cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

SBO Press

🌎 Karaa Midiyaalee Hawaasaa Biroon Nu Argachuuf;👇👇 Yuutiyuubii: 👉 youtube.com/@sbopress Feesbuukii: 👉 facebook.com/barsiisota/ Filannoo keessan godhattanii waan nu hordoftaniif isin galateeffanna!

Mostrar más
Finlandia752El idioma no está especificadoEducación17 672
Publicaciones publicitarias
8 412
Suscriptores
+5124 horas
+6187 días
+2 14530 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Gaaffilee Shaakalaa Barattoota Kutaa 8ffaa ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN:@Barsiisota 🧑‍💻JOIN:@Barsiisotaf ╚════════════╝
1 68635Loading...
02
Online teessa taanaan, dafii waan kana taphadhuu saantimii walitti qabadhu! Erga online seenuunkee hin oollee fayyadami! Business karaa telegram dhufeedha. Booda akka hin gaabbine! Yoo taphachuu dhiistanis, isinumatu gaabba! Of hin dabarsinaa! 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
2 4724Loading...
03
Waraqaan Deebii (Answer Sheet) kanatti Barattoonni Kutaa 6ffaa fi 8ffaa akka shaakalan gochuun bareedaadha.
3 62742Loading...
04
Xumuramuuf guyyoota muraasa qofaatu hafe. Warreen hin eegaliin Link armaaan gadii kana banuun Start kan jedhu erga tuqtee booda saantima quba keetiin tuquu qofaan qabxii walitti qabaachuu dandeessa. Qabxii kanaas guyyoota muraasa booda haala fakkii irratti mul’atu kanatti sharafachuu ni dandeessa. 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
3 2522Loading...
05
Barattoonni Kutaa 12ffaa qormaata Online yeroo qoraman qajeelfamoota tartiibaan raawwachuu qaban. ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻Join:@barsiisotaf 🧑‍💻Join:@barsiisota ╚════════════╝ 
4 47215Loading...
06
Namoota 4000 tu Moosaajii Roosteraa kana buufatee jira. Sana keessa immoo namoota 500 🙆 qofaatu Youtube keenya Subscribe godhe. Kuni qaanyii guddaadha. Barsiisota keenya Video daawwachuu Data qusachuuf jecha kan dhiiftan yoo ta'ee illee, Subscribe godhuun fedhii malee kaffaltii isin gaafatu tokkollee hin qabu. Kanaafuu mee barsiisonni keenya qulqulluun warreen tajaajila keenyatti gammaddan qoftiin Link armaaan gadii kana banaati Youtube keenya Subscribe qofa godhaa deebi'a. 👉 http://youtube.com/@sbopress 🔷 Odeeffannoo qulqulluu dhugaa ta'ee fi haala yeroo waliin deemuu qofa isiniif dhiheessine isin tajaajiluun fedhii keessa keenya maddeedha. Galatooma! 🙏 #share #follow #sbopress #like
3 9151Loading...
07
Roostera Barattootaa! 🔷 Moosaajii Roosteraa kana akkamitti ittiin hojjachuu dandeenya? 🔷 Password itti galchuun ni barbaachisaa? 🔷 Password yoo barbaanne hoo eessaa argachuu dandeenya? Gaaffilee jedhamu hundaafuu deebii argachuuf liinkii armaaan gadii kana banuun Video kana guutuu isaa daawwadhaa. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa. 👉 https://youtu.be/02abe_wV48o 🔷 Moosaajii Roosteraa kana argachuuf Link armaaan gadii kana bani! 👉 https://t.me/barsiisotaf/353?single 🔷 #Share godhuun Barsiisota hunda biraan geenye barsiisonni hojii Roosteraa kana akka ofirraa salphisaan haa taasifnuu! Galatooma! 🙏
4 81623Loading...
