cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ABDII SABAA MEDIA

👉https://youtube.com/@abdiisabaatube Https://x.com_abdiisabaa04 Channels telegram 👉https://t.me/+oPeCGZZEhfswOTJk

Mostrar más
Finlandia630El idioma no está especificadoNoticias y medios12 544
Publicaciones publicitarias
10 056
Suscriptores
-924 horas
-127 días
+130 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Hey, _____Welcome to TapSwap! Tap on the coin and see your balance rise. TapSwap is a Decentralized Exchange on the Solana Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the players here. Got friends, relatives, co-workers? Bring them all into the game. More buddies, more coins.
1170Loading...
02
TOORA PIREZIDAANTOOTA BALAA AVIYEESHINIIN DU'ANII: 🇵🇾 Pireezidaantii Paaraaguway (1940) 🛩️ 🇵🇭 Pireezidaantii Filippiins (1957) 🛩️ 🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1958) 🛩️ 🇮🇶 Pireezidaantii Iraaq (1966) 🛩️ 🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1967) 🛩️ 🇧🇴 Pirezidaantii Booliiviyaa (1969) 🚁 🇪🇨 Pireezidaantii Ekuwaadoor (1981) 🛩️ 🇲🇿 Pireezidaantii Moozaambiik (1986) 🛩️ 🇵🇰 Pirezidaantii Paakistaan ​​(1988) 🛩️ 🇷🇼 Pireezidaantii Ruwaandaa (1994) 🛩️ 🇧🇮 Pirezidaantii Burundii (1994) 🛩️ 🇲🇰 Pireezidaantii Kaaba Maqedooniyaa (2004) 🛩️ 🇵🇱 Pireezidaantii Poolaandi (2010) 🛩️ 🇨🇱 Pireezidaantii Chiilii duraanii (2024) 🚁 🇮🇷 Pirezidaantii Iraan (2024) 🚁 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡 @MEDIA_OMN SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T @ABDII_SABAA_MEDIA
5351Loading...
03
Pireezidaantiin #Iraan Ibraahiim Raayis balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darban Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis, Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hoseen Amiir Abdoolaahiyaan, Imaama Masjiida Ayaatoolahii Al Raashiimii fi Bulchaa Baha #Azaarbaajaan Maaleek Raaahi Saayisaafaruu balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsameera. Balaa guyyaa kaleessaa Heliikoptara waraanaa aanga'oota kanneen feetee imala turterra mudateen lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'uu miidiyaan mootummaa biyyattii gabaaseera. Akkasumas namoonni biraa isaan waliin turan balaa helikooptaraa Kaaba Dhiha Iraan keessatti mudateen du’uun isaanii mirkanaa’eera. Sababni balaa helikooptara Iraan ammallee sirriitti hin baramne.
9352Loading...
04
Helikoptarri pirezidaantii Iraan baatee deemun hin oolle jedhame kufee caccabe May 19, 2024 Getty Images Helikoptarri pirezidaantii Iraanifi qondaalota olaanoo biyyattii baatee deemaa ture jedhame kufee caccabuu miidiyaan biyyattii gabaase. Helikoptarri pirezidantin Iraan Ibraahim Raaisiiin ittiin imalaa turan kun har'a waaree booda daangaa Azarbaajanitti kufee caccabe. Ibraahim Raa'isiin qondaalota biyyattii olaanoo biroo waliin hidha naannoo daangaa Azarbaajanitti argamu eebbisuuf garas deemanii ture jedhame. Pirezidaant Ibraahim Raa'isii qofa osoo hin taane, ministeerri dhimma alaa biyyattiifi qondaalonni biroos waliin turan. Akka gabaasa miidiyaa biyya keessaatti Pirezidanti Ra'iisiin daangaa Azarbaajan irratti hidha lama- Qiz Qalasi fi Khodaafarin jedhaman erga eebbisiisanii booda gara magaalaa Kaaba Lixa Iraanitti argamu Tabriz osoo deebi'aa jiranii balaan kun mudate. Bakka helikooptarri kun itti kufe bira ga'uuf haalli qilleensaa hedduu rakkiseera. Akka gabaasaa dhaabbata oduu Fars jedhamuutti iddoo balaan kun itti mudate bira ga'uun waan mudate adda baasuun rakkoo ta'eera. Iddoo gaarreen fi bosona yabbuun guutame (bakka helikooptarri itti kufe) kana arguufiyyuu meetira shan itti dhiyaachuu qabda jedha gabaasaan kun. Bakkichi kaaba Tabriz irraa kiilomeetira 50 fagaata. Tabriz bakka bu'uun miseensa paarlaamaa Iraan kan ta'an Ahmad Alirezabeigi gaazexeessitootatti akka himanitti lubbuu baraartonni ammallee kallattii helikooptarri pirezidanti qabattee turte irratti argamtu sirriitti adda baasuu hin dandeenye. Akka miseensi paarlaamaa kun jedhanitti Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hossein Amirabdollahianis helikooptara kana keessa turan. Helikooptaroonni lameen kaan helikooptara kufte kana waliin turan ammoo nagaan qubataniiru jedhan qondaalli kun. Ministeerri Dhimma Alaa Iraan hojjattoonni lubbuu baraaran bakka helikoptarri itti kufe qaqqabuuf yaalaa jiru jechuun, garuu haalli qilleensaa rakkisaa ta'uu ibse. Odeessa haaraa akkuma nu qaqqabeen itti dabalaa waan deemnuuf yoo fuula kanarra jiraattan odeessa haaraa argachuuf irra deebiin banadhaa!
1 3271Loading...
05
ODUU Ammee
1 0990Loading...
06
@Beksisaa 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒A SHEEK AMIIN IBRO garaa telegiram barumsa amantaa Islaamaa fi kanen biroo walibira qabudhan barsisuuf Dhufeeraa bagaa gamadan waliif qodaa channeli isa T.me/SHEEKAMIINIBRO Group isa iratti wallin hirmadha @Sheek_amiinibro
1 2883Loading...
