cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

M/M/Aanaa Hawii guddina

Mostrar más
Finlandia2 304El idioma no está especificadoLey7 648
Publicaciones publicitarias
260
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

tole
Mostrar todo...
Kabajamtoota A/Seeraa keenyaa ,Qaadii fi O/Seera keenyaa akkasumas hojjetoota deggarsaa mana murtii keenyaa hundii keessanu durandursee baga Rabbiin nagayaa fiFayyaan bara hojii 2015niin isiin gahee jechaa Hojiin idilee Manneen murtii Oromiyaa fi  mana murtii Aanaa  keenyaas Idileen gaafa guyya 23/01/2015 irraa egaltee waan jalqabamtuuf hundii keessanu halduree tokko malee iddoo hojii kessanitti argamuun tajaajila isiin irraa eegamu hunda kara guutuu taheen akka kennitan Cimsinee isiin hubaachifna.Abbootin dhimma keenyaas Gaafa guyya gubbarratti ibsame kanatti manni murtii keenyaa banamuun hojii idilee isaatti deebi'u isaa hubaatani warri kanaan dura  bellama qabdanii fi haroofne dhiyataniis akkata bellama kessaanii fi dabree keessanitiin akka itti fayyadamtan kabajaan isiin beeksifna.Naga taha hora bula deebana.
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Kallattii hundan jira jechaa jira bara 2015 ff MMOGH -----------------------------------+++++++++--+++++-------- ##12/01/2014##Hojii Kenna Tajaajilaa Mana Murtii Ol'aanaa Goodina Harargee Lixaa## Manni Murtii Ol'aana Godina Harargee lixaa Aadabamtoota Seeraa Mana Amalaa Sirreessaa Goodina Harargee Lixaa Keessatti barumsa barachaa jiraniif meeshaalee barnootaa deeggarsaan kenne.!!!!! Manii Murtii Ol'aanaa Goodina Harargee Lixaa Hojii Kenna Tajaajilaatin Bara barnootaa 2015 kanatti adabamtoota seeraa Mana Amala Sirreessaa Goodina Harargee Lixaa keessatti barattoota tahuun Barachaa jiraniif deeggarsa meeshaalee barnootaa dabtara darzaana 100 fi Qalama daarzana15 tilmaama gatii maallaqaatin qar.45,000(kuma afurtamii shanitti) shallagamu bakka Pir/MMOGHL/Obbo/Bukaar Kadiiroo;Itti/A/Waajjira Barnootaa Goodina Har/Lixaa/Obbo/Murteessaa Mohammed Fii Bakka Itti/Gaf/M/Am/Si/Go/Har/Lixaa Kom/Mahammad argamanitti deeggarsa taasisee jira. Via:MMOGHL
Mostrar todo...
Daree bara hojii garii sif hawaa Hawaasni MMAHG __---------------------;;------------:::7_1_2015 Sagantaa Gaggeessaa Obboo Darrasaa Geetachoo Pireezidantii Mana Murtii Aanaa Habroo. //////// Turtii waggaa 8(Saddeet) Keessaatti Obboo Darrasaan Manneen Murtii Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhugoo,Daroo Labuu,Odaa Bultuu Abbaa seeraan Uummata isaani tajajilaa turani jiru. Bara 2011 as immoo Pireezidantii Mana Murtii Aanaa Habroo ta'un waggaa Afuurif Hoggaansan tajajilaa turani jiru.Haala Tajajilaa isaanitis Manneen Murtii Godina Harargee Lixaa Keessaa Bara 2014 Sadarkaa Madallii keenamee 1ffaa Bahuun Abbaa wancaa ta'ani jiru. Yeroo ammaa immoo Jijjirraa Manni Murtii Waligalaa Oromiyaa tasiseen gara Mana Murtii GOANF tti jijjirraa argatani Hawaasni Aanaa Habroo ,Hoggantoonni Aanaa Habroo,Pireezidantoota Manneen Murtii Godina Harargee Lixaa, Hoggansii Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Lixaa,sagantaa Gaggeessaa Haala addaa ta'en tasifamee jira. Obboo Darrasaa Geetachoo Baacaa Nama Uummataa isaa tajajilaa turee ta'uu Ragaan Hawaasa Uummataa Aanaa Habroo Bohichaa isaa gaggeessedha. .Bakka Deemtetis Milka'ii Atu nama Guddadha Guddadhu.achitis waan guddaa akka hojjattu Abdiin qaba. Galata Pireezidantii MMO Godina Harargee Lixaa Obboo Bukaar Kadiroo Pireezidantoota Aanalee Manneen Murtii Godina Harargee Lixaa Hoggansaa Aanaa Habroo fi Hawaasa Aanaa Habroof Haa ta'u. Via; kab.obboo Kate
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.