cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Mube prince

Yeroo takka takka ija teenya malee keessi keenya hundi ni booya!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ https://youtube.com/channel/UCVkUE9pe-fw0siEMnroI0Q

Mostrar mรกs
Finlandia2 426El idioma no estรก especificadoReligiรณn y espiritualidad93 459
Publicaciones publicitarias
243
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 dรญas
-830 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mallattoon nama ikhlaasa qabuu kan ulamoonni dubbatan kanneen armaan gadiiti: Keessa of haa barbaannu! 1/ Beekamtii jaalachuu dhiisuu, 2/ Faarfamuufi jajamuutti xiyyeeffachuu dhabuu, 3/ Islaamummaaf hojjachuuf hamilee guddaa qabaachuu, 4/ Hojii hojjate kamuu mindaa Rabbirratti herreggachuu, 5/ Rakkoo irratti obsuufi himannaa/komii xiqqeessuu, 6/ Hojii ofii dhoksuutti xiyyeeffachuu, 7/ Dhoksanii hojii diinii hojjachuufi isa bareechuu, 8/ Hojiin dhoksaa isa mul'ataa irra baay'achuufi irra bareeduudha. Maaltu isinitti dhaga'ama? Ani keessaa of barbaadeen dhabe. ุงู„ู„ู‡ ุงู„ู…ุณุชุนุงู†! Kitaaba Leenjii Sheykh Saalih Almunajjid irraan fudhatamee
Mostrar todo...
Repost fromย FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Namni rakkoo isaa hunda rabbitti himatu khophummaan itti dhagahamtu!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€ @fazakkir12
Mostrar todo...
โ„น๏ธ "Mobile Card" Ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              โ‡ฃ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r06096559384 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 1
Mowlida Kabajuun. Akkuma Nu hundi beynu Guyyoo ta muraasa booda Mowlidaatu kabajamuuf deema !! Tanaafuu waan rabbiin naaf laaffiserraan Waa'ee Mowlidaa kana xiqqo dubbadha Je'eetin barruu tana Jalqabe, akka oobsaan naaf dubbiftanin isin gaafadha .. MOWLIDA JECHUUN MAAL JECHUU DHA ? Mowlida jechuun dhaloota jechuu dha (Dhaloota Ergamaa rabbii ๏ทบ ) jechuu dha . Ergamaan rabbii ๏ทบ ji'a Rabii'ul Awwal keysa dhalate . garuu guyyaa dhalootaa keysa Shakkii tu Jira . Ulamaa'iin gariin guyyaa 12 dhalate Ja'an, ulamaa'iin Gariin Garuu Guyyaa 9 dhalate Ja'an . Imaamul Albaanii fii Abbaan kitaaba Rahiiqul maktuumis Guyyaa 9 dhalate ja'an !! Anis kanuman ja'a . Garuu Guyyaa 12 dhalate jechuu tu irra nama biratti Beekkame !! Hundaafuu ergamaan rabbii ๏ทบ 22 Apr 571 dhalate !! Waggaa 63 Addunyaarra jiraate, takkaa guyyaa Dhaloota kiyya (Birth day) je'ee kabajee hin beeku !! Ammas sahaaboonni isaa kan Akkaan isa jaalatan sunis takkaa kabajaniifii hin beekan !! Warri salafaa tis takkaa hin kabajne !! Tanaafuu Mowlidni Bid'aa Guyyaa keysaa Argame Jechuu dha !! DHIIROO MOWLIDNI KUN YOOM JALQABE ? Gaafii jettuuf deebiin : eega Nabiyyiin ๏ทบ keenya Du'ee Waggaa 500 lakkaawwatee booda jalqabe !! Ummata Jaahila Amantiirraa Duwwaa tu waan kana Jalqabe !!! HUJII KANA RABBIIN NI JAALATAA? Rabbiin keenya subhaanahuu wa ta'alaa suura NISAA' ayata 115 irratti akkana ja'a( namni rasuula ๏ทบ faalleesse, eega haqni isaaf ifa bahee booda, ammas faallaa karaa mu'umintootaa ka deeme, isaafii waan inni filate walitti lakkifna, ammas jahannam isa seensisna.) ja'a tanaafuu rabbiin keenya hin jaalatu jechuudha. RASUULLI KEENYA ๏ทบ NI JAALATANII ? Hadiisa imaamul bukarii fii muslim gabaasan keessatti nabiin keenya ๏ทบ akkana ja'an( namni waan haarawa amantii keessatti argamsiise, hujiin sun isumaratti deebiti. ) jechuun irraa hin qeebalamu jechuu dha. tanaafuu nabiin keenyas ๏ทบ hin jaalatu jechuu dha. duuba waan rabbii fii rasuulli hin jaalanne maaliif hojjanna?? Ulamaa'iin islaamaa warri beekumsa haalaan qabu hundinuu mowlidni BID'AA akka tahe irratti walii galanii jiran. ammas dirree mowlidaa san keessatti wantoota amantii faallessu hedduutu hojjatama. 1. Dhalaan mataa banaa achi keessa deemuu. 2. Achi keessatti shubbisuu. 3. Nashiidaalee rabbii fii rasuulli ๏ทบ hin jaalannetu ja'ama. jechuun ( tan nabii faarsuu keessatti daangaa dabartee sadarkaa rabbiitiin isa geessu). Foon achitti qalamus tahee nyaata achitti godhamu nyaachuun dhoorkaadha. Tanaafuu hujiin tun hujii rabbi aarsitu waan taateef irraa baqachuu qabna. namas irraa baqachiisuu qabna. HADARAA!!!! share godhuu hin dagatin...
