cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
441
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

▶Yeroo Mi'aawaa fi Dinqisiisaa: Yeroon leeylii (halkan irraa tokko sadaffaan yoo hafu) yeroo mi'aadha. Maaliif? yeroo kanatti Rabbiin akkana jedheera: "Namni Na gaafatu eennu kan Ani kennuuf? Namni araarama Ana gaafatu eennu kan Ani araaramuuf? Namni duaaii Na kadhatu jiraa kan Ani deebii kennuuf?" . Yeroo Kanatti Haa Fayyadamnu! . #Join #Share 👉👉👉@SanoHaji7 https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

Harki tokko harkaa dhiqaa garuu harkhi lamani fullaa dhiqaa akkasi yoo tokko tanee namu gutuumi wly yoo namaa lamahu tanee wani guddo godhu danidenya wali ha rahmanuu yoo wali rahmane rabbiini abbani rahmataa nufi rahmataa Ha wali rahmanuu 👇👇👇👇👇👇 @suheyra_fa @suheyra_fa https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

💫 ክርስቲያን የሚለው ስም በጠላት እንደተሰየመ(እንደወጣ) ; የነሱ መጠሪያ እንዳልሆነ መምህሮቻቸው እየገለጹ ይገኛሉ:: 🌟አጂብ እኮ ነው ከ 2ቢሊየን በላይ የሆኑ ሰዎች ክርስቲያን ነን የሚሉት; የ ሀይማኖታቸውን ስም እራሱ ፈጣሪያቸው የሰየመላቸው ሳይሆን ; ጠላቶቻቸው ባወጡላቸው መሰረት ነው:: ✨እሺ እኛም እስኪ የ ሀይማኖታቹ ስም ማን ነው? መጠሪያውስ ኬት ነው የመጣው? ብለን እንጠይቃቹሃለን:: 🌕ክርስቲያን የሚለው ቃል በአዲስ ኪዳን ውስጥ ሥስት #3 ጊዜ ብቻ የተጠቀሰ ሲሆን ; ለመጀመርያ ጊዜ የተጠራውም #አንጾኪያ_ውስጥ_በነበሩ_አረማውያን (Pagans) እና #በ_አህይሁዶች #በ43ዓመተ ልደት አከባቢ ነበር-ኢየሱስ ይህን ምድር ከለቀቀ ከረዥም ጊዜ ቡሃላ ማለት ነው:: @Baytal_Hikma ላይ ይከታተሉን https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

#Ramadaan "Baatiin Rajab akka bubbeeti,baatiin Sha'abaanaa akka duumessaati,baatiin Ramadaan immoo akka Roobaati.... , Namni Rajaba keessa facaasee Sha'abaana keessa hin obaasin , Ramadaana keessa akkamitti haamachuu barbaada laata ? " . Hayyuu Islaamaa tokkorraa اللهم بلغنا رمضان.... Share👇 @tafak_or @tafak_or https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

#Badii_Sirratti_Raawwatameef_jecha_Yoomuu_Amala_kee_hin_jijjiirin. #Seenaa_Bofaa_fi_namtichaa Namtichatu guyyaa tokko Bofa akka malee ibidda keessatti gubataa jirtu takka argee ibidda keessaa baasuuf murteesse..,ibidda keessaa inni baasee jennaan bofni tun akka malee isa iddite , achumaa laaluun akka malee itti hammaannaan ammas bofa tana deebisee gadi lakkise , garuu ammas bofni tun deebitee ibidduma keessa buute Namtichi kun akka malee rifatee,ammas bofni kun sababa kiyya ibiddatti badee mii jedhee bitaa fi mirga isaa waan bofa tana ibidda keessaa baasuun barbaadaa ture,achumaa muka wahii argatee bofa tana ibidda keessaa baasuudhaan lubbuu isii baraare Waan nama ajaa'ibaa akka tasa naannoo isaatti nama wahiittu kan gocha inni raawwate kana hundaa dhaabatee daaw'atu tokkotu ture,achumaa itti dhaqee akkana jedhee gaafateen ; " Bofni tun silaa si idditee,maaliif erga isiin si idditee lubbuu ishee baraarte ? " Achumaa Innis akkana jedhee deebiseef; "Bofni nama idduun amaluma isaati,garuu amalli isaa mala kiyya jijjiiruu hin qabu,amalli kiyya immoo gara laafummaa fi waan danda'uun nama bira dhaabbachuudha " jedheen jedhama . 👉Kanaafuu salphumatti namni gadheen tokko amala kee si jijjiiruu hin qabu . Seenaa tanarraa maal barattan ? Dubbisaa share godhaa 👇👇 @tafak_or @tafak_or https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

