es
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

Ir al canal en Telegram

Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

Mostrar más
4 722
Suscriptores
-324 horas
-217 días
-9630 días
Archivo de publicaciones
Sababoota gurguddoo 5 telegram app Hologram waliin fayyadamuu qabdan: 1. Bakka ergaa afaan barbaaddanitti hiikuu dandeessan 2
Sababoota gurguddoo 5 telegram app Hologram waliin fayyadamuu qabdan: 1. Bakka ergaa afaan barbaaddanitti hiikuu dandeessan 2. Bakka salphaatti kaardii bitachuu dandeessan (bonus %10 ni argattu) 3. Kaffaltii dabalatee kaffaltii bakka itti raawwachuu dandeessan to Ethiopian Airlines 4. Bakka seenaa itti qoodnu; Bakka suuraa piroofaayilii hiriyyaa keessanii like gochuu dandeessan fi 5. Bakka salphaatti meeshaalee chaanaalii Telegram irraa bitachuu fi gurguruu fi tajaajila Telegram hunda itti argattan.👇

Appiiwwan hamoo Applikeeshinootni hamoo tahan namoota dhuunfaa fi dhaabbilee yaaddoo keessa galchu. Bakka qabachuun qofa osoo hin taane madda vaayirasiiti, beeksisoota namni hin feenes namatti ergu. Dhaabbanni Google bara kana keessa qofa applikeeshinoota Android’f hamoo tahan kuma 900 haqee jira. kunimmoo kan bara 2017 ture irraa harka 80 caalmaa qaba. Applikeshinootni hamoo tahan kuni, sababoota maamiltoonni irra deddeebiin ittiin rakkataniif akka furmaata fidaniitti of ibsu. Gosti Applikeeshinoota sadan moobaayila keenya irratti fe’uu hin qabne kunooti. 1. Kanneen “chaarjii Moobaayilii tursiisna” jedhan Yeroo tokko tokko moobaayilli keenya yeroo baayyee murteessaa ta’etti chaarjii fixuun dhimmi kuni yaaddoo nutti tahee applikeeshinoota chaarjii baatirii moobaayilaa ni tursiisna jedhan akka buusnee irratti feenuf nu dirqamsiisu. ‘Applikeeshinootni chaarjii moobaayilii ni tursiifna jedhan hundi ni sobu. Waadaa raajii galuurraa kan hafe guyyaa tokkollee rakkoo kana furanii akka hin beekne Gaazexeessaan Teeknolojii Ferrari-Herrmann ni hima. Yoo charajii moobaayilii keessanii tursifachuu barbaaddan akkaataa itti fayyadama keessanii sirreefachuutu fala taha. Applikeeshinoota chaarjii fixuu dandahanii fi itti hin fayadamne cufuunis fala biraati. 2. Kanneen moobaayila qulqulleesina jedhan Applikeeshinootni biroo moobaayila keenya irratti fe’uu hin qabne kanneen’ keessoo moobaayilaa qulqulleesuun si’oomina moobaayilaa ni daballa’ jedhanidha. Isaan keessaa applikeeshiniin ‘Clean Master’ jedhamu isa ijoodha. Akka ogeessi teeknolojii Ispeen José Garcia-Nieto, jedhutti, applikeeshiinin ‘Clean master’ kuni moobaayilaratti yoo fe’ame applikeeshinootni biroo kan kaampaanii ‘cheetah mobile’irraa omishaman akka gara moobaayila keessanitti yaa’an godha jedha. Kanaan alatti applikeeshinootni akkanaa waan tokkoyyuu faayidaa akka hin qabne hima. 3. Kanneen “mobaayila ni si’eessina” jedhan Mobayailli keenya yeroo fayadamnu humnaa ol ho’uunis rakkoo fayaamtooni kaasani.sababa aduu keessa yeroo dheeraa turuu, vaayirasiidhaan yookin mobayila keenya boqonnaa malee sa’aatii dheeraaf fayyadamuurraa madda. Sababnisaa kamis tahu falli applikeeshinoota hoo’ina moobaayilaa hirisna jedhan fe’uu dhiisuudha. Applikeeshinoota kanneen mobaayilaratti fe’uun rakkoo dabalataa fiduurra kan hafe furmaata fidu tokkollee hin qabu. Hoo’inni mobaayila keenyaa dabalee si’eessuu yoo feene, cufnee daqiiqaa muraasa tursiisuun furmaata sirriidha. Itti fayyadama Moobaayilaa irratti dhimmootni armaan gadii ni gorfamu: Applikeeshinoota ‘Apple yookin Google office store’ irraa buufachuu Applikeeshinoota furmaata ajaa’ibaa finna jedhanii waadaa galan buusuu dhiisuu Yeroo yeroodhaan bilbila keenya keessoosaa haaromsuu (update) App Farra vaayirasii tokko tokko amanuu dhiisuu. Share & Join Us•                  Channel •|| @Abbi_Tech

Warri TELEGRAM hin hojjetu jettan proxy kana fayyadamaa 👇👇 connect godhaa https://t.me/proxy?server=russia-dd.proxy.digitalresistance.dog&port=443&secret=ddd41d8cd98f00b204e9800998ecf8427e

