Jamatul Towhid dargagoo muslim
Channel kana join godhaa 🌀 JTDM 📩Yaadaaf⤵️ @Asmorif_bot asin nu argachuu dandeeysuu @Firomsa1442 Channel keenya argachuuf Link kana join godha
Mostrar másEl país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
192
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
Repost from Misbah ibnu Aliyi
Photo unavailableShow in Telegram
https://t.me/ibnjebel
نحن أمة ربها نور
قال تعالى(الله نور السموات والأرض)
ونبيها نور
قال تعالى(قد جاءكم من الله نور وكتاب مبين)
وكتابها نور
قال تعالى(فآمنوا بالله ورسوله والنور الذي أنزلنا)
فكيف تعيش في الظلام
(نور على نور يهدي الله لنوره من يشاء)
اللهم اهدنا لنورك وأضئ قلوبنا بنورك
واجعل لنا نورا من نورك نمشي به
في الدنيا والآخرة.
جعل الله حياتكم نور على نور✨💫
Repost from የባህል ህክምና መስጫ
SUBHAANALLAAH BAREEDINA HUURAL EEYNII
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Hifattee najalaa hin hafinii obsaan nahordofi atuu san booda ni gammaddaa❗️❗️❗️
➡ Waa'een huural eeynii isin gammachiisa ja'eetin abdadha. Keesssaafuu dargaggoota haalaan gammachiisa ja'eetin yaada.
Huural eeyniin hangam takka akka bareeddu himuun ni ulfaata.
Isiin irra bareedduu uumaa rabbii keessatti lakkaawamti.
Mee xiqqoo hanga rabbiin naaf laaffise bareedina isii haa haasahuu.
Mataa ishii gubbaatti hijaaba ykn shaashii ofirraa qabdi, eega uumamterraa jalqabdee hijaaba san ufirraa baaftee hin beeytu. Guyyaa abbaa manaa isiitii wajjiin walitti dhufan qofa ifirraa fuudhuuf teessi!! Yaa rabbi abbaa manaa isii nu godhi.
Ergamaan Rabbii (S.A.W) Hadiisa Imaamul Bazzaar gabaase keessatti akkana ja'e "osoo isiin uffata matarraa qabdu san ifirraa baaftee silaa aduun ifaa dhabde"
Jechuun:- aduun ifa rifeensa isii biratti akka waan ifaa dhabdee fakkaatti jachuudha. SUBHAANALLAAH!!
Ammas hadiisa Imaamul Bukhaariin gabaase keessatti Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana ja'e "shaashii isiin matarraa qabduutu duniyaa tanarra caala" ja'an
Hoggaa shaashiin isiin uffatte akkanatti bareedde isiin shaashii san uffatte hoo hangam takka bareeddi?? Tana deebii isinirran barbaada.
Rifeensi isii irra bareedaa rifeensaati. Akka ati jaalattetti siif uumamee jira.
Hadiisa imaamu xabraaniin gabaase keessatti Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana ja'e "osoo rifeensa isii addunyaaf mulliftee silaa bahaa fi dhiha urgaan isii wal gaha ture. SUBHAANALLAAH
Iji isiitis haalaan toltu,hedduu bareeddi, mallaa isii akka daawwititti keessatti of agarta. ragaan kanaa hadiisa Imaamul beyhaqiin gabaase waan rabbiin warra jannatarratti du'a hin galmeessiniifi malee silaa argaa isitti ni du'an ture.
Ammas kofli (seeqinsi) kan ajaaibaati, hadiisa ibnu mas'uud keessatti akkana ja'a "jannata keessatti ifaa tokkootu filiq ja'a, yeroo kana warri jannataa maaltu maal ta'e ja'ee ol ka'a,edaa kofla huural eeyniitu akkasitti ibsa". Yaa Allaah
Ammas wannii beekuu qabdan huural eeyniin maqaa isiitu dhalaadha malee isiin bareedinaan akka dhalaatii miti walumatti fakkeessuun hin tahe.
Hadiisa Imaamul Bukhaariin gabaase keessatti Ergamaan Rabbii S.A.W akkana ja'a "Huural eeyniin bareedina isiirraa kan ka'e dhukni jilba isii foon jalaan argama".
Ammas Huural eeyniin abbaa manaa isiitiin wajjiin wal hin lolan, ammas wal hin morman,jaalalaan zalaalam wajjiin jiraatan. Namni cufti jannata keessatti warra lama qaba. Garuu namni karaa rabbii keessatti wareegame (shahiideen) warra 72 argata. Rabbiin warra karaa isaa keessatti wareegamanirraa nu haa godhuu.
Namni tokko jannata keessatti humna nama dhibbaa argata,
Ammas wanni guddaan Huural eeynii yeroo cufa dubrummaan isii bakkuma jira, yoo halkan arraa wajjiin bulte borullee isiin dubruma. SUBHAANALLAAH!!
