cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

👸👸UMMI TUBE👸👸

Chaanaalii kana irratti ◇Sagantaalee Da'awaa ◇Barnoota amantii ◇Seenaa ◇Boohaartii gara garaa kan nama bohaarsaniif ergaa dabarsan vidiyoo fi sagaleen argattuu YAADAAF @abdikedbot fayyadamuu ni dandeessu

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
277
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

OBN Sadaasa 23, 2014- Ministirri Barnootaa haala yeroo biyyaarratti erga mari’ate booda torbee 1f manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa cufamuun baratoonnifi barsiisonni ijaarsa biyyaarratti gahee isaanii akka bahaan murteessee jira. Waraanni amma Itoophiyaa keessa jiru waraanaa osoo hin jaalatin Itoophiyaa baraaruuf itti gallee kan jedhan Ministirri Barnootaa Piroofeessar Birhaanu Naggaa, Sadaasa 27 bara 2014 irraa eegalee manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa cufamuun, hawaasni barnootaa ijaarsa biyyaa keessatti gahee akka bahaniif jedhan. Hawaasni barnootaa torbee manneen barnootaa cufamu dhimmoota akka omisha walitti qabuu, deeggarsa qaamolee buqqa’aniifi gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisuufi ijaarsa biyyaa keessatti gahee isaanii akka bahaniif jedhan Piroofeessar Birhaanuun. Itoophiyaa boruu kan ijaarruu barattoota har’aatiin kan jedhan Piroofeessar Birhaanuun, hawaasni barnootaa tokkummaan ka’ee garee badii dura dhaabbachuufi gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaafi namoota lola kaabaatiin buqqa’an deeggaraa akka dabarsan dhaamaniru. Murteen darbee marii geggeessitootaafi ‘’seltzer’s’’ barnoota maraa waliin taasifameen akka ta’e ibsameera. Badhaasoo Hayileetu gabaase.
Mostrar todo...
Abdallaah ::33ibni Abbaas (RA) akki je'e " ani Amaloota gaggaarii 3hiin qaba". 1ffaa:- Roobni hoggaa roobe hunda Rabbiin guddisa, isaan galateeffadha, kennaa kanaafiis gammadaadha. 2ffaa:- Nama murtii haqaa murteessu yeeoon arge du'aa'iin godhaafi whim ma gama isaa nafidu qabaachuu baadhullee. 3ffaa:- Aayata Qur'aanaa takka irraa beekkomsa yeroon argadhe(hiikkaan isii naaf gale) waan naaf gale San akka namni biraa beekuun hawwa. Namni dhugaan aname ana qofa hin je'u ta an dhabe namuu haa dhabuu hin je'u tan dhabeehuu obboleessi isaa argatuutu isa gammachiisaa. Beekaan isa qofa tahee akka dachii ofiin yaamu hin jaalatu kennaa Rabbiin isaaf kenne namaan hawwa. Anaafii si biratti wanni hajaan gama isaa nu hin geessin hundi fokkisaafi gati dhabeessa! Rabbiin akki je'e " Warri waan qabu irraa kennuu didee doynoomu, kan namaas doynummatti ajaju, warra waan Rabbiin isaaniif kenne nama irraa dhoysu ( horiifi beekkumsaas ta'u ), warra kafareef ibidda guyyaa boodaa isaan gubee isaan xiqqeessuutu isaaniif jira". (4:37) @akilmohamed
Mostrar todo...
Oljechuuf gad jenne malee Hin bannees, Hin dagannees waan waliin jenne! Hin fagaannee hin fagaatinaa Nagaya qabaadhaa badhaadhaa dagaagaa. 👇 @akilmohamed
Mostrar todo...
Gaafa duunu waa 3tu nu jala deema. Fira, qabeenyaafi hojii teenya. Sadeenuu nu hordofanii gala teenya tolchan. Garuu firaafi qabeenyi nu jalaa hafan. Qabrii nu waliin hin seenan. Kan nu waliin waaru hojii teenya qofa. Hojiin teenya gaarii yoo taatees nu booharsaa nuwaliin turti Hojiin teenya badduu taanaaniis nurraa addaan hin baatu Zalaalam numa rakkifti. Anaafi atihoo laata hojiin teenya lamaan keessaa tami ? Mee takkaa of gaafattee nibeeytaa ? Rabbiin hojii inni jaalatu nu haa hojjachiisu. ﻋﻦ ﺃﻧﺲ ﺑﻦ ﻣﺎﻟﻚ ﻗﺎﻝ : ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ : ﻳﺘّﺒﻊ ﺍﻟﻤﻴﺖ ﺛﻼﺛﺔ ، ﻓﻴﺮﺟﻊ ﺍﺛﻨﺎﻥ ﻭﻳﺒﻘﻰ ﻭﺍﺣﺪ : ﻳﺘﺒﻌﻪ ﺃﻫﻠﻪ ، ﻭﻣﺎﻟﻪ ، ﻭﻋﻤﻠﻪ ، ﻓﻴﺮﺟﻊ ﺃﻫﻠﻪ ﻭﻣﺎﻟﻪ ، ﻭﻳﺒﻘﻰ ﻋﻤﻠﻪ. @akilmohamed
Mostrar todo...
Dubartoota barsiisuun Amantii guddisuudha. Dubartoota Barsiisuun biyya ijaaruudha. Godina Arsii Magaalaa Asallaatti Faawundeeshiniin dubartoota Rufeeydaa Baratattoota isaanii Maqaa Diploma Islamic study je'uun guyyaa Har'aa 12/3/2014tti Eebisisee jira. Oomishtoonni Galatoomaa. @akilmohamed
Mostrar todo...
Nama osoo haqa beekuu fedhinnaa ofii jala deemuuf haqa jallisu Rabbiin wallaalaafii jallina isa dhaalchisa. "Hogguma isaan haqa osoo beekanuu jallatan Rabbiin onnee isaanii jallise". @akilmohamed
Mostrar todo...
🚨زكريا بطرس بي-شتم الرسول عليه السلام !! #Diina/xilaata 1ffaa muslimoota yeroo ammaa jedhamuun nama moggaasni kennameef. #Jallaataa namaati Zakariyaa_pexros jedhama #Zakariyyaan Qeesii qibxi warra Ortodoksii yoo ta'u, nama ganna 87 lammummaa masrii fi USA qabu ta'uutu himama, tv mataasaa kan jibba islaamummaa ittiin leellisu 'Al-fady' jedhamu qaba. #Namni kun yeroo hedduu midiyaa irratti islaamummaa jechoota hin taaneen xurreessuun beekama, inumaa bira darbee, Nabiyyii keenya kan kaafirri yeroo jaahiliyyaatu naamusa gariin ragaa bayeef sana, Namni kun tibba kana kallatiin sagantaa karaa tivitiin darbu irratti Afaan isaa hadhaa sanaan Nabiyyii keenya salallaahu aleeyhi wa sallama arrabse. #kanaanis midiyaaleen hawaasa muslimaa hedduun gocha isaa kana balaaleffachuun zakariyaan seeraaf nuu haa dhiyaatu jechaa jiru. #takkaa namni rasuula tuqee milkaaye hin jiru, ka hongaayee kasaare malee. #fidaaka abii wa ummii yaa rasuulallaah. @akilmohamed
Mostrar todo...
VID_20211119_203513.mkv6.89 KB
Nama si kunuunsuutu Nama bareedarra siif caala. @akilmohamed
Mostrar todo...