cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

DUULEE JAARSOO

Qabsoo bilisumma

Mostrar más
Finlandia2 215El idioma no está especificadoCarrera profesional15 179
Publicaciones publicitarias
198
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Hi
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️ Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r0212620527 Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
🌼 10 DAYS LEFT! 🌼 AFFEERAA BADHAAFAMAA Badhaasa waggaa haaraaf qophaa'e guyyaa kurnan hafan keessatti namoota 50 affeerudhan badhaafama. 🎁 1ffaa: Konkolaataa manaa ammayyaa. 🎁 2ffaa: Bajaaji 🎁 3ffaa: Mobaayiloota 20. Haarawa yoo taatan : START jechuun jalqabsiisa. CARRAA GAARII BAANKII KEENYA WAJJIN! https://t.me/+2H5wrrvTIdg4YmNk https://t.me/+2H5wrrvTIdg4YmNk
Mostrar todo...
Let's earn the usd daily! Join my network on Dollar Pie. https://play.google.com/store/apps/details?id=com.pie.dollar Add my reference code: redwan3
Mostrar todo...
Dollar Pie - Play & Earn USD - Apps on Google Play

Earn real money online (Dollar USD) Daily.

Repost from N/a
Oduu Gammachisa Namoota Hojii biyya alaatti barbaaddanis Ejensii dhunfaa BIYYA ALATTI WAL-QUNNAMSIISA HOJJATA FI HOJJACHISA JOORNII Namoota ulaagale barbachisu gutatanif carra hojii biyyoota akka 1. Dubaayi 2.kuweet 3.Jordaan 4.Kuwaatar ti wal isin qunnamsisuf jedha odeffannoo dabalatatif Kara Lakkofsa loogo dhabbaticha irratti bilbilu ykn soshaal midiya Akka Whatsapp, Telegram,imo,fi Viber qunnamu dandettu JOURNEY FOREIGN EMPLOYMENT AGENT PLC BIYYA ALATTI WAL-QUNNAMSIISA HOJJATA FI HOJJACHISA JOORNII Dh/DH/I/M ጆርኒ የውጭ አገር ሠራተኛእና ሥራ ወኪል ኃ.የተ.የግ.ማ. @journeyforeignEmploymentagentplc Sheri wolif godhuun carra hojii akka
Mostrar todo...
01:30
Video unavailableShow in Telegram
"Rabbin kenna (SWT) Namoota lafa kanaratti Masgiida Rabbii ijaaranif jahannata kessatti mana isaani ijaaraa jedha" 🤲🤲🤲🤲 Rabbin Warra jahannata kessatti Manni ijaaramuf nu ha taasisu🤲🤲 👉 Iddoon Asii gadiitti suura irratti argitan kun Magaala Adaama Ganda gooroo Nannoo buufata Fayyaa Biiftu (ጤና ጣቢያ) jedhamu bekamutti argamuudha. Ummanni Muslima Naannoo kanatti argamu iddoo Masgiida itti ijaaratan dhabani iddoo amma suura irratti argitan kun lafa sharsharaa arjini iddoo balfi itti gatamu ture, iddoo kanatti Masgiida ijaarachuf lafa bollaa balfi itti gatamaa ture kana haala amma argitan kana baajata tolchaani misoomsani dallawa fi bu'uura masgida irratti ijaaratani turan. Haata'u malee nannoo kanatti namonni argaman namoota farra fi jibbinsa isilamumma qabantu quphatee jira, kanaaf yeroo 4 ol baajata ramadanni dallawa fi bu'uura masgida ijaarame digsisani jiru ammas bakka kanatti Masgiidni akka hin ijaaramne fi itti hin sagadamne dhorka jiru. Haata'u malee nuti ummanni Muslima Naannoo kana jirru iddo kanatti tumama irratti hidhama Masgida Rabbi kana ijaaruuf kutannoo itti deema jirra, Namonni Rabbi boru jahannata kessatti manni akka isini ijaaramuf jettan waan Dandettani nu cina dhaabadha dhaamsa kenna. Maqaan Masgida kana👇🏻 Masjida Gaaruhira Account Bank CBE (1041500035309)
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
"Oromoo jennee baanee, Somaalee taanee hin gallu" Gootota Oromoo Kabajamtoota ilmaan Oromoo baga guyyaa seena qabeessa 'GGO' geechan! Wareegamni bara 1980 gootonni Oromoo keessummeessan sirna ta'ee nu gaggeecha jedheen amana. Lagaa fi amantaan osoo wal hin qoodiin, "Akkuma maqaa qabsoo Oromootiif manaa baane, waliin wareegamna. Islaamaa fi Kiristiyaana jennee gargar hin baanu, lagaan wal hin qoodnu; walumaan wareegamna" jedhanii jireenyarra du'a filatan sana, nutis har'a isa sirna ittiin bulmaata keenya godhannee, tokkummaa keenya ittiin tikfachuu qabna. Gootota keenya warra lubbuun darban yaadachaa, warra lubbuun jiran immoo jabeeffachaa Oromoo fi Oromiyaa haa tiksinu. Nagaa hin dhabiinaa; warra egeree nu haa taasisu!
Mostrar todo...