cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Mo'attoota | Winners

Channel kanaan, 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) 👉Carraawwan hojii(job opportunity) ni argattu 👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success) Join 👇👇👇👇👇 @beawinner14

Mostrar más
Finlandia2 018El idioma no está especificadoEducación45 803
Publicaciones publicitarias
2 241
Suscriptores
-324 horas
-117 días
-5330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

#Dinnichaa fi #Killee Jalqabatti Dinnichai uumamaan jabaataadha.Killeen garuu dhangalaa'adha. Lachuu Abidda ykn bishaan baay'ee ho'e keessa yeroo xiqqoof yoo xursiiftu,Dinnichi sun lallaafee ykn eenyummaa isaa duraanii irraa caccabee argama. Killeen garuu Eenyummaa isaa duraa caalaa jabaatee ,inumaayyuu dhangala'aa kan ture jajjaba tahee baha! #ilaamee! Anaaf ati challenge jireenya heedduu arguu dandeenya. Hojii kee irratti,maatii kee keessatti,Hawwaasa kee keessatti fi kkf biratti rakkoowwaan adda addaa yoo si mudatan akka killee Sanaa cimii bahi malee,akka Dinnicha Sanaa eenyummaa kee gattee harka laattee hin bahin!. Galatoomaa!
Mostrar todo...
🔥 4 2
Proven Techniques for Building Genuine Connections Proven techniques based on psychology and effective communication, you can create strong bonds with the people you meet. Here’s how: 1. Practice Active Listening Active listening means really paying attention, understanding, responding, and remembering what the other person says. It's like giving them your full focus: - Make Eye Contact: Look at them to show you’re listening. - Nod and Use Words Like "I See": Let them know you’re following along. - Don’t Interrupt: Wait for them to finish before you talk. 2. Use the Power of Mirroring Mirroring is when you subtly copy the other person's gestures, expressions, and how they talk. It helps them feel more comfortable and connected: - Match Their Tone and Speed: If they talk slow and calm, you can too. - Copy Their Body Language: If they lean in, you can lean in too. 3. Ask Open-Ended Questions Open-ended questions encourage deeper chats and show you really want to know more about them. Instead of yes or no questions, ask things like: - Instead of "Did you like the movie?" try "What was your favorite part of the movie?" - Keep the convo going with more questions about their thoughts and feelings. 4. Share Personal Stories Sharing your own experiences helps build trust and closeness. Be open about your life, but also make sure to: - Keep It Balanced: Share enough about yourself, but let them share too. - Find Common Ground: Relate your stories to things they’ve told you about themselves. 5. Express Genuine Empathy Empathy means understanding and sharing the other person's feelings. Show you get where they’re coming from by: - Acknowledging Their Feelings: Say things like "That sounds really tough" to show you understand. - Share Similar Experiences: If it feels right, tell them about a time you felt the same way. 6. Use Positive Reinforcement Encourage the other person by showing appreciation and recognition. You can do this by: - Giving Compliments: Say something nice about them to make them feel good. - Cheering Them On: Celebrate their successes, no matter how small. 7. Maintain Consistent Communication Keeping in touch regularly helps build and keep up relationships. You can do this by: - Checking In Regularly: Send a text or call every now and then to show you care. - Remembering Previous Talks: Mention something they told you before to show you were listening. 8. Respect Personal Space and Boundaries Being respectful of their boundaries is super important for building trust. Pay attention to how they feel and: - Ask Before Going Deeper: Make sure they're okay talking about personal stuff. - Give Them Space: Respect their personal bubble and don’t get too close if they seem uncomfortable. 