cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Jaal Marro Team🙏

Fira Keef Diina Kee Adda Baasa Deemi Guyyaa Har'ati qabi✍

Mostrar más
Finlandia1 428El idioma no está especificadoNoticias y medios22 055
Publicaciones publicitarias
4 194
Suscriptores
+3124 horas
+1887 días
+63530 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Faana Sinbiraa
Photo unavailableShow in Telegram
Hirmii Baafadhaa Giddaa Ayyanaati WBO dhabamsiisu deeme rasaasa ijoolle abbaa caaliin biyyoti makame jira.
Mostrar todo...
16👍 12👏 4
Repost from Faana Sinbiraa
Photo unavailableShow in Telegram
Warri Kun warra ifaan malate lubbu olfatedha. Afaan waranaan booji'aama isa jedhan. 𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
Mostrar todo...
👍 22
Bobbaa Irbuu Shinniggaan WBOn zoonii Madda Albuudaa injifannoo boonsaa galmeessun ~63 yoo dacheen makuu ~47 refer gara Bireetti erguun Meeshaa ammayyaa ~AKM 24 ~PKM 2 dhuunfachun imala isaa itti fufee jira. IUOf 𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
Mostrar todo...
21👍 10
Repost from Jabeessaa Qeerroo
እነዚህ ሁሉት ቦታዌች የተራቡት ምንም ስለሆኑ አይደለም ይህ ሁሉ መከራ የደረሰባቸው ኦሮሞ ስለሆኑ ብቻ ነው..... በሥርዓተ መንግሥቱ ኦሮሞነትና ሰቦኑማ ካለህ አንተ ፀረ-ኢምፓየሪቱ ታጋይ ነህ ስለዙህ እንደ ማህበረሶሰብ አንድ ላይ ግፍ በደል ይደርስብሀል እምቢ ካልክ አንተ "ሸኔ" ነህ በዚህ ፋሽስታዊ አገዛዝ ሸኔ የእምቢተኝነትና የትግል ምልክት ሆኗል.... እነዚህ ዛሬ እንዲህ መዴ ላይ ፈሰው የምናያቸው እንዲህ ቤት አልባ የሄኑት ከስድድት ዓመት በፉት ኑሮውልቸውን መገመት ጠንቋይ መሄን አይጠበቅብንም ንፁህ ህሊና ብቻ ብዙ ነገር እንድናስተውል ያደርገና.... እንዲህ በብርድ ላይ በትኖ ንብረት አልባ ያረገው የሺርካ ህዝብ ቤት ንብረቱን አውድሞ ሜዳ በትኖት ያለው ይኽው የፋሽስት ሥርዓት ነው...... ዛሬም እንጮኻለን "ረሀብ ጊዜ አይሰጥም" ለወገኖቻችን ልሐረርና ሺርካ ህዝባችን እንድረስ.....
Mostrar todo...
7👍 1
Repost from Jabeessaa Qeerroo
ይምረርህም ይጣፍጥህም ገዴምቱም ሁን ከጄልቱ የፈለከውን ያህል ሸርና ደባ ብትጎነጉንም ኦሮሚያ ባለቤቱ ከሆነው ከኦሮሞ ህዝብና ከኦሮሞ ሠራዊት ውጪ ፈጽሞ ምንም እንደማታመጡ አረጋግጣሀለሁ ሳምንት አይደለም ዓመት ብትሰበሰብ ወፍ የለም.....አፈር በልተን ድንጋይ ቆርጥመንም አባት ምድራችንን ነፃ እናወጣለን....አንዴ የተነቃነቀ ጥርስ ተሙልሶ ጥርስ አይሆንም.....ከኑማ!!
Mostrar todo...
👍 5 2
Repost from Jabeessaa Qeerroo
Photo unavailableShow in Telegram
Gootichii waraanaa bilisummaa oromoo wbon zoonii kibbaa oromiyaa godinaa gujii bahaa aanaa saabbaa borutti birgeedii biiftuu bariifi cibraan Lagaa dambii waloon diinaa ummataa oromoo akkanatti haadhatti raree.
Mostrar todo...
1
Repost from Jabeessaa Qeerroo
Adaamii ollaa agamsaa ganamnis bo'icha galgallis bo'icha jedhan sana makmaaksaan dhaga'aa turre ijaan argine kaleessas ona #kiiramuutti finxaaleeyyiin amaaraa nama 3 nurraa galaafatteetti😥 1,barsiisaa Ayyaanaa Asaffaa 2,Gizaachoo fayyisaa 3,jalduu(konkolaachisaa )motor-saayikilii Taaten kunis guyyaa kaleesaa 5/6/24 tahuusaa nuuf himan
Mostrar todo...
Repost from Jabeessaa Qeerroo
Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Waxabajjii 6-2024 itti dhiyaadhaa!             Haala Oromiyaa,  Dubbii Maree Biyyaalessaa Ilaalchisuun Koloneel Abiy Ahimed Dubbate, Tola Ooltummaa fi Daldala Siyaasaa, Kaaba Impaayeerattii fi Gaanfa Afrikaa Irratti Maree Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo waliin taasisan! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofa
Mostrar todo...
ARRAATA BIYYOLESSA OROMIYAA (@ArraataO) on X

https://t.co/aHZMVJRlSF

👍 1
Repost from Jabeessaa Qeerroo
የትላንት የአጋ ዋዩ ወረዳ ምርኮኖች.....ስትያዙ መጨባበጥ አመል ነው!
Mostrar todo...
3
Repost from Jabeessaa Qeerroo
#Kaleessaa Shawaa kibba lixa aanaa Qarsaa Maallimaa magaalota Geetoo fi Jimaatee buufattee kan jirtu gidduu kana special commando ykn liyu komaandoo kan ofiin jettu Baaleetti leenjii xumurtee Bishoofttuu dhufuun Bishooftuu irraa Qarsaa maallimaa dhuftee kan buufattee irratti kaleessa sa'aatii 6:00 hanga 10:00tti irree fi gaachanni uummata Oromoo lol-aa irratti banuun 63 madoo 21 keessaa 7 galgala hospitaala Leemmanitti lu-bbuun dar-beera. Maati War-eegamtoota sirna Bilxiigginaaf jajjabinaa hawwinaa. #መረጃ፦ትላንት በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ቀርሳ ማሊማ ወረዳ ጌቶ እና ጂማቴ ከተማ አስተዳደር ሰሞኑን አሥፍረዋቸው የነበሩ ኮማንዶ ወይም ልዩ ኮማንዶ ራሳቸውን የሚሉና ባሌ ሠልጥነው ቡሾፍቱ አቆይተው ወደዚህ ያመጧቸው እነዙህን በዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በወሰደው እርምጃ በርካቴቹን ዶግ አመድ አርጓል እኩለ ቀን ማለትም 12:00pm-4:00pm በቆየው በዚህ አራት ሰዓታት ውስጥ 63 ሲቀረጥፍ 21 ክፉኛ አቁስሎ ከቆሰሉት 7ቱ ምሽት ሌመን ሆስፒታል ላይ ላይመለሱ አሸልበዋል.....አይዞሽ ገለቴ!
Mostrar todo...
4👍 2
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.