07
Piroofesar Mararaa Guddinaa ‘’mootummaan umurii dheereffachuuf qofa itti fayyadama. Warra Ameerikaattis himneerra. Marichi hunda kan hammate miti. Kan araaramuu qabu warra qawween wal waraanudha. Isaan maricha keessa hin jiran. Eenyuun walitti araarsuuf deemu?'' jedhan. Piroofesar Mararaan erga Ergamaa Addaa US waliin mari’atanii Marii Biyyaalessaa irratti hirmaachuuf ejjennoo keessan jijjiirtaniittuu jedhee BBC gaafateef ‘’lakki, garuu warra Ameerikaa akka inni hammataa hin taane fi fudhatama hin qabne hubachiisneerra. Paartileen as keessatti hin hirmaanne hedduutu jiru’’ jedhan. Itoophiyaan biyya guddoo Gaanfa Afrikaa keessaa uummata miliyoona 120 qabdu yoo taatu waggoota shaman darba kana keessa rakkoo nageenyaa guddaaf saaxilamteetti. Uummanni maaliif callise? Xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mahaammad uummanni callisuun paartii biyya bulchaa jiruuf beekamtii kennuu miti. Mootummaansi kanaan dogogoruu hin qabu. Uummanni kan calliseef namoonni siyaasaa akka waliin mari’atanii nagaa buusaniif carraa kennuuf jedheeti jechuun barreesse. Mootummaan garuu fudhatamummaa uummataa argachuuf maal godhe? Seera-maleessummaan babal’achuufi qaala’insi jireenyaa hammaachuu? Ummanni kan calliseef waraana dhuma hin qabneefi rakkoo dingdee mudataa jiru nuffeeti jechuun fuula Feesbuukii isaa irratti barreesse. Jawaar itti dabaluun mootummaan hidhattootni hidhannoo hiikkachuun karaa nagaa galaa jiru jechuun kan ibsaa ture hedduun isaa odeeffannoo sobaa tahuu hima. Ammayyuu daandiin godinaalee fi magaalota wal qunnamsiisan rakkoo nageenyaaf saaxilamii akka jiran himuun mootummaan karaa akkanaa deemurra marii nagaan wal dhabdicha xumuruu akka qabu akeeke. Mootummaan Itoophiyaa fi WBO yeroo lama Taanzaaniyaatti marii nagaaf taa'anii osoo walii hin galiin hafaniiru. Hanga fiixaan baasnutti irraa abdii hin kutannu kan jette Ameerikaan, ammas hidhattootni marii nagaaf of qopheessuu akka qaban dhaamteetti. Mootummaan Itoophiyaas nageenya biyyattiif itti gaafatamummaa kan qabu isa waan taheef meeshaa waraanaan rakkoo siyaasaa mudate hiikuuf yaaluu akka hin qabne himte. Namoota siyaasaa hidhuu fi ajjeesuunis akka dhaabbachuu qabu ibsiteetti.
1 5952Loading...
08
Milkaa’ina marii kanaa fi Haqa Yeroo Ce’umsaa biyyattiitti dhufa jedhameefis biyyootni Lixaa deeggarsa maallaqaa dabalatee kennaafii jiru. Ameerikaan Mariin Biyyaalessaa kun ‘’fudhatama kan qabuu fi hunda kan hammate’’ tahuu qaba jetti. Garuu rakkoo nageenyaa guddaa kan qabdu keessa kan socho’an ABO fi KFO ‘’furmaata waaraa kan argamsiisu miti, mootummaan yeroo bitachuuf itti fayyadama’’ jechuun dursanii maricha keessaa bahaniiru. Jawaar Mahaammad Marii Biyyaalessaa ilaalchisee haala qabatamaa keessa jiraniin naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraaf waan hojjetu miti jedhe. ’’Naannolee lamaan sochii waraanaa jala jiraachuu kan eeru Jawaar, hoggantootni mootummaallee naannolee kanneen keessa eegumsa humna nageenyaa cimaan akka socho’an hime. Paartilee mormituuf ammoo carraan kun hin jiru. Kun ammoo uummata walitti qabanii mariisiisuuf mijataa miti’’ jedhe. Piroofesar Mararaa Guddinaa ‘’mootummaan umurii dheereffachuuf qofa itti fayyadama. Warra Ameerikaattis himneerra. Marichi hunda kan hammate miti. Kan araaramuu qabu warra qawween wal waraanudha. Isaan maricha keessa hin jiran. Eenyuun walitti araarsuuf deemu?'' jedhan. Piroofesar Mararaan erga Ergamaa Addaa US waliin mari’atanii Marii Biyyaalessaa irratti hirmaachuuf ejjennoo keessan jijjiirtaniittuu jedhee BBC gaafateef ‘’lakki, garuu warra Ameerikaa akka inni hammataa hin taane fi fudhatama hin qabne hubachiisneerra. Paartileen as keessatti hin hirmaanne hedduutu jiru’’ jedhan. Itoophiyaan biyya guddoo Gaanfa Afrikaa keessaa uummata miliyoona 120 qabdu yoo taatu waggoota shaman darba kana keessa rakkoo nageenyaa guddaaf saaxilamteetti. Uummanni maaliif callise? Xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mahaammad uummanni callisuun paartii biyya bulchaa jiruuf beekamtii kennuu miti. Mootummaansi kanaan dogogoruu hin qabu. Uummanni kan calliseef namoonni siyaasaa akka waliin mari’atanii nagaa buusaniif carraa kennuuf jedheeti jechuun barreesse. Mootummaan garuu fudhatamummaa uummataa argachuuf maal godhe? Seera-maleessummaan babal’achuufi qaala’insi jireenyaa hammaachuu? Ummanni kan calliseef waraana dhuma hin qabneefi rakkoo dingdee mudataa jiru nuffeeti jechuun fuula Feesbuukii isaa irratti barreesse. Jawaar itti dabaluun mootummaan hidhattootni hidhannoo hiikkachuun karaa nagaa galaa jiru jechuun kan ibsaa ture hedduun isaa odeeffannoo sobaa tahuu hima. Ammayyuu daandiin godinaalee fi magaalota wal qunnamsiisan rakkoo nageenyaaf saaxilamii akka jiran himuun mootummaan karaa akkanaa deemurra marii nagaan wal dhabdicha xumuruu akka qabu akeeke. Mootummaan Itoophiyaa fi WBO yeroo lama Taanzaaniyaatti marii nagaaf taa'anii osoo walii hin galiin hafaniiru. Hanga fiixaan baasnutti irraa abdii hin kutannu kan jette Ameerikaan, ammas hidhattootni marii nagaaf of qopheessuu akka qaban dhaamteetti. Mootummaan Itoophiyaas nageenya biyyattiif itti gaafatamummaa kan qabu isa waan taheef meeshaa waraanaan rakkoo siyaasaa mudate hiikuuf yaaluu akka hin qabne himte. Namoota siyaasaa hidhuu fi ajjeesuunis akka dhaabbachuu qabu ibsiteetti.Ibsa Ameerikaa mootummaa Itoophiyaa dheekkamsiiserratti hayyoonni siyaasaa maal jedhu? May 18, 2024 Xiinxalaa siyaasaa beekamaa Jawaar Mahaammad mootummaan Itoophiyaa ibsa Itoophiyaatti Ambaasaddarri Ameerikaa Ervin Maasingaa kennan balaaleffachuun akka isa gaddisiise hime. Ibsi Ameerikaa kun waanuma biyya michuu dhugaa tokkorraa eegamu jedhe. Pirofeesar Mararaa Guddinaa ammoo Ibsi Ameerikaan kennite’’ imala kallattii sirriif tarkaanfii sirrii jalqabaa fudhatame’’ jedhan. Pirofeesar Mararaan ibsichi mootummaa haa dheekkamsiisu malee ‘’nuyi gama keenyaan gahaa miti’’ jenna jedhan. Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Masiingaa, Roobii Caamsaa 15, 2024 dhimma mirgoota namoomaafi marii biyyaalessaa Itoophiyaatti gaggeeffamurratti 'dubbii imaammataa'(Policy speech) yeroo dhiyeessan seenaa Itoophiyaa keessatti waraanni miidhama malee furmaata akka hin fidne eeran.
1 1831Loading...
