cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

FBC Afaan Oromoo

🏉FBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu. 🚰Yaada @admiinii_bot

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
15 932
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Lammiileen kumni 1 fi 187 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 187 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.Lammiilee kanneen keessaa 772 dh...
Mostrar todo...
Sharafni alaa Doolaarri miiliyoona 20 seeraan ala walitti qabame uggurame Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Seeraan ala sharafni alaa Doolaarri miiliyoona 20 walitti qabame ugguramuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise.M...
Mostrar todo...
Piroojektii seeftineetiin namoota daandiirra jiraatan kuma 20fi 991 fayyadamoo taasisuun danda’amuu ibsame Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Piroojektii seeftineetiin namoota daandiirra jiraatan kuma 20fi 991 fayyadamoo taasisuun danda’amuu Ministeerri Dhimma...
Mostrar todo...
Karoora raawwii Dhibee Koleeraa dhabamsiisuurratti qorannoon gaggeeffamaa jira Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) – Karoora raawwii Dhibee Koleeraa dhabamsiisuurratti qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.Karooricha, Ministe...
Mostrar todo...
Baatiiwwan 5 darbanitti oomisha bunaarraa galii Doolaarri miiliyoonni 615 ol argamuu ibsame Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Baatiiwwan shanan darbanitti oomisha bunaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 615 ol argamuu Abbaan ...
Mostrar todo...
Koreen dhaabbii Caffee Oromiyaa hawaasa magaalaa Bishooftuu waliin mari’ate Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Jilli Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa Obbo Abdulqaadir Huseeniin durfamu haw...
Mostrar todo...
Fayyadamummaa oomishtoota bunaa fooyyessu Waldaan Biyyaalessa Buna Ityoophiyaa hundaa’e Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Fayyadamummaa Oomishtoota Bunaa fooyyessuuf Waldaan Biyyaalessaa Buna Ityoophiyaa ifatti hundaa’eera.Waldaalee...
Mostrar todo...
Oromiyaatti Manneen Barnootaa kuma 9’f galteewwan nyaata barattootaa dhiyaachaa jira – BGO Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Oromiyaatti Manneen Barnootaa kuma 9’f galteewwan nyaata barattootaaf barbaachisan hawaasarraa walitti qabamuu...
Mostrar todo...
Haqniifi olaantummaan seeraa akka kabajamuuf qaamooleen haqaa qindoominaan hojjachu qabu jedhame Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii qaamoolee haqaa naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ji...
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabe

Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabuu dhaga’ame.