cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Cooperative Bank of Oromia

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Mostrar más
Finlandia31El idioma no está especificadoEconomía y Finanzas1 961
Advertising posts
73 007Suscriptores
+1924 hours
+227 days
-8530 days

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Ayyaana Faasikaaf, firaa fi aantee keessan irraa maallaqni golee addunyaa kamirraayyuu karaa bakka bu’oota daddabarsa maallaqaan yoo isiniif ergame, baankiin keessan ammoo karaa dameeleesaa 740 ol ta’aniin fuula ifaan isin simatee saffisaan isin harkaan gaha. ለትንሳኤ በዓል በዓለም አቀፍ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች አማካኝነት፣ ከወዳጅ ዘመድ ከየትኛውም የዓለም ክፍል ገንዘብ ሲላክልዎ፣ ከ 740 በላይ በሆኑት ቅርንጫፎቻችን በፍጥነትና ትህትና ከእጅዎ እናደርሳለን! #Coopbank #GlobalConnection #RemittanceSwiftService
Mostrar todo...
15👍 8
Konkolaataa keessaniin imala eegaluun dura ykn osoo imalaa jirtanuu, boba’aa guuttachuu yoo feetan, kaffaltii keessan Kooppeey I-birriin raawwadhaa! Fayyadamni isaa salphaa mijaawaa fi saffisaadha. አሽከርካሪ ከሆኑ፣ ጉዞ ከመጀመርዎ በፊት ወይም በጉዞ ላይ እያሉ ነዳጅ መሙላት ካስፈለግዎ፣ ክፍያዎን በኮፔይ ኢ-ብር ይፈጽሙ። አጠቃቀሙ ቀላልና ፈጣን ነው። #Coopbank #Convenience #CoopayEbirr #HassleFree
Mostrar todo...
👍 32 9👏 1
ojii Gamtaa Oromiyaa itti quufinsa maamiltoonni tajaajila isaa irratti qabanmadaaluuf gaaffilee qopheesse qooqa filattaniin deebisuuf liinkii armaan gadii cuqaasaa. Galatoomaa! https://docs.google.com/forms/d/1c_FJ7GcudV5XuBbReb7b08auMI091m7PKVwLrqQug2Q/edit ውድ ደንበኛችን፡ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የደንበኞቹን እርካታ ዳሰሳ ጥናት ለማከናወን ያዘጋጀውን መጠይቅ በመረጡት ቋንቋ ለመመለስ ከዚህ በታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) ይጫኑ። እናመሰግናለን። https://docs.google.com/forms/d/1S5j9twinnBkangTX8oZQ-nuCMU_rf2mcLeoWaVkPKNM/edit #Coopbank #questionnaire #feedback
Mostrar todo...
👍 32 12🤝 6
Tajaajilli olkaawwannaa Invastimantii Mudaarabaa, Koopbaank Alhuudaa; qusannaan gamatti bu’aa irraa argamu qooddadhaa! Jumu’aa Mubaarak! ኮፕባንክ አልሁዳ ሙዳረባ የኢንቨስትመንት ተቀማጭ፣ ከቁጠባ ባሻገር የሚያስገኘውን ትርፍ ይቋደሱ! ጁሙዓ ሙባረክ! #CoopbankAlhuda #Bank #MudarabahSavingsAccount #Ethiopia
Mostrar todo...
👍 25 6🤝 1
Baankiin keenya ce’umsa gama dijitaalawaa fi kalaqa tajaajila dijitaalawaan milkaa’ina gonfachaa jiruun, ‘DIGIBANK 2024 Summit’ irratti “Itoophiyaatti Baankii dijitaalaan dursaa” jedhamuun badhaafameera. Dabalataanis, hoggantoonni olaanoon baankii keenyaa, muuxannoo baankichi gama kanaan qabu yaa’ii kanaaf qoodan, kalaqa baankii dijitaalaan adda duree jedhamuun badhaafamaniiru. ባንካችን በዲጂታል ትራንስፎርሜሽን እና በዲጂታል አገልግሎት ፈጠራ በማስገኘት ላይ ባለው ውጤት በ ‘DIGIBANK 2024 Summit’ ላይ "በኢትዮጵያ ምርጡ ዲጂታል ባንክ" ተብሎ ተሸልሟል። በተጨማሪም ባንኩ በዚህ ዘርፍ ያለውን ልምድ ለጉባኤው ያካፈሉት የባንኩ ከፍተኛ አመራሮች በዲጂታል ፈጠራ የላቀ ሽልማት ተበርክቶላቸዋል። #Coopbank #DIGIBANK2024 #DigitalBanking #InnovationLeaders #EthiopianBanks
Mostrar todo...
