keessɑ jirɑɑchuu ɑkkɑ bɑrbɑɑdu wɑɑn irrɑtti mɑri'ɑtɑmu miti. Milkɑɑ'inɑɑf sɑbɑbni:- hɑɑlɑ jireenyɑ mɑɑtii keetii, hɑɑlɑ biyyɑ keetii fi iddoo jireenyɑ keetii utuu hin tɑ'in,   ❏️ Kɑroorɑ,   ❏️ Sɑgɑntɑɑ,   ❏️ yɑɑdɑɑ fi   ❏️ Ilɑɑlchɑ mɑtɑɑ keetiif qɑbdu irrɑtti hundɑɑ'ɑ. 🔑 #Furtuun Milkɑɑ'inɑɑ Dɑndeettii fi Humnɑ qɑbduun hɑɑlɑ kɑmiyyuu keessɑtti of jijjiiruuf kutɑnnoo jijjiirɑmɑɑf ɑti gochuu qɑbduu dhɑ. Mee hɑr'ɑɑf Wɑntootɑ 4 milkɑɑ'inɑɑf bɑrbɑɑchisoo tɑ'ɑn hɑɑ ilɑɑllu: ️➊. Wɑntɑ bɑrbɑɑdduu fi eessɑ ɑkkɑ ɑdeemtu murteessi! ️➋. Gɑlmɑ xumuurɑɑ qopheessi! Gɑlmichɑ gɑhuuf kɑroorsi! ️➌. Kɑroorɑ kee irrɑtti hojjɑdhu! guyyɑɑ guyyɑɑdhɑɑn kɑllɑttii gɑlmichɑɑtti imɑli! ️➍. Hɑngɑ milkɑɑ'inɑɑtti Gonkumɑɑ: ➛ Hin dhɑɑbɑtin! ➛ Hin lɑɑfin! ➛ Mogoleen si in bu'in! ➛ Hɑrkɑ hin kennin! ♻️Never give up ┄┄┄┄┄┄┄┄┄      @Haakimotaoromo
Mostrar todo...
SAAYINASII (Sinusitis) Saayinasiin qaama keenya, saayinasaayitis (sinusitis) ykn kulkula sayiinasii kan jennu ammoo dhukkuba. ******** Kanaan dura waa'ee Asmii Yoon barreessu, kan kulkula saayinasii (sinusitis) na gaafattanii turtan dubbisaa. Saayinasiin maqaa qaamota keenyaa keessaa tokkooti. Saaynasiin baayyinaan afur kan ta'an qaamota keessi isaanii qullaa (duwwaa) qilleensaan guutame jiru, kan lafee naannoo funyaanii jiran keessatti argamanidha. ******** Qaamonni kun yeroo fayyaa isaanii qiilleensaan guutamanii haa jiraatan malee yeroo tokko tokko: dhangala'aa hin barbaachifneen, baakteriyaadhaan, vaayirasiin akkasumas seelota qaamaa bakka sanatti hin barbaachifneen fi kan biroon illee ni dhuunfatamu. Yeroo kana kan sinusitis ykn kulkula sinusii jennu. ******* Allergic sinusitis kan jennu, kan yeroo baay'ee namni barteedhaan 'saayinasii' jedhee waamu, sababa alerjiin yoo saayinasiin keenya kulkulu jechuudha. Saayinasiin kun akkuma dhukkuba asmii yeroo darbe ibsee waantoota alaa itti dhufan loluudhaan kan namatti dhufudha. Akkuma asmii dhukkubni kun waantoota akka qilleensa qorraa, qilleensa gogaa, dhukkee, foolii daraaraa garagaraa, fi kkf. dhufuu namatti ka'uu danda'a. Dhukkubni kun mallattoowwan akka mataa dhukkubsuu, funyaan cufuu, fuula dhukkubsuu, haxxifachiisuu, qufaasisuu fi kkf argisiisa. Yaala isaa ilaalchisee akkuma dhukkuba asmii waantoota dhukkuba kana nutti kaachisan irraa fagaachuun furmaata isa duraa ta'ee osoo jiruu, yeroo tokko dhukkuba alarjii kana irratti baakteeriyaan garaagaraa dabalamuun qaama sinus jedhamu kanatti seenuu waan danda'aniif, keessumaa ho'iinsi qaamaa (fever) yoo qabaatan, mana yaalaa deemanii ilaalanii adda baafachuun gaariidha. Baakteriyaan qaama sinus jedhamu kana keessa seenee, yeroo dheeraaf osoo hin yaalamiin yoo turan ammoo rakkoo biraa irra nu buusu mala. Fakkeenyaaf sinusiin sammuu cinaatti waa argamuun achumaan baakteriyaan gara sammuutti seenuun infekshinii sammuu (meningitis) illee fiduu danda'a. Kun keessumaa namoota dhukkuba biroo akka dhukkuba HIV/AIDS fi dhukkuba sukkaaraa qaban mudachuu waan maluuf of eeggachuu qabu. Sinusitis sababa alerjiin dhufu garuu ofumaa qoricha gargaraa fudhachaa yeroo isaa eegee mallattoowwan isaa kun dhabamuu, akkasumas deebi'anii dhufuu malu. ***** Fayyaan Faaya ©
Dr. Gurmeessaa
t.me/BiirooFayyaaOromiyaa t.me/BiirooFayyaaOromiyaa t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
Mostrar todo...
Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa

This is the official Telegram Page of the Oromia Regional Health Bureau (ORHB). ORHB's Vission to see health, Productive, and Prosperous people in Oromia. 🌐 http://www.orhb.gov.et/ 📁 Government Official ✉️ 24341 Addis Ababa, Ethiopia 📞 +251113717227

The process of preparing and giving out medicine to a named person on basis of prescription or non- prescriptionAnonymous voting
  • Drug distribution
  • Drug dispensing
  • Hospital pharmacy
  • Community pharmacy
0 votes
A good example of chemical antagonistAnonymous voting
  • Heparin and protamine
  • Protamine and zinc
  • Heparin and prothrobin
  • All the above
0 votes
..........is the most effective drug in the management of Parkinson's diseaseAnonymous voting
  • Amantadine
  • Bromocriptine
  • Levodopa
  • Benztropine
0 votes
Which one of the following products doesn't required cold storageAnonymous voting
  • Hormonal preparation
  • Blood products
  • Vaccines
  • Tables and capsule
0 votes
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.