cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Karam Tamaam ከረም ተማም

Haqni Ummata Keenyaaf; Nageenyi Biyya keenyaaf; Bilisummaan Hunda keenyaaf...! ፍትሕ ለህብረተሰባችን; ሰላም ለ ሀገራችን; ነፃነት ለሁላችን...! ✍️ any idea put here📩 @LawyerK_bot

Mostrar más
Etiopía6 187El idioma no está especificadoLey2 592
Publicaciones publicitarias
2 548
Suscriptores
+224 horas
+127 días
+13730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته BAGA GAMMADDAN CONGRATULATIONS እንኳን ደሳላችሁ Congratulations for all graduates at d/t universities! Finally I wish you bright future with hard working…. May ALLAH protect you from haram  and leads you for the best. Yours Br, Karam Congratulations once again!
Mostrar todo...
❤‍🔥 1 1
Ati kolfitus boossus jireenyi ittuma fufa. Yaaddoofi gadda homaa si hin fayyadneen of hin miidhin. Muddamuun rakkoo borii siif hin hiiku; garuu gammachuu harraa si jalaa hata. 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Suuraan kee akka nama biratti toluuf jecha yeroofi humna kee hin fixin; ijji baay'een waan feetu qofa keessaa filattee ilaalti. 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Jalqabbiin jireenya keetii ulfaataa yoo ta'e dhumti isaa gaarii ta'a. Karaan milkii hunduu rakkisaadha; bu'aa bahii baay'ata. Rakkoon har'a si mudate bor nama cimaa godhee si dhaaba. 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲 Taateen kamuu ni darba. Gammachuunis cinqiinis ni dhuma. Hunduu dhufee kutee seenaa ta'a. Kanaafuu gadduu hin barbaachisu. 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲 Ilmi namaa waa lamaaf jijjiirama jedhu: tokko yeroo waan humna isaatii olii baadhate. Lammaffaan yeroo hanga isa madaaluu ol hacuucame. Qalbiin badiifi rakkoo heddu obsitee sii wajjin turte gaafa sirraa citte hin deebituutti beeki. Kanaafuu hanga isiin dandeessuu ol hin rakkisin; waan isiin dandeessuu ol hin baachisin. 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Yeroo hunda falmii injifachuuf hin cinqamin; yeroo garii ijjannoo godhachuurra qalbii namootaa horachuutu caala. Garuu arraba namaarran bilisa baha jettee hin yaadin. Namni kana yaade maraatuudha jedhe Ibn Hazm. 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲 Yeroo baay'ee dureessaa wajjin hin deemin. Yoo akka isaatti maallaqa baafte si miidha; yoo inni qofti baasemmoo si xinneessa jedhan. 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Kabajni guddaan jireenya kufne hundarraa waa barachuu keessa jira malee kufuu dhabuu miti. Madda Gaalii Aba Bor!!
Mostrar todo...
Repost from TIKVAH AFAAN OROMOO
Photo unavailableShow in Telegram
#NGAT Qormaanni Biyyaalessaa Seensa Digirii Lammaffaa (GAT) yoom kennama? Qormaanni Seensa Digirii Lammaffaa (GAT) kan bara 2016 dhumaa ji’a Adoolessa keessa kennama. Hoggansi olaanaa Ministeera Barnootaa tokko Tikvah Itoophiyaa'f yaada kennaniin, Qormaanni Biyyaalessaa Seensa Digirii Lammaffaa (GAT) marsaa 3ffaa torbee dhumaa ji'a Adooleessa keessa akka kennamu beeksiseera. Qormaanni seensaa barattoota digrii lammaffaa marsaa 2ffaa sadaasa bara 2016 akka kenname ni yaadatama. @tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
Mostrar todo...