Mostrar todo...
ADDUNYAA! . Addunyaa tana keessatti akka nama imala jiruu yookiin akka nama karaa darbaa jiruu ta'i nuun jedhan Rasuulli keenya MUHAMMAD Sallallaahu aleyhi wasallam Abdallaa umar akkas jedhe yoo dhiisifatte barii hin eegin yoo bariisifatte dhiha hin eegin Fayyaa keetitti fayyadami osoo dhibeen hin dhufin Jireenya keetitti fayyadami osoo duuti hin dhufin nuun jedhe Hardhi jummaadha Salawaata buusaa Jum'aa milkii ๐Ÿ™ ๐Ÿ’ŒISIN JAALATAMTOOTA๐Ÿ’Œ @mubeprince
Mostrar todo...
NAMOOTAAF GAARII YAADI! . Ilma namaa tulluu taatee mul'isuu malee gufuu taatee kuffisuuf yoo dhamaate dursa situu awwaalamaa beeki Kanaafuu Namni haguma fedhellee yoo simiidhe ati gaarii dhuma ta'i Simiidhanii simiidhanii ati yoo tuffattee bira dabartee isaaniif gaarii yaadde gaarummaan kankee isaan hawwatee gaarummaa Kee San sirraa dhaalu beeki Halkan milkii๐Ÿ™ ๐Ÿ’Œ Isin Jaalatamtoota๐Ÿ’Œ ๐Ÿ‘‡ @mubeprince @mubeprince
Mostrar todo...
KARAA SALPHAA . Karaan kankee akka ol aanaa ta'uuf karaa rabbii qofa hordofi kabaji ajajoota keessaa kan sababa malee ajajamu hinjiru Mee hubadhuutii laali furtuun milkii fi gammachuu karaa San irra jira Wanni sirraa eeggamu karaa sirrii ta'een raawwatuu qofa Nagahaan bulaa๐Ÿ™ ๐Ÿ’žJAALATAMTOOTA ISIN ๐Ÿ’ž Join ๐Ÿ‘‡ @mubeprince
Mostrar todo...
GALATOOMI๐Ÿ™ . Hirriba keenya irraa Ka'uun baayyee nama gammachiisa guyyaa hardhaa kana arguun Guyyaa haarawa arguun Carraa haarawa argauun Gammachuu guddaadha Rabbii guyyaa hardhaa kana nuuf kenne Mee onnee irraa Isa haa galatoomfannuu๐Ÿ™! Guyyaa keenya kanatti haa fayyadmnuu waan nu barbaachisu hundaa haa goonuu Ganama Dansaa๐Ÿ™ ๐Ÿ’Œ Isin jaalladha๐Ÿ’Œ ๐Ÿ‘‡ @mubeprince @mubeprince แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแˆ๐Ÿ™ . . . . แŠจแŠฅแŠ•แ‰…แˆแ‹แ‰ฝแŠ• แ‰ แˆ˜แŠแˆณแ‰ต แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แ‹›แˆฌ แˆ›แ‹จแ‰ต แ‰ แŒฃแˆ แ‹ฐแˆต แ‹ญแˆ‹แˆ แŠ แ‹ฒแˆต แ‰€แŠ• แŠฅแŠ“ แŠ แ‹ฒแˆต แŠฅแ‹ตแˆ แˆ›แ‹จแ‰ต แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‹ฐแˆตแ‰ณ แŠแ‹แข แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แ‰€แŠ• แŠจแˆแ‰ฃแ‰ฝแŠ• แ‹จแˆฐแŒ แŠ•แŠ• แŠ แˆ‹แˆ…แŠ• แŠฅแŠ“แˆ˜แˆตแŒแŠ•! แ‹˜แˆ˜แŠ“แ‰ฝแŠ•แŠ• แŠฅแŠ•แŒ แ‰€แˆ แŠฅแŠ“ แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแˆแˆแŒˆแŠ•แŠ• แˆแˆ‰ แŠฅแŠ“แ‹ตแˆญแŒ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแŠ• แŠ แ‹ฐแˆญแŠญ๐Ÿ™ ๐Ÿ’Œ แŠฅแ‹ˆแ‹ตแˆปแˆˆแˆ ๐Ÿ’Œ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰ @mubeprince @mubeprince
Mostrar todo...
