cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Dhangaa jalaala

Official Telegram channel✔️ 🔛Nutti dhihaatta 🚶 Dhiirotaaf kennaa addaa =Yeroo walqunnamtii gootan qaamni saalaa keessan laafee ykn ariitiin fixachuu fi qaamni saalaa keessan is https://youtube.com/sh .https://t.me/joinchat/-35H7EnIsIs0MGM0 @dhangajalaala

Mostrar más
Finlandia2 785El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad64 909
Publicaciones publicitarias
1 125
Suscriptores
-124 horas
Sin datos7 días
+430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Jireenyi kun qormaata cimaadha. Namoonni hedduun ni kufu, Sababnis namoota biroo irraa copy godhuu waan mokaraniif, garuu isaanif hin galle namni hundi waraqaa gaaffii Adda addaa akka harkaa qabu.
Mostrar todo...
👎 2
Official Telegram channel✔️ 🔛Nutti dhihaatta 🚶 Dhiirotaaf kennaa addaa =Yeroo walqunnamtii gootan qaamni saalaa keessan laafee ykn ariitiin fixachuu fi qaamni saalaa keessan is https://youtube.com/sh .https://t.me/joinchat/-35H7EnIsIs0MGM0 @dhangajalaala
Mostrar todo...
Dhangaa jalaala

Official Telegram channel✔️ 🔛Nutti dhihaatta 🚶 Dhiirotaaf kennaa addaa =Yeroo walqunnamtii gootan qaamni saalaa keessan laafee ykn ariitiin fixachuu fi qaamni saalaa keessan is

https://youtube.com/sh

.

https://t.me/joinchat/-35H7EnIsIs0MGM0

@dhangajalaala

👍 1
Mostrar todo...
Dhangaa jalaala

Official Telegram channel✔️ 🔛Nutti dhihaatta 🚶 🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓 🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀 🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna

https://youtube.com/sh

.

https://t.me/joinchat/-35H7EnIsIs0MGM0

@dhangajalaala

Photo unavailableShow in Telegram
1
📲+251917247747 Dhiirotaaf kennaa addaa =Yeroo walqunnamtii gootan qaamni saalaa keessan laafee ykn ariitiin fixachuu fi qaamni saalaa keessan isiniif ka'uu didaa? Yookiin qaamni saalaa keessan xiqqaadhaa❓️❓️ Fakkeeffamee kan hojjatameen akka hin gowwomfamne!!!!!! ♦️Hamma qaama saalaa keessanii dabaluudhaaf akkasumas rakkoo dafanii fixachuu itti fufiinsaan hambisuudhaaf furmaanni nu biraa ni jira ♦️Fayyaa keessan irratti dhiibbaa tokkollee kan hin qabne ♦️Guutummaan guutuutti wantoota uumamaa irraa kan hojjatame DAMEEWWAN KEENYA NAANNOLEE IRRATTI: ✅SHAASHAMANNEE ✅JIMMAA ✅ADAAMAA ✅HAWAASAA ✅KOMBOLCHAA ✅ ARBAA MIINCI ✅WOLAYITTAA SOODDOO ✅NAKAMTE ✅ BISHOOTUU ✅DAMBI DOLLO ✅ HOSSAANAA ✅BOONGAA ✅BUTAJIRA ✅DIRRE DHAWAA/HARAR ✅BONGA ✅ FINFINNEE ✅SHAKISO ✅WOLDIYAA ✅BALE ROBE ✅BEDELE ✅CIROO ✅DILLA ✅ALABA
Mostrar todo...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Mostrar todo...
Obbo Lammaa Magarsaa Piresidaantii MNO Obbo Lammaan sirna badhaasaa 'Baggoo Sew' - 'Nama Gaarii bara 2010' jedhamuun Dilbata badhaasa addaa wayita fudhatanitti haasawaa taasisaniin, seenaan siyaasaa dabarsine siyaasa hammeenyaati jedhaniiru. ''Siyaasni biyya keenyaa kan daba hedduun guutameedha. Aadaan siyaasaa hammeenyaan kunis lammiilee qulqulluu baayyee galaafate, laamshessee jiras jedhaniiru, Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa. Maanguddoota bara jireenyaa isaanitti waan hedduu raawwatan fuldurattis, ani ulfina kanaaf nan guuta jedheen hin amanu, kanaafi jedhe miti kanan hojjadhees jedhaniiru. ''Kun mallattoo nageenyaa miti'' Lammaa Magarsaa 'Injifannoon argame aarsaa lammiileen kan dhufeedha' Haa ta'u malee wantootan abbaa kiyya irraa baradhee keessaa ''of ta'anii argamuun tokko.'' Anaaf ''Wal balleessuun jiraachuun abaarsa. Kanaafiidha mee aadaan siyaasa hammeenyaa biyya keenyaa bara keenyatti illeen yaa jijjiramu jechuu kan kanfalleedha tun,'' jedhaniiru. Kunis ammoo nuti namoonni muraasni dura yaa mul'annu malee, gatii kan kanfalee ummata Itoophiyaa guutuudha. Ammas daandii qaxxaamuraa irratti argamna. Kana jechuunis gama tokkoon aadaan siyaasaa inni hamaan nu dukaa dhufe sun har'as numa waliin jira, gama biraatiin ammoo abdii gaariitu fuula keenya durratti argama jedhaniiru Obbo Lammaan. @dhangajalaala Keessattuu kanneen kallattii siyaasaa keessatti argamnu qalbii qajeelloon yoo yaadne, waan xuraa'aa sana dhiifneefi fedhiifi miira keenya yoo daangeessine, biyyattiin seenaa siyaasaa xuraa'aa sana dhiifte gara sirna dimokraasiitti galuuf carraan ishee dhihoodha. @dhangajalaala Kana ta'uu baannaan inni hedduun gatii itti kanfalan bilaasha ta'uun gara aadaa siyaasaa keenya isa hammeenyaa sanatti deebi'uudha kan jedhan Obbo Lammaan, sana ammoo bu'aan isaa maal akka fakkaatu beekna jedhaniiru. @dhangajalaala Kanaafuu, keessattuu hayyoonni, abbootiin siyaasaa fi dhaabbileen siyaasaa hundinuu tokko taanee seenaa dhaloonni yaadatu hojjannee yaa dabarru jechuun waamicha taasisaniiru. @dhangajalaala @dhangajalaala @dhangajalaala
Mostrar todo...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Du'aa'ii Baay'ee Gaarii Tahe Kana Nama Aammiin ja'ee fi hin je'in hundaaf Rabbi haa qeebaluu maqa Rabbii 99 ffan • Waa dhabdanii fuula namaa dhaabbachuu, • Dhibamtanii yeroo hunda waywaachuu, • Rakkatanii rakkinaan jiraachuu, ° Abaaramtanii addunyaaf aakhiraa salphachuu irraa .Rabbiin isinirraa haa qabuu > Risqiin teeysan yoo samii jiraatte Rabbiin isiniif haa buusuu, ¤ Yoo dachii keeysa jiraattee Rabbii isiniif haa baasuu, • Yoo fagoo jiraatte Rabbiin isiniif haa dhiheessuu, ¤ Yoo dhihoo jiraatte Rabbiin isin harka haa galchuu, ♡ Yoo xiqqoo taate Rