Umaralfaaruuq Sheikh Aliyyii
Ir al canal en Telegram
Barnoota Tafsiiraa, Barnoota Kitaaba Umdatul-Ahkaam, Seenaa Nabiyyootaa, Seenaa Nabiyyii fi wontoota hedduu argattu.
Mostrar másEl país no está especificadoLa categoría no está especificada
468
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días
Archivo de publicaciones
۞༆۞༆۞༆۞༆۞༆۞༆۞
السلام عليكم ورحمة الله وبــركاتـــــــــــــــــــــــــــــه ❥
۞༆۞༆۞༆۞༆۞༆۞༆۞
❥AHBAABII FILLAAH 🫶🌹
SEENAA YERON TENYA GEESE📚✍🏻🥰❤️🌹
✬✬✬✬☟☟☟☟✬✬✬✬
۞༆۞༆۞༆۞༆۞༆۞༆۞
https://us02web.zoom.us/j/9805705916?pwd=ajlzN3VleDBOUjNaUmJRekR0bE90QT09
{Codi 1 } 👈
Kana Fakkaata Eebbi Markaza keenyaa hardha.
👇👇👇
https://us02web.zoom.us/j/9805705916?pwd=ajlzN3VleDBOUjNaUmJRekR0bE90QT09.
Codi.1👈🏻🌹
ODUU_GAMMACHIISAA.
***********************
Markazni #SHAMSUL_ISLAAM Kan Kitaaba akka Usuulaa, Kitaabu Towhiid, Buluugul-Maraam, Riyaadu-As-Saalihiin, Kitaaba Tajriidaa fi Tafsiira Qura’aanaa barsiisaa ture, Kan (Umaralfaaruuq Sheikh Aliyyii) irratti barsiisaa ture qophii ajaa'ibaa qabatee dhufaa jira.
Qophiin kunis Ramadaana keessa Barnoota itti fufuun waan ulfaatuuf, Ramadaana kana keessa Barattoota Markaza kana keessatti barataa turan Eebbisee woraqaa Ragaa woliin geggeessuu fedha.
https://us02web.zoom.us/j/9805705916?pwd=ajlzN3VleDBOUjNaUmJRekR0bE90QT09.
Codi.1👈🏻🌹
Woggaa 5tti qofatti Qura’aana guutuu xumurte. Amma Woggaa 9 Haffazaa jir...
https://youtube.com/watch?v=pgHwKboAda4&feature=share