YAALI MEE! . Mee callisiitumaan sababaan maletti Rabbii Kee galatoomfadhu. Callisiitumaan sababa wayiitiif osoo hin qophaahin akkanumaan Faaruu rabbii keetitti ol dhangalaasi Na Amani Sababni guddaan ati Rabbiin galatoomfattuuf wayii Fiigaa dhufa! Halkan Dansaa ๐Ÿ’Œ isin jaalladha๐Ÿ’Œ ๐Ÿ‘‡ @mubeprince @mubeprince
Mostrar todo...
' Jaalala Guddaa Ani Yesusif qabutu Islaamummaatti na geesse. '' [Saimon Al-Fareedu] Ee! Namni Yesus Kiristos dhugaan jaalatu hundi muslima ta'a, Muslimtoonni waan Yesus Kiristosin jaalataniif amanataa Yesus Islaamummaa hordofaa jiraatu! Ilaa! Qur'aanni Kabajamaan waa'ee Kiristaanotaa, waa'ee Yesus fi haadha isaa Maryamaa sirriitti gadi fageenyaan irraa dubbata. Hubadhu! Booqonnaalee Qur'aanaa 28 keessatti, Keeyyatoota (aayatoota) Qur'aanaa 220 keessatti yookiin Qur'aana keessaa 3.5 % kan ta'u keessatti dhimmi isaanii ibsamee jira. Dhagahi! Macaafa Qulqulluu dabalatee kitaabban Addunyaa kana irratti argaman keessaa kan karaa sirrii fi dhugaa ta'een Yesusii fi Maryamaan akka Qur'aanaatti kabajee ibse hin jiru. Ee! Maqaan Nabi Iisaa Qur'aana keessatti yeroo 25 dubbatame. Al-Masiih jedhamee immoo yeroo 11 dubbatame. Kan Nabi Muhaammad immoo yeroo 5 qofa dubbatame. Muslimtoonni Nabi Iisaa fi ergamtoota Rabbii hundayyuu bifa isaanii kabajamtuu san fiilmii fi diraamaa gara garaa keessatti isaanitti fakkeessanii ittiin dalaguu hin hayyaman. Sababni isaa fiilmii fi diraamaa gara garaa keessatti bifa isaanii fakkeessanii ittiin dalaguun isaan xiqqeessuu jedhama waan ta'eefi. Ammas Maqaan dubartii ifaan ifatti Qur'aana keessatti dubbatamtes kan haadha isaa qofa. Qur'aana keessatti yeroo 34 yoo dubbatamu, Macaafa Qulqulluu (Bible) keessatti immoo yeroo 18 qofa dubbatame. dabalataan suuraa (boqannaa) Qur'aanaa keessaa suuraan 19 Maqaa haadha Nabi Iisaatin moggaafamee jira! Macaafa keessatti hoo? faallaa kanaa immoo kutaan Macaafa Kiristaanotaa tokkollee kan maqaa Mariyamiin moggaafame hin jiru! Cuunfaa dubbii! Kitaabni ๐Ÿ“š [My Great Love for Jesus Led Me to Islam" (Jaalala guddaa ani Yesusif qabutu Islaamummaatti na geesse!)] Jedhu Kan ''Saimon Al-Fareedu Karaballow' barreesse kitaaba dinqisiisaa dha! Kitaaba Ajaa'ibaa sababa isaatiin Kiristaanonni hedduun Islaamummaa fudhatan! Kitaaba dhiirti jajjabduun wal harkaa fuutee dubbistee daranuu dhiira taate. Kitaaba Saayintistoonni, Qeeysonni, Profeesaroonni, beekaan fedhe dhugaa barbaaduuf jecha irraa duroomuu hin dandeenyee. Kitaaba Eenyummaa Yesus Kiristos isa dhugaa addeese lafa nama kaayu, beektonni addunyaa kan amantii wal bira qabanii barsiisan hedduun isaanii kitaaba kana dubbisenii jiru. Kitaaba Internationala! Kitaaba Beektonni gurguddaan dubbisan kana isnis dubbisaa. Kitaabichi Afaan Arabaatii fi Afaan Ingliffaatiin ni jira. Ifaa Dhugaa โœ๏ธ
Mostrar todo...