cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Shasha Media

Kaayyoon Chaanaalii Kanaa ●Barnootaafi Bohaartii adda addaa ●Asoosama ●Walaloowwan Jaalalaa Fi kkf Ni Argattu.

Mostrar más
Finlandia718El idioma no está especificadoEducación17 057
Publicaciones publicitarias
8 726
Suscriptores
-824 horas
-247 días
-11430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁 Isa kanas booda akka hin gaabbine warri kana dura hin jalqabin jirtan ammuma eegalaa. #Hub:Task'n akka baay'inaan isiniif dhufu yoo barbaaddan VPN keessan on godhaa. Eegaluuf👇 🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_5117551680 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_5117551680 🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁 Notcoin warri wallet irraa qabdan ammoo keessan 👇 na dubbisaa isinirraan bita. https://t.me/Shaashaa_miidiyaa 🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁
Mostrar todo...
Shasha Media

Kaayyoon Chaanaalii Kanaa ●Barnootaafi Bohaartii adda addaa ●Asoosama ●Walaloowwan Jaalalaa Fi kkf Ni Argattu.

👍 2🥰 2
BAGAN HIN TA'IN!! Ani bagan  hin ta'in Bineensa bosona keessaa Silaa gaafa hundumaa Sokoksaa namaan dheessa Ani bagan hin ta'in Beelada manaa horii Silaa waan har'aa malee Hin abdadhu waan borii Utuun biqilaa ta'ees Kan daarii lagaaf bakkee Silaa qottoon na mura Akka waanin waa yakkee Ani bagan hin ta'in Cirracha bishaan biraa Isa adda baasee hin beekne Foolii alagaaf firaa Ani bagan hin ta'in Bubbee isa saafaa fiigu Isa sababii malee Godoo hiyyeessaa diigu Ani bagan hin ta'in Jirma isa karaa cufu Kan dhaloonni gufatee Bowwaa keessatti kufu Ani bagan hin tain Seenaa sobaan barraa'e Isa haqni dhokatee Yaanni namaa tarraa'e Haqakoo ukkaamsanii Na dhowwatanus hirbuu An Baga nama ta'e Nama ta'uukoo hin jibbu Karaarratti hidhamus Adeemsaaf manaa ba'ee Lakkii ofitti hin gaabbuu An bagan nama ta'ee Moo'achuuu utuun qabuu Gaafa haalli na moo'u Gaafa obsi na dhumnaan Gaddaa guutamee boo'u Adeemuuf manaa ba'ee Gaafan danqamee dhaabbu Yaaddoon yoo natti hammaates Nama ta'uukoo hin gaabbu Bagan dhaladhee arge Loogiif qoqqooddaa dachee Baga na deesse aayyoon Baga aabboon na dhalche     -Elsay Adinootiin University Madda Walaabuu irraa-   💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓 🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️ ❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa ❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
Mostrar todo...
3👍 1
Repost from Barnootaaf
Photo unavailableShow in Telegram
Inni kun ammoo #Hamster_Combat jedhama.Kuni guyyaa har'aati jalqabe Isin hin darbin Inni kun haala itti hojjetu namni baruu barbaaddu na dubbisuu dandeessa.
Mostrar todo...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Mostrar todo...
Repost from Barnootaaf
Jirtuu ilmaan Oromoo.Har'a odeeffannoo gaarii tahe qabadheen isiniif dhufe.Innis dhiheenya kana doolaara kaffalaa jiraachuu isaa isin beeksisuufi.Akkuma hundi keenyaahuu beeknu ji'a darbe keessa namoonni hammana hin jedhamne #Notcoin hojjechaa turuun qarshii kumoota hedduu hojjetan keessaa tokko tahuu kootti hedduun gammada.Anis kanaafin namoonni carraan Notcoin isin darbe bifa fooyyaa'aan Screen bilbila keessanii tuttuquu qofaan doolaara hedduu argachuu kan ittiin dandeesan #TapSwap kan jedhamu bitcoin kan fakkaatu haaraan gad dhiifamee hedduun keenya hojjechaa jiraachuu isin beeksisuu fi isinis carraa kanarraa akka qooda fudhattaniif isiniif qooduuf dhufe.Wanta kana namoonni hedduun qoosaa itti fakkaatee dhiisaa turuun ni yaadatama,ammaas hedduun akka qoosaatti lakkaawanii kan dhiisanii taa'aa jiran jiru.Garuu wantichi 100% dhugaadha.Carraa kanarraa fayyadamaa yaa ummata keenya.Link kanaan seenaa.yoo gaaffii qabaattan na gaafadhaa. @tapswap_mirror_bot
