cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

DAANDII TUBE

#Goorsa jireenyaa #Kitaabilee jjjiramaaf nama kakkaasu #jechoota hayyootaa #YOUTBE_kEENYA 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/LqUMmSOqazU #vedio bareeda argachuu #dandeetti afaani goonfachuuf Comment me at 👇👇👇👇👇👇👇 @blessedtam

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
599
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
DAANDII TUBE

#Goorsa jireenyaa #Kitaabilee jjjiramaaf nama kakkaasu #jechoota hayyootaa #YOUTBE_kEENYA 👇👇👇👇👇👇

https://youtu.be/LqUMmSOqazU

#vedio bareeda argachuu #dandeetti afaani goonfachuuf Comment me at 👇👇👇👇👇👇👇 @blessedtam

Akka nuti yaanne osoo hin taane akka yaada isaatti nu jiraachiseera,Ayyaana dhalachuu gooftaa iyyasuus Kiristoos nu gaheera,Ayyaana bara dhufuus inni nu haa geessu 😘GOOFTAAN🙏 Ayyaanni kun guyyaa rakkataa itti yaadannu,guyyaa waliif waa laannu nuuf haa ta'u.Akkuma waaqayyoon ilma tokkicha✝ jaalatu san dabarsee ilma namaatiif laate nutis wanta jaalannu namaaf haa kenninuu. 💚osoo hin beekin❤️ 💔beekaas❣ kan isin😞 mufachiise😞 😕gaddisiise😕 😡aarsee😡 yoo jiraate ❤️jilba kootiin❤️ ❤️jilbiinfadhee ❤️ 💞DH 💓 I 💗 I 💖 F 💘 A 💝M 🖤A ISIN gaafadha 💚Gaddaa fi dhiphinna koo💚 💙keessatti kan na wajjiin💙 💛gadditaniif dhiphatan💛 💜Gammachuu koo kan na💜 🖤wajjiin gammaddan yaada🖤 koo 💔qooddachuudhaan,furmaata💔 ❣❣kan naaf laattan❣❣ 💕💕Miira keessa galee💕💕 💓Obsuu kan na barsiiftan💓 ❤️❤️Rakkadhee kan na gargaartan❤️❤️ 💗Naannawa koo kan jirtan hundinu 💗 ❣❣❣G 💕💕💕💕A 💓💓💓💓💓 L 💝💝💝💝💝A 💖💖💖💖💖💖T 👑👑👑👑👑👑👑 O 💘💘💘💘💘💘💘💘O 💙💙💙💙💙💙💙💙M 💛💛💛💛💛💛💛💛💛A 💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜A 🌻🌻🌻AYYAANA 🌼🌼🌸🌸🌸🌸🌸GAARII 💞💞💞💞💕💕💕isa ykn isheef haa ta'u💕 💑💑👩‍❤️‍👩👩‍❤️‍👩HIRIYYOOTA 👨‍❤️‍👨👨‍❤️‍👨👨‍❤️‍👨KEESSANIIF 🙋‍♂🙋SHARE💃💃💃💃💃💃💃 GODHAA🌂🌂☂☂👓f ❤️❤️❤️❤️.💝💝💝💝💝💝💝💝💝 JOIN 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @jijjiiramaaf @jijjiiramaaf @jijjiiramaaf
Mostrar todo...
LAKKI! (NO!) ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Addunyaa kana gubbaarra yeroo jiraannutti wanti akka jecha "lakki" jedhuu gatii nama kanfalchiisu hin jiru. Tole jechuun salphaadha. Kan tole jedhe beekees wallaalees ni muudama. Kan tole jedhu akka waan miskiinaatti ilaallama. ➢ Yeroo hunda "tole" jechuun garuu Hoolaa ta'uudha. Bakka tikseen kee si oolche oolta. ➢ Namoonni lakki jedhan muraasa. Isaaniis wareegama guddaa kanfalaniiru. Ammas kanfalaa jiru. Warreen aangoo irra ture "Lakki kun sirrii miti irra deebinee haa ilaallu!" warreen jedhan har'a bakki jiran hin beekamu. ➢ "Lakki!" jechuu dogongoraan hubatee nyaata nyaadhullee yommuu jedhaniinis kan lakki jedhu dhaloonni uumameera. ➢ Namoonni hubannaan lakki jedhan Leencota. Kuruphee ijji isaanii irra bu'e qabatanii nyaatu malee qaama biraa miti kan filatuuf. ➢ Jijjiirama guddaa akka hawaasaatti fiduu barbaadna taanan, dhaloota iddoo ittoo lakkis, toles jedhu uumuu danda'uu qabna. Keessattuu kan lakki jedhu. ➦ Akka Haacaaluu Hundeessaa! ➦ Akka Maatama Gaandii! ➦ Akka Martiin Luuteer! ➦ Akka Maandeellaa! . . . sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ @jijjiiramaaf @jijjiiramaaf 🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Mostrar todo...