cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

🪩 GORSA FAYYAAF 🪩

💊 Gorsa fayyaaf, 💉 Barreeffamoota dhimma fayyaatiin walqabatan, xinsammuu akkasumas dhukkubootaa fi mala ittisaa waliin ilaalla! 👉 'Join' fi 'share' gochuun nu cinaa dhaabbadhaa❣️

Mostrar más
Finlandia756El idioma no está especificadoMedicina2 788
Publicaciones publicitarias
8 396
Suscriptores
+4124 horas
+1967 días
+76330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Mallattoowwan Saddeet (8) MATAA DHUKKUBBIIN Yaala Hatattamaa Akka Barbaadu Agarsiisan (RED FLAGS OF HEADACHE) 1. Mataa dhukkubbii jalqabee daqiiqaa xiqqoo keessatti dhukkubbiin isaa garmalee cimee sadarkaa obsuu hin dandeenyerra nama geessisu.(Thundercalp headache) 2. Mataa dhukkubbii haala taa'umsa qaamaa (positional change) irraan garmalee namatti cimu ykn jijjiiramu. 3. Mataa dhukkubbii sochii qaamaa, waa hojechuu (exertion) qufa'uu, haxxifachuu fi kkf irraan nama eegalu. 4. Mataa dhukkubbii cimaa haaraa (kan duraan hin jirre) keessumaa namoota waggaa 50 olii yoo mudatu. 5. Mataa dhukkubbii yeroo mara buqqee mataa (head) irraa bakka tokko deddebi'ee dhukkubu. 6. Mataa dhukkubbii walitti fufaa (kan gidduutti hin fooyyofne ykn hin dhiifne). 7. Mataa dhukkubbii duraan dhukkubbii xiqqoo qabu fi daddafee deebi'ee hin dhufne yoo haala jijjiiratee garmalee haala duraa caalaa namatti yoo cimaa deemu. 8. Mataa dhukkubbii mallattoowwan biroo kan akka dhaqna gubaa, sochii dadhabuu Dr. Gurmeessaa H.
Mostrar todo...
20👍 11 3
Wantoota Dandeettiii Dhukkuba Loluu Qaama Keenyaa (Immunity) CIMSAN. ----------------#--------#-------------#------------# 1. Hirriba ga'aa rafuu (sa'aa 6 haga 8) 2. Sochii qaamaa taasisuu (torbanitti guyyaa 4 ol guyyaatti daqiiqaa 30 oliif) 3. Sammuun dhiphachuu (stress) dhiisuu. 4. Nyaata kuduraa fi muduraan (fruits and vegetables) itti baay'ate soorachuu. 5. Tasumaa tamboo fi waantoota tamboo fakkaatan aarsuu dhiisuu. 6. Alkoolii kan dhuguu dhiisuu yoo kan dhugan ta'e ammoo xiqqeessanii dhuguu. 7. Dhukkuboota akka dhukkuba sukkaaraa fi kkf yoo qabaanne qoricha dhukkuboota sanaaf nuu kennaman sirriitti fudhachuu. 8. Ulfaatina qaamaa akka garmalee hin daballe yokaan hin xiqqaanne sirrii irratti eeguu. Fayyaa hindhabinaa! ⭐Follow ⬇️ @GORSA_FAYYAAF
Mostrar todo...
👍 22 12🥰 5😁 1
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
4🥰 2👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Faayidaa Sukkuummii (Massage) 1. Dhiigni qaama keenya keessaa sirriitti akka yaa'u godha. (Dhiigni akka hin gantarre/ititne godha.) 2. Miira dhukkubbiifi dadhabbii ni hir'isa. 3. Maashaan keenya akka si'aa'inaan hojjetu godha. 4. Dhiphina hir'isa. 5. Mataa dhukkubbii hir'isa. 6. Hirriba gahaa akka rafnu nu godha. 7. Dooppaminii sammuu keenya keessaa baay'inaan dabaluudhaan gammachuu dheeraafi miira mukuu keessaa akka baanuu akkasumaas guyyaa guutuu fuulaa ifaa akka qabaannu nu godha.
Mostrar todo...
9👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Kurisuun yoo akkam ta’e rakkoo nurraan geessisa yookiin yoo maal ta’e mana yaalaa deemuu qabna? Akkuma beekamu namoonni hedduun yeroo ciisan ni kurruufu,garuu namoonni yeroo hunda irra deddeebin kurruufan yoo maal ta’e mana yaalaa deemuu qabu? ✓ Yeroo namni sun kurruufu hafuurri giddu gidduutti itti ciccita yoo ta’e. ✓ Guyyaa garmalee rafa yoo ta’e ✓ ganama yeroo hirribarraa kaatan mataan hedduu isin dhukkuba yoo ta’e ✓ Ganama ganama qoonqoo keessa isin dhukkuba yoo ta’e ✓ Hirriba boqonnaa hin qabne raftu yoo ta’e ✓ Halkan hirriba keessa nii fe’amtu yoo ta’e ✓ Halkan halkan laphee keessan isin dhukkuba yoo ta’e ✓ Kurruuffiin keessan sagalee guddaa qabaachuun namaoota isin bira jiran ni jeeqa yoo ta’e
Mostrar todo...
👍 3
Repost from N/a
⇣ ⇣ ⇣  𝗚𝗔𝗠𝗠𝗔𝗖𝗛𝗜𝗜𝗦𝗔𝗔! 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗼𝗻𝗹𝗶𝗻𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘁𝗮𝗻 𝗺𝗮𝗿𝗮𝗮𝗳: Congratulation🎊 all of you🎊🎉 We are bringing new possibilities to help you here. Trusted group which is giving money & package 👇👇 join it fastly add member 👇👇👇👇 Sponsor @Coop_Bank_Of_Oromia_Official ✨Group armaan gadii kana join gochuun hiriyoota kee yoo add goote badhaasa amanuuf nama rakkisu argatta. 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗰𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮!✨💸🎁 1. @Safaricom_Afaan_Oromoo_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 2 @Coop_Bank_Of_Oromia_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 3 @Oromia_Bank_Gift 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 4 @USAfundforOromia 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 5 @Oromo_Germany_Association 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 6 @GADAA_BANK_BONUS 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 7 @Commercial_Bank_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 𝗬𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶𝘁𝗶𝗶 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗲 𝘆𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶𝗻𝗶" Hirmaadhaa badhaafamaa! Carraa Gaarii isiniif haa ta'u! Affeerraa Gaarii 🌄 Hubadhaa; chaanaalii kana irratti kan maxxanfamu odeeffannoo mirkanaa'e qofaadha👆👆👆👆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦    𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
4
🟢🟢🟢Shunbura gurraachaa fi adii ni soraatta? FAAYDAA SHUNBURAA 1.Dhukkubbii mataaf. 2. Jijiiraamu sagaleetiif, 3. Dhukkuubbii laagaaf. 4. Dabaliinsa qaamaaf, (dabaluu qamatiif.) 5. Daballii sparm (rakkiina walqunnaamtii saala damma waliin makaa nyaadha ) 6. Raammo garachatiif. 7. Dhukkuubbii lappee irriisuf. 8. Dhukkuubbii dugdaaf, kessaattu warreen lapii toppi fayyadamaaniif. 9. Dhibee sonbaatiif. 10. Cirraacha kalee basuuf, kessaattu gurrattiin isii yoo dammaan makaani nyataan. 11. Dhìibbaa dhiigaatiif. 12. Gogaa kenyaaf. 13. Ciixxoo (Hoqsiisu qaama) irrisuuf.. 14. Fayyaa rifeensaaf. 15. Dhibee ilkaaniif. 16.dhiiguu irgoo keenyaatiif. 17. Fayyaa onneef. 18. Fayyaa sammuu keenyaatiif. Galatooma lammii koo . Fayyaa hindhabinaa! ⭐Follow ⬇️ @GORSA_FAYYAAF
Mostrar todo...