Warrii jannataa cufti umriin isaanii waggaa 30 or 33hi wanni sirritti beekuu qabdan jannata keessa hinaaffaan hin jirtu, yoo warra 72 qabaattellee tokko walitti hin hinaafu.
Yaa obboleessa kiyya kabajama
Hojiilee Huural eeynii nu argachiiftu dalagaa jirraa??
Isii argatuuf warra tattaafatu rabbiin naaf isillee haa godhu
Warra irra caaltuu Huural eeynii argatu rabbiin nuhaa taasisuu Aamiiin Aamiiin Aamiiin yaa Allaah
Yaa obboleeyyan kiyya @share _share godhuudhaan obboleeyyan Shabaabaa keessan gammachiisa
muslim dawah and education channel
⬇️
👉 👉Share and join
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
@maherlll
@maherlll
@maherlll
@maherlll
=================
Repost from የባህል ህክምና መስጫ
Hadiisa akkaan nama Rifachiisu waa'ee Shamarran keenyaa ilaalchisee!
\\\====////////😭😭
Nabiin Rabbii (S A W) gaafa Samii bahan dubartoota hedduu ibidda keessatti argan. Kan jarri haala sodaachisaan azzabamaa jiran. Subhaan Allaah 😭 😭 😭
"Aliyyii Ibn Abi Xaalib -akka jedhe aniif Faaximaan Guyyaa tokko Mana Rasuula Rabbii dhaqnee isaanitti Ol seenne jedhe isaanii Boo'icha hamaa boo'anii imimmaan isaanii qorop, qorop gochuu jiruu. Aliyyiin waan jedheen "Fiidaaka Abi wa Ummii " Yaa Rasuulallah Maaltu si boochise Yaa Rasuula Rabbii jedheen.
"Nabiin (SAW) waan jedhaniin Yaa Aliyyi wanni na boochise gaafan Samii bahun dubartoota ummata kiyyarraa ta'an kan isaan Azaaba garaa garaatiin azzabamaa jiranin arge . Waanan Guyyaa san arge yaadadheen of qabuu dadhabe kanatu na boochise Yaa Aliyyi jedhaniin.
1.dubartii tokko kan isiin Rifeensa Mataa isiitiin fannifamte ibidda keessatti, fannifamuu qofas mitii Mataan isii kan inni Falaq, Falaq jedhun arge jedhan
2.tokkommoo kan Arraba ishee keessaa ol harkisanii Arraba kanaan rarraasanin arge. Kana gubbaan ibidda jahannam kan itti coccobsanin arge jedhan.
3.tokkommoo miila ishee kana ol dachaasanii harma isheetti hidhan, harka ishee ammoo sammuu isheetti kan hidhanin arge jedhan.
4.tokkommoo kan harma ishee tiin rarraasanin arge jedhan.
5.tokkommoo kan Mataa ishee kana Mataa karkarroo fakkeessee qaamni ishee harree fakkaatu, ammalle Gosootni Azaabaa Gosa Miliyoona tokko kan gahutu isiirra jiraan arge jedhan.
6.tokkommoo kan Suuraa saree fakkaattu, kan ibiddi afaaniin seenee jalaan irraa bahu,sana gubbaan kan Malaykaan madooshaan gaaraa Mataa keessa gadi dhooftun arge jedhan.
Kana yaadannaan imimmaan of qabuu dadhabe yaa Aliyyi jedhaniin. Yeroo kana Faaximaan rifattee of qabuu dadhabdee waan jette yaa habiibii kiyya, yaa dasii ija kiyyaa maaluma Badiin ummata kanaa jetteen
Ergasii Rasuulli (SAW) Waan jedhaniin Yaa intala too
1.isheen rifeensaan rarraasan sun Mataa ishee dhiira irraa hin sattarattu jedhan.
2.isheen Arrabaan rarraafamte sun Abbaa Manaa ishee rakkifti jechaan Arrabaan jedhan.
3.isheen harmaan rarraafamte isheen firaasha Abbaa Manaa Ishee balleessiti nama biraa firaasha isaarra fiduun ta'ee Fedhii isaa guutuufii dhabuun ta'u jedhan.
4.isheen miilli ol dacha'ee harmatti hidhamee harki ishee sammuutti hidhamee qixaaxa hamaan qixaaxamtu sun "Janaabdaa irraa hin qulqulleeffattu, ammallee "Haydii irraas sirriitti hin qulqulleeffattu, ammas Ibaadaa Rabbii irratti da'iifa (laaftuudha) jedhan.
5.isheen Mataan ishee Mataa karkarroo fakkaatu kan qaamni ishee harree fakkaatu sun kan namaaf nama walitti dirtu, kan kijiba namarra keessu jedhan.
6 . isheen suuraa saree fakkaattu sun kan ibiddi irraan seenee jalaan bahu sun isheen "haasida (kan waan namaatti hinaaftu ) ,ammaas kan waan namaaf goote himattu kan waan Rabbiif jecha gootes kan himattuudha jedhan.
