cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ABDII SABAA OFFICIAL

✅beekuun gariidha waan beekaan nama barsiisuun garummaadha. youtube channel koo subscribe godha.

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
2 184
Suscriptores
-124 horas
-57 días
-330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

💯Memory bilbila keenya maaltu guute laata?📲 Yeroo baayye wayita App haaraa install goonu ykn wayita faayiloota garaagaraa kanneen akka audio, video, photo, fi kkf dabarfachuuf jennu Insufficient Storage Avaliable ykn Memory fully  jechuudhaan notification maalif nutti ergama? 👌Rakkoon akkasi wayita nu mudatu Memory Space keenya akkamitti free akka goonu waalin ilaalla. 🤷‍♂Garuu notification kun sababa maaliitiif nuuf dhufa waan jedhu dursinee sirriitti haa ilaallu 👉👉Operating Systemin Android app install gochuuf ykn faayila kuusuuf wayita bakka gahaa tahe dhabu notification kana nutti erga. 👌Kana waliin walqabatee Applicationoonni Bilbila keenya irraa jiran Storage akkamittiin akka fayyadamanu haa ilaallu 👉Applicationooni wayita install tahan bakka mata isaani memory irraa ni fudhatu. 👉Applicationoni bakka daataa mataa isaanii Kawwatan memory irraa ni qabaatu (fkn Telegrami fudhachuu dandeenya) 👉Applicationoonni bakka yeroodhaaf faayila catch gochuun kaawwatan ni qabu. Faayiloonni catch irra taa'an kunnin bakka guddaa qabatu. Kanaafu rakkoo isaa fi akkaata itti fayyadama storage jaraa ergii barree furmaanni isaa hoo maali🤷‍♂ 😳 Jalqaba irratti Storage bilbila keenya maal maaliin akka guutame ilaaluu qabna.  Kanaafis: 1ffaa: Setting seenuu 2ffaa:  Storage seenuu 👌Asirratti RAM,Internal Storage,SD Card bakka hammami qabatanii akka jiran % dhaan nu agarsiisa 3ffaa: Internal Storage cuqaasuu Avaliable  👈memory free nuti qabnu dha. System👈 Operating System bilbila keenyaa ofii isaatiifi Applicationoota isa waliin dhufan kanneen akka Chrome, Maps,Phone, GMail, Google, Contacts, Photo,Drive fi kkf kuusuuf memory inni qabate nutti agarsiisa. Owners👈applicationoota fi suurawwan akkasumas audio fi video garaagaraa nuti kuufanne agarsiisa. Kanneen armaan olitti ibsaman keessa kan iddoo guddaa qabatan ilaaluun... Application yoo tahe yeroo hedduu itti hin fayyadamnu ykn dhimma itti hin baanu taanaan uninstall gochu ✳️ uninstall gochuuf Setting->Apps  uninstall gochuuf app barbaanne cuqaasuun uninstall goona. ✅ audio,photo ykn video yoo tahe immo kan nu hin barbaachisne filachuun delete gochuu. ✅ Clear data  isa jedhu cuqaasuun catch memory irraa faayiloota jiran balleessuun qulqulleessuu. ✅ akka dabalataatti faayiloota bakka guddaa qabatanii jiran Internal Storage irraa Cut  gochuun  SD card irratti paste gochuu. ✅ filannoon kan biraa immoo bilbila keenya irratti bakka faayiloonni haaraan yeroo dabarfannu seenaan akkasumas application irratti install ta'an default isaa gara SD card tti jijjiiruudha. Kanaaf immoo 👉Setting-> Storage- >Applications storage location kan jedhu gara removable SD card tti jijjiiruu Setting-storage-default-write disk- kan jedhu gara removable SD card tti jijjiiruu Akkasumas preferred install location seenuun isaas gara removable SD card tti jijjiiruu. Hiriyan keessan kan bilbilli isaa guutuun rakkachaa jiru jiraachuu waan maluuf maaloo share godhaafi. Odeeffannoowwan teknoloojii barsiisoo tahan kanneen kanaan dura lakkifamanii fi kanneen gara fuula duraatti lakkifaman illee argachuuf channel keenya join godha!! 👇👇👇👇👇👇 🖥️ @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️ 🖥️ @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️
Mostrar todo...
👍 2 2
👉 Add @NitroSeenENBot to your channel as Admin, then forward a message here from it. Request: 2500 views Starts: immediately Speed: max
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
📌 Tartiibota accounti Telegrama tokko yoo balleessuu barbaanne hordofuu qabnu. 1⃣. Go to https://my.telegram.org/auth?to=deactivate. 2⃣. Type your phone number 3⃣.  Next ▶️ 4⃣. Type the confirmation code 5⃣.  Sign In ✔️ 6⃣. Tap Deactivate account 7⃣. Tap Done✔️ 8⃣. Tap Yes, delete my account .📌 📌Wantoonni accounti kanaan raawwataman hundi ni bada. Like share    👇👇 🖥️  @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️ 🖥️  @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️
Mostrar todo...