Jechoota Ajaa'ibaa Taaksii Keessatti Barreefamanii Jiran. 1 Ni jiraanna jenneeti malee balleesinee baduun nun dhibu. 2 Umurii nuti qabnu jeequmsaaf mitii jaallachuufu nun geessuu. 3 Qophummaan kan bareedu mana fincaanii keessatti qofa. 4 Aangoon kan ittiin uummata bulchan malee kan ittiin uummata doorsisan miti. 5 Kanan rafuuf kan hin rafne gooftaa waanan qabuufi. 6 Hangam yoo tureyyuu harmii fi mootummaan kufuunsaa hin oolu. 7 Fuula inaaffaan guraachesse dibatni hin cululksu! 8 Utuu durbi lafa qotuun argamti ta'ee dhiirri hunduu qote bulaa ta'ee dhuma. 9 Nama hin tuffatin hinjiraanniyyuu surree nama hiikachiisti. 10 Bara re'ee ta'amutti hoolaa hin ta'in. 11 Utuu barnootni uleedhaan namaa gala ta'e harreen piroosoofera taati turte. 12 Utuu baalli mukaa qarshii ta'ee dubarri qalamee jaallatti! 13 Anaan hiyyeesa nan jette atimo boorsaa duwwaaf daalleekee malee maal qabda. 14 Utuu daawitii (of ilaalii) dhaaf ni kaffalama ta'ee dubartootni meeqa kaffalu? 15 Hangafti tooftaa jireenya wal danda'udha. https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

Boonni (oftuulummaan) Haalaa fi amala ilma namaa Rabbi biratti akkaan jibbamaa keessaa tokko Boona yokaan oftuulummaadha! Ergamaan Rabbii ﷺ "Namni hanga firii xiqqoo takkaa (Misqaalazarraa) boonni qalbii isaa kheeysa jiru jannata hin seenu jennaan, gurbaan tokko Yaa Rasuulallaah ﷺ Ilmi namaa huccuu babbareedduu fi kophee babbareedduu uffachuu jaalata" jedheen. Hoggaa tana Rasuullinis ﷺ akkana jedhan "Rabbiin bareedaadha, waan bareedduu jaalata, boona jachuun haqa diduu fi nama tuffachuudha." وعن عبد الله بن مسعود رضي الله عنه عن النبى صلى الله عليه وسلم قال‏:‏ “لا يدخل الجنة من كان في قلبه مثقال ذرة من كبر” فقال رجل” إن الرجل يحب أن يكون ثوبه حسناً ونعله حسناً‏؟‏ قال‏:‏ “إن الله جميل يحب الجمال الكبر بطر الحق وغمط الناس” ‏(‏(‏رواه مسلم‏)‏)‏.‏ Muslimtu gabaase Hadiisa biraa keessattis Rasuulli ﷺ akkana jedhan "irra caalaan keessan, irraa tolaa keessani haalaa fi amalaan" Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

Yoo Gammachuu argachuu feete: ****************************** 1. Nama hin miidhiin! 2. Nama hundaa gammachiisuuf ammoo hin dhama'iin! 3. Namootarraa waan guddaa hin eegiin! 4. Jijjiirama/jijjiiramuu hin sodaatiin! 5. Waan darbe yaadattee itti miidhamaamiin, irraa baradhu malee! 6. "Ani namaa gadi" jettee hin yaadiin! 7. Waa'ee jiruu jireenyaa yaadi Rabbitti ol kennadhu malee humnaa ol hin dhiphatiin (hin yaadda'iin)! 8. Dhiifama ofii fi namaa gochuu amaleeffadhu! 9. Tola oltummaa (volunteer) hojjedhu, oso irraa waa hin eeggatin nama sii gadii waan dandeessun gargaari. 10. Nama namummaa isaatin malee qabeenya ykn dhabaan hin madaalin. ************ Fayyaan Faaya Credit. FB Dr Gurmeessaa @ilmanesruu @oroquotes https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