Nabiin Rabbii (S A W) waan jedhan Faaximaan
Yaa intala too kasaarte hoongofte intalti Abbaan Manaa irraa rakkatu kan kabajaa hin kennineef jedhaniin.
muslim dawah and education
⬇️
👉 👉Share and join
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
@maherlll
@maherlll
@maherlll
@maherlll
=================
Repost from Burqaa Bekkumsa islaama
Photo unavailableShow in Telegram
Yaa nama Rabbiin arraan si gaye!
Soomanni Guyyaa Arafaa kan boruu kun si jala hin dabarre.
✍ Boru guyyaa ciccimaa lamaatu walitti dhufe
👉 Guyyaa Jum'aa irra caalaa guyyoota torbaanii, irra caalaa guyyaa aduun isa keeysa baatee fi Eida muslimtootaa kan torbaanii.
👉 Guyyaa 9 ffaa Zilhijjaa, guyyaa Kheeysummoonni Rahmaan Dirree Arafaarratti wal gayanii fuula Rabbii dhaabbatan.
Guyyaa khootaan gabroota ibidda Jahannam irraa bilisoomfaman akkaan guddaa kan du'aa'iin isa keeysa godhamtu hundi namaaf qeebalamuun kajeelamtuudha.
Saniifuu lubbuu tiyyaafii obboleeyyan kiyyaafis guyyoota khana akka fayyadamnuun dhaama‼️
✍ Aalimni beekkamaan Haafiz Bin Abdil Barri[rt] akkana je'e:
" Du'aa'iin Guyyaa Arafaa hundisaa irra caalatti qeebalamaadha."
Carraa khana haa fayyadamnuu‼️
Repost from Xurree Milkaa'inaa Official
Hiriyoota gaggaarii heddummeyfadhaa
ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ.
" Warri jannataa yaroo Jannata seenanii, hiriyoota isaanii kan Duniyaa keysatti toltuurratti waliin turan san if biraa dhaban, achumaan Rabbii jabeenya qabu waa'ee isaanii gaafatu.
Ni ja'uun: yaa Rabbi! Obboleeyyan nu waliin salaatanii, soomu qabna turre isaan san hin agarre!
Achumaan Rabbiin: Gara ibiddaa deemaa, namoota iimaanni hanga mixii diimtuu qalbii isaanii keysa jiru ibiddarraa baasaa! ja'aan"
ﺍﻟﺴﻠﺴﻠﺔ ﺍﻟﺼﺤﻴﺤﺔ
T.me/xurreemilkaainaa
Xurree Milkaa'inaa Official
Dhaabbata Gargaarsa Yatiimootaa fi Harka Qalleeyyii Muslimaa. Ummtaan ~Ummataaf! YouTube Channel
https://youtube.com/channel/UCQ79DMxqy8IdFtaiiK_rbGARepost from Faaya Amantaa Islaamaa
Photo unavailableShow in Telegram
Azaana osoo dhageessu hin laaffin masjidarra jam'aan salattu yero maraa Amalaa godhadhu
Arra yoo jam'aa irra boodati harkifate hafte
Fooqi jannata tee san tan jarachu jirutu San namni bira si jalaa fudhata bar
Dubraa babaredaa hural eynii San si jalaa fudhata bar yoo dalaga kheyrii laffiste nama biratif ergisu jirta bar
Hin dagamni ka'ii amma marxifadhuti dalagaa kheyritti jajabadhuu
Akka duniyaafi Akhiratti milkoytuuf😍
@FAAYAAMANTAAISLAAMA
♡🤲Du'aa'iin Rasuulaa kunﷺ Akka sin dabarre☆
قال النبي ﷺ:
《♤♡Rabbiin isa haa bareechu nama hadiisa nurraa dhagahee kan hin dhagahiniif geessee dhageessise》
وقال سفيان بن عيينة رحمه الله لا تجد أحدًا من أهل الحديث إلا وفي وجهه نضرة؛ لدعوة النبي ﷺ.
《■Sufiyaan ibn uyeynaa Akki jedhe sababaa du'aa'ii Rasuulaatiin kan fuulli isaanii bareedu malee nama tokko hin agarre warreen hadiisa Rasuulaa keessaaﷺ:
مجموع الفتاوى | لابن تيمية ١١/١
🤏Ati Hadiisa Rasuulaaﷺ: kan ofii dhageesse nama hin dhagahiniif geessaa jirtaa? Yoo hin geessin geessuuf hoo Hangam takka tattaaffii qabda?Rasuulliﷺ: Osoo Aayatuma tokko tahee waan narraa dhageessan kan hin dhageenyeef geessaa jedhaniiruu hin irraanfatte moo?
👇👇👇👇
@Binti_Islama
@Binti_Islama
Repost from Al faaruq🌙
Photo unavailableShow in Telegram
Ergamaan rabbi SAW akkana ja'een namni tokko yoo obboleessa isaa jaalate akka jaalatu itti haa himuu
Sahiiha abii daawuud
Elige un Plan Diferente
Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.