Kal e-telecom
𝙴𝚝𝚑𝚒𝚘 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚌𝚘𝚖 Bakka bu'aa fi Giddu gala Gurgurtaa MT telekoomi Sim card telebirr Mobile card 𝙺𝚊𝚕 𝚎-𝚝𝚎𝚕𝚎𝚌𝚘𝚖 @Kaletc
Mostrar másEl país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
179
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
Repost from Kal e-telecom
Kabajamtoota maamiloota koo Sababa #Ethio_telecom seera haaraa baaseen MT fi Majen irratti hanqin kaardiin Uumamee jira.
Kana furuuf application #Alami jedhu kana busudhaan itti fayyadamu ni dandessu.
#Alami...
Kal e-telecom
Amboo
alami-366.apk21.98 MB
#Duhaa_kahuu
✍ Kiristoos akka durba irra dhalate nama ta'ee, namoota baay'eetti gaafii hin ta'u. Isa kana bareechaani beeku.
❗️Garuu, Fannifamee, du'ee Awwalamuu fi du'aa ka'uun isaa namoota baay'ee biratti akka kijinaatti ilaalama.
♨️Haa ta'u malee, DHalachuun Yesuus hiikka hin qabu ture osoo nuuf hin Dunee.
♨️ Du'uun Yesuus hiikka hin qabu ture osoo du'aa hin kaane.
❗️Haqiin Kun beekamu fi hubatamu qaba.
✅ Yesuus isuma durba irra dhalate sanatu du'ee du'aa ka'e. Inni Amma mirga Abbaa isaa jira. Deebi'ee akka dhufuus beekamadha.
‼️Baga yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin gahe!
🙏 Ayyaana du'a ka'uu gaarii!
Kal e-telecom
Amboo
2022/2014
https://t.me/Kaletelecom
Teeleebirriin maal hojjechuu dandeenya?
(1) Teeleebirriin eenyummeessa/akkaawuntii baankii osoo isin hin barbaachisin moobayila keessaniin haala isiniif mijatuun maamiloonni tajaajiloota faayinaansii karaa salphaa ta’een akka argatan kan taasisu qarshii diijitaalaati. teeleebirriin maamiloonni haala mijataan akka fayyadaman kan isaan taasisu:
1. Qarshii galchuu fi baasuu.
2. Qarshii erguu fi fudhachuu.
3. Yeroo qilleensaa fi kuufama moobayilaa bituuf.
4. Tikkeettii bitachuuf (fkn paarkii tokkummaa).
5. Galii funaanuu keessatti hirmaachuuf: fkn hidha haaromsa guddicha itiyoophiyaaf qarshii arjoomuuf.
6. Meeshalee/tajaajilootaa suuqii/iddoo adda addaatti argamaniif kaffaltii raawwachuuf.
7. Maamilootarraa kaffaltii fudhachuuf.
Elige un Plan Diferente
Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.