cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

๐™ƒ๐™ž๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™”๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– โœ๏ธโœ๏ธโœ

Publicaciones publicitarias
5 343
Suscriptores
-624 horas
-197 dรญas
+6330 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
๐™ƒ๐™ž๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™”๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– โœ๏ธโœ๏ธโœ

Boost this channel to help it unlock additional features.

Photo unavailableShow in Telegram
#Guyyaa_lama_Hafe โœ…Tap Swap xummuramuuf guyyaa  2 qofatu hafe hanga dandessan Tap Tap godha. Dabalataan VPN on gochuun task garaa gara argattan hojedha. https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_779632176
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘‰Xayyaarri biyya #Maleeshiyaa Flight370 jedhamu kun bara 2014, waggaa 10 dura imaltoota 169 waliin, galaana guddaa Pasific keesdatti dhidhime. ๐Ÿ‘‰Qorattoonni waggaa kudhan guutuu xayyaarichi eessa akka bu'e dhabaniiti bara 2024, (barana) daka galaanaa keessatti argan. ๐Ÿ‘‰Namoonni xiyyaaricha keessa jiran hundi akkasumatti dudu'anii bishaan keessatti xiyyaarichaa waliin hafan. ๐Ÿ‘‰Rabbiin bobbaa fi gala keenya nagaa nuuf haa godhu. BBC irraa.....
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 1
Dhaloota Yaadaa Gabbata Oomishu ta'uuf Guyyaatti yoo xiqqaate daqiiqaa 15f iddoo tasgabbaa'aa turuun yaada sammuu keetii dhaggeeffadhu!
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
#Guyyaa_Saddiitu_Hafe โœ…Tap Swap xummuramuuf guyyaa  3 qofatu hafe hanga dandessan Tap Tap godha. Dabalataan VPN on gochuun task garaa gara argattan hojedha. https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_779632176
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 3๐Ÿ‘ 1
Namni Sammuun gabroome, harka hojii irra harka kadhaaf beekamtii kenna
Mostrar todo...
Pireezidaantonni yunivarsitiiwwan sadii sababa odiitiitiin bakka hojii isaanii irraa kaafamuun beeksifameera. Yuunivarsitii Finfinnee dabalatee yunivarsitiiwwan shan irratti akeekkachiisni barreeffamaa cimaan kennameefii jira. Kunis kan mulโ€™ate gamaggama Koreen Baajataa fi Dhimma Faayinaansii Mana Maree Bakka Buโ€™oota Ummataa raawwii karoora Ministeerri Maallaqaa jiโ€™oota sagaliif baase taassise irratti. Akka Obbo Ahmad Shideen korichaaf ibsanitti pirezidaantonni Yuunivarsitii Wolaayitaa Sooddoo, Gaambeellaa fi Miizaan-Teeppii itti gaafatamummaa isaanii irraa kaafamuufi Pirezidaantonni Yuunivarsitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee, Yuunivarsitii Debree Birhaan, Yuunivarsitii Finfinnee, Yuunivarsitii Jinkaa fi Yuunivarsitii Bulee Horaatiif akeekkachiisni barreeffamaa cimaan kenname jira.
Mostrar todo...