cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

CAAYAA ENTERTAINMENT CE

🗣Bashannanaaf 🗣Beekumsaaf 🗣Jaalalaaf 🗣Seenaawwan mimiidhagoo 🗣Odeeffanno adda addaaf 🗣Haala yaroo irrattis 🗣yoom san qofa akkasumaas taatewwan biyya keessaaf kan alaa in argattu Hudumaafuu filannoon keessan @caayaapost haa ta'u

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
184
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

#Waggaa_60_natti_fudhate! Pablo Picasso artistii fakkiiwwanii ajaa'ibaa ture. Baroota dulluma isaa keessa gaaf tokko buna dhuguuf kaaffee Maadriid jiru tokko seene. Ajajatee taa'e. Akka tasaa waraqaa adii gabatee isa bira jiru irraa argate. Kobbee isaa baafatee fakkii irratti kaasuu eegale. Haga bunni ajajate dhufutti jechuun yeroo daqiiqaa shan hin guunne keessatti fakkii ajaa'ibaa kaase. Gaafa keessummeessituun buna fidduuf waraqicha caccabsuu eegale. Giiphii kaa'achuuf. Dubartiin isa bira teessee ilaalaa turte kaatee itti iyyite. "Fakkii kana fakkaatu hin irratti kaastee waraqaa kana hin caccabsiin. Maaloo natti gurguri si irraan bitadhaa!" jettee irratti qabatte. Ija ishee keessa ilaalaa, "Tole! Sittan gurgura. Doolaara 30,000 (kuma soddoma) kaffali!" jedhe. Ni rifatte. "Yeroo daqiiqaa 5 hin guunne keessatti kaastee doolaara kuma soddoma naan jettaa? Maal jechuu keeti?" ittiin jette. Ni seeqe. "Obboleettii koo! Daqiiqaa shanitti fakkii akkanaa dandeettiin ittiin kaasu horachuuf waggaa jaatama natti fudhate!" ittiin jedhe! #deemsiittifufa!
Mostrar todo...
🤣 2
🙂
Waanuma 2 yoo janajjanaa dadhabde maallaqa dalagadhu😀
Mostrar todo...
😃 2
Bareedi tiyya 😘 wal jaalacha wal dhabnaaree?
Mostrar todo...
#Hacee .mp31.06 MB
Makmaaksa kana irratti yaali 1. Sodaa warra_________marqaa alanfatuAnonymous voting
  • A. Abbaa
  • B. Soddaa
  • C. Haadhaa
  • D. Namaa
0 votes
1. Albeen lafee gafarsaatiif tumsiifanne,__________ irratti citte?Anonymous voting
  • A. Foon
  • B. Gaala
  • B. Ra'ee
  • D. Tiruu
0 votes
#Makmaaksa_kan_hirmaadha. "KAN HOREE HIN BEEKNEEF_______LUKA LAMAA HORIIDHA."Anonymous voting
  • A). Namni
  • B). Lukkuun
  • C). Horiin
  • D). Jaartiin
0 votes
Mostrar todo...
FILANNOO | Kofin Comedy Ep 5

#Subscribe #share #like #kofin comedy #kofin team @Kofin Tube

Mostrar todo...
Lencho Gemechu-Saglii- New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Video)

Ee tiya yayee ee tiyaa yee Ee tiyaa eetiyaa Chora Nonno blBunnon bayee  Ilubaboor yo deemte beenyee Yoo deemte beenyee(2) Hiddinaan Hiddi malee yaa korma  koo maal maqaan axanxarii Sirbinaan sirbi malee yaa daama koo maal maqaan na gabarii Gurralee sayyan boruu yaa korma koo  goticho barii dule. Innan bo'uuf suma yaa daalitti  dallitti kome lulee. Ilubbaabor...oooye Iluubaabor.. oooye Ilubaabor fardi booraa  Ajeessan faachuma koora Ilubaabor fardi koraa  Ajeessan faacha koora  Koora malee hin yaabani  yaa kiloolee sirbii malee Irra keessa qootannaa sangaan kenya batalli Bar sangaan kenya battalii  irra kessa kofalaa garaan kenya gargarii  Garaa dhiraa hin beekanii Kannisi farsoo hin sortuu yaa dama kooyee  Damma bifaatti sontii  Mancuufeen daamaa irraa hin tessuu korma koyyee Eeraquuf daamaa kortii  Borrii hin booraa Ajeesan faacha kooraa  Abbaan koo duru jagnaa sagliin durba hin muudanii Afaan kee duruu dammaa maa soogidda cuubanii Abbaan koo duru jagnaa sagliin durba hin muudanii Afaan kee duruu dammaa…

Mostrar todo...
Keekiyyaa Badhaadhaa - MADAQOO | *Oromo Music 2021* (Official Video)

Keekiyyaa Badhaadhaa - MADAQOO | *Oromo Music 2021* (Official Video) Streaming on Spotify:

https://open.spotify.com/artist/0SbnwtlcAHtKAN7ylBs7Yn?si=232Q2WvGSmqdqmJTj7aoCw&dl_branch=1

#Keekiyyaa#Badhaadhaa #OromoMusic Unauthorised use, distribution and/or re-upload of this content is strictly prohibited. Copyright © 2021 Keekiyyaa Badhaadhaa