08
Moosaajii Roosteraa! Moosaajiin Kuni Bilbila Harka keenya jiru ykn Kompitara (Laptop) Fayyadamnee Yeroo Gabaabaa Keessatti Qabxii Barattootaa Ittiin Hojjachuu kan nu dandeessisuudha. Moosaajiin Kuni baay’ina gosa barnoota baratamuu irratti hundaa’uun Kutaa 1 hanga kutaa 12 tti adda addaan qindaa’e kan jiru yoo ta’u, baay’ina Barattootaa daree tokko keessa jiranii hamma 190 tti nuuf hojjachuu ni danda’a. 🔷 Moosaajiin Roosteraa Kuni Maal Fa'a Hojjachuu Danda’a? 👉 Ida'ama Qabxii Barattootaa! 👉 Averege Qabxii Barattootaa! 👉 Qaaccessa Qabxii Barattootaa! 👉 Cuunfaa Qabxii Barattootaa! 👉 Sadarkaa Barattootaa! 👉 Barattoota Darbanii fi Hin Darbinee Saalan adda baasee nuuf hojjata! 👉 Print gochuuf Mijataadha fi Salphaadha. 🔷 Eessaa argachuu dandeenya? 👉 Deebii 🔷 Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya? 👉 Deebii
5 49316Loading...
09
Update New Roster
7 462118Loading...
10
https://youtu.be/02abe_wV48o
5 09224Loading...
11
Gaaffilee Shaakalaa Barattoota Kutaa 6ffaa ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN: @Barsiisotaf 🧑‍💻JOIN: @Barsiisota ╚════════════╝
8 376140Loading...
12
SAGANTAA QORUMSI MOODEELA FI MIINISTIRII KUTAA 6FFAA FI 8FFAA KAN BARA 2016 ITTI KENNAMU. ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN: @Barsiisotaf 🧑‍💻JOIN: @Barsiisota ╚════════════╝
4 95220Loading...
13
Notcoin Binance irratti Gadhifamee List tahuun gatiin itti bahee Buy and Sell godhamaa jira. Congra 🎉
4 7482Loading...
14
Gatii Kitaabilee Haaraa Sadarkaa Lammaffaa 👇👇👇👇👇👇 #Share #Like #sbopress Join 👉 @barsiisotaf 🌎 Youtube keenya Subscribe gochuu hin dagatinaa;👇👇 👉  youtube.com/@sbopress
5 20824Loading...
15
Barsiisonni Xiyyeeffannoo Argachuu Barbaadu! __ Ammallee irra deebinee dubbannaa Afaaniin qulqullina barnootaa jechuun qoftii qulqullina barbaadamuu hin fiddu. Qulqullina barnootaa mirkaneessuf goonni baddaa fi gammoojjii, magaalaa fi baadiyyaa keessatti wareegama kaffalaa jiru barsiisaadha. Kanaaf Mootummaan xiyyeeffannoo barsiisotaf kennuu qaba. Barsiisotaf carraan gurmaawanii lafa mana jireenya argachuu kennamuufi qaba. Warra gurmaa'eef laftii kennamuu qaba. Qajeelfama baasuun qoftii gahaa miti. Raawwiin qajeelfama bahe maal fakkaata jedhanii ilaaluu barbaachisa. Barsiisonni carraa gurmaawanii lafa argachuu dhorkamaa jiru. Bakka birootti immoo maqaa Barsiisaa tiin qaamoleen biroo kanneen aangoo qaban gurmaawanii lafa fudhachaa jiru. Kuni tuffii qaamoleen mootummaa gara gadii jiran barsiisotaf qaban irraa madda. Kanaafuu dhimmi kuni hatattamaan furmaata argachuu qaba. Barsiisonni carraa Barnootaa argachuu qabu. Carraan barnootaa erga barsiisotaf kennamuu dhiisee waggaan 10 lakkaawamee jira. Kuni immoo bu'aa yeroo ammaa qulqullina barnootaa irratti mul'atuuf sababa guddaadha. Kanaaf Mootummaan barsiisotaf carraa barnootaa gahaa tahee barsiisotaf kennuutu irra jiraata. Haalli jireenya Barsiisotaa akka fooyya’uu