09
Ambaasaddarichi lammileen nagaa biyyattii keessa jiran qaamolee gara garaan ajjeefamaafi gidiraan irra gahaa jiraachuutti Ameerikaan baayyee akka gadditu ibsan. Ambaasaaddar Masingaan, rakkoon nageenyaa Itoophiyaa keessa jiru karaa nagaan akka furamuuf Waraana Bilisummaa Oromoo dabalatee qaamolee hidhatanii socho’aniifi mootummaatiif waamicha godhaniiru. Mootummaan Itoophiyaa ammoo ibsi Ambaasadarichi kennan odeeffannoo gar-tokkee fi maqa balleessii kan of keessaa qabudha jedhe. Jawaar Fuula Feesbuukii isaarratti akka barreessetti Ambaasaaddar Masiingaan akka biya michuu dhugaa tokkootti rakkoo siyaasa Itoophiyaa keessaa karaa marii nagaa malee waraanaan akka hin furamne ibsan jedhe. ‘’Ambaasaddarichi bira qabee jechoota dippilomaasii fayyadamee odeessuu hin dhaqne. Inumaayyuu ifatti, amanamummaan akka biyya michuu dhugaa tokko irraa eegamuutti ibse,’’ jedhe Itti aansuun Jawaar ‘’Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa waamicha nagaa ambaasaadarichi godhan balaaleffachuun na gaddisiiseera jechuun barreesse. ‘’Erga waliigalteen nagaa Piriitooriyaa mallattaa’ee mootummaan waraana waliinii biyyicha keessaa karaa nagaan furuuf tarkaanfii fudhachaa ture. Hedduun keenya mootummaan waraana labsuurraa gara nagaa buusuutti dhufuu isaa dinqisiifannee fudhanneerra. Dura Taa’aan KFO fi hayyuun siyaasaa Piroofeser mararaa Guddinaa ammoo Ameerikaan ‘’bakka madaa isaaniitti waan buuteef balaaleffatan. Nuyi ibsa Ameerikaa hin fudhannu. Isinis hin dhaggeeffatiinaa jedhanii uummataaf ergaa dabarsuuf fakkaata’’ jedhan. Dabalataan Pirofeesar Mararaan Ameerikaan ‘’akkamitti hidhattoota waliin wal nu qixxeessu jedhanii mufachuu hin oolle jedhan. ‘’Mootummaan Itoophiyaa Ameerikaan akkamiin warra hidhattootaa waliin wal nu qixxeessitee ibsicha kenniti kan jedhutu isaan dheekkamsiise. Nuyi mootummaa uummataan filatamedha. Isaan shiftaa, mootummaa humnaan fonqolchuuu barbaadu, kan jedhutu mufachiise fakkaata,’’ jedhan. Dabalataan mootummaan osoo karaa dippilomaasii keessaan dubbachuu fi waraqaan waliif ibsuu osoo qabnuu maaf ifatti dubbatan kan jedhutu dheekkamsise jedhan. Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaas ibsa Ambaasaddarichi kennan dippiloomatawaa miti, hariiroo seena qabeessa biyyoota lameenii kan ibsu miti. Dogogorroonni ibsicha keessaa akka sirrataniif hojjenna jedhe. Pirofeesar Mararaan ibsa Ameerikaa kana dura Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa US waliin haala qabatamaa siyaasa Itoophiyaarratti warra marii gaggeessaan keessaa tokko. ‘’Bu’aa karaa marii nagaa argame itichuu irra waraana jabaa fi hojii piropaagaandaatti taa’e. Cinatti ammoo duula filannoo gaggeessuu jalqabe. Kun dogogora bara 2020 gara waraanaatti galche irra deebi’uudha,’’ jechuun barreesse. Jawaarii bulchiinsa MM Abiy jalatti ofiis mana hidhaa turee erga bahee hirmaannaan siyaasaa taasisu hedduu hin mul’atu. 'Mariin biyyaalessaa Oromiyaa fi Amaaraaf hin mijatu' Itoophiyaan Marii Biyyaalessaa rakkoo siyaasaa biyyattii keessaa fura jettee abdatte gaggeessuf amma sadarkaa murteessaarra gahuu ibsiteetti. Milkaa’ina marii kanaa fi Haqa Yeroo Ce’umsaa biyyattiitti dhufa jedhameefis biyyootni Lixaa deeggarsa maallaqaa dabalatee kennaafii jiru. Ameerikaan Mariin Biyyaalessaa kun ‘’fudhatama kan qabuu fi hunda kan hammate’’ tahuu qaba jetti. Garuu rakkoo nageenyaa guddaa kan qabdu keessa kan socho’an ABO fi KFO ‘’furmaata waaraa kan argamsiisu miti, mootummaan yeroo bitachuuf itti fayyadama’’ jechuun dursanii maricha keessaa bahaniiru. Jawaar Mahaammad Marii Biyyaalessaa ilaalchisee haala qabatamaa keessa jiraniin naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraaf waan hojjetu miti jedhe. ’’Naannolee lamaan sochii waraanaa jala jiraachuu kan eeru Jawaar, hoggantootni mootummaallee naannolee kanneen keessa eegumsa humna nageenyaa cimaan akka socho’an hime. Paartilee mormituuf ammoo carraan kun hin jiru. Kun ammoo uummata walitti qabanii mariisiisuuf mijataa miti’’ jedhe.
1 3471Loading...
10
Ibsa Ameerikaa mootummaa Itoophiyaa dheekkamsiiserratti hayyoonni siyaasaa maal jedhu? May 18, 2024 Xiinxalaa siyaasaa beekamaa Jawaar Mahaammad mootummaan Itoophiyaa ibsa Itoophiyaatti Ambaasaddarri Ameerikaa Ervin Maasingaa kennan balaaleffachuun akka isa gaddisiise hime. Ibsi Ameerikaa kun waanuma biyya michuu dhugaa tokkorraa eegamu jedhe. Pirofeesar Mararaa Guddinaa ammoo Ibsi Ameerikaan kennite’’ imala kallattii sirriif tarkaanfii sirrii jalqabaa fudhatame’’ jedhan. Pirofeesar Mararaan ibsichi mootummaa haa dheekkamsiisu malee ‘’nuyi gama keenyaan gahaa miti’’ jenna jedhan. Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Masiingaa, Roobii Caamsaa 15, 2024 dhimma mirgoota namoomaafi marii biyyaalessaa Itoophiyaatti gaggeeffamurratti 'dubbii imaammataa'(Policy speech) yeroo dhiyeessan seenaa Itoophiyaa keessatti waraanni miidhama malee furmaata akka hin fidne eeran. Ambaasaddarichi lammileen nagaa biyyattii keessa jiran qaamolee gara garaan ajjeefamaafi gidiraan irra gahaa jiraachuutti Ameerikaan baayyee akka gadditu ibsan. Ambaasaaddar Masingaan, rakkoon nageenyaa Itoophiyaa keessa jiru karaa nagaan akka furamuuf Waraana Bilisummaa Oromoo dabalatee qaamolee hidhatanii socho’aniifi mootummaatiif waamicha godhaniiru. Mootummaan Itoophiyaa ammoo ibsi Ambaasadarichi kennan odeeffannoo gar-tokkee fi maqa balleessii kan of keessaa qabudha jedhe. Jawaar Fuula Feesbuukii isaarratti akka barreessetti Ambaasaaddar Masiingaan akka biya michuu dhugaa tokkootti rakkoo siyaasa Itoophiyaa keessaa karaa marii nagaa malee waraanaan akka hin furamne ibsan jedhe. ‘’Ambaasaddarichi bira qabee jechoota