👏 1
📌 Tartiibota accounti Telegrama tokko yoo balleessuu barbaanne hordofuu qabnu. 1⃣. Go to https://my.telegram.org/auth?to=deactivate. 2⃣. Type your phone number 3⃣.  Next ▶️ 4⃣. Type the confirmation code 5⃣.  Sign In ✔️ 6⃣. Tap Deactivate account 7⃣. Tap Done✔️ 8⃣. Tap Yes, delete my account .📌 📌Wantoonni accounti kanaan raawwataman hundi ni bada. Like share 👇👇 🖥️ @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️ 🖥️ @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️
Mostrar todo...
°Akkaataa barreefama instant view barreessuu dandeenyudha. °karaalee lamaan fayyadamtanii barreessuu dandeessu. ① intant view suuraa, sagalee fi linki kan of keessatti hammatte yoo hojjattuu barbaaddan boti kana @ITelegraphBot fayyadamuun account keessan waliin walitti erga hiitanii barreessuu dandeessu. Website irraan jechuudha. ② inni kun haalaan salphaadha garuu barreeffama fi immojiwwan qofa fudhata log in gochuus hin gaafatu. @vTelegraphBot start gootu> barreffama itti ergitu> erga inni instant view jijjiree link copy godhattanii paste gootu iddoo barbaaddanitti. Yeroo kana garuu you title hin kenniniif iddoo title sanatti maqaa keessan barreessa ofumaan. title itti barreessuudhaaf>  /sct erga jettaniinii mata duree keessan barreessituuf xumuuramee jira. 🖥️ @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️ 🖥️ @OFFICIALS_CHANNEL 🖥️
Mostrar todo...
👍 1
Of-eeggannoo ⚠️ Hubannoof....! Jidduu kana #Facebook_Account nama hedduu irratti Suuraan safuufi duudhaa keenyaan wal hin simne yeroo #Tag ta'u mul'ataa jira. Suuraa yookiin Video'n Profile namoota dhuunfaa irratti maxxanaa jiru kun, #Setting'n #Facebook_Account keenyaa sirraa'uu dhabuu waan ta'eef isa sirreeffachuu qabna. Akkaataa itti fufee jiru kanaan sirreeffadhaa...! step 1. Menu Facebook keessanii irra tuqxu. Step 2. Setting and Privacy tuqattu Step 3. Setting ishii jettutti dabartu Step 4. Filannoo hedduu isiniif dhufa, gadi siqxanii... #Audience_and_Visibility kan jettu jalatti #Profile_and Tagging kan jedhu tuqxu. Step 5. Viewing and sharing kan jedhu agartu. 👉 Who can post on your profile? kan jedhu= #only_me godhattu. 👉Who can see what others post on your profile ? kan kedhus #only_me Step 6 . Tagging kan jedhu jalatti ammoo 👉 Who can see posts that you're tagged in on your profile ? kan jedhu #only_me 👉When you're tagged in a post, who do you want to add to the audience of the posts if they can't already see it ? isas #only_me Step 7. Reviewing 👉 Review tags that people add to your posts before the tags appear on Facebook ? Isa kanammoo #Off gootu. 👉 Review posts that you're tagged in before the post appear on your profile ? kan jedhu #onn gootu. Isa booda yoo abbaan fedhe #tag isinarratti godhe, dursee #permission isin gaafatee notification isiniif erga, yeroo sana Add yookiin Hide yookiin mallattoo 'X' isiniif fida. Akkanni isinirratti post in taane ofirraa mallattoo 'X' sana tuqxanii haqxu. #Note Facebook account keessan akka isin jalaa hin hatamne yookiin hack akka hin taaneef mallattoo darbii ykn password keessan jabeessaa ykn strong godhaa! Akkan hubadhutti Facebook keessan email dhaan osoo banattanii gaariidha, password keessan lakkoofsa, qubee guddaafi xixiqqaa fi mallattoo garaa garaa osoo wal keessa fayyadmtanii gaariidha. 🖥️ @officials_channel 🖥️
Mostrar todo...
🎁Special Promo Code From Telega.io🎁 Amid a booming market, heightened by Bitcoin's growth, investment frenzy, and widespread excitement, highlighting your crypto project to an attentive audience becomes vital. We aim to link your innovative ideas with communities passionate about Bitcoin, cryptocurrency, and the world of investing. - Tailored Promotion: Register with our platform to access a handpicked selection of channels dedicated to the crypto ecosystem. These channels host a concentrated audience of crypto enthusiasts, investors, and tech-savvy individuals looking for the next big thing in the crypto world. - Use promo code: 🌟GOCRYPTO🌟 for a 3.5% discount on 3 ad placements this March. Step into the spotlight with ease, reaching those who matter most to your project's growth and success. Boost your crypto project's visibility today with Telega.io! https://telega.io/
Mostrar todo...
Telega.io — Telegram channels advertising exchange

