cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

💌𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝗺 𝐔𝗺𝗺𝐚𝐡 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥💌

https://t.me/Ummah8462 የምትሰራው በርግጥ ለአላህ ከሆነ °አይደክምህም °አይሰለችህም °ሀሳብ አታጣም °ድካም አይሰማህም ደስታም ብትሆን ከጉያህ አትርቅም ❤️ https://t.me/Ummah8462

Mostrar más
Finlandia2 639El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad63 763
Publicaciones publicitarias
650
Suscriptores
Sin datos24 horas
-37 días
-1630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Islaamummaa 100%
𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐡𝐚𝐚 𝐱𝐢𝐧𝐱𝐚𝐥𝐥𝐮 #3 ...irra hedduun namaa Amantii isaa bakka bu'uummaadhaan/ wakiilummaan  Namoota Abbootii Amantaatii jedhamanitiif dabarsee keennun  dhimmoota diinii (Amantii) isaarraa harka baaseera. -salaata shanan..salaannaan -ramadaan..somnaan -zakaa yoo fedhe baafate  yoo barbaade haajji godhe jennaan,  dhimmi Amantii Islaamummaa asitti kan cufame itti fakkaata.  Wantoota kanaan ala jiran...maaltu na cinqee ...  Ulmaa'otaa/ustaazotaa ykn haayyota jala  deemudha kan nurraa eegamu. Isaan Abbootii beekumsaati, Abbootii Amantiiti,  diinii kana isaan caalaa kan hubatu hin jiru, Kanaaf waanuma isaan jeedhan fudhanna male kan jedhan fakkaata  dhimmoota diinii isaa hunda isaaniif dabarsee keennun ... -Waan isaan haalaal jedhan.. Hayyee haalaala jedhe fudhata. -Waan isaan haaraam jedhan...Hayyee haaraam jedhe fudhata. -waan isaan godhaa jedhe ni godha (yoo wanni sun kufrii tahellee) waan isaan hin godhinaa jedhan gochurraa ni qusata. Fkn qabatamaan Ammaan tana argamu haa ilaallu. 1ffa- "filannoon ibaadaadha, filannoo irratti hirmaachuun  ni heyyamam" jedhe dubbate ture. Hundinuu "Hayyee tole" jedhe jalaa fudhate. Namni tokkollee harka baase .."ragaa maalitiin motummaa seera shari'aatiin ala bulchu filachuun ibaadaa ykn heyyamamaa taha" jedhe hin gaafanne! 2ffaa, "Bara kana wanni qabsoo karaa Rabbii kessatti jedhamu hinjiru  qabsoon karaa Rabbii kessatti godhamuuf  ulaagaaleen hedduun guutamu qabuutu jira (ulaagaan sun ammoo hinimamtu😉😁)"  jedhan.   Dubbii akkanaa kana kan dubbatan sheeykhoti ustaazota hayyoota islaamaa  jedhamni haawasanii islaamaa gubbaa irra ka kahateenidha. Ummaanni keenyasa ragaa tokko Qur’aana irraa tahe haadisa irraa oso isaan hin gaafatiniin hayyee'uma jedhanii jala deemu. 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐲𝐲𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐡𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐱𝐢𝐧𝐱𝐚𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚. إِذْ تَبَرَّأَ الَّذِينَ اتُّبِعُوا مِنَ الَّذِينَ اتَّبَعُوا وَرَأَوُا الْعَذَابَ وَتَقَطَّعَتْ بِهِمُ الْأَسْبَابُ Yeroo warri hordofaman warra hordofan irraa qulqullaayanii (akka isaan hin jallisin ibsanii)fi (yeroo) adabbii argan, hariiroon isaanii hundi yeroo isaan jalaa citu (odoo beekanii gabbaramaa biraa hin godhatanu ture). إِذْ تَبَرَّأَ الَّذِينَ اتُّبِعُوا مِنَ الَّذِينَ اتَّبَعُوا Ilaala  isaan  hordofaman..