cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Garee Suparvaayizaroota Barnootaa A/Qumbii

Time is gold Barumsi bu'uura dinagdee biyya tokkooti,kanaaf wallaallummaa dhabamsiisuuf haa tumsinuu!!!

Mostrar más
Finlandia2 318El idioma no está especificadoEducación54 765
Publicaciones publicitarias
1 883
Suscriptores
Sin datos24 horas
+1027 días
+31030 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

BBO'n #Aanaalee_Oromiyaa_hunda keessatti #Paarkii_Dijitaalaa/Digital Park/ hundeessuu eegaleera. --------------- BBO-Waxabajjii 30/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #hojii_tajaajila _lammummaatiin #paakeejii_barnootaa_torba akka naannootti raawwachuuf gaafa 29/10/2016 Godina Harargee Bahaa $Magaalaa_Calanqootti jalqabsiisuun ni beekama. Paakeejiiwwan torba keessaa bifa adda ta'een raawwachuuf kan dhihaate #PAARKII_DIJITAALAA/ICT aanaalee naannoo Oromiyaa keessatti argaman hunda waliin gahuudha. Hundaa'un Paarkii ICT kun jaarraa dijitaalaa kana keessatti - dhaloota sadarkaa olaanaan teeknooloojiitti fayyadamuu danda'u horachuuf - Teeknooloojiitti fayyadamuun #gahumsa_waa_kalaquu akka dagaagfatan,(#Artificial_Intelligence/ - Saayinsiifi teeknooloojiitti fayyadamuu #aadaa akka taasifatan, - Saayinsiifi Teeknooloojiin sadarkaa addunyaatti #dorgomaa ta'an horachuu yoo ta'u, #Istaandardiin_Paarkii_Dijitaalaa/ICT :- -Yoo xiqqaate aanaa tokko keessatti paarkiin tokko hundaa'uu qaba, - 'Internet' jiraachuun dirqama. - Paarkiin Dijitaalaa/ICT (PD/PICT) tokko kompitara deeski tooppii(Desktop Computer) 20fi ol qabaachuu qaba. - Aanaa keessatti bakka jiddu galeessa ta'eefi 'INTERNET' qabu, barattootni itti fayyadamuu danda'an, - Barataan Sadarkaa barnootaa kamiiyyuu irra jiru fayyadamuu ni danda'a, - Kutaa bal'aafi ifa ta'e, - Waajjirri barnootaa Aanaa dhihootti kan hordofuufi to'achuu danda'u qopheessuun barattoota keenya fayyadamtoota teeknooloojii taasisuun barbaachisaadha. Kanuma bu'uura gochuun Godinaaleen tokko tokko Paarkii ICT kana aanaalee tokko tokko keessatti hojii jalqabaniiru. Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqootti guyyaa 29/10/2016 kompitara 20 BBO irraa argataniin haala barbaadameen hojiirra ooleera. Walumaa galatti hojiiwwan bara bajataa 2017 Tajaajila Lammummaatiin hojjatamuuf karoorfaman keessaa tokko 'Digital Park' aanota hundatti banuun barattoota keenya saayinsiifi teeknooloojii fayyadamaa taasisuuf wal cinaa dhaabbachuu qabna. Kanaafuu, hawaasni keenya hundi hojii Biiroon Barnootaa Oromiyaa #dhalootaa_saayinsiifi_teeknooloojiin_qaruuf_hajjataa jiru kana hanga humni keessan heyyameen akkuma kanaan duraa gahee keessan #akka_gumaachitan dhaamsa keenya ta'a.
Mostrar todo...
👍 1
https://t.me/major/start?startapp=932694009 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
Mostrar todo...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

1
https://t.me/major/start?startapp=932694009 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
Mostrar todo...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

⭐️Hello, ⁨Abas⁩! Welcome to @Major! Your main task is to become the coolest Major by making simple tasks (inviting another Majors, sending gifts etc) and getting ⭐️Stars. ⭐️Good Luck!
Mostrar todo...
Mostrar todo...
FBC Afaan Oromoo

Ministirri Muummee Barsiisotaaf beekkamtiin kennan daran akka hojjennuu kan kakaasuudha-WBI Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Ministrri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barsiisonni ijaarsa...

Photo unavailableShow in Telegram
👍 1
M/b/burqa nagayaa lukkuu firii 8 oggeessa w/b obbo naasir m/d irraa fudhani jiruu
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Leenjii koompitara Afaan Oromoo kutaa 1ffaa-10ffaa

Leenjii bu'uura koompitaraa Afaan Oromoon kutaa 1ffaa-10ffaa Leenjii kompitaraa Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa, koorsii guutuu bitachuudhaaf: bilbila 0946392096, t...

👍 4
Karoora Barataa bara 2017 isa dhumaati isinis mb keessanii qooddanii akka gadi buuftan haa ta'u
Mostrar todo...
Karoora Barataa 2017 final.xlsx0.31 KB
👍 1 1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.