dippilomaasii fayyadamee odeessuu hin dhaqne. Inumaayyuu ifatti, amanamummaan akka biyya michuu dhugaa tokko irraa eegamuutti ibse,’’ jedhe Itti aansuun Jawaar ‘’Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa waamicha nagaa ambaasaadarichi godhan balaaleffachuun na gaddisiiseera jechuun barreesse. ‘’Erga waliigalteen nagaa Piriitooriyaa mallattaa’ee mootummaan waraana waliinii biyyicha keessaa karaa nagaan furuuf tarkaanfii fudhachaa ture. Hedduun keenya mootummaan waraana labsuurraa gara nagaa buusuutti dhufuu isaa dinqisiifannee fudhanneerra. Dura Taa’aan KFO fi hayyuun siyaasaa Piroofeser mararaa Guddinaa ammoo Ameerikaan ‘’bakka madaa isaaniitti waan buuteef balaaleffatan. Nuyi ibsa Ameerikaa hin fudhannu. Isinis hin dhaggeeffatiinaa jedhanii uummataaf ergaa dabarsuuf fakkaata’’ jedhan. Dabalataan Pirofeesar Mararaan Ameerikaan ‘’akkamitti hidhattoota waliin wal nu qixxeessu jedhanii mufachuu hin oolle jedhan. ‘’Mootummaan Itoophiyaa Ameerikaan akkamiin warra hidhattootaa waliin wal nu qixxeessitee ibsicha kenniti kan jedhutu isaan dheekkamsiise. Nuyi mootummaa uummataan filatamedha. Isaan shiftaa, mootummaa humnaan fonqolchuuu barbaadu, kan jedhutu mufachiise fakkaata,’’ jedhan. Dabalataan mootummaan osoo karaa dippilomaasii keessaan dubbachuu fi waraqaan waliif ibsuu osoo qabnuu maaf ifatti dubbatan kan jedhutu dheekkamsise jedhan. Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaas ibsa Ambaasaddarichi kennan dippiloomatawaa miti, hariiroo seena qabeessa biyyoota lameenii kan ibsu miti. Dogogorroonni ibsicha keessaa akka sirrataniif hojjenna jedhe. Pirofeesar Mararaan ibsa Ameerikaa kana dura Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa US waliin haala qabatamaa siyaasa Itoophiyaarratti warra marii gaggeessaan keessaa tokko. ‘’Bu’aa karaa marii nagaa argame itichuu irra waraana jabaa fi hojii piropaagaandaatti taa’e. Cinatti ammoo duula filannoo gaggeessuu jalqabe. Kun dogogora bara 2020 gara waraanaatti galche irra deebi’uudha,’’ jechuun barreesse. Jawaarii bulchiinsa MM Abiy jalatti ofiis mana hidhaa turee erga bahee hirmaannaan siyaasaa taasisu hedduu hin mul’atu. 'Mariin biyyaalessaa Oromiyaa fi Amaaraaf hin mijatu' Itoophiyaan Marii Biyyaalessaa rakkoo siyaasaa biyyattii keessaa fura jettee abdatte gaggeessuf amma sadarkaa murteessaarra gahuu ibsiteetti.
1 4011Loading...
11
Ibsa Ameerikaa mootummaa Itoophiyaa dheekkamsiiserratti hayyoonni siyaasaa maal jedhu? May 18, 2024
1 3451Loading...
12
Qonnaan bultoonni Oromoo Harargee Jimaa Oomishuun jiruufi jireenya isaanii geggeeffatan nama nurraa bitu dhabuun rakkoo keessa jirra jedhu. Sababa gatiin gabaa baduun immoo ofii keenyaafi maatii keenya waan nyaannuufi nyaachisnu dhabuun beelaaf saaxilameerra jedhu. Qaamota mootummaa dhimmi kun ilaallatutti iyyannu illee iyyanni keenya hin dhaga’amu jechuun komatu. Ooyiruu Jimaa bal'aa osoo qabnuu guurree magaalaa geessinee nama bitu dhabuun magaalumatti gannee galaa jirra jedhu qonnaan bultoonni oomisha Jimaan jireenya ofii fi maatiisaanii geggeeffatan. Jimaan muka isaarraa yeroo guuramutti maallaqni itti ba’ee guurama kan jedhan, yeroo amma nama bitu dhabuun muka irratti dhiisaa jirra jedhu. Oomisha Jimaa hojjennee jireenya keenya sadarkaa fooyya’aa irraan ga’annu illee amma jireenya gadi aanaa kaleessa keessaa baane sanatti deebinee jirra jechuun dubbatu. Ooyiruu Jimaa ala jiru ilaaluun isin abbaa qabeenyaatii nuun jedha mootummaan kan jedhan, dhuguma osoo ooyiruu Jimaa bal'aa qabnuu waan nyaannu dhabuun beelaaf saaxilamnee jirra jedhu. Qaama mootummaatti himannus himanni keenya hin dhaga'amu; mootummaa birayyuu hin ga'u jechuun furmaata dhabanii rakkoo ulfaataa keessa jiraachuu dubbatu. Gama biraan immoo rakkoon kanaa maali jennee yoo gaafannu daldaaltotatu akkas isin gochuutti jira nuun jedhama jedhu. Awwadaay irratti qaraxa kaffallee waraqaa ittiin kaffalle qabannee yoo deemnu bakka biraatti immoo waraqaa sana nurraa fuudhuun dachaa isaan qaraxa nu kaffalchiisu jedhan. Rakkoon gama Jimaan nu mudate waan armaan dura takkaa nu mudatee hin beeknedha kan jedhan, uummanni kun madda jireenya biraa waan hin beekneef amma madda jireenya biraa barbaaduuf ooyiruu qonnaa isaa dhiisee deemuuf dirqamaa jiraachuu himu. Daldaltoonnis qaraxa humnaa olii kaffalamu balaaleffachuun dubbatu. Rakkoon gabaa Jimaa mudate kun saffisa barbaachisuun yoo hin furamne gaaga’ama ulfaataa uummatichaafi biyyattiif qabaata jedhu. MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡 Odeeffannoo @MEDIA_OMN
2 1583Loading...
13
MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡 Odeeffannoo @MEDIA_OMN
1 7590Loading...
14
Tana Taankin ta Arsenaal ajjeefte ....... Wajji kofallaan gadheen hiriyaa nu seete..
2 0401Loading...
15
Perezidaantii Taanzaaniyaa Aadde Saamiyaa Suluhuu Hasan dubartii hooggantuu jabduu adduunyaa kanaa. Jecha Rabbii ol ta'ee Qur'aana qabattee sirna kakuu raawwatte. Hijaaba isiitiin of taatee dubartii muslimaa ta'uu isiitti boonaa ummataafi biyya isiif hojjataa jirti. Marabbaa hijaabaa, simboo of ta'ummaa.
2 1500Loading...
16
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
2 1940Loading...
17
Namoonni malaqaa dalaguuttii jiran milkaa'ina keessa jirachuu himan namonni iraa fagaatee ittii dhihadhuu hojjachuu dadessaa
3840Loading...
18
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
1 9750Loading...
19
#Balaa_Bakakkaa! =============== Harargee Bahaa Malkaa Balloo Araddaa Waldaya Misoomaatti gaafa guyyaa 4/09/2016 rooba roobeen bakakkaan namoota 11,tti buu'ee haala gadii kanaan lubbuun isaanii baraaramee jira. Kanneen miidhaman Rabbi haafayyisu!🤲
6311Loading...