Service for advertising your business in Telegram channels.

Oduu Gammachiisaa: Telegram waltajjii beeksisa isaa Amajjii 2024 eegaluuf kan jiru yoo ta'u,abbootiin qabeenyaa chaanaalii beeksisa chaanaalii isaanii irratti mul'atu irraa maallaqa akka argatan kan taasisudha. Hojii gaggeessaan olaanaa Pavel Durov akka ibsetti abbootiin qabeenyaa chaanaalii galii beeksisa irraa %50 kan argatan yoo ta'u, kunis toncoin TON blockchain irratti kaffalama. Ji'atti chaanaalii tamsaasaa irratti daawwattoota tiriliyoona tokko qabaatanis, yeroo ammaa kana ilaalchawwan kana keessaa %10 qofatu karaa Beeksisa Telegramiin maallaqaan kan argamudha. Durov waltajjiin kun mala beeksisa icciitii irratti xiyyeeffate ibseera. Galii qooduun, Telegram tarkaanfii waltajjiiwwan akka YouTube fi X hordofee, amala kana gara biyyoota haaraa 100tti babal’isuuf kaayyeffateera. Addunyaa guutuutti fayyadamtoota ji'a ji'aan sochii qaban miliyoona 800 ol kan qaban yoo ta'u, tarkaanfiin kun uumamtoota qabiyyee humneessuu fi maallaqa miidiyaa hawaasaa irra deebi'ee bocuuf waadaa galeera. 🖥️@yaredbz1🖥️ 🖥️@yaredbz1🖥️
Mostrar todo...
Ilaalchi bareedaan maalummaa namaa si hubachisa Ofiif jireenya keetittis si gammachisa. Ilaalchi gaariin waqiin kee akka si jaalatu namni akka si yaadatu godha☝️
Mostrar todo...
👍 1 1
Mostrar todo...