cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromo News👌

Yaada, Ergaa fi qeeqa qabdanu asiin nuun gahuu dandeessu🙏 💝 💝 💝 👉https://t.me/Private_Commentbot

Mostrar más
Finlandia1 488El idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
809
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 días
-1830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Earn-easy is the #1 marketing network. With over $14 million paid to 300k members, Earn-easy lets regular users make money with social media and friends! https://earn-easy.org/237042689681/?s=tg
Mostrar todo...
🕖Help you make money easily 🕚

The best marketing network. Paid over $14M to 300k members with no requirements

Photo unavailableShow in Telegram
Akka durba karaa Shaniin Shan bulchanii Qullaaf ruubii hir'uu Gabaaf hin baasini Dhiisi miriixachuu Gulantaa kee buusa Nafa qullaan silas Sammuu qullaa ibsa @Walaloon_Jaalala
Mostrar todo...
😂
😝
Namni akka si hubate osoo hin taane ati akka siif gale, akka si gammachiisutti jiraadhu. @OromoNews 👇👇👇 👍👍👍
Mostrar todo...
👍
Waa'ee walii keenyaaf ifa dabalataa barbaadna. Ifti hubanna uuma, hubannaan jaalala uuma, jalallii obsa uuma, obsii immoo tokkummaa uuma. @OromoNews
Mostrar todo...
👍
Qabaadhee siin kennu Horee kumaaf dhibba Garuu sin jaaladha Siif hin qabu jibba!..... Wallottis dhaladhu Wallaggaafi jimmaa Dhabnikee dhabakoo Dhimmikee naaf dhimma Harargees yoo taate Arsii yookaan Baalee An wol hin caalchisu Gandaaf gooxii laalee Booranaafi gujii Matakkaliif shawaa Anaafis qoricha Wanti-isiniif dawaa
Mostrar todo...
👍
Wantoota 3n jireenya kee keessatti si barbaachisan! 1⃣ Kan barbaaddu argatta utuun taane waan argachuu qabdu agatta. Kanaafuu humna qabdu hundaan dhama'ii hojjedhu. 2⃣ Nama baayyeef waan barbaachisu yoo gooteef waan siif barbaachisu hunda argatta. 3⃣ Waan tokko barbaaddee yoo argachuu dhabde hin aarin obsaan xiqqoo eegi faalllaa isa duraa utuu inni si barbaadu argitaati! Galgala mi'ooftuun isiniif hawwa! @OromoNews Hiryaadhuma keessan
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
#Kana_quba_qabduu ? Dhaabbanni saamunaa ilkaanii hojjatu ‘colgate’ rakkoo hamaa tokkotu naannoo biyyoota dubbattoota #ispaanishii ta’an keessatti isa mudateera. Rakkichis jechi ‘colgate’ jedhu hiikni isaa dhaqii of rarraasi (go hang your self) jechuu waanta’eefidha!! @A4mulaa_jireenyaa @A4mulaa_jireenyaa
Mostrar todo...
😂😂😂
Mostrar todo...
Ergaa Nama Durii !!! "Yeroo ammaa kana jechoonni... "Siifan du'a, Siifan gaggaba, Siifan maraadha, Siifan jireenya koo dhiisa. Si maleen jiraadhu. Si malee.... Si malee...." jedhu mana hin ijaaru. Nama "kooti" jettee kan jireenya keetti aanfattuuf jecharra darbii gocha irratti xiyyeeffadhu. Maaf duutaaf jiraadhuuf malee! Maaf maraattaaf fayyaa ta'iif malee! Maaf jireenya dhabda? Jiraadhuu waliin basha'i malee! " "Nuti warri durii nama akkas nuun jedhutti qalbii rarraafnee ittiin of hiraarsaa turre. Waan hundatu dhugaa nutti fakkaataka! Dhaloonni ammaa kun dammaqaatii dhaloota hojii hojjetee jireenya fooyya'aatti wal jaalatu ta'aa! Dhaloonni ammaa kun yaadaatii dhaloota sadarkaa yaadaatti bilchaatee yaadaan wal utubu ta'aa! Dhaloonni ammaa kun, diinagdeen, ilaalchaan, bilchinaan, hubannaadhaan, beekumsaan fooyya'aatii bakka fooyya'aa sanatti wal affeeraa! Nagaan bulaa! Warra durii irraa!😌 Maddi: Siifan Birhhaanu @OromoNews @OromoNews
Mostrar todo...
😍 1
👍