Hawaasa qabeenya uumamaa safeeffatu keessaa kan madde baankiin keenya, hawaasaaf quuqamuu sona ijoo taasisuun Dameelee Iikoo uumama naannoo waliin wal siman babal’isuu itti fufee jira. የተፈጥሮ ሀብትን በአግባቡ የመጠቀም ባህል ካለው ማህበረሰብ የወጣው ባንካችን ለማህበረሰብ መቆርቆርን አንኳር ዕሴቱ በማድረግ፣ ለአካባቢ ተፈጥሮ ተስማሚ የሆነውን ኢኮ ቅርንጫፍ ማስፋፋቱን ቀጥሎበታል። #Coopbank #EcoFriendly #FinancialInclusion
Mostrar todo...
👍 35 17👏 3
Tajaajila liqii dijitaalawaa wabummaa malee kennamu Michuun, daldaltoota maaykiroo fi xixiqqaatti abdii guddinaa horee, akeeka faaynaansii isaanii galmaan gahaa jira. Akkaataa sadarkaa daldala keessaniin Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii liqeeffadhaa! ያለማስያዥያ የሚሰጠው ምቹ ዲጂታል የብድር አገልግሎት፣ ለጥቃቅንና አነስተኛ ነጋዴዎች የዕድገት ተስፋ ፈንጥቆ፣ የፋይናንስ ዕቅዳቸውን ከግቡ በማድረስ ላይ ይገኛል። እንደ ንግድዎ ደረጃ ምቹ ጉያ እና ምቹ ዋቢ ይበደሩ! #Coopbank #UncollateralizedDigitalLending #Ethiopia
Mostrar todo...
👍 55 16👏 6
Dargaggoo! Ciminaan hojjachuu aadeffachuun, maallaqa qusannoon bulfadhaa. Egeree keessan kan tolchu, Herreega qusannoo dargaggoo fayyadamaa, qabeenya isinitti hora. Herreega Qusannoo Dargaggoo ወጣቶች! በርትቶ መሥራትን ባህል በማድረግ፣ ገንዘብ በመቆጠብ አኑሩ። የነገ ዕጣ ፋንታችሁን የሚያሳምረውን ደርገጎ የወጣቶች የቁጠባ ሂሳባችንን በመጠቀም፣ ንብረትም አፍሩ። ደርገጎ የወጣቶች የቁጠባ ሂሳብ #Coopbank #YouthEmpowerment #DreamsToReality
Mostrar todo...
👍 40 18👏 8
Fayyadamoo Kooppeey I-birri taatanii jennaan, saffisa bilbilli addaan kutuu jaalli keessan hin hubatiinitti, kaardii guuttattanii haasaa itti fufuu ni dandeessu. Appilikeeshinii fe’achuun ykn *841# bilbiluun Kooppeey I-birri Mobile Top up fayyadamaa! የኮፔይ ኢ-ብር ተጠቃሚ ከሆኑ ፣ ስልክዎ መቋረጡን ወዳጅዎ በማያስተውሉት ፍጥንት፣ ካርድዎን ሞልተው ወግዎን መቀጠል ይችላሉ። መተግበሪያውን በመጫን ወይም * 841# በመደወል የኮፔይ ኢ-ብር Mobile Top up ይጠቀሙ! #Coopbank #CoopayEbirr #MobileTopUp
Mostrar todo...
23👍 8👏 7
Danqaawwan dhaqqababummaa furee, diinagdee Qonnaan bulaa fi Horsiisee bulaa kan utube, tajaajilli baankii damee iikoo keenyaa, akeeka baankii keenyaa isa bu’uuraa fi milkaa’ina guddaa irraa gonfanneedha.                    የተደራሽነት ማነቆዎችን በማስወገድ፣ ለአርሶ  አደሩ እና አርብቶ አደሩ ኢኮኖሚ ድጋፍ የሆነው የኢኮ ቅርንጫፍ አገልግሎታችን፣ የባንካችን መሰረታዊ ዓላማና ከፍተኛ ስኬትን የተጎናጸፍንበት ነው። #Coopbank #EcoBanking #FinancialInclusion #SustainableFuture
Mostrar todo...
👍 41 20👏 11