20
DineAliyiiDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/85602234191948951/?s=tg
6290Loading...
21

3090Loading...
22
#Harar_Harerge biyyaa jaalala fi tokkummaa itti margee #Waraabessa fuutee yoo gabaa baate, namicha re'ee 🐐 fuudhee gabaa deeme caalaa namoota baayyeetu si daawwata, ajaa'ibsiifattoota baayyee argachuu dandeessa, xiyyeeffannoo namoota baayyee argatta. #Xumurarratti gabaan kan bittu garuu waraabessa utuu hin taane, re'eedha. Qabxii kee xumuraatu murteessa. Waa irraa barachuun yoo danda'ame tahee #Save godhu
2 4505Loading...
23
CITY SQUARE MALL https://citysquare-mall.cc/#/
8050Loading...
24
Waltajjii keenya irratti karaaleen maallaqa itti argannu lamatu jira: ✔️1. Sadarkaa VIP fooyyessuudhaan hojiiwwan banaa, hojiiwwan xumuruu fi komishinii guyyaa guyyaa argachuu. Hojiin kun guyyoota 180f hojiirra oola. Yeroo kana keessatti guyyaa guyyaan hojiiwwan xumuruun komishinii walgitu argachuu dandeessa. Sadarkaan VIP olka'aa yoo ta'e komishiniin ol'aanaa ta'a. akka armaan gadiitti: ⏩VIP 1: Invast 15 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 3 USDT ⏩VIP 2: Invast 88 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 18 USDT ⏩VIP 3: Invastimantii 266 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 55 USDT ⏩VIP 4: Invast 758 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 152 USDT ⏩VIP 5: Invast 1588 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 318 USDT ⏩VIP 6: Invastimantii 3588 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 718 USDT ⏩VIP 7: Invastimantii 6588 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 1438 USDT ⏩VIP 8: Invast 12888USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 3288 USDT ⏩VIP 9: Invastimantii 25888 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 6888 USDT ⏩VIP10: Invastimantii 58888 USDT Guyyaa guyyaan kan baafamu 16358 USDT ✔️2. Karaa garee keessanii galii argadhaa, link waamichaa keessan qooduu qofa isin barbaachisa. Gareen keessan jala jiru yeroo galmaa’ee fi chaarjii godhu, ofumaan galii ni argattu, kunis kallattiin gara teessoo boorsaa kee hidhameetti baafamuu danda’a. 👉bonus waamichaa Kuufama fayyadamtoota sadarkaa tokkoffaa affeeraman keessaa %10 argadhu Kuufama fayyadamtoota sadarkaa lammaffaa affeeraman keessaa %3 argadhu Kuufama fayyadamtoota sadarkaa sadaffaa affeeraman keessaa %1 argadhu Fakkeenyaaf A ni afeera B B afeera C C ni afeera D Yoo D 1000USDT kuufame C 100 USDT argachuu danda'a B 30 USDT argachuu danda'a A USDT 10 argachuu danda'a ---------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------- 👉Yeroo miseensa haaraa 15USDT akka chaarjii godhu affeertan hunda carraa carraa carraa ni argattu, 0.88-8888.88. ----------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------- 👉Kun hojii yeroo dheeraa, tasgabbaa'aa yoo cimtee hojjettan galii baayyee gaarii siif argamsiisudha.👉 👉Amma join godhaa:https://citysquare-mall.cc/#/register?ic=160795 👉Amma join godhaa https://citysquare-mall.net/#/register?ic=160795 ➡️ tajaajila maamilaa onlaayinii:Amma mariisisaa.
10Loading...
25
CITY SQUARE MALL https://citysquare-mall.cc/#/team
10Loading...
26
#Xiyyeeffannoo Gaambeellaatti barattoonni Oromoo haala yaaddessa keessa jiru. Akkuma yeroo darbe gabaasnee turre yuunivarsitii Gaambeellaa keessatti barattoonni Oromoo haala yaaddessaa keessa akkuma jiranitti jiru! Guyyaa harraas barattoota irratti miidhaan garaa garaa akka dhaqqabaa jiru odeeffannoon nu qaqqabaa jira. Qaamni dhimmi ilaallatu furmaata hatattamaa akka kennuuf barattoonni irra deddeebiin cimsanii gaafachaa jiru. Barnoonni Nageenyaan Boodadha.Nageenyi Hin jiru Taanaan barnoonnis Akkasuma Qaamni dhimmi ilaalatu Yeroo Gabaabaa keessatti Furmaata Akka Kennitan Kabajaan isin Gaafanna Mooraa Mootummaa Hunda keessatti Qamni kamuu Wal qixadha Mirgi Barattoota Oromoo Yaa Kabajamu. Mooraa Biraa keessattis Kabajniif Jaalalli Barattoonni Oromoo Saba kanaaf qaban Addadha. Dhimma Kana Xiyyeeffannoon Hatattamaan yoo furmaata Argachuudhaa baate rakkoon booda dhufu Gaarii hin ta'u. Furmaata Hatattamaa Yuunivarsiitii Gaambeellaa
2 3692Loading...
27
Adaamii Ollaa Agamsaa Finxaaleyyii Faannoo ofiin jettuun kan gaggeeffamu Wolloo Naannoo afaan Oromoo dubbatu irratti Lolli bifa haarayaan baname,,,,, “Qaamni dhimmi ilaallatu nudhaqqabaa” jedhu manguddoonni jiillee keessumattu gyyaa har’aa karaa hedduun lollo hamaa gaggeeffamaa oole Hanga ammatti Wareegamtoonni guyyaa Caamsaa 10/2024 tti kan wareegame 1~ Usumaan Badhoo 👉Caamsaa 11/2024 tti immoo kanneen wareegaman. 1~Husseen Kaliilee ~Ganda elemoo irraa 2~Husseen Umar ~Ganda Elemoo irraa 3~Husseen Muhammad ~Ganda Elemoo irraa 4~Muhammad Shee Hasan~Ganda Oortaa irraa 5~Hasan Muhammad Alii ~Ganda Qalloo irraa 👉Caamsaa 11/2024 tti kan madaahan 1~Muhammad Siraaj Bulee ~Ganda Elemoo irraa 2~Sayyid Muhammad Abduu ~Ganda Elemoo irraa 3~Yaahyaa Abduu Jibriil ~Ganda Elemoo irraa 4~Yasuf Ahmad Bahree ~Ganda Elemoo irraa 5~Abduu Muhammad Husseen ~Ganda Elemoo irraa 6~Husseen Yaasee ~Ganda Elemoo irraa 7~Muhammad Kabbadaa ~
1 9151Loading...
28
Dureessi Oromoo Obbo Yaadataa Juuneddii Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf Birrii Miiliyoona 5 Gumaachan.💪
1 7690Loading...
29
#KUTAA_12FFAA Sagantaa guyyaa qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 fudhatan:- ➭ Qoramtoonni saayinsii hawaasaa Roobii (03/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Herregaa Kamisa:- (04/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Ji'oograafii Jimaata:- (05/11/2016)       Ganama :- History       Guyyaa  :- Economics  ➭ Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu. Kibxata:- (09/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Maths Roobii (10/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Physics Kamisa:- (11/11/2016)       Ganama :- Chemistry       Guyyaa  :- Biology ➭Qoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera. ➭ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa toora interneetiin itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.   Share Gochuu Hin Dagatinaa!!  