አስፈሪ ሕልም ሰላም መጥፎና አስፈሪ ሕልም በማየቷ ተጨንቃ ነበር፡፡ ከዛም በጠዋት ተነስታ ወደ ባንክ ቤት ሂዳ፣ የባንክ ሂሳቧን ዘግታ ወደ ጓደኛዋ ቤት ሄደች፡፡ ጓደኛዋ፡- ‹‹በጡዋቱ ዬት ሂደሽ መጣሽ?›› ሰላም፡- ‹‹ባንክ ቤት ሂጄ ሂሳቤን ዘጋሁት፡፡›› ጓደኛዋ፡- ‹‹ ለምን?›› ሰላም፡- ‹‹ማታ መጥፎ ሕልም አየሁ፡፡›› ጓደኛዋ፡- ‹‹ታድያ ባንክና ህልም ምን ያገናኘዋል?›› ሰላም፡- ‹‹ይገናኛል እንጂ! ባንክ ቤቱ ላይ የተፃፈዉን አላየሽም? ሕልምዎን እዉን እናደርጋለን! ብለዋል፡፡ እኔ ደግሞ ህልሜ እዉን እንዲሆን አልፈልግም፡፡›› የአማርኛ ቀልዶች - Amharic Jokes - https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa

MAQOO DHOOYSUU Anas ibn Malik (RA) akkana jedhe: “Guyyaa tokko ergamaa Rabbii ﷺ Kaddamaa ture. Akkuma an dalagaa xumureen Ergamaan Rabbii ﷺ hirriba gabaabduu Zuhrii boodaa (Qeeylulaa) rafaa turan. Achumatti isaan dhiisee ijoollee taphachutti jirtu takka argee isaan dhaabbadhee laalutti seene. Achi booda Ergamaan Rabbii ﷺ hirriibaa ka’aanii dhufan. ijoollee taphattu sanniin nagaya eega gaafataniin booda, na waamanii haajaa takkaaf na ergan. Haga an deebu’uttis ergamaan Rabbii ﷺ gaaddsia jala taa’anii na eegan. anis kidmaa Rasuulaa geessinaan ka’ee gara manaa gale. Yeroon ummaa tiyya bira gahu “Eessa turte?” naan jette. Anis, “Ergamaa Rabbiittu ﷺ dhimma takkaaf bakka wahiitti na ergan” jedhee deebiseef. Isiinis, “Maal inni?” naan jette. Anis deebisee, “sun maqoo Ergamaa Rabbiiti ﷺ” jedheen. Isiinis deebistee, “Maqoo Ergamaa Rabbii ﷺ dhossi, nama takkattillee hin himin” naan jette. Anis haga ammaa Maqoo san nama tokkottillee hin himne. Osoo silaa ka himuutii, ummaa tiyyatti hima ture” jedhe. Hadiisa kanarraa Waan heddu baranna 1. Ijoollee xixiqqoo Nagaya gaafatuun sunnaa Ergamaa Rabbiiti ﷺ. Kanaafuu itti haa dalagnu. Ijoollee xiqqeenya isaanii ilaallee tuffannee bira dabruu hin qabnu. Nagaya gaafannee, du’aa’ii gooneefii bira dabruu qabna. 2. maqoo namaa dhoysuun islaamummaa keessatti bakka guddaa qaba. Anas Rabbiin irraa haa jaalatuu, isaa umrii joollummaa keessa jiruu, Rasuulli ﷺ maqoo itti himatan. Innis maqoo Rasuulaa hanga dhumaa ni dhoyse. Haadha isaatittuu hin himne. Haati isaatis maaliidha naaf himtu malee jettee isa hin cinqine. Inumaa Maqoo Rasuulaa jabeeysii dhoysi jetteen. Nuti hoo as keessatti haa of laallu. Nuti maqoo waliif dhoysuu mitii, Eeybimaa waliif dhoysuu dhiisnee jirra. Gariin namaa viidyoo wal waraabaa Facebook gubbatti gad dhiisa. Gariin ammoo mee suuraa kee naaf ergi waliin jedhaa, booda ammoo baasee ummatatti garsiisa. Eeybii walii dhoysuun nu jidduu dhabamutti jira. Kun halaaka guddaadha. --------------------- https://t.me/islamismylif
Mostrar todo...
Islam is my life

Da'awaa walaloo seenaa fi kkf argattuu Kanafuu jion godhaa Sharee godhaa جزاك اللهُ‎ yaadaaf @Muziibot nu qunnamaa