es
Feedback
Waa islaamaa islamic post

Waa islaamaa islamic post

Canal cerrado

#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1

Mostrar más
1 121
Suscriptores
-124 horas
-57 días
-2430 días
Archivo de publicaciones
+1

photo content
+9

photo content
+9

🤝السلام عليكم ورحمة الله وبركاته: 🟢 FILANNOO SEENAA QABEESSAA — MARSAA 9FFAA 🟢 Faawundeeshiniin Waa Islamaa, guyyaa har’aa
+2
🤝السلام عليكم ورحمة الله وبركاته: 🟢 FILANNOO SEENAA QABEESSAA — MARSAA 9FFAA 🟢 Faawundeeshiniin Waa Islamaa, guyyaa har’aa 01/01/2019, filannoo hooggantoota isaa marsaa 9ffaa bifa addaa fi seena-qabeessa ta’een gaggeesseera. Filannoon kun hirmaannaa keessummootaa, shabaabota fi hawaasa naannoo masjida Kaalid argamanitti, haala nagaa, sirna-qabeessaa fi gammachiisaa ta’een raawwatameera. Filannoon marsaa 9ffaa kun, itti-gaafatamummaa, hirmaannaa fi hoggansa gaarii cimsuuf tarkaanfii guddaa ta’ee galmeeffameera. 🌱 Hoggansi haaraan → Mul’ata haaraa → Tarkaanfii haaraa → Fuuldura ifaa 🤲 Rabbiin hoggantoota filataman hojii isaanii keessatti haa milkeessu; Faawundeeshinii Waa Islamaas kaayyoo isaa galmaan ga’uuf haa jabeessu. مؤسسة وا إسلاماه Waa Islamaa Islamic Foundation

photo content
+1

photo content

photo content

🎉🎊 Ammuma dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu! 🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa. 💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii. 💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii. 🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

✨ Baga gara Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromootti dhuftan. 📌 Dizaayinara poostaraa fi gulaalaa viidiyoo afaan Oromootiin qacar
✨ Baga gara Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromootti dhuftan. 📌 Dizaayinara poostaraa fi gulaalaa viidiyoo afaan Oromootiin qacaruuf barbaadaa jirra. Namni Afaan Oromoo beeku yoo iyyachuu barbaade unkaa kana guutuu qaba https://forms.gle/8iXYjHiYPxtZgMg46

👋 Barattoota keenya jaallatamoo marsaa jalqabaatif galmooftan hundi, nageenyi Rabbii isin irratti haa jiraatu. ⚪️ Har’a galg
👋 Barattoota keenya jaallatamoo marsaa jalqabaatif galmooftan hundi, nageenyi Rabbii isin irratti haa jiraatu. ⚪️ Har’a galgala sa’aatii 3:00 irraa eegalee, Sheeka keenya Dr. Jibriil Qamar wajjiin sagantaa kallattiin darbu (Live) kan “Baga Nagaan Dhuftan” fi “Baga Ayyaana Iidaa Geessan” jedhu ni qabaanna. ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 🗓️ Guyyaa: Har’a, Caamsaa 25, 2018 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. 🔅 Liinkii Telegram kana hiriyyoota keessaniif qoodaa (share godhaa): 🔗 @AkkaadaamiiAfriikaa Akkaadaamii Afriikaa!! Beekumsaaf, guddinaaf fi milkaa’inaaf!!

✍️Simple Question 🔰Is the boy safe or not? Justify Mukni kuni yoo jige mucaa miidhuu dandaha moo miti?
✍️Simple Question 🔰Is the boy safe or not? Justify Mukni kuni yoo jige mucaa miidhuu dandaha moo miti?

⭕ Yaadachiisa!! 🔔 ⭐ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo Chaanaala barnoota Akkaadaami Afriikaa marsaa jalqabaatti mak
⭕ Yaadachiisa!! 🔔 ⭐ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo Chaanaala barnoota Akkaadaami Afriikaa marsaa jalqabaatti makamuu keessaniif gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Chaanaalii barnootaa kana keessatti makamuun keessan, marsaa jalqabaatif akka galmooftaniitti ilaalamu ta'u isaa isin beeksifna. 📱 Linkiin galmee platformii irratti ittii odeeffannoo keessan hunda ittiin galchiitan Guyyaa kibxataa 2/6/2026 ni banama. Yeroo sanatti hundI keessan odeeffannoo keessan ni galchitu. 📚 Barnoonni fadhii Rabbiitin guyyaa Roobii 1/7/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. 🎯 Kaayyoon keenya:- " Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! " 👥  Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Akkaadaami Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

Dhugaa Social media!! #2 1. Nama lafa irra hojjatu caalaa nama asirra odessutu irra Hayyuudha. 2. Nama lafa irratti qabeenya
Dhugaa Social media!! #2 1. Nama lafa irra hojjatu caalaa nama asirra odessutu irra Hayyuudha. 2. Nama lafa irratti qabeenya dhugaa dalagatu caalaa nama asirra shittoo fi suufaa bareedu agarsiisutu abbaa qabeenya jedhama. 3. Nama Ilmii dhugaa qabaatee waggaa 20 qara'e sammuu isaatirra nama 2000 qaraasisu caalaa darasaa follower 2000 qabutu ustaaza jedhame sheeka tahe kabajame mul'ata.

✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha. 📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama. 👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu. 📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina. 🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:- Dr. Jeeylaan Kadiir Dr. Kamaal Haaji Galatuu Dr. Kamaal Tilmoo Dr. Abdallaah Kadiir Dr. Mahmuud Huseen Dr. Alii Jimmaa Dr. Jibriil Qamar ⏳ Turtiin barumsaa:  waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama. Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata : Kitaabaan (PDF). Viidiyoodhaan. Sagaleedhaan. Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu. https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Carraa addaati, itti fayyadamaa. Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa.

photo content

Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera. Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaf
Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera. Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17, 2018 A.L.I. tti akka kennamu beeksiseera. Gama biraatiin, qormaatni biyyoolessaa sagantaa Rimiidiyaalaa Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 A.L.I. (guyyaan Caamsaa 19 Iid Al-Adhaadha) kan kennamu yoo ta'u, qormaatni ba’umsaa barnoota digrii jalqabaa (Exit Exam) immoo Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 A.L.I. tti ni gaggeeffama. Dabalataan, qormaatni seensaa barnoota digrii lammaffaa fi isaa ol (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 A.L.I. tti akka gaggeeffamu ibsameera.

seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif guutuu Ameerikaa (United States) tti Muslimoonni kuma 100,000 ol walitti qabamanii yeroo
seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif guutuu Ameerikaa (United States) tti Muslimoonni kuma 100,000 ol walitti qabamanii yeroo tokkotti salaata Iidaa salaatan. Kun lakkoofsa qofa osoo hin taane - mallattoo ciminaa fi guddina amantaa Islaamaa mul'isa. Biyyoota Islaamummaan saffisaan keessatti guddachaa jirtu keessaa Ameerikaan ishee tokko dha. Allahu Akbar ❤️

Takbiiraa iidaa Ajaa'ibaa ...Affeeramaa Bagaa ayyaana iidal fixr kan bara 1447 nagaayaan geessaan kabajamtootaa maatiwwan waa islaamaa akkasumas hordoftoota amantaa islaamaa guutuun.

تكبيراة العيد رائعة جدا .mp319.38 MB