cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

๐ŸŒŽ Oromiyaaf Oromoo

Mostrar mรกs
Finlandia1 223El idioma no estรก especificadoPolรญtica14 376
Publicaciones publicitarias
1 341
Suscriptores
Sin datos24 horas
-107 dรญas
-5730 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Biyyeen sitti haasalphattu
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
๐ŸŒJalqabaaf xumura! Eessaa kaaneeti eessatti deemaa jirra ๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฏ๐Ÿชข Mucuccaattee kuftee, kaates mucucaatta taanaan kahumsi kees galmi kees mucucaataa taha! Abo wbon egeree abdiif ,kutannoo makattee sochootu hammateeti galma dhokataa ifni keessa jiru sanatti gugguuffiin deemuutti jira. Ol jedhee adeemuuf carraa xumuraarraan gahuuf ,uffattoota gogaa yeeyyii uffachuun hoolaa waliin michooman dammaqiinsaan of irraa qoleeti gara dhaabbiitti deemuutti jira. Ol jedhee dhaabbachuun Abo Wbo namoota daldala siyaasaa fi maqaa ABO jedhu akka jireenyaatti qabatanii siyaasas waraanas akka nama of harkaa qabuutti dafqaaf dhiiga qulqulluun jiraachuu barbaadaniif gaaffii baraan deebii hin arganne tahee hafuunsaa waan hin oolle! Itoopiyaan dhiiga oromoo soorattu ofiif jiraachuuf utuu hin taanee ,soorattoota dhiiga qulqulluu kaleessaatu hambaa bicuu hambifatee jira ,sana akka silmiitti kutnee oromiyaattii baasuuf kan hojjetu ABO WBON yoomuu qalbii miciraa qbduun ,xiiqiin galmaan gaha ๐Ÿ’ช Xiiqiin dammarra mi'oofti! Oromiyaan biyya
Mostrar todo...
Tigraay biyya ishee keessatti afaan Amaaraan akka hin baratamne dhorkite!
Mostrar todo...
Lsmmii koo Dogoggora hojjechuu hin sodaatinaa! Milkaa'ina namoota dinqisiifannu duuba baay'ina dogongora heddutu jira. Irra deddebitee yoo yaalte wanta barbaaddu qulqulluu sana argachuu dandeessa. Yeroo galma ga'uuf kaate dogongora gonkumaa hin sodaatin argannoon hedduun dogoggora hedduu booda dhalata! Guyyaa gaarii!!
Mostrar todo...
02:39
Video unavailableShow in Telegram
แ‹ญแˆ„ แˆแ‰ณแ‹ฉแ‰ต แ‹ˆแˆˆแŒ‹ แ‹แˆตแŒฅ แˆตแแˆฎ แˆ…แ‹แ‰ฅ แŠฅแ‹จแŒจแˆแŒจแˆ แ‹ซแˆˆ แ‹จแ‹แŠ– แˆตแˆซแ‹Šแ‰ต แŠแ‹ แ‹ญแˆ„ แˆƒแ‹ญแˆ แ‹จแˆšแˆจแ‹ณแ‹ แŠแŠ•แŠแŠ” แ‹แˆตแŒฅ แ‰แŒญ แ‰ฅแˆˆแ‹ แˆˆแ‰คแ‰ฐแŠญแˆญแˆตแ‰ฒแ‹ซแŠ• แˆ›แˆตแˆญแ‹ซ แ‰ แˆšแˆ แ‰ แˆ›แˆ…แ‰ แˆจ แ‰…แ‹ฑแˆณแŠ• แŠฅแŠ“ แŠฆแˆฎแˆž แŒ แˆ แ‰ แˆ†แŠ‘ แŠ แˆญแ‰ฒแˆตแ‰ถแ‰ฝ แŠแ‹ แข แ‹จแ‹ˆแˆˆแŒ‹ แˆ…แ‹แ‰ฅ แ‹ซแˆˆแ‹ แ‰ฅแ‰ธแŠ› แŠ แˆ›แˆซแŒญ แˆ˜แ‹ฐแˆซแŒ€แ‰ต แˆ˜แ‰ณแŒ แ‰… แŒ แˆ‹แ‰ตแŠ• แŒ แˆญแŒŽ แˆ›แŒฅแ‹แ‰ต แ‰ฅแ‰ป แŠแ‹แข
Mostrar todo...
00:31
Video unavailableShow in Telegram
# Injifannoo_W*B*O_Z/Bahaa Adoolessa 15/20233 Godina Harargee lixaa Aanaa Mi'eessoo Araddaa gulufaa Iddoo addaa #Marfoo jedhamutti Tarkaanfii fudhateen Humna diinaarraa 10 du'aan yoo adabu 15ย  madoo dandammii hin qabneen adaba tolchee jira. Tarkaanfii W*B*On zoonii bahaa humna diinaarratti fudhate kanaan Sniper 1 Akm turkey 3 Shugguxii 1 Raadiyoo qunnamtii 1 Hidhannoo 2 Boombii 4 Rasaasa bireenii 1200. Moonaa qabsoo bilisummaa oromoof galii godhee jira. Tarkaanfiin W*B*On diinarratti fudhatu cimee itti fufa.
Mostrar todo...
๐Œ๐€๐๐ƒ๐ˆ๐ˆ: ๐“๐š๐š๐ญ๐ž๐ž ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š Hagayya 16/2023 Lixa Wollagaa, Magaa Mandii keessattii waaree booda sa'a 11:30 tti RIB machoofte Boombii dhoosuun namoota madaa'an 1 Eebbisaa Bantii Kaabinee B.Magaalaa 2. Kabbadee Nama jedhamu hojjetaa waajjiruma nageenyaa Magaalichaa 3. Balaayi Taaffaree - waajjira nageenyaa 4. Barsiisa Sixootaa Damaraa 5. Gammachiise Qajeelaa 6. Barsiisa Yooseef Qalbeessaaย  madoo xiqqaa 7. Galaana Getana Jara: madoo xiqqoo Kanaan wal qabatee Namoota RIBn ajjeefaman Ijoollee Baajaajii oofan 1. Abbabee jedhama jedhu abbaa ijoolleeti 2. Mucaa Qilxu kaarraa tokko maqaa adda hin baafamne Nama lama RIB miillaan oofanii dachaa Daangootee geessanii ajjeesanii deebi'an jedhama eenyummaan isaanii hin baramne ammaf garuu hidhamtoota mana hidhaatii baafamanii dha jedhu.
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
แ‹จแˆแŠ•แ‰ฐแŠญแˆˆแ‹ แˆˆแ‰€แŒฃแ‹ฉ แ‰ตแ‹แˆแ‹ต แŠแ‹:: Kan dhaabnu dhaloota dhufuufidha. We are planting for the next generation!
Mostrar todo...
02:46
Video unavailableShow in Telegram
๐—ž๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ ๐—ฆ๐—ต๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฟ Daa'imman xixiqqaa kanneen PPn faayidaan goyyomsitee hojii basaasaatti bobbaafte. Daa'imman waan siyaasaa mitii, balbala maatii ofii irraayyuu fagaatanii ooluu hin eegaliin xaxaa siyaasaa keessa buusani.
Mostrar todo...
02:46
Video unavailableShow in Telegram
๐—ž๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ ๐—ฆ๐—ต๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฟ Daa'imman xixiqqaa kanneen PPn faayidaan goyyomsitee hojii basaasaatti bobbaafte. Daa'imman waan siyaasaa mitii, balbala maatii ofii irraayyuu fagaatanii ooluu hin eegaliin xaxaa siyaasaa keessa buusani.
Mostrar todo...