cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Wondmagegn Udessa Bidire

#Gospel Preacher & Teacher, Author, Leadership Consultant, Lecturer...

Mostrar más
Etiopía3 993El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad20 153
Publicaciones publicitarias
4 639
Suscriptores
+324 horas
+737 días
+13230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
"Karaa Isaa akka Inni nu barsiisuuf, nus daandii isaa irra akka adeemnuuf, kottaa gara tulluu mana Waaqayyootti,... ol in baanaa!" Isa. 2:3 " ኑ፥ ወደ እግዚአብሔር ተራራ፥ ወደ ያዕቆብ አምላክ ቤት እንውጣ፤ እርሱም መንገዱን ያስተምረናል፥ በጎዳናውም እንሄዳለን...::" ኢሳ. 2:3 “Come, let us go up to the mountain of the Lord, ...He will teach us His ways, so that we may walk in His paths.” Isa 2:3 FOCUS Finfinnee #FOCUS #AAU #GraduatingClass #Fellowship
Mostrar todo...
👍 9
ሁለንተናዊ እድገት ለወጣቶቻችን! === የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢ የወጣቶች በዓል: በነቀምቴ ማ/ምዕመናን - ወጣቶችን እና ወላጆችን በሁለንተናዊ መልኩ ማስታጠቅ -ውድ ወጣቶች፡- - የእግዚአብሔር ቃል እንደሚለው (1 ጢሞ. 4:15) እግዚአብሔር በሰጣችሁ የጸጋ ስጦታዎች ለማደግና ስኬታማ ለመሆን  በርቱ: ትጉ - በወንጌል አላፍርምና:... ለሚያምን ሁሉ የእግዚአብሔር ኃይል ለማዳን ነውና (ሮሜ 1፡16) እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል: በወንጌል አገልግሎት ማህበርተኛ በመሆን በርቱ! - ለትውልድም በረከት  ትሆኑ ዘንድ እግዚአብሔር የሰጣችሁን ልዩ የጸጋ ስጦታዎችና የተፈጥሮ ችሎታችሁን በመለየት፣ በማዳበር እና በመጠቀም ትጉ! እግዚአብሔር በነገር ሁሉ ይባርካችሁ! - እናንተም ውድ ወላጆች:- ልጆቻችሁ በነገር ሁሉ እንዲሳካላቸውና ለእናንተ፣ ለትውልድና ለሀገር በረከት እንዲሆኑ በአስፈላጊው መንገድ ሁሉ ደግፏቸው፣ አበረታቷቸው፣ መርቁዋቸው...! እግዚአብሔር ይባርካችሁ! ይጠብቃችሁ! #EECMY #Youth #Family #Nekemte
Mostrar todo...
GUDDINA HUNDAGALEESSA DARGAGGOOTA KEENYAAF! ===EECMY Youth Day, @Nekemt Congregation, Equipping Youth & Family Holistically Dargaggoota keenya: -akkuma Sagaleen Waaqayyoo jedhu, (1Xim. 4:15) kennaa Waaqayyo isiniif kenneen bifa hundagaleessaan guddattanii akka milkooftaniif jabaadhaa; -Ani Wangeelatti hin yeella'u/qaana'u, Inni humna Waaqayyo isa warra amantii qaban hundumaa fayyisuu dha (Roomaa 1:16), jettanee hojii babal’isuu Mootummaa Waaqayyoo keessatti gahee keessan akka baatanuufis hojii guddaatu isinirraa eegama, nurraa eegama. -Dabalataan ofirra darbitanee dhalootaaf eebba ta’uu akka dandeettanuuf, ayyaanaa fi kennaa addaa Waaqayyo biraa isiniif kenname adda baafattanee, guddifattanee, itti fayyadamtanee akka milkooftanuuf jabaadhaa. Waaqayyo karaa hundumaatti isin haa milkeessuu! -Maatiin immoo; ijoolleen keessan milkaa'anii, ofirra darbanii isiniifis, dhalootaafis, biyyaafis eebba akka ta'anuuf, karaa barbaachisu hundumaan deeggaraa, jajjabeessaa, eebbisaa...! #EECMY #Youth #Family #Nekemte #HolisticDevelopment
Mostrar todo...
👍 3
GUDDINA HUNDAGALEESSA DARGAGGOOTA KEENYAAF! ===EECMY Youth Day, @Nekemt Congregation, Equipping Youth & Family Holistically
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
#KonsartiiFaarfannaa DILBII GALATAA ===Waxababajjii 02, 2016ALI, Galma Barkumeetti (Millennium Hall) Efesoon 5:19 irratti akkuma Sagaleen Waaqayyoo "Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata Gooftaa dhageessisaa!" jedhu, Waxababajjii 02, 2016, Galma Barkumeetti, saatii 7:00 irraa kaasee obboleessa keenya Faarfataa Paulos T Bulcha waliin Gooftummaa Yesuus labsina, galata Isaas dhageessisna #Remember: June 02, 2016EC (June 09, 2024) @Millennium Hall, 1pm (7:00 local time)
Mostrar todo...
👍 4👏 2
Asteer Gannoo- Haadha Seenaa Guddaa: ===(1872-1964) Macaafa Qulqulluu Onesmoos Nasiib (Abbaa Gammachiis) waliin ta'uun Afaan Oromootti hiikan, Macaafni Qulqulluun kunis bara 1899tti maxxanfame. Asteer, Iluu Abbaa Booraatti bilisummaa keessatti kan dhalatan yoo ta'u booda garuu mootii Limmuu Innaariyaatiin gabrummaatti gurguraman. Bara 1886tti dooniin Ixaaliyaa bidiruu isaan itti fe'aman gurguraaf gara biyya Arabaatti geeffamaa turan qabee bilisa isaan baasee. Achiis gara Eertiraa isaan geesse; achitti manni barnoota Wangeelaa Imukulluu, kan Siwiidinootaan geggeeffamu isaan fudhate. Asteeris mana barumsaa kanatti baratan. Onesmoos Nasiib battalumatti Asteer kennaa sammuu fi jaalala Afaan Oromoo akka qaban bare. Ergasii galmee jechootaa Afaan Oromoo (Oromo Dictionary) akka qopheessanuuf dirqamni kennameef. Galmeen jechootaa kunis hiikaa Kakuu Haaraa Macaafa/Kitaaba Qulqulluu kan bara 1893 maxxanfamerratti faayidaarra oole. Asteer kitaaba waa'ee Kitaaba Qulqulluu (book of Bible stories) Afaan Oromootti hiikan. Akkasumas hiibboo Afaan Oromoo 500 ta'an, mammaaksa, oduu durii fi faaruu/weedduu walitti qabanii bara 1894 maxxansiisan. Boodarrammoo Onesmoos waliin Kitaaba weedduu/faaruu Afaan Oromoo qopheessurratti hirmaataniiru. Arén akka barressetti kuusaan aadaa isaan walitti qaban baayyeen isaa kan hin maxxanfamne akka ta'ee fi maatii HYlander harka olkaawwamee akka jiru dubbatan. Asteeri fi Onesmoos Macaafa/Kitaaba Qulqulluu guutummaasaa Afaan Oromootti hiikanii xumuruudhaan, bara 1899tti maxxansiisan. Bara 1904tti, Asteer fi Onesmoos, Oromoota biraa waliin, Eertiraarraa ka'anii gara Wallaggaatti galan. Achittis manneen barnootaa kan dhaaban yoo ta'u Asteeris Naqamteetti akka barsiiftutti tajaajilaa turan. Madda: •https://om.m.wikipedia.org/wiki/Asteer_Gannoo • Arén, Gustav (1978). Evangelical Pioneers in Ethiopia. Stockholm: Stockholm: EFS Forlaget. • Kebbede Hordofa Janko and Unseth, Peter (2003). "Aster Ganno". Encyclopaedia Aethiopica, vol. 1, edited by Siegbert Uhlig, pp. 387,388. Wiesbaden: Harrassowitz. Asteer Gannoo, bara 1964'tti, waggaa 92ffaa isaaniitti gara Gooftaa deeman. Awwaalli isaaniis mooraa Waldaa Makaana Yesuus Naqamtee keessatti argama. Barreeffamni awwaala isaanii irratti barreeffame, Faarfannaa 146:1 "Haalleluuyyaa, Waaqayyoon jajadhu, yaa lubbuu koo" kan jedhuudha. Kitaabni Qulqulluun, Ibroota 13:7 irratti, "Warra isin geggeessanii, dubbii Waaqayyoo isinitti himanii turan yaadadhaa! Attamitti akka jiraatan akka du'anis, jireenya isaanii keessaa wanta argames ilaalaa, fakkeenya amantii isaanii fudhadhaa duukaa bu'aa!" nuun jedha. Kanaafuu, Sagalee Waaqayyoo dhageenyee, hojii Waaqayyo bara isaanii keessatti hojjate yaadannee hojii seena qabeessa dhalootaaf karaa isaanii jalqabame itti fufsiisaa, kaayoo Waaqayyo nu'uumeef jiraachaa, akka isaanii bara keenyatti fedha Waaqayyoo tajaajilaa dhalootaaf eebba ta'uu akka dandeenyu Waaqayyoo nuhaa gargaaruu...Ameen🤲! 📷: Ezekiel, EECMY Nekemt https://t.me/wondmagegnudessa #AsteerGannoo #MacaafaQulqulluu #Ogbarruu
Mostrar todo...
Asteer Gannoo