Mootummaan kallattii fuulduraa kennu qaba. Barsiisonni qaalawiinsa jireenyaatiin waxalamaa jiru. Itiyoophiyaa keessatti kan osoo rakkoo keessa jiruu waa’ee bal’inaa fi abdii fulduraa ijoolleetti himu barsiisaa qofa. Barsiisonni hojii dhunfaa haa hojjatanii jechuun furmaata waan ta'uu natti hin fakkaatu. Sababni isaas barsiisonni qarshii ittiin hojii dhunfaa eegalan of harkaa hin qabu. Inni biraa immoo barsiisonni hojii dhunfaa irratti yeroo bobba’an qulqullina barnootaa barbaadamuu fiduu irratti dhiibbaa mataa isaa qabaata. Kanaafuu Mootummaan itti yaadee barsiisotaf furmaata hatattamaa kennuu qaba jenna. Walumaagalatti barsiisotaan malee waa’ee qulqullina barnootaa yaaduun, Bishaaniin ala jireenya qurxummii barbaaduu wajjiin wal fakkaata. #Share #Like #Follow #sbopress 👉 @barsiisotaf 🌎 Youtube keenya Subscribe gochuu hin dagatinaa;👇👇 youtube.com/@sbopress
6 14922Loading...
16
Media files
7 26429Loading...
17
Hubachiisa...3/9/2016ALI ===================== 1)Qormaannii Moodeelaa kutaa 6ffaa fi 8ffaa 14_16/9/2016 2)Moodeelli kutaa 12ffaa 21_23/9/2016tti kennama 3)Bartoonni kutaa 6ffaa gaafii qormaataa hima lamaan ijaarame daqiiqa 1 gaditti akka deebisuu danda'an shaakalchiisa Fkn:Minisitirii kutaa 6ffaatiif,gaafii 40f sa'aati 1:tu kennameefi Fkn:Minisitirii kutaa 8ffaa(gaafi 60) gaafii tokkoofi daqiiqaa tokko qofaatu kennama.
6 79831Loading...
18
Here We Go! Akkamitti akka hojjatamuu irratti Video qabannee isiniif dhufnee jirra! Link gadii kana banuun Youtube Channel keenya Subscribe gochuun nu eeggadhu! Namoonni ittiin hojjachuun isinitti hin ulfaanne illeen Youtube keenya Subscribe gochuu hin dagatinaa! Moosaajii Roosteraa kana immoo akkuma Video Youtube irratti gadii lakkifneen Telegram Channel keenya kana irratti Update kan isiniif goonuu ta'a.    Link Yuutiyuubii:👇 👉 youtube.com/@sbopress Galatooma! 🙏
6 9674Loading...
Gaaffilee Shaakalaa Barattoota Kutaa 8ffaa ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN:@Barsiisota 🧑‍💻JOIN:@Barsiisotaf ╚════════════╝
Mostrar todo...
👍 12
Online teessa taanaan, dafii waan kana taphadhuu saantimii walitti qabadhu! Erga online seenuunkee hin oollee fayyadami! Business karaa telegram dhufeedha. Booda akka hin gaabbine! Yoo taphachuu dhiistanis, isinumatu gaabba! Of hin dabarsinaa! 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
Mostrar todo...
👍 12 4
Waraqaan Deebii (Answer Sheet) kanatti Barattoonni Kutaa 6ffaa fi 8ffaa akka shaakalan gochuun bareedaadha.
Mostrar todo...
👍 30 6👎 4
Photo unavailableShow in Telegram
Xumuramuuf guyyoota muraasa qofaatu hafe. Warreen hin eegaliin Link armaaan gadii kana banuun Start kan jedhu erga tuqtee booda saantima quba keetiin tuquu qofaan qabxii walitti qabaachuu dandeessa. Qabxii kanaas guyyoota muraasa booda haala fakkii irratti mul’atu kanatti sharafachuu ni dandeessa. 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
Mostrar todo...
