cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Fincila Diddaa Gabrummaa🔥

This channel is depend upon Oromo struggle &future freedom also with out religious Karaa yaada ittin nuuf ergitaan @ilmaanoromo_bot jettan yaadafi qeeqa qabdaan nuuf ergaa 🔐ilmaan oromoo icciti qabsoo kenyaa furuuf wal dhaggefachudha 🔊sagaleen Kenya 1

Mostrar más
Finlandia1 924El idioma no está especificadoTelegram14 083
Publicaciones publicitarias
488
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mee namni yaada qabdan karaa bot irran nuuf erga
Mostrar todo...
yeroo dhera baduu kennaf nu ofkolcha
Mostrar todo...
Akkam ngh jirtu?
Mostrar todo...
NU HIN FAYYADU HAA DHIIFNU !!! ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➲ Yoo wal fayyaduu dadhabne, wal miidhuu haa dhiifnu! ➲ Yoo waliif yaaduu dadhabne walitti yaaduu haa dhiifnu! ➲ Yoo Wajjin duuluu dadhabne walitti duuluu haa dhiifnu! ➲ Yoo walitti araarsuu dadhabne wal irratti kaasuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal eebbisuu dadhabne wal abaaruu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal jaalachuu dadhabne wal jibbuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal gammachiisuu dadhabne wal mufachiisuu haa dhiifnu! ➲ Yoo walitti siquu dadhabne wal irraa siquu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal jala deemuu dadhabne wal jalaa deemuu haa dhiifnu! ➲ Yoo dhugaa walitti himuu dadhabne wal sobuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal sirreessuu dadhabne wal jallisuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal amanuu dadhabne wal shakkuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wajjin qabsaa'uu dadhabne walitti qabsaa'uu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal jabeessuu dadhabne wal laaffisuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal gorsuu dadhabne wal dogoggorsuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal guddisuu dadhabne wal xiqqeessuu haa dhiifnu! Waan dubbiftaniif galatoomaa! Hiriyoota keessan biraan gahuuf share godhaa! @Sabaakoof
Mostrar todo...
yomii lata? yoomi lata Yoom fakkata Yoom yaduun bayyata Yoom nyachun dhabbata Yoom koomin dhabbata Yoom mirga argadha Yoom miiran dubbadha Yoom miirgaf falmadha Yoom dhugaa argadha Yoom sobni dhabbata Yoom abju hikkadha Yoom irbuu eeggadha Yoom galmaf hojjadha Yoom sabaf dubbadha Yoom dhugaan jiradha Yoom soburra fagadha Yoon kana dubbadhu Miirri koon dhammota…………(2) dhuguma dubbadha Dhitu buluf kadha Jawwee Koon Jalladha Sabaa Koof Falmadha sagaleen dubbadha sagalleessuudhaf Kadha Sagalis Falmadha isiinis Jalladha Hundumti Kessanu Naga Naf qabadha isiinin jalladha Barressaan @sabaakoof(@zeidman)
Mostrar todo...
#Amma Manni murtii Kol.Gammachuu ayyaanaa fi waahillan isaanii "eenyu akka isin hidhee fi maaliif akka hidhamtam waan hin beekneef galmee keessan cufee jira" jechuun murtii kenneera! Poolisoonni gadi lakkisu moo? Ammas gara biroo dabarsu laata? Walumaan ilaalla!
Mostrar todo...
Abbootii Gadaa Karrayyuu qawwee isaanii irraa fuudhanii qawwema isaaniitiin ajjeesuu quba qabduu? Araarasaa fi Awwaluu Abdii gaafas naannoo san turan. Ajaja jaraatiin alatti waan tahee miti. Garuu hanga ammaa kan itti gaafatame hin jiru. Dhimmi kun akkamitti callifame?
Mostrar todo...
ODEESSA: ==== Mallattoolee gabatee konkolaatotaa irraa maqaa naannoolee haquuf kan akeekkate wixineen seeraa mana mariitiin raggaafamuuf qophaaheera. Manni maree ministeerotaa kamisa dheengaddaa walgahii idilee 4ffaa geggeesseen ajandaa kana mana mariif dabarsee jira. Akka wixinee seera kanaatti gabatee konkolaatotaa (taargaa) irratti kan mul'atan maqaan naannolee kan akka አአ, ኦሮ, አማ, ደሕ fi kan biroon haqamuuf deemu. Kana kan bakka bu'u lakkoofsa gabatee naannoolee maqaa hin dhoofne taha jedhameera. Tarkaanfiin kun sirna federaalaa sabdaneessaa amma hojiirra jiru kana diiguuf tarkaanfii isa duraa hojiin mul'achuu jalqabe akka tahe himamaa jira. Wayta Oromoo fi saboonni biroon federaalizimiin sabummaa hanga ammaatti dhugaatti hojiirra ooluu hanqate jedhanii dhiigaa fi lubbuu kumaatama itti kitimuudhaan bilisummaa sabummaaf warraaqan deebiin isaaniif kennamu isuma hanqina qabu sanuu diiguu taheera. Kan taargaa kun yoo mormii tokko malee milkaahe itti aansuun naannoolee amma jiran keessattuu OROMIYAA diiguuf karaan salphaa taha jedhamee tilmaamameera. https://www.facebook.com/100070169735512/posts/224552173227106/?app=fbl
Mostrar todo...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Dubbii Jawar Mohammed Waajjira KFO'tti dubbate keessaa! Guutuu oduu kanaa asirraa dubbisaa 👇👇 https://www.facebook.com/102627545650373/posts/112366941343100/?app=fbl
Mostrar todo...
Telegram JM qulqullun kana hordoofa!.
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.