(qeesii, hoggantoota, warreen ulmaa'ii jallattu) hundii isaanii,  namoota  hawaasni isaan hordofuun isaan jala deemu  sun,  guyyaa qiyaamaa hordoftoota isaanirraa ni qulqullaa’aan irraa baqatan. Ka hadha  kottu na jala deemii jedhu martu  bor sirraa qulqullaa’a  gaafa ibidda jahannam argan. Warri hordoofaa (hordooftonni) turan hoo maal jedhu... وَقَالَ الَّذِينَ اتَّبَعُوا لَوْ أَنَّ لَنَا كَرَّةً فَنَتَبَرَّأَ مِنْهُمْ كَمَا تَبَرَّءُوا مِنَّا ۗ كَذَٰلِكَ يُرِيهِمُ اللَّهُ أَعْمَالَهُمْ حَسَرَاتٍ عَلَيْهِمْ ۖ وَمَا هُم بِخَارِجِينَ مِنَ النَّارِ Isaan hordofanis ni jedhu: "odoo carraan (gara addunyaa) deebi’uu nuuf jiraatee, silaa akkuma isaan nurraa qulqullaayan nutis isaan irraa qulqulloofna turre." Akka kanatti Rabbiin hojiiwwan isaanii gaabbii (sheenaa) isaan irratti godhee isaanitti mul’isa  Isaan ibidda irraas bahoo miti. Subhaana Allaah! Bakka biraattis ilaali maal jedhu... Ragaa tokko male ykn Ragaa Qur’aana akka fedhiinaa isaatti hiike jennaan  hawaasanii  ija jaamfate jala deemaa ture akkana jedha.. وَقَالُوا رَبَّنَا إِنَّا أَطَعْنَا سَادَتَنَا وَكُبَرَاءَنَا فَأَضَلُّونَا السَّبِيلَا “Yaa Gooftaa keenya! Nuti ajaja matootii keenyaafi gurguddoota keenyaa fudhanneeti isaanis karaa nu jallisan” jedhan. رَبَّنَا آتِهِمْ ضِعْفَيْنِ مِنَ الْعَذَابِ وَالْعَنْهُمْ لَعْنًا كَبِيرًا “Yaa Gooftaa keenya! adabbii irraa dachaa lama isaaniif kennii abaarsa guddaa ta’es isaan abaari.” Itti fuufa.. https://t.me/DAARU_SALAAM1
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Asalamu'aleykum warahmatullahi wabarakaatuhuu guyya harra guyya juma'ati salawaata heddumessa 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚 اللَّهُــــــــــــــــــــمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ وَزِدْ وَبَارِكْ عَلَى نَِِبِِِيِِِّّّنَِِـــأّ مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِهِ وَصَحْبِهِ وَسَلِّمْ تَسْلِيماً كَثِيراًﷺ 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Mostrar todo...
#تعليق_على_إعراب (لا إله إلا الله) أفضل تقدير: (لا إلهَ معبودٌ بحقٍّ إلا اللهُ) #تنبيه١ : تقدير الخبر المحذوف ب (بحق) يحتاج إلى متعلق يتعلق به فإن لم نذكره كان كونا عاما كما هو شائع عند النحاة وفي هذه الحالة ندخل في مشكلة شرعية لأن تقديره (كائن أو موجود) وكلاهما بالمعنى نفسه فلما كان تقدير الخبر كونا خاصا وإهماله يؤدي إلى الاحتمال والبعد عن الصواب وجب النص عليه ( معبود بحق ) #تنبيه٢: تقدير الخبر ب (حق) من غير الباء جيد جدا ويغنينا عن كثرة المحذوف، وقد حاولت أن أجد له سبيلا لتصحيحه عند معظم العلماء فلم أجد؛ لذلك اضطررت إلى التقدير الطويل وهو (معبود بحق) فلو قدرنا الخبر كلمة (حق) وقعنا في التخطئة من كثير من النحاة فالنحاة يقولون: البدل على نية تكرار العامل (أي صحة تسلط عامل المبدل منه على البدل) فإن وضعنا البدل (الاسم الجليل) موضع المبدل منه فلا يصح لأن لا النافية للجنس لا تعمل إلا في النكرات (والاسم الجليل) أعرف المعارف؛ لذلك لا يصح عندهم أن يكون الاسم الجليل بدلا من (حق) لأنه لا يصح أن يوضع موضعه في هذا التركيب. لذلك قلتُ: إن أفضل تقدير هو: (لا إلهَ معبودٌ بحقٍّ إلا اللهُ) كتبه خالد عبد العزيز
Mostrar todo...
Repost from Al-Bayyinah
When you can't face your teacher without doing your homework for 1 day... How will you face Allah with this empty bag of good deeds and a pile of sins? [ share if u care ] Join this channel👇 @Mhmd_San1
Mostrar todo...
Diiniin beekumsatti haajama. Rabbiin Aayaan Jalqaba Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam irratti buuse" إقرا/Dubbisi" jecha jedhudha. Dubbisuu haa aadeffannu; chaanaaliin kunniin beekumsa diinii irratti horachuuf isin gargaaru; join gochuun hordofaa.
Mostrar todo...
Al-Kawsar
Al-Bayyinah
Repost from Al-Kawsar
Namootni chaanaalii telegramaa bituu barbaaddan asiin (👉 @Mhmds1 )na qunnamaa. Gatii xinnaan abbaa chaanaalii ta'aa.
Mostrar todo...
Repost from N/a
أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة. Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa! اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم. . @Mhmd_San1
Mostrar todo...