👍 15
✍🟢Yeroo Hirribaa Afaaniin Hafuura Baafachuun Miidhaa Qaba jedhame dubisaa Wayita irribaa afaaniin afuura baafachuun nyaatamuu ilkaaniif nama saaxila: qorannoo Namoonni baay’een wayita rafan funyaaniin afuura baafachuu filatu; akkataan hafuura baafannaa kunis gaarii akka ta’e ni himama. Darbee darbee garuu dhibeewwan kanneen akka utaalloo wayita mudatan cufamuu funyaanii waliin wal-qabtee afaaniin afuura baafachuun mudachuu danda’a. Haata’u malee qorannoon dhiyeenya geeggeeffameen haalli hafuura baafannaa akkanaa rakkoo akka qabu mul’isa.Qorannoon Niwizarlaanditti geggeeffame akka mul’isutti afaaniin afuura baafachuun nyaatamuu ilkaaniif nama saaxila. Kun kan ta’u ammoo hafuura afaaniin wayita baafannu hancufni afaan keessa jiru goguu jalqaba,kunammoo afaan keenya asiidawaa akka ta’u taasisa.Afaanni asiidawaa ta’uun ammoo daawwitiin ilkaanii akka miidhamu darbees akka nyaatamu gochuuf humnisaa olaanaa ta’uu qorannichi ibseera. Dhiibbaa Baakteeriyaa kamiirrayyuu caalaa ilkaan akka caccabu godha, yeroo keessa ammoo akka nyaatamu godha. Qorattoonni kunniin namoota tole jedhan 10 irratti qorannoo kana geggeessaniin mirkaneessineerra jedhu. Walakkaan isaanii wayita irribaatti afaaniin akka hafuura baafatan, walakkaan ammoo akka barame funyaaniin afuura akka baafatan godhaniiru. Kana gochuuf carraa hafuura afaaniin akka baafatan dirqamsiisu uumuun yoo ta’u, kanaanis hamma asiidii madaaluu danda’aniiru. Wayita irribaa afaaniin kan hafuura baafatan giddu-galeessaan 6.6 yammuu ta’u, kunis asiidawaa agarsiisa. Kunis gogiinsa afaanii fi baay’achuu asiidii fiduun nyaatamuu ilkaaniif nama saaxila jedhaniiru qorattoonni. Funyaaniin kan hafuura baafatan ammoo 7.3 ta’eera. Beezii yookaan Alkaalaayiniin jiraachuu agarsiisa, miidhaa tokkoyyuu kan hin-qaqqabsiifne jechuunis ibsaniiru. Kanaafis yoo danda’an sa’aatii hirribaatti afaaniin hafuura baafachuu irraa yoo of-qusattan gaariidha jedhaniiru ogeeyyiin. #share Fayyaa hindhabinaa! ⭐Follow ⬇️ @GORSA_FAYYAAF
Mostrar todo...
👍 8
Repost from N/a
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐂𝐨𝐥𝐥𝐞𝐜𝐭𝐢𝐨𝐧 𝙲𝙻𝙸𝙲𝙺 & 𝙹𝙾𝙸𝙽 𝚄𝚂 𝙽𝙾𝚆 👇     . ⇣ ⇣ ⇣  👇👇👇👇 👉✨JOIN✨👈 👉✨JOIN✨👈 👆👆👆👆                   🔳🔳                   🔳🔳          🔳🔳🔳🔳🔳🔳          🔳🔳🔳🔳🔳🔳                   🔳🔳                   🔳🔳 👇👇👇👇 👉✨JOIN✨👈 👉✨JOIN✨👈 👆👆👆👆 👆 ♥︎‿♥︎ 𝖳𝖺𝗃𝖺𝖺𝗃𝗂𝗅𝖺 𝗄𝖾𝗇𝗇𝗂𝗇𝗎𝗍𝗍𝗂 𝖻𝖺𝖺𝗒'𝖾𝖾 𝗀𝖺𝗆𝗆𝖺𝖽𝖽𝗎! 𝖨𝗍𝗍𝗂 𝗀𝗈𝗋𝖺𝖺 𝖻𝗂𝗋𝖺 𝗁𝗂𝗇 𝖽𝖺𝗋𝖻𝗂𝗇𝖺𝖺𝗍𝗂𝗂!(◕‿◕)👆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦    𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
7👍 2