ABBI TECH
Ir al canal en Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Mostrar más4 747
Suscriptores
-324 horas
-187 días
-10030 días
Archivo de publicaciones
4 746
Only the first 20 people will be admitted to the group where the best quality signals are shared 🔥🔥
I personally recommend you to participate 👇
https://t.me/+LtTG49-GDoJjNjRi
Also don't miss the VIP GROUP where additional signals are shared 💎🔥👇🏻
https://t.me/+LtTG49-GDoJjNjRi
4 746
#BEEKSISA
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Fudhachuuf Qophaa'aa Jiran Hundaaf
------------
BBO-08/09/2017
Waraqaa Eenyummaa Galma Qormaataa ittiin seentan (Admission Card) liinkii asii gadii irratti gadhiifameera. https://exam.eaes.et
Kanaafuu,
- Barataan qormaataaf galmaa'e hunduu Mana Barnootaa itti galmaa'e irraa karaa bakka bu'aa isin galmeesseen argachuu ni dandeessu.
-Qoratamtootni dhuunfaa immoo, Mana Barnootaa akka buufata qormaataatti keessatti galmooftan deemuun waraqaa nagahee (Issue Number) yeroo galmooftan isiniif kenname agarsiisuun fudhachuu ni dandeessu.
#Haaluma_kanaan: Yeroo galmooftan dogoggora Suuraa, Maqaafi dogoggora qubee, Saalaa, gosa barnootaafi kkf yoo isin qunname gara mana barnoota keessaniitiin ragaan gurmaa'ee yoo dhihaate sirreessuun akka danda'amu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaataalee Itiyoophiyaa beeksiseera.
4 746
✅ Yoo bilbilli keenya nu jalaa bade iddoo isaa barbaaduuf kan nu gargaaru Samsung Find My Device fi Google Find my device kan jedhaman garaagarumma isaanii maal akka ta'e beektuu? Kamtu feature gaarii qaba?
👉Samsung Find My device
Fayyadamuuf Samsung account qabaachuu barbaachisa. Account kanaanis bilbila ykn computer keenya irrattti login gochuu barbaachisa. Akkasumas bilbila Samsung qofaaf barbaachisa.
Link: https://smartthingsfind.samsung.com/
✍️Features
⚫Bilbilli keenya remotely sagalee guddaadhaan akka yaamu gochuu dandeenya.
⚫Bilbila keenya irraa odeeffannoo/data guututti balleessuu dandeenya.
⚫Locatin bilbila keenya itti argamu map track fayyadamuun argachuu dandeenya (location bilbila keenyaa On ta'uu qaba).
⚫ Battery life bilbilaa extend gochuu dandeenya.
⚫Bilbila keenya Lost mode irraa gochuu dandeenya.
⚫ battery satatus bilbila keenyaa ilaaluu dandeenya.
👇Featurota kanneen argachuuf :
1) bilbila keenya internet iŕratti connected ta'uu qaba.
2) Iddoo exact beekuuf Location ON ta'uu qaba.
👉Google Find My device
Fayyadamuuf Google account qabaachuu qabna. Bilbila keenya irrattti login gochuu qabna. Bilbila hunda irrattiyyuu ni hojjata.
Link: https://www.google.com/android/find/
✍️Features
⚫ bilbila keenya remotely cufuu dandeenya.
⚫ battery status bilbila keenya ilaaluu dandeenya.
⚫ Bolbila keenya guutumatti remotely factory reset gochuu dandeenya.
⚫ payment information bilbila keenya irra jiru guutumatti balleessuu dandeenya.
⚫ Google account bilbila keenya irra jiru hunda sign out gochuu dandeenya.
Note!!
Kanaan dura pattern keenya yoo irraanfanne filannoo unlock jedhu waan qabuuf carraa bilbila keenya banuu qabna turree amma garuu feature kuni lamaan isaanii irrattuu hin argamu.
4 746
With its advanced technology and customer-centric approach, Global Cloud Mining offers a sustainable way to mine cryptocurrencies in 2025. Whether users are experienced investors or beginners, the platform ensures profitability and ease of use.
Become a new member and receive a $18 credit to spend on the platform. This bonus is a welcome bonus and a recognition of your earning potential.
The key to safe cloud mining is choosing a company with a long track record, real data center connections, and clear terms. In our 2025 review, Global Cloud Mining ranked #1 for trust, transparency, and overall user satisfaction.
**High-yield contract plans to choose from**
Looking for higher returns? Join a more profitable contract plan to achieve long-term performance growth. These flexible plans help you steadily increase your income while optimizing your financial planning.Official
website: https://tglink.io/aa9ecc4ef7e6
4 746
Ⓜ Telegram package
✅
┌─�
│ 🗂 ꜰɪʟᴇ : ᴀɴᴅʀᴏɪᴅ 📲
├─�
│💾 ꜱɪᴍ : 𝔼 t
├─�
│ 🤩 ᴀᴘᴘ : ʜᴛᴛᴘ 𝕛𝕛𝕖𝕖𝕣 🤩
├─�
🤩 For your family and friends
For students
🤩 Please share the channel.🤩
4 746
+1
【DPK-AI Trading】Automatic quantitative system can automatically search for the lowest selling price of digital currencies such as BTC, ETH, USDT, etc. on major exchanges, and quickly purchase them in seconds.
1.DPKAI-quantification, deposits and withdrawals are automatically credited.
2. VIP1-VIP11, quantitative income 20% -35% income.
3. Support multi-currency, smart investment income 25%% up to 40% income.
4. Quantification is reset every 24 hours, and each person can participate in quantitative trading income once a day.
5. Recommend three-level agent invitation rewards, the more invitations, the more rewards, there is no upper limit [A reward 10%, B reward 5%, C reward 3% = 18% reward], send the invitation link to share to your social software, such as: Tiktok, Facebook, Twitter, YouTube, Instagram, WhatsApp group, Telegram group, etc.
【DPK-AI Trading】Registration link: https://dpk-ai.com/#/register?ref=549396
【DPK-AI Trading】Online customer service: https://chat.ssrchat.com/service/gomw2j
4 746
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu in jaallattuu
Warrii kolfa jaallattan gara chaanaali haaraa Qoosaa gochuun waliin haa kofallu 😁.
Join gochuun kolfaa oolaa.kolfuun umurii dheeressaa👇
4 746
Repost from 𝗢𝗥𝗢 𝗥𝗘𝗔𝗟 𝗠𝗔𝗗𝗥𝗜𝗗™
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu in jaallattuu
Warrii kolfa jaallattan gara chaanaali haaraa Qoosaa gochuun waliin haa kofallu 😁.
Join gochuun kolfaa oolaa.kolfuun umurii dheeressaa👇
4 746
😱😱😱Nama dursee deebise 10nif badhaasa qarshii 500 qopheessineerra
Dafi deebisi Abba carra tahi🫵
10+10-20×0÷10 = ⁉️
@Centrall_Cee1
4 746
🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf Channel kana gadi Join godhi
Free internet fayyadamii dafi join godhii.🫵🫵🫵🫵
@Centrall_Cee1
4 746
😱😱😱Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
@Centrall_Cee1
4 746
📣Namonni Channel Kessaan WAVE Galfachuun Yeroo Muraasa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif
✅ @Centrall_Cee1 Na Dubbisaa
✅Kanneen Subscribers
📈📈📈
➡️Above✅ 5k+ subscribers
➡️Above✅ 8k+ subscribers
➡️Above✅ 10k+ subscriber
➡️Above✅ 15k+ subscriber
⚠️Hub.Channel views in qabne In fidinaa❌
🗣️Na Dubbisuf ➡️📥 @Centrall_Cee1
🗣️Na Dubbisuf ➡️📥 @Centrall_Cee1
4 746
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu in jaallattuu
Warrii kolfa jaallattan gara chaanaali haaraa Qoosaa gochuun waliin haa kofallu 😁.
Join gochuun kolfaa oolaa.kolfuun umurii dheeressaa👇
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