9. Show Authenticity and Vulnerability Being real and honest helps create deeper connections. Share your true thoughts and feelings, and: - Admit When You Mess Up: Showing you’re human makes you more relatable. - Be Yourself: Don’t pretend to be someone you’re not just to impress them. 10. Use Win-Win Methods Win-win methods mean finding ways for both of you to feel good about the connection. It’s about making sure both sides benefit: - Seek Mutual Benefits: Look for ways you both can gain something from the relationship. - Keep It Fair: Make sure neither of you feels like you're giving too much without getting anything back. By practicing active listening, mirroring, asking open-ended questions, sharing personal stories, showing empathy, giving positive feedback, keeping in touch, respecting boundaries, being authentic, and using win-win methods, you can create strong and lasting relationships. These proven techniques not only help you make friends but also make your life richer and more fulfilling. The Key to Personal and Professional Success 1. Increased trust and loyalty 2. Enhanced communication and collaboration 3. Improved networking opportunities 4. Greater career advancement prospects 5. Enhanced emotional support 6. Higher levels of satisfaction and fulfillment Follow #personalitydevelopment
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Ishee: Hello , Maali walirraa fagaanneem! Ana: Eeyyee sirriidha walirraa fagaanneerra. Ishee: Maali kuni waan gaariidha jettee yaaddaaree? Ana: Eeyyeekaa! Ishee: Maali maa jechuudha?🤔 Ana: Lafa gatiikoo baasun oolaa jira. Atis akkasuma mitiiree? Ishee: Gatii gaafa jettu maal jechuudha? Ana: Gaaffii bareedaadha. Dooktarri tokko tajaajilli inni kennuu fi Dhukkubsataan bira deemuu danda'u mana yaalaatti yoo argamedha malee iddoo mana ijaarsaa yookaan mana hoteelaa yoo oole gatiin qabu. Dhukkubsataanis dhukkuba isaaf mana yaalaa dhiisee Suuqii yookaan iddoo ijaarsa manaa yoo deeme qoricha barbaadu argachuu hin danda'u. Anii fi atis akkasi. Lafa rakasaa yoo oolte homtuu garagalee sin ilaalu. Lafa si ilaallatu fi Gatii qabu yoo oolte garuu koppii ofii waan hin qabneef qaalii yookaan gatii qabeessa jabaa taatee argamta. Kanatu gargar nu fageesse! Namoonni dammaqani Gatii isaanii Kabachiifatu. Iddoo isaaniif malu oolu. Atis akka duriitti nan eegiin. Atilleen Lafa gatiikee barbaaddadhu!
Mostrar todo...
🏆 2👌 1
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Mr. Kumala Tolasa Lecturer PHD Candidate
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Leenjisa #Tamiru_Chirkos BTSC Shareholder Package Trainer
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Milkaa'inni wantoota 6 kana gaafata (Foormullaa icciitii milkaa'inaa) 1. Hojii cimaa Carraa hin amanin, hojii cimaatti amani. Adeemsa ariifachiisuuf yaaluun ykn karaa gabaabaa barbaaduu dhiisi. Hin jiru. 2. Naamusa Kaka’umsi akka deemtu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa. Guyyoonni "miira itti hin dhaga'amne" ni jiraatu. 3. Dhaabbataa ta'uu Walsimannaa jechuun giddu galeessa gara olaantummaatti kan jijjiirudha. Walsimannaa malee milkaa'ina kana caalu gonkumaa hin argattu. 4. Aarsaa/Wareegama Yoo waan barbaaddeef wareegama hin baasne, wanti ati barbaadde wareegama ta'a. Wanti hundi gatii qaba. 5. Obsa Obsa dhabaa jirta taanaan lola dhabaa jirta. Jalqaba wanti tokkollee hin ta’u, achiis suuta jedhee akka tasaa yeroo tokkotti ta’a. Namoonni baay'een sadarkaa tokkoffaa irratti harka kennatu. 6. Ofitti amanuu Ofitti amanamummaan, yoo na hin jaallanne gaarii ta'a. Yeroo hundumaa namni eenyummaa kee fi jireenya irraa maal akka barbaaddu sitti murteessu ni jiraata.
Mostrar todo...
🔥 3