Badhaasa kaardii moobaayilaa! Bar fayyadamuun yoo xiqqaate taphoota 3 irratti odds 1.2 Birrii 50 irraa eegalee taphattoota ja
Badhaasa kaardii moobaayilaa! Bar fayyadamuun yoo xiqqaate taphoota 3 irratti odds 1.2 Birrii 50 irraa eegalee taphattoota jalqabaa 100 keessaa tokko ta'uun kaardii mobaayilaa Birrii 25 bilisaan guyyaa guyyaan injifadhaa 21+ Itti gaafatamummaadhaan taphadhaa.👇

Majete Concert Galma Millennium Artistootni baayyeen irratti argaman Artistoota akka ✔️ MAHMOUD AHMED ✔️ LECLNCHO GEMECHU ✔️
Majete Concert Galma Millennium Artistootni baayyeen irratti argaman Artistoota akka ✔️ MAHMOUD AHMED ✔️ LECLNCHO GEMECHU ✔️ YERED NEGU ✔️ BETTY G ✔️ ABINET AGONAFER ✔️ ZEBIBA GIRMA ✔️ NINA GIRMA ✔️ ZIGI ZAGA Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50 Qopheessineerra. Seenaa 👇👇

😱Wow Beeksisa hojiilee garagaraa✅ 👌Beeksisa Hojiilee Garagaraa Iddoo Tokkotti Argachuu Yoo Feetan, Akasumas yoo qacarrii na
😱Wow Beeksisa hojiilee garagaraa✅ 👌Beeksisa Hojiilee Garagaraa Iddoo Tokkotti Argachuu Yoo Feetan, Akasumas yoo qacarrii namootaa barbaaddan link kanaan seenaa👇👇 🤩Mana Carraa Hojii Keessanii🥰

Akkuma beekamu Amma galgala kana jalqabee Telegram iddoowwan baay'eetti hojjechaa hin jiru. Garuu App VPN fayyadamuun Akka nama biyya biraa jiruutti telegram keessan seentani fayyadamuu dandeessu. VPN app Isaa buufachuuf

#Advertise Majete Concert at Millennium Hall Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50💵 qopheessineerra.
#Advertise Majete Concert at Millennium Hall Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50💵 qopheessineerra.👇

#Advertise Majete Concert at Millennium Hall Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50💵 qopheessineerra.
#Advertise Majete Concert at Millennium Hall Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50💵 qopheessineerra.👇

#Advertise Majete Concert at Millennium Hall Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50💵 qopheessineerra.
#Advertise Majete Concert at Millennium Hall Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50💵 qopheessineerra.👇

#Advertise Majete Concert at Millennium Hall Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50💵 qopheessineerra.
#Advertise Majete Concert at Millennium Hall Amma namoota 10 ol waliin tikkeettii qooddataniif hir'ina %50💵 qopheessineerra.👇

Taphi Maanchistar Siitii fi Saawuzhaampitan Istaadiyeemii Etihaad irratti taphatamu har'a sa'aatii 11:00 irratti kallattiin ITV Entertainment irratti kan darbu ta'a. Taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz qarshii guddaa baasuun mirga tamsaasuuf kan bite #EBCn taphoota kana daawwattoota biyya keessaaf anteenaa qofaan osoo hin taane, #saatalaayitiin akka tamsaasu mirkanaa'eera. Piriimiyerliigii Ingiliiz alattis taphoota waancaa addunyaa Qaxar hundi kallattiin ITV Entertainment irratti akka darbu beekameera.

photo content

✳️Yoga Vpn ℹ️Namoonni WI-FI fayyadamtan yoo saffisni isaa isin jalaa gad bu'e App kana fayyadamuun saffisa isaa dabaluu dandeessu. Share & Join Us•                  Channel •|| @Oro_Tech_Tips

photo content

#Diivii Diivii bara 2024 Fulbaana 25 hanga Onkoloolessa 29 bara 2015'tti(Akka lakkoofsa Awurooppaatti October 5 hanga November 8/2022) Online'dhan guutuun akka danda'amu Itiyoophiyaatti kan argamu Imbaansiin Ameerikaa ifa godheera. Guutuudhaaf 👉Yoo xiqqaate Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Xumuruun dirqama. 👉Guutuun kan danda'amu Online'dhaan qofa yemmuu ta'u, Guutuudhaaf Kaffaltii kamuu hin gaafatu. 👉Online'dhan eega guuttanii booda lakkoofsa mirkaneeffannaa isiniif ergamu qabadhaa. Yeroo carraan ba'e Online'dhan kan ilaalamuun danda'amu lakkoofsa mirkaneeffannaa isiniif ergamu qofaan. 👉Suuraa ji'a 6 dura ka'ame fayyadamuun barbaachisaadha. 👉Ameerikaan Addunyaa irratti waggaa waggaadhaan namoota kuma 50 Carraa Diversity yookiin diiviintiin gara biyyaa isheetti ni fudhatti. Isaan kana keessaa Carraan Afrikaa kuma 38 dha. Galmeef 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://dvprogram.state.gov

♻️if you want to be posted on the daily education channel come and join education is important for all

✳️ Google camera. ▫️Yoo kaameeraan bilbila keessanii qulqullina hin qabu ta'e App kana buustanii Suuraa qulqullina qabu argachuu dandeessu. Share & Join Us•                  Channel •|| @Oro_Tech_Tips

photo content

photo content