cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
366
Suscriptores
-124 horas
-67 días
-1230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh. ✍ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san. Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita. yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita. @Ibro @hundaafkeeyri
Mostrar todo...
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh. ✍ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san. Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita. yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita. @Ibro 👇 https://t.me/hundaafkeeyri
Mostrar todo...
HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

Photo unavailableShow in Telegram
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate  yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada gaarii isii irraa dhageeyfadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessan. 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
Mostrar todo...
Gaafa tokko Ergamaan RABBII ﷺ Ganama mana Aayyoo Aa'ishaa رضي الله عنها Dhufanii;" Ciree (Qursii) qabduu ?!" Jedhanii gaafatan ,Aa'ishaanis :" Lakki,homaa manaa hin qabnu " jetteen, Egamaan RABBIITIS ﷺ ;" Akkas taatu nan soomana " jedhan! Dubbiin hagasuma! Akka ani dhufu hin beektanii?! Maaliif qophooftanii nan eegne?! Ani Nabi Muhammadiin tahuu ni dagattan moo ?! Hin jenne! " Akkas taatu nan soomana" Daakuun manaa dhumte moo jirti?! Sukkaarri kaleessa ani bite hagamitti dhume?! Xaafii ani dheengadda shamate hoo ?! Zeeytii kiiloo meeqa ani bite ni dhugdan moo eessa fiddan ?! Ya'ajuujiifi ma'ajuujiin qallabdanii?! Hin jenne! " Akkas taatu nan soomana" Yoo qabatte karaa hayyichaa kanaati! Yoo didde samii bahi!!
Mostrar todo...
Nama jaalattu Yeroo argitu Seeqii akka si jaalatuuf si gargaara. Diina kee yeroo argitus Seeqi cimina kee itti Mul'isa. Nama sii dhiisee deeme gaafa argitus seeqi Sheena ykn gaabbiitu itti dhagahama. Nama hin beekne yeroo argitus Seeqi Nagiyaatu siif bu'aa 😁 Seequun sunnaadha Fuula bareedaan nama simachuun ajrii qaba. Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedhan:- "Dalagaa gaggaarii dalaguu hin tuffatin; Obboleeysa khee fuula bareedaan qunnamuullee maaf hin taane." وعن أبي ذر رضي الله عنه قال‏:‏ قال لي رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏:‏ ‏ "‏لا تحقرن من المعروف شيئاً، ولو أن تلقى أخاك بوجه طلق‏"‏ ‏(‌‏(‏رواه مسلم‏)‌‏)‌‏.‏ https://t.me/hundaafkeeyri
Mostrar todo...
HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

👍 1
۞ . ilmii Namaa kun ajaa'ibuma qaba. Kan Yeroo ✌ tuubboo fincaanii keessaan bahee dhufe of oldhiibee of tuulee boona "*.
Mostrar todo...
Rakkoon natti cimee😔 Hanguma jijjiiramni sammuu keetii dabalaa adeemu, kana jechuun yeroo dandeettin ati waa tokko ittiin furuuf qabdu ol jedhaa deemu, qurumsi si quunnamus al jedhaa deema. Barataan yuniversiitii qorumsa kutaa tokko keessaa akka hin qoramne beekuu qaba! ilaa nama koo, Uuman kee wanta hin danda'amne siif hin kennu. Dandeettif eenyummaa rakkoo si quunnamu hunda keessaa ittiin baatu siif kenneera. Akkuma killeen(buuphan) bishaan danfaa keessatti dhangala'oo irraa gara jajjabootti jijjiirramtu, dinnichi garuu bishaan danfaa keessatti of dadhabee (lallaafee) baha. Filannoon keeti Yoo carraaqqatte hiyyuummaa gabroomfachuu dandeessa ykn si gabroomfachuun shee waan jiru. Beekta garuu ammas irra deebi'een sitti hima🧏‍♂ namoonni milkaa'on, ati osoon akka isaanii ta'ee jettee hawwitu kunniin akkuma garaa haadha isaanii keessaa bahaniin addunyaa milkaa'inaa seenan hin se'en. Michuu koo hanga milkooftee qarshiin siif hojjatutti, yeroo fi humna keetitti fayyadamtee qarshiif hojjachuun dirqama. ani aduu koo fixeera.  Hiriyaa keef shere godhi Qashtiiwwan maatii @hundaafkeeyri
Mostrar todo...