1 7460Loading...
30
Shanan Dhuuggootti sangaan waggaa tokko dura qarshii kuma 75 bitame qarshii kuma 270000tti gurgurame. OMS caamsaa 3/2016- Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti qonnaan bulaan mala aammayyaatiin gabbisa looniirratti bobba'e sangaa tokko qarshii kuma 270000tti gurgurachuun himame. Qonnaan bulaa maqaan Abdurazaaq Mahammad Hassan jedhamu,jiraataa Godina Harargee Lixaa Aanaa Aanaa Shanan Dhuggooo araddaa Abbaa Cabsii ganda Harooliitii sangaa tokko qarshii kuma 270000tti gurgurachuun himame. Obbo Abdurazaaq Mahammad sangicha waggaa tokko dura magaalaarraa qarshii kuma 75tti bituu hima. Sangicha guyyaa biterraa jalqabee iddoo ciisichaa mijataa manatti tolchuun daakuu boqqolloo,ataraafi furushkaa bishaaniin walitti makuun akka marqaatti nyaachisaa akka ture kan dubbatan Obbo Abdurazaaq bishaan lagaa harreen waraabee manatti obaasaa akka ture hima. Obbo Abdurazaaq sangichi fedhii nyaataaf qabu akkan hir'anneef torbe lamatti yeroo tokko lilmee vitaaminiifi qorachaa manatti dirsiisaa akka turres himaniiru. Obbo Abdurazaaq sangicha daldalaan loonii maqaan Mammad Jamaal jedhamu manatti dhufee guyyaa har'aa qarshii kuma 270000tti akka irraa bite himuun gabaatti osoon gurgurre qarshii 350000 nan gurgura jechuun gatii rakasatti akka gurgure dubbata. Maallaqa sangicha gurgureen mana ijaaruufi kan manarraa hafe sangoota lama bituun bakka buusee gabbisuufis karoorfatee akka jiru hima. Sangicha hubannoo ogeenyii gabbisa looniirraa arqadhetti fayyadameen yeroo gabaabaa keessatti gabbise" jechuun Isaaniis bu'a qabeessa akka tahe himaniiru.
1 7570Loading...
31
HARERGE LIXAA
1 7530Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Hey, _____Welcome to TapSwap! Tap on the coin and see your balance rise. TapSwap is a Decentralized Exchange on the Solana Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the players here. Got friends, relatives, co-workers? Bring them all into the game. More buddies, more coins.
Mostrar todo...
TOORA PIREZIDAANTOOTA BALAA AVIYEESHINIIN DU'ANII: 🇵🇾 Pireezidaantii Paaraaguway (1940) 🛩️ 🇵🇭 Pireezidaantii Filippiins (1957) 🛩️ 🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1958) 🛩️ 🇮🇶 Pireezidaantii Iraaq (1966) 🛩️ 🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1967) 🛩️ 🇧🇴 Pirezidaantii Booliiviyaa (1969) 🚁 🇪🇨 Pireezidaantii Ekuwaadoor (1981) 🛩️ 🇲🇿 Pireezidaantii Moozaambiik (1986) 🛩️ 🇵🇰 Pirezidaantii Paakistaan ​​(1988) 🛩️ 🇷🇼 Pireezidaantii Ruwaandaa (1994) 🛩️ 🇧🇮 Pirezidaantii Burundii (1994) 🛩️ 🇲🇰 Pireezidaantii Kaaba Maqedooniyaa (2004) 🛩️ 🇵🇱 Pireezidaantii Poolaandi (2010) 🛩️ 🇨🇱 Pireezidaantii Chiilii duraanii (2024) 🚁 🇮🇷 Pirezidaantii Iraan (2024) 🚁 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡 @MEDIA_OMN SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T @ABDII_SABAA_MEDIA
Mostrar todo...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Pireezidaantiin #Iraan Ibraahiim Raayis balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darban Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis, Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hoseen Amiir Abdoolaahiyaan, Imaama Masjiida Ayaatoolahii Al Raashiimii fi Bulchaa Baha #Azaarbaajaan Maaleek Raaahi Saayisaafaruu balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsameera. Balaa guyyaa kaleessaa Heliikoptara waraanaa aanga'oota kanneen feetee imala turterra mudateen lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'uu miidiyaan mootummaa biyyattii gabaaseera. Akkasumas namoonni biraa isaan waliin turan balaa helikooptaraa Kaaba Dhiha Iraan keessatti mudateen du’uun isaanii mirkanaa’eera. Sababni balaa helikooptara Iraan ammallee sirriitti hin baramne.
Mostrar todo...
👍 6 2🔥 1
Helikoptarri pirezidaantii Iraan baatee deemun hin oolle jedhame kufee caccabe May 19, 2024 Getty Images Helikoptarri pirezidaantii Iraanifi qondaalota olaanoo biyyattii baatee deemaa ture jedhame kufee caccabuu miidiyaan biyyattii gabaase. Helikoptarri pirezidantin Iraan Ibraahim Raaisiiin ittiin imalaa turan kun har'a waaree booda daangaa Azarbaajanitti kufee caccabe. Ibraahim Raa'isiin qondaalota biyyattii olaanoo biroo waliin hidha naannoo daangaa Azarbaajanitti argamu eebbisuuf garas deemanii ture jedhame. Pirezidaant Ibraahim Raa'isii qofa osoo hin taane, ministeerri dhimma alaa biyyattiifi qondaalonni biroos waliin turan. Akka gabaasa miidiyaa biyya keessaatti Pirezidanti Ra'iisiin daangaa Azarbaajan irratti hidha lama- Qiz Qalasi fi Khodaafarin jedhaman erga eebbisiisanii booda gara magaalaa Kaaba Lixa Iraanitti argamu Tabriz osoo deebi'aa jiranii balaan kun mudate. Bakka helikooptarri kun itti kufe bira ga'uuf haalli qilleensaa hedduu rakkiseera. Akka gabaasaa dhaabbata oduu Fars jedhamuutti iddoo balaan kun itti mudate bira ga'uun waan mudate adda baasuun rakkoo ta'eera. Iddoo gaarreen fi bosona yabbuun guutame (bakka helikooptarri itti kufe) kana arguufiyyuu meetira shan itti dhiyaachuu qabda jedha gabaasaan kun. Bakkichi kaaba Tabriz irraa kiilomeetira 50 fagaata. Tabriz bakka bu'uun miseensa paarlaamaa Iraan kan ta'an Ahmad Alirezabeigi gaazexeessitootatti akka himanitti lubbuu baraartonni ammallee kallattii helikooptarri pirezidanti qabattee turte irratti argamtu sirriitti adda baasuu hin dandeenye. Akka miseensi paarlaamaa kun jedhanitti Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hossein Amirabdollahianis helikooptara kana keessa turan. Helikooptaroonni lameen kaan helikooptara kufte kana waliin turan ammoo nagaan qubataniiru jedhan qondaalli kun. Ministeerri Dhimma Alaa Iraan hojjattoonni lubbuu baraaran bakka helikoptarri itti kufe qaqqabuuf yaalaa jiru jechuun, garuu haalli qilleensaa rakkisaa ta'uu ibse. Odeessa haaraa akkuma nu qaqqabeen itti dabalaa waan deemnuuf yoo fuula kanarra jiraattan odeessa haaraa argachuuf irra deebiin banadhaa!