Job Title : Junior Legal Officer Job Type: Full time Work Location: Head office, Addis Ababa Job Requirement -Education Qualification : LL.B in law Applicants Must be graduates of 2022/2023E.C and scored passing mark and above in exit exam. -Experience level : 0 years -Special skill and knowledge- *Knowledge of insurance business *knowledge of commercial codes *Knowledge of court proceedings *Knowledge of techniques of litigation *Ability to litigate minor cases *Ability to draw up simple legal documents. Salary /Compensation : As per Company scale How to Apply : Interested applicants who full fill the above requirements are invited to submit their CV and copies of non-refundable credentials along with application letter within seven working days to the following adress:- Human Resource Management Department. Nib Insurance Company (s. Co.) Dembel City Center , 11th floor (Please use lift 2 or 3) Application Deadline : July 4 ___ Nib Insurance Company (s.c) [Verified Company ✅]
Mostrar todo...
#MURTII_HAARAWA ⚖️ 𝙈𝙖𝙣𝙣𝙞 𝙈𝙪𝙧𝙩𝙞𝙞 𝙞𝙟𝙞𝙗𝙗𝙖𝙖𝙩𝙖𝙖 𝙁𝙚𝙙𝙚𝙧𝙖𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙂𝙖𝙡𝙢𝙚𝙚 𝙡𝙖𝙠𝙠. 234082 𝙩𝙖'𝙚𝙚𝙣 gaafa guyyaa 28/10/2015 ( 𝙟𝙞𝙡𝙙𝙞𝙞𝙣 𝙝𝙞𝙣 𝙢𝙖𝙭𝙭𝙖𝙣𝙛𝙖𝙢𝙣𝙚 ) Namni qabalee irraa xalayaa eenyummaa sobaa fi maqaa sobaa fayyadamuun mallattoo cheekii waliin dhahuun yookiin gowwoomsuun mana baankii irraa maallaqa fudhate yakki inni jalatti himatamuu qabu sanada sobaan fayyadamuufi gowwoomsuun, yakka lamaan himatamuu hin qabu. Kan himatamuu qabu yakkuma tokkoon inniis yakka Gowwoomsuu cimaatiin himatamuu qaba jechuun murtii dirqisiisaa kennee jira. Kan hiike #BINIMOS Join my telegrame channel https://t.me/binimoslawyer
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
ሰኔ 21/2016 የወጣ
Mostrar todo...
👍 2
EXIT EXAM RESULT...⭐ CONGRATULATIONS😍 We're so thrilled to congratulate you all for incredible achievement  of in National Law Exit Examination. Hats off  again...! BAGA GAMMADDAN BAGA MILKOOFTAN😍 Qorumsa bahiinsaa qophii barbaachisaa gootanii qoramtanii bu'aan isaa gammachiisaa kanneen isiniif ta'e hunduu baga Rabbiin isin milkeesse baga gammaddan injifannoon walitti isiniif haa fuftu! Kan ammatti isiniif hin milkaa'in hafes hin gaddinaa bakka xiyyeeffannoo barbaadu adda baafattanii jirtu. Marsaan ittaanu injifannoo keessan waaressee isin eega...!!! Baga Gammaddan Baga injifattan! ❤❤❤❤❤❤❤❤❤       ⭐⭐⭐⭐⭐
Mostrar todo...
3👍 2
★በ0 አመት ንብ ኢንሹራንስ አዲስ የስራ ማስታወቂያ { With 0 Experience } ♦Deadline: July 4, 2024 Nib Insurance company invites fresh applicants for the following positions. ✅ Position: Junior Legal Officer • Required Education: LL.B in Law, Applicants must be graduates of 2022/2023G.C or 2015 E.C and Scored passing mark and above in exit exam. • Work Experience: Not required How to Apply ?? 👇👇👇👇 https://effoysira.com/nib-insurance-vacancy-fresh-graduates/ :. 🎈Telegram:- https://t.me/effoyjobs
Mostrar todo...
Nib Insurance Vacancy Fresh Graduates

Latest Job From Fresh Graduates Jobs, Insurance Jobs, Nib Insurance

አዲሱ የመኖሪያ ቤት ኪራይ ሞዴል ውል.pdf2.62 KB
የንብረት ማስመለስ ረቂቅ አዋጅ.pdf1.06 MB
New VAT Exemptions Directive-2024_Signed (1).pdf2.76 KB
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.