cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ONNACHIIFTUU!

Channel keenya kana Join fi share yoo gootan waantota gadii kana argattu: ☛Jechoota Onnachiisoo, ☛Jechoota Jaalalaa, ☛Walaloowwan mi'eessoo, ☛Baacoowwan Bohaarsoo, ☛Barannoo Teknooloojii, ☛Jechoota Gufuu Jireenyaa Cabsanii fi kkf nu waliin hirmaadhaa.

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
2 302
Suscriptores
Sin datos24 horas
-177 días
-4830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
WANTOOTA 5 ABJUU KEE AJJEESSUU DANDA'U Sodaa: Gufuuwwan gurguddoo namoonni abjuu isaanii akka hin hordofne dhorkuu danda'an keessaa sodaan isa tokko. ✍️👇👇👌 https://sinanor.com/2024/06/03/love-your-dreams-and-follow-them/
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
MUL'ANNI MAALI? ⁃ Ilaalcha gaarii qabaachuu dha. ⁃ Xiyyeeffannoo qabaachuu dha. ⁃ Murteessanii kutannoodhaan adeemuu dha. ⁃ Bakka yookiin iddoo har'a jiran irra dhaabatanii lafa boru gahuu qaban arguu dha. Yeroo hundumaa mandara kufaatii, dadhabinaa, of ceepha’uufii of loluu keessaa ba’aatii of jaallachuu, of kununsuu, ofii keessanii wajjin ooluufi ofii keessan qofa wajjin dorgomuutti yaada keessan hidhaa! ✍️👇👇👇👇👌 https://sinanor.com/2024/06/02/love-your-friends-for-your-vision/
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Namni baayyeen erga ati milkoofte harka siif rukuta malee yeroo ati imala milkii abju’atuu kan sitti qoosutu baayyata✊🏽 Kanaafuu wacaa fi qoosaa namoota abjuunkee hin galleefi waliin yerookee hin gubiin fulduratti tarkaanfadhu. Abjuunkee sitti mul’ate malee nama biraatti miti, namootni naannookee jiran yoo danda’an si haa gargaaran yoo dadhaban sirraa haa callisan itti himi. Abjuunkee garuu guddaa fi kan si sodaachisu tahuu qaba, milkaa’uun isaa garuu tasuma hin oolu👊🏼 Milkeessuuf ammoo 💤Itti fufinsaan hojjechuu (Consistency) 🌀Cichoominaan hojjechuu (Commitment) 💠Naamusa olaanaan hojjechuu (Discipline) Warren armaan olii hedduu barbaachisaadha hubadhu, kana dhabuun ammoo abjuu keenya milkii dhorka✍🏼😽 Guyyaa Ajaa’ibsiisaa fi Abjuu keessan milkeessu itti dhamaatan siniif haa tahu. 👇👇👇👇👌👌 https://obsii.com/2024/05/31/good-marriage-advice-in-the-time/
Mostrar todo...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Biddeen xiiqii! Humna sileeffame; sammuu leenjifame, qaama jajjabatee jireenya  abdii sichi  qabuuf of qopheessu.👇👇👇👌 https://obsii.com/2024/05/30/love-yourself-and-let-your-mind-be-strong/
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Namni hunduu sobati walii galee🤔😭

#subscribe_like_share_godha #araratvworldwide #oromomusic #comingsoon #oromo #ethosvalorantmontage

Photo unavailableShow in Telegram
Nuti gaarii yoo namaaf yaanne namni nuti gaarii yaanneef gaarii nuuf yaaduu dhiisuu danda’aa! Kun beekamaadha. Nuti gaarii yoo raawwanne Waaqa biraa arganna, kan isaatu caalas yoomiyyuu ati gaarii namaaf yaadi, gaarii namaaf yaaddeefis namni gatii namni akka siif baasu hin eeggatin, gatii namoota gaarummaa hojjetanii miidhamanii Waaqayyotu kaaffalaa!👇👇👇👌 https://sinanor.com/2024/05/30/what-is-the-hardest-thing-in-life-its-a-one-sided-love/
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaatni jireenya hawwataa taasisa;  isaan mo’achuun jireenyi hiika akka qabaatu taasisa. Daandiin gufuu hin qabne eessayyuu hin geessu.👇👇👌 https://obsii.com/2024/05/29/the-best-advice/
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Dandeettii dhaggeeffachuu keetii gabbifadhu! Haala kam keessattiyyuu sagaleenkee qofti akka dhaggeeffatamu gochuu hin yaalin qaamota miiraakee hunda hojjechiisi ,👇👇👌 https://sinanor.com/2024/05/28/how-to-become-a-beloved-wife/
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Duuban laaliin sardamtee Dirqama kan kee ba'i Abdiin kutiin daddaftee Akkuma leencaa ta'i! Dhoqqee keessa deemtus Qoree jiru eeggadhu Gufuu hunda dandeenyaan Galma geessaa beekkadhu!!!! ♡Jalqabni kee gad deebi'aa yoo fakkaate iyyuu, dhumni kee immoo baay'ee guddaa in ta'a. ♡ "Dhaloota nu duraa gaafadhu! Wanta abboonni isaanii qoratanii bira ga'an ilaali! Iyo 8:7-8📖❤ Sinanor.com Obsii.com Sifanoro.com
Mostrar todo...
👍 1
Repost from Ayyuu Tube
02:11
Video unavailableShow in Telegram
Barataa yoo taatan gaaffilee adda addaa kan isiniif hojjetu video kana ilaala.
Mostrar todo...
54.58 MB