Mostrar todo...
8👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
ODUU Ammee
Mostrar todo...
@Beksisaa 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒A SHEEK AMIIN IBRO garaa telegiram barumsa amantaa Islaamaa fi kanen biroo walibira qabudhan barsisuuf Dhufeeraa bagaa gamadan waliif qodaa channeli isa T.me/SHEEKAMIINIBRO Group isa iratti wallin hirmadha @Sheek_amiinibro
Mostrar todo...
SHEEK AMIIN IBRO CHANNEL

#KAAYYOO CHAANAALAA 👉ISLAAMUMMA 👉GORSA 👉ODUU HAALA YEROO ISLAAMAA #share waliif godhaa Baarakallahu fiiku 👇👇👇👇👇 #Chaannel kana obboleessa kee muslimaaf #share godhii

1
Piroofesar Mararaa Guddinaa ‘’mootummaan umurii dheereffachuuf qofa itti fayyadama. Warra Ameerikaattis himneerra. Marichi hunda kan hammate miti. Kan araaramuu qabu warra qawween wal waraanudha. Isaan maricha keessa hin jiran. Eenyuun walitti araarsuuf deemu?'' jedhan. Piroofesar Mararaan erga Ergamaa Addaa US waliin mari’atanii Marii Biyyaalessaa irratti hirmaachuuf ejjennoo keessan jijjiirtaniittuu jedhee BBC gaafateef ‘’lakki, garuu warra Ameerikaa akka inni hammataa hin taane fi fudhatama hin qabne hubachiisneerra. Paartileen as keessatti hin hirmaanne hedduutu jiru’’ jedhan. Itoophiyaan biyya guddoo Gaanfa Afrikaa keessaa uummata miliyoona 120 qabdu yoo taatu waggoota shaman darba kana keessa rakkoo nageenyaa guddaaf saaxilamteetti. Uummanni maaliif callise? Xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mahaammad uummanni callisuun paartii biyya bulchaa jiruuf beekamtii kennuu miti. Mootummaansi kanaan dogogoruu hin qabu. Uummanni kan calliseef namoonni siyaasaa akka waliin mari’atanii nagaa buusaniif carraa kennuuf jedheeti jechuun barreesse. Mootummaan garuu fudhatamummaa uummataa argachuuf maal godhe? Seera-maleessummaan babal’achuufi qaala’insi jireenyaa hammaachuu? Ummanni kan calliseef waraana dhuma hin qabneefi rakkoo dingdee mudataa jiru nuffeeti jechuun fuula Feesbuukii isaa irratti barreesse. Jawaar itti dabaluun mootummaan hidhattootni hidhannoo hiikkachuun karaa nagaa galaa jiru jechuun kan ibsaa ture hedduun isaa odeeffannoo sobaa tahuu hima. Ammayyuu daandiin godinaalee fi magaalota wal qunnamsiisan rakkoo nageenyaaf saaxilamii akka jiran himuun mootummaan karaa akkanaa deemurra marii nagaan wal dhabdicha xumuruu akka qabu akeeke. Mootummaan Itoophiyaa fi WBO yeroo lama Taanzaaniyaatti marii nagaaf taa'anii osoo walii hin galiin hafaniiru. Hanga fiixaan baasnutti irraa abdii hin kutannu kan jette Ameerikaan, ammas hidhattootni marii nagaaf of qopheessuu akka qaban dhaamteetti. Mootummaan Itoophiyaas nageenya biyyattiif itti gaafatamummaa kan qabu isa waan taheef meeshaa waraanaan rakkoo siyaasaa mudate hiikuuf yaaluu akka hin qabne himte. Namoota siyaasaa hidhuu fi ajjeesuunis akka dhaabbachuu qabu ibsiteetti.
Mostrar todo...
👍 11😁 3 1
Milkaa’ina marii kanaa fi Haqa Yeroo Ce’umsaa biyyattiitti dhufa jedhameefis biyyootni Lixaa deeggarsa maallaqaa dabalatee kennaafii jiru. Ameerikaan Mariin Biyyaalessaa kun ‘’fudhatama kan qabuu fi hunda kan hammate’’ tahuu qaba jetti. Garuu rakkoo nageenyaa guddaa kan qabdu keessa kan socho’an ABO fi KFO ‘’furmaata waaraa kan argamsiisu miti, mootummaan yeroo bitachuuf itti fayyadama’’ jechuun dursanii maricha keessaa bahaniiru. Jawaar Mahaammad Marii Biyyaalessaa ilaalchisee haala qabatamaa keessa jiraniin naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraaf waan hojjetu miti jedhe. ’’Naannolee lamaan sochii waraanaa jala jiraachuu kan eeru Jawaar, hoggantootni mootummaallee naannolee kanneen keessa eegumsa humna nageenyaa cimaan akka socho’an hime. Paartilee mormituuf ammoo carraan kun hin jiru. Kun ammoo uummata walitti qabanii mariisiisuuf mijataa miti’’ jedhe. Piroofesar Mararaa Guddinaa ‘’mootummaan umurii dheereffachuuf qofa itti fayyadama. Warra Ameerikaattis himneerra. Marichi hunda kan hammate miti. Kan araaramuu qabu warra qawween wal waraanudha. Isaan maricha keessa hin jiran. Eenyuun walitti araarsuuf deemu?'' jedhan. Piroofesar Mararaan erga Ergamaa Addaa US waliin mari’atanii Marii Biyyaalessaa irratti hirmaachuuf ejjennoo keessan jijjiirtaniittuu jedhee BBC gaafateef ‘’lakki, garuu warra Ameerikaa akka inni hammataa hin taane fi fudhatama hin qabne hubachiisneerra. Paartileen as keessatti hin hirmaanne hedduutu jiru’’ jedhan. Itoophiyaan biyya guddoo Gaanfa Afrikaa keessaa uummata miliyoona 120 qabdu yoo taatu waggoota shaman darba kana keessa rakkoo nageenyaa guddaaf saaxilamteetti. Uummanni maaliif callise? Xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mahaammad uummanni callisuun paartii biyya bulchaa jiruuf beekamtii kennuu miti. Mootummaansi kanaan dogogoruu hin qabu. Uummanni kan calliseef namoonni siyaasaa akka waliin mari’atanii nagaa buusaniif carraa kennuuf jedheeti jechuun barreesse. Mootummaan garuu fudhatamummaa uummataa argachuuf maal godhe? Seera-maleessummaan babal’achuufi qaala’insi jireenyaa hammaachuu? Ummanni kan calliseef waraana dhuma hin qabneefi rakkoo dingdee mudataa jiru nuffeeti jechuun fuula Feesbuukii isaa irratti barreesse. Jawaar itti dabaluun mootummaan hidhattootni hidhannoo hiikkachuun karaa nagaa galaa jiru jechuun kan ibsaa ture hedduun isaa odeeffannoo sobaa tahuu hima. Ammayyuu daandiin godinaalee fi magaalota wal qunnamsiisan rakkoo nageenyaaf saaxilamii akka jiran himuun mootummaan karaa akkanaa deemurra marii nagaan wal dhabdicha xumuruu akka qabu akeeke. Mootummaan Itoophiyaa fi WBO yeroo lama Taanzaaniyaatti marii nagaaf taa'anii osoo walii hin galiin hafaniiru. Hanga fiixaan baasnutti irraa abdii hin kutannu kan jette Ameerikaan, ammas hidhattootni marii nagaaf of qopheessuu akka qaban dhaamteetti. Mootummaan Itoophiyaas nageenya biyyattiif itti gaafatamummaa kan qabu isa waan taheef meeshaa waraanaan rakkoo siyaasaa mudate hiikuuf yaaluu akka hin qabne himte. Namoota siyaasaa hidhuu fi ajjeesuunis akka dhaabbachuu qabu ibsiteetti.Ibsa Ameerikaa mootummaa Itoophiyaa dheekkamsiiserratti hayyoonni siyaasaa maal jedhu? May 18, 2024 Xiinxalaa siyaasaa beekamaa Jawaar Mahaammad mootummaan Itoophiyaa ibsa Itoophiyaatti Ambaasaddarri Ameerikaa Ervin Maasingaa kennan balaaleffachuun akka isa gaddisiise hime. Ibsi Ameerikaa kun waanuma biyya michuu dhugaa tokkorraa eegamu jedhe. Pirofeesar Mararaa Guddinaa ammoo Ibsi Ameerikaan kennite’’ imala kallattii sirriif tarkaanfii sirrii jalqabaa fudhatame’’ jedhan. Pirofeesar Mararaan ibsichi mootummaa haa dheekkamsiisu malee ‘’nuyi gama keenyaan gahaa miti’’ jenna jedhan. Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Masiingaa, Roobii Caamsaa 15, 2024 dhimma mirgoota namoomaafi marii biyyaalessaa Itoophiyaatti gaggeeffamurratti 'dubbii imaammataa'(Policy speech) yeroo dhiyeessan seenaa Itoophiyaa keessatti waraanni miidhama malee furmaata akka hin fidne eeran.
Mostrar todo...
👍 2
Ambaasaddarichi lammileen nagaa biyyattii keessa jiran qaamolee gara garaan ajjeefamaafi gidiraan irra gahaa jiraachuutti Ameerikaan baayyee akka gadditu ibsan. Ambaasaaddar Masingaan, rakkoon nageenyaa Itoophiyaa keessa jiru karaa nagaan akka furamuuf Waraana Bilisummaa Oromoo dabalatee qaamolee hidhatanii socho’aniifi mootummaatiif waamicha godhaniiru. Mootummaan Itoophiyaa ammoo ibsi Ambaasadarichi kennan odeeffannoo gar-tokkee fi maqa balleessii kan of keessaa qabudha jedhe. Jawaar Fuula Feesbuukii isaarratti akka barreessetti Ambaasaaddar Masiingaan akka biya michuu dhugaa tokkootti rakkoo siyaasa Itoophiyaa keessaa karaa marii nagaa malee waraanaan akka hin furamne ibsan jedhe. ‘’Ambaasaddarichi bira qabee jechoota dippilomaasii fayyadamee odeessuu hin dhaqne. Inumaayyuu ifatti, amanamummaan akka biyya michuu dhugaa tokko irraa eegamuutti ibse,’’ jedhe Itti aansuun Jawaar ‘’Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa waamicha nagaa ambaasaadarichi godhan balaaleffachuun na gaddisiiseera jechuun barreesse. ‘’Erga waliigalteen nagaa Piriitooriyaa mallattaa’ee mootummaan waraana waliinii biyyicha keessaa karaa nagaan furuuf tarkaanfii fudhachaa ture. Hedduun keenya mootummaan waraana labsuurraa gara nagaa buusuutti dhufuu isaa dinqisiifannee fudhanneerra. Dura Taa’aan KFO fi hayyuun siyaasaa Piroofeser mararaa Guddinaa ammoo Ameerikaan ‘’bakka madaa isaaniitti waan buuteef balaaleffatan. Nuyi ibsa Ameerikaa hin fudhannu. Isinis hin dhaggeeffatiinaa jedhanii uummataaf ergaa dabarsuuf fakkaata’’ jedhan. Dabalataan Pirofeesar Mararaan Ameerikaan ‘’akkamitti hidhattoota waliin wal nu qixxeessu jedhanii mufachuu hin oolle jedhan. ‘’Mootummaan Itoophiyaa Ameerikaan akkamiin warra hidhattootaa waliin wal nu qixxeessitee ibsicha kenniti kan jedhutu isaan dheekkamsiise. Nuyi mootummaa uummataan filatamedha. Isaan shiftaa, mootummaa humnaan fonqolchuuu barbaadu, kan jedhutu mufachiise fakkaata,’’ jedhan. Dabalataan mootummaan osoo karaa dippilomaasii keessaan dubbachuu fi waraqaan waliif ibsuu osoo qabnuu maaf ifatti dubbatan kan jedhutu dheekkamsise jedhan. Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaas ibsa Ambaasaddarichi kennan dippiloomatawaa miti, hariiroo seena qabeessa biyyoota lameenii kan ibsu miti. Dogogorroonni ibsicha keessaa akka sirrataniif hojjenna jedhe. Pirofeesar Mararaan ibsa Ameerikaa kana dura Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa US waliin haala qabatamaa siyaasa Itoophiyaarratti warra marii gaggeessaan keessaa tokko. ‘’Bu’aa karaa marii nagaa argame itichuu irra waraana jabaa fi hojii piropaagaandaatti taa’e. Cinatti ammoo duula filannoo gaggeessuu jalqabe. Kun dogogora bara 2020 gara waraanaatti galche irra deebi’uudha,’’ jechuun barreesse. Jawaarii bulchiinsa MM Abiy jalatti ofiis mana hidhaa turee erga bahee hirmaannaan siyaasaa taasisu hedduu hin mul’atu. 'Mariin biyyaalessaa Oromiyaa fi Amaaraaf hin mijatu' Itoophiyaan Marii Biyyaalessaa rakkoo siyaasaa biyyattii keessaa fura jettee abdatte gaggeessuf amma sadarkaa murteessaarra gahuu ibsiteetti. Milkaa’ina marii kanaa fi Haqa Yeroo Ce’umsaa biyyattiitti dhufa jedhameefis biyyootni Lixaa deeggarsa maallaqaa dabalatee kennaafii jiru. Ameerikaan Mariin Biyyaalessaa kun ‘’fudhatama kan qabuu fi hunda kan hammate’’ tahuu qaba jetti. Garuu rakkoo nageenyaa guddaa kan qabdu keessa kan socho’an ABO fi KFO ‘’furmaata waaraa kan argamsiisu miti, mootummaan yeroo bitachuuf itti fayyadama’’ jechuun dursanii maricha keessaa bahaniiru. Jawaar Mahaammad Marii Biyyaalessaa ilaalchisee haala qabatamaa keessa jiraniin naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraaf waan hojjetu miti jedhe. ’’Naannolee lamaan sochii waraanaa jala jiraachuu kan eeru Jawaar, hoggantootni mootummaallee naannolee kanneen keessa eegumsa humna nageenyaa cimaan akka socho’an hime. Paartilee mormituuf ammoo carraan kun hin jiru. Kun ammoo uummata walitti qabanii mariisiisuuf mijataa miti’’ jedhe.
Mostrar todo...
👍 3 1

👍 4 1