👍 1
MAALOO HUNDUU DUBBISAA HIRIYOOTA KEECHANIIN GAHAA Seenaa Waan Hedduu Irraa bartuu! ==================================== Abbaa manaaf haadha manaatu ture. Isaan lameenuu hiyyeessa (harka qalleessa) turan. Haati manaa isaa guyyaa tokkos rakkadheera jettee isa rakkistee tasuma hin beektu ture. Gaafa tokko akka tasaa baay'ee waan cinqamteef, fala dhabnaan akkas jette "rifeensi koo garmalee dheera waan ta'eef dibata baay'ee fedha. Osoo qabaattee waan rifeensatti dibatan naaf bittee natti tola ittiin jette". Innis baay'ee gaddee anis taa'ee waa'een moofawuu kophee koo yaadaan ture jedhee yaadaan liqimfame. Dhiisi hin yaadin jaalalli nuuf gaha jettee tasgabbeessiteen. Ganama hirribaa ka'ee osoma deemu dukkaana kuusaa kophee bira gahe. Achumaan dukkaanichatti goree akkas jedhe adaraa ani hiyyeessa waan konkolaataan yaabee galu dhabe karaatti rakkadhe, kopheen koo dulloomaa ta'us narra bitaa qarshii ta'e naaf kennaa jedheen. Isaanis tole jedhanii qarshii kennaniifii kophicha irraa bitan. Dukkaana biraa deemee qarshii sanaan dibata rifeensaa bitee miila qullaa karaa dheeraa qaxxaamuree gale. Yeroo galu haati manaa rifeensa ishee gabaabsitee jirti. Maal goote rifeensa? Maal taate ani dibata ati jette siif bitee dhufe ittiin jedhe. Isheenis akka mana rifeensa dubartootaa deemtee rifeensa ishee irraa kuttee gurgurtee, kophee haaraa isaaf bittee dhufte itti himte. Lamaan isaaniyyuu imimmaan ta'anii hafan. Jaalalli dhugaa kan gaafa maallaqa qaban qofaa miti, Jaalalli isa onnee keessatti mana ijaaree halkaniif guyyaa taa'udha. Jaalala dhugaa rabbi nuuf haa kennu!
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu_Ammee #Odeeffannoo... Duniyaa tana akka itti bahan malee Akka Itti galan hin beekan #Pirizdaantii #Iraan #Ibraahimi_ ra'iisiifi Itti Gaafatamaan Dhimma Alaa #Iiraan #Huseen_Amiir #Abdullahyaan Qondaalota Gurguddoo biyyattii Dabalaee Osoo Kutaa biyyattii #Azrabijaan Irraa Helekobtaraan Balali'aa jiran Helekobtarri Isaanii Kufuun Hanga Ammaatti As buuteen Isaanii Dhabame Barbaacha Irra Jiran @Fursaan_media
Mostrar todo...
۞ ➻. Qalbii Dhiirootaa keessa Yaaddoo,Cinqii,lola,Girrisa,Mormii, ciqicciqii fii Gooha Dhalaan ba'achuu hin Dandeenyeetu jira. Kanaaf Rabbiin ﷻ Dhiira Dhokfataa godhee uume. Salaftoonni " Dhiira jechuun Dhiira Ciinqii fii yaaddoo isaa liqimseetuma lubbuu isaa keessa gad naqu kan Yaaddoo fii cinqii sun Maatii isaatti fuudhee hin galleedha". Jedhu turan. 💪✊
Mostrar todo...