es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete 👈

ASTU Special School

ASTU Special School

Ir al canal en Telegram

ASTU SPS is a non boarding secondary school

Mostrar más
5 797
Suscriptores
Sin datos24 horas
-207 días
-10930 días
Archivo de publicaciones
photo content

Special notice Sarara 5. Xikur Abbaay -Pistaa -pikook - Uraa'el- Dukeeti -09 -M/B መስመር 5-  ጥቁር አባይ - ፒስታ-ፒኮክ - ኡራዔል - ዱቄት -09 -ት/ቤት ORO-3- 25616 Shufer Daniel Bilbila 0912248843 Starting place Mikael church

Student List 4 Bus Service for post.xlsx0.50 KB

photo content

N.B.: All buses on all routes will commence operation on Monday morning. Please be ready and arrive on time.
N.B.: All buses on all routes will commence operation on Monday morning. Please be ready and arrive on time.

photo content

Oduu Gammachisaa Tajaajila  sarvisii konkolaataa manni barumsaa qindeessu Boruu kaasee sarara shaniin tajaajila kennu egala. አስደሳች ዜና ትምህርት ቤቱ የሚያቀናጀው የተማሪዎች ባስ /የመኪና ሰርቪስ ስራውን በአምስት መስመር ነገ ይጀመራል ።

🕊 BE PART OF THE PEACE CLUB! 🤝 Are you a student who believes that peace starts with us? The Peace Club is looking for stud
🕊 BE PART OF THE PEACE CLUB! 🤝 Are you a student who believes that peace starts with us? The Peace Club is looking for students who are ready to learn, lead, speak up, build understanding, and create positive change in their school and community. As a Peace Club member, you will have opportunities to: 🔰 Build leadership and communication skills 🔰 Take part in peacebuilding activities 🔰 Connect with like-minded students 🔰 Share ideas and promote understanding 🔰 Make a meaningful contribution to your community You don't need to be perfect. You just need to care, participate, and be willing to make a difference. 📌 Your voice matters. Your ideas matter. You can be part of the change! 🕊 🔗 Registration Form: https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSe1zDer7Pjr46th7-ZUEcVQLYVJZ0Vx7X3f4KqLapqPLHiC8g/viewform?usp=header Together for Peace. Together for Change. 🕊🤝 "If this isn't for you, please share it with others who might be interested."

Update/Odeeffannoo haaraa Tajaajila  sarvisii konkolaataa manni barumsaa qindeessu fayyadamuuf linkii qophaa'ee irratti hanga ammaa barattoonni 310 ta'an galmaa'anii jiru. Gatii kaffaltii isaa Abbootti qabeenyaa faana mari'annee hanga murteessinuuti obsaan nu egaa. አዲስ መረጃ ትምህርት ቤቱ በሚያቀናጀው ባስ /የመኪና ሰርቪስ ተጠቃሚ ለመሆን በተዘጋጀዉ ሊንክ እስከ አሁን 310 ተማሪዎች ተመዝግቧል ። ዋጋዉን ከመኪና አቅራቢዎች ጋር እየተነጋገርን ስለሆነ ውሳኔ ላይ እስክንደርስ እንድትታገሱን እናሳውቃለን።

Update/Odeeffannoo haaraa Tajaajila  sarvisii konkolaataa manni barumsaa qindeessu fayyadamuuf linkii qophaa'ee irratti hanga ammaa barattoonni 300 ta'an galmaa'anii jiru. Barattoonni haaftan dafaa galmaahaa. Gatii kaffaltii isaa Abbootti qabeenyaa faana mari'achaa jirra, hanga dilbataatti isiin beeksiifna. Tajaajilli isaa Fulbaana 11/2019 akka jalqabu hojjachaa jirra. Barattoonni haaftan dafaa fedhii keessan nu beeksiisaa. አዲስ መረጃ ትምህርት ቤቱ በሚያቀናጀው ባስ /የመኪና ሰርቪስ ተጠቃሚ ለመሆን በተዘጋጀዉ ሊንክ በመጠቀም ይመዝገቡ! እስከ አሁን 300 ተማሪዎች ተመዝግቧል ። ዋጋዉን ከመኪና አቅራቢዎች ጋር እየተነጋገርን ስለሆነ እስከ እሁድ እናሳውቃለን። አገልግሎቱን መስከረም 11/2019 ዓ.ም ውደየቤታችሁ በመመልስ እንዲጀምር እየሰራን ነው። እስካሁን ያልተመዘገባችሁ ተመዝግቡ ፍላጎታችሁን አሳዉቁን።

photo content

photo content

Tajaajila sarvisii konkolaataa manni barumsaa qindeessu fayyadamuuf linkii kanarratti galmaahaa! ትምህርት ቤቱ በሚያቀናጀው ባስ /የመኪና ሰርቪስ ተጠቃሚ ለመሆን ይህን ሊንክ በመጠቀም ይመዝገቡ!

ማስታወቂያ ለትምህርት ቤታችን ተማሪዎች እና የተማሪ ወላጅ በሙሉ ከዚህ በፊት በነበሩት ዓመታት ዩኒቨርሲቲአችን ለልዩ ትምህርት ቤታችን ተማሪዎች የመኪና ሰርቪስ አገልግሎት/ባስ/ በመከራየት ሲያቀርብ መቆየቱ ይታወቃል፡፡ ከ2018ዓ.ም ጀምሮ በመንግሥት የመኪና ኪራይ በመከልከሉ የሰርቪስ አገልግሎት መስጠት ቆሟል፡፡ ከናንተው በተደጋጋሚ እየደረሰን ካለው ጥያቄ የተነሳ ቤተሰብ/ተማሪ በሚከፍለው ክፍያ ት/ቤቱ የመኪና ሰርቪስ አገልግሎት እንዲያቀናጅ እየመከርንበት ስለሆነ በትግዕስት እንድትጠብቁን እናሳውቃለን ።

Beeksiisa Barattootaa fi maati barattootaa MB keenya hundaaf Kanaan dura Yunivarsiitiin keenya konkolaataa kireessuun tajaajila sarvisii konkolaataa waggoottan darban kennaa ture. Haata'u malee bara darbee irraa kaasee kiraan konkolaataa dhaabbilee motuummaa keessatti waan dhorkameef Yunivarsiitiin keenya tajaajila sarvisii konkolaataa kennu hindandeenye. Bara 2019 kana sarvisii konkolaataa Kaffaltii isaa maatiin barataa danda'ee manni barumsaa tajaajila isaa akka qindeessu gaaffi isiin biraa dhufaa jiru ilaalaa Jirra. Barfannaa barataa hir'isuu fi nageenyummaa barataa cimsuuf Sarvisiin konkolaataa barattootaa akkaataa isinii qindeessinuu irratti mari'achaa waan jiruuf obsaan Akka nu eggattan isiin beeksiifna.

photo content

Ayyaana Gaarii isiniif haata'u!!
Ayyaana Gaarii isiniif haata'u!!

🌾 HAPPY AND BLESSED NEW YEAR TO OUR SCHOOL COMMUNITY! 🌾 As we begin this New Year, may God guide our steps, bless our work, and crown the year with peace, wisdom, growth, and success. 🙏 May the year ahead bring new hope, fruitful efforts, joyful achievements, and abundant blessings to our students, teachers, staff, parents, and the entire school community. 🎉🌾 Happy and Blessed New Year! 🌾🎉

photo content