Asteer Gannoo (1872 - 1964) dubartii Macaafa Qulqulluu Onesmoos Nasib wajjin ta'uun Afaan Oromootti hiiktee. Macaafni Qulqulluun kunis bara 1899tti maxxanfame.

9👍 2
Asteer Gannoo- Haadha Seenaa Guddaa:  ===(1872-1964) Macaafa Qulqulluu Onesmoos Nasiib (Abbaa Gammachiis) waliin ta'uun Afaan Oromootti hiikan, Macaafni Qulqulluun kunis bara 1899tti maxxanfame. 👇👇👇 Itti fufaatii guutummaasaa dubbifadhaa.. @wondmagegnudessa
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Guddina Hunda-Galeessa... ===EECMY Youth Day, @ Nekemt Congregation '...nama Waaqayyoo ta'uudhaaf of qoqqopheessuun...wanta baayyeedhaaf nama gargaara; jireenya ammaaf, isa dhufuufis abdiin isuma keessa jira.' 1Xim. 4:8 #EECMY #Nekemt #Youth
Mostrar todo...
12👍 3
FAMILY IS AT THE CENTER OF GOD'S PLAN... ==Family Teaching @EECMY Bethel Djemo Congregation Family is at the center of God’s plan for the happiness and progress of His children (Gen. 1:28, 2:24). The Holy Bible teaches that God established families from the very beginning, and it shows us many examples of strong families. It also teaches us how to have a loving, happy family. Jesus Christ taught that marriage is holy and essential to God’s plan (Mark 10:6–9). The apostle Paul talks about what Christian homes should look like when he gives the twin commands of “children, obey your parents” and “parents, don’t provoke your children” in Ephesians 6:1–4 and Colossians 3:20–21. Since family is the most important building block to human society, and as such, it should be nurtured and protected. 📷: EECMY- Mekane Yesus Jamo Bethel Congregation Media Team https://t.me/wondmagegnudessa
Mostrar todo...
3👏 1