👍 11 8
Barattoonni Kutaa 12ffaa qormaata Online yeroo qoraman qajeelfamoota tartiibaan raawwachuu qaban. ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻Join:@barsiisotaf 🧑‍💻Join:@barsiisota ╚════════════╝ 
Mostrar todo...
👍 19 1
Namoota 4000 tu Moosaajii Roosteraa kana buufatee jira. Sana keessa immoo namoota 500 🙆 qofaatu Youtube keenya Subscribe godhe. Kuni qaanyii guddaadha. Barsiisota keenya Video daawwachuu Data qusachuuf jecha kan dhiiftan yoo ta'ee illee, Subscribe godhuun fedhii malee kaffaltii isin gaafatu tokkollee hin qabu. Kanaafuu mee barsiisonni keenya qulqulluun warreen tajaajila keenyatti gammaddan qoftiin Link armaaan gadii kana banaati Youtube keenya Subscribe qofa godhaa deebi'a. 👉 http://youtube.com/@sbopress 🔷 Odeeffannoo qulqulluu dhugaa ta'ee fi haala yeroo waliin deemuu qofa isiniif dhiheessine isin tajaajiluun fedhii keessa keenya maddeedha. Galatooma! 🙏 #share #follow #sbopress #like
Mostrar todo...
👍 62 8👎 3
01:30
Video unavailableShow in Telegram
Roostera Barattootaa! 🔷 Moosaajii Roosteraa kana akkamitti ittiin hojjachuu dandeenya? 🔷 Password itti galchuun ni barbaachisaa? 🔷 Password yoo barbaanne hoo eessaa argachuu dandeenya? Gaaffilee jedhamu hundaafuu deebii argachuuf liinkii armaaan gadii kana banuun Video kana guutuu isaa daawwadhaa. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa. 👉 https://youtu.be/02abe_wV48o 🔷 Moosaajii Roosteraa kana argachuuf Link armaaan gadii kana bani! 👉 https://t.me/barsiisotaf/353?single 🔷 #Share godhuun Barsiisota hunda biraan geenye barsiisonni hojii Roosteraa kana akka ofirraa salphisaan haa taasifnuu! Galatooma! 🙏
Mostrar todo...
👍 28 21👎 7
Moosaajii Roosteraa! Moosaajiin Kuni Bilbila Harka keenya jiru ykn Kompitara (Laptop) Fayyadamnee Yeroo Gabaabaa Keessatti Qabxii Barattootaa Ittiin Hojjachuu kan nu dandeessisuudha. Moosaajiin Kuni baay’ina gosa barnoota baratamuu irratti hundaa’uun Kutaa 1 hanga kutaa 12 tti adda addaan qindaa’e kan jiru yoo ta’u, baay’ina Barattootaa daree tokko keessa jiranii hamma 190 tti nuuf hojjachuu ni danda’a. 🔷 Moosaajiin Roosteraa Kuni Maal Fa'a Hojjachuu Danda’a? 👉 Ida'ama Qabxii Barattootaa! 👉 Averege Qabxii Barattootaa! 👉 Qaaccessa Qabxii Barattootaa! 👉 Cuunfaa Qabxii Barattootaa! 👉 Sadarkaa Barattootaa! 👉 Barattoota Darbanii fi Hin Darbinee Saalan adda baasee nuuf hojjata! 👉 Print gochuuf Mijataadha fi Salphaadha. 🔷 Eessaa argachuu dandeenya? 👉 Deebii 🔷 Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya? 👉 Deebii
Mostrar todo...
👍 83 23🔥 10👏 7👎 6
Update New Roster
Mostrar todo...
👍 30 7🔥 3
Mostrar todo...

14👍 11🥰 4