cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromia Urban Planning Inistitute

To see cities, towns and rural growth center of oromia region to be guided by modern plan in thier respective, livable and engine center for science, technology, industry and market.

Mostrar más
Finlandia2 249El idioma no está especificadoPolítica14 590
Publicaciones publicitarias
1 928
Suscriptores
+524 horas
+547 días
+28830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Waxabajjii 14,2016. OUPI.COM. Hojjetootnnii Inistiitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa Haala yeroo Biyyaa fi Naannoo irratti Mar’achaa jiru. Hojjetootnnii inistiitiyuutichaa haala yeroo biyyaa fi Naannoo irrattii hubannoo wal-fakkaataa qabaatanii humnaa oomishtummaa isaanii dabaluun jiruu fi jireenya isaanii akka fooyyeffataniif mariachi kan barbaachisee ta’uu ibsameera. Maricha irratti Barreeffamnni ka’umsaa ‘ Garaagartummaa irraa gara Oomishaatti jedhu Karaa Itti aanaa Daayirikteera olaanaa fi Hoogganaa Damee qophiin pilaanii Magaalota Oromiyaa obbo Shallamaa Abbabaa Dhiyaatee irratti mari’atamaa jira.
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Waxabajjii 13, 2016 OUPI.COM Juuriin pilaanii caasawaa magaala Asallaa fi pilaanii Misooma Qe’ee magaalaa Roobee Ogeessota Inistiitiyuutii pilaanii magaalota oromiyaan qophaa’aa jiru mariif dhiyaatee irratti mari’atameera. Pilaaniin Caasawaa magaalaa Asallaa bal’ina lafaa heektaraa 40,025 uwwisuu irratti ogeesotaa Inistiitiyuutii pilaanii magaalota oromiyaan qoratamaa jiru mariif dhiyaatee irratti kan mar’atame yoo ta’u pilaaniin qophaa’aa jiru kun waggoottan kurnan itti aananiif Magaalaan Asallaa jiruu fi jireenya jiraattota isheef mijooftuu akka taatu, diinagdee magaalichaa guddisuu, fi gidduu gala ikkoo turizimii akka taatuuf akkasumas walitti hidhaminsa magaalota ollaa waliin qabduu cimsuuf kan gargaarudha. Pilaaniin Caasawaa magaalaa Asallaa qophaa’aa jiru kun karaa egeree magaalittii dhugoomsuu danda’uun xiyyeffannoo guddaan hojjetaamaa waan jiruuf galtee yaada marii irraa argameen gabbisuun qophaa’ee erga xumuramee booda hojii irra kan oolu ta’a. Bifuma wal-fakkaatuun Juuriin pilaanii misooma qe'ee magaalaa Roobee Iddoo addaa Boolee Tokkummaa fi Dizaayiniin pilaanii misooma qarqaraa LagaTogonaa Qarqara magaalaa Roobeetti argamu Ogeessota Inistiitiyuutii pilaanii magaalota oromiyaan qophaa’aa jirus mariif dhiyaate irratti mar'atameera. Pilaaniin misooma qe’ee fi Dizaayinii pilaanii misooma qarqara Laga Togonaa qophaa’a jiru kunis hawwatummaa magaalaa Roobee dabaluu bira darbee Egeree guddinaa magaalaa Roobe dabaluu keessatti qooda olaanaa waan qabuu xiyyeffaanoo guutuun hojjetamaa jira. Pilaaniin Misooma qe’ee magaala roobee iddoo addaa Boolee Tokkummaa bal’ina lafaa heektaara 360.32 fi Dizaayiniin pilaanii misooma qarqara laga Togonaa bal’ina lafa heektaara 1653.32 irratti qophaa’aa jiruu karaa qulqullina qabuun hojjretamee xumuramee hojii irra kaa ooluuf qindoominni qaamolee gargaaraa kan barbaachisu ta’uun ibasameera.
Mostrar todo...
Dorgomtootnni Inistiitiyuutii pilaanii magaalotaa Oromiyaatti hojjechuuf dorgomtanii Qormaata bareeffamaa fi Af-gaaffii dabartan maqaa n keessan foldeerii armaan gadii keessattii tarraa'ee jiru Boru ganama IPMOtti akka argamtan
Mostrar todo...
Bu'aa qormataa.pdf1.72 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Hordoftoota Amantaa Muslimaa Maraaf, Baga Ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) Waggaa 1445'ffaan Nagaan Isin Ga’e! Iid  al faxiir ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች፣ እንኳን ለ1445ኛው የኢድ አል አደሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ! Manaajimeentii fi Hojjettoota Inistiitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa                   Ayyaana Gaarii!
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.