Mostrar todo...
#Kana_Bektuu ~Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin jireenya kee karaa heddutti hiikkatu. ~Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin;Namni dhugaa akka si jaallatuuf of tahi. ~Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiraatu. ~iImi namaa gaafa gad jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa jinbilfattuuf ol si qaba. ~Kan baatu ni ulfaata yoo jedhu.Kan baachiisu salphaadha jedha ~Namoota nu cunqursanif dhiifama gochuun mooyamuu osoo hin taane,Jaalala barsiisudha Tarii adunyaa kanatu cubbuu tahe taha malee Gaarii yaaduu fi hamaa jibbuun gowwaa fi wallaalaa nama hin taasisu. ~Nama huccuu xuraaye uffatu maraataa jettee hamma baqattu.Nama uffanni isaa qulqulluu tahee sammuun isaa xuraawee baqadhu. ~Namoonni tokko tokko akka hurreetti,Yeroo sirraa deeman guyyaan siif ifa. ~Imalli kee tirataa tahullee,Garuu Gonkuma of duuba hin deebi'in ~Manni kitaaba hin qabne akka foon lubbuu hin qabneeti. ~Namni hanguma gammachuuf of qopheesse gammada. ~Nama gaarii tahuuf yeroo fi sababa barbaadachuun hin barbaachisu.Nama gaarii tahuuf hojiin jalqabaa ilma namaatif yaada gaarii qabaachuudha. ~Yeroo argatte humnaa ol hin utaalin, Yoo dhabdes hamileen sin cabin dachii kanaratti wanti hundi ni dabarti. ~Nan beeka jattee namoota irratti sobdu keessaa gonkumaawuu namni ati hin beeyne akka jiru hin dagatin. ~Yoo ati hayyamteef malee wanti sammuu kee dhiphisuu dandahu hin jiru. ~Dadhabinni jireenya kee keessatti si qunnamu waan beekuu qabdu beekuu dhabuudha. ~Eenyummaafillee taatus jaalala akka malee hin qabaatin, Sababni,Namoonni yeroo fedhan jijjiiramuu malu waan ta'eef. ~Namoota biroo too'achuuf, Jalqabarratti mataa kee too'achuu qabda. ~Yoo namni tokko si shakke hin gaddin. ilmi namaa hundi warqii fi Daayimandii akka shakku yaadadhu. ~Wanti na gaddisiise isa ati na sobde osoo hin taane, Isa ani kana booda sin amanneedha ~Hiriyyaan guyyaa rakkoo nama yaadate yoomiyyuu burqaa jireenya keetii ta'uu danda'a. ~Kufaatiin ka'uumsa milkaayinaaf sababa. ~Gufuu fi qoruumsi riqicha ce'uumsaa ta'anii nu tajaajilu. ~Jabaa namaati jechuun nama yeroo aareaarii isaa liqimsuudha. ~Namni kaayyoo qabuufi mukti firii qabu gadi jedha. 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓 🛜J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️ ❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa ❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
Mostrar todo...
👍 12🥰 3 1👌 1
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu_Gammachiisaa Namoonni tapswap irratti galmooftan irra seenaa coin keessan baayyifadhaa Namoonni hin galmoofne ammuma galma'aa Carraan kun xumuramuuf guyyaa 22 qofatu  hafe, galmaa'uudhaaf linkii armaan gadiitin seenii Start godhii egali ↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓ 𝐒𝐭𝐚𝐫 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢 𝐃𝐚𝐟𝐢 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5285886302 ↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑ Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa. play godhi tap tap godhi.
Mostrar todo...
👍 1
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu_Gammachiisaa Namoonni tapswap irratti galmooftan irra seenaa coin keessan baayyifadhaa Namoonni hin galmoofne ammuma galma'aa Carraan kun xumuramuuf guyyaa 22 qofatu  hafe, galmaa'uudhaaf linkii armaan gadiitin seenii Start godhii egali ↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓ 𝐒𝐭𝐚𝐫 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢 𝐃𝐚𝐟𝐢 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5285886302 ↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑ Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa. play godhi tap tap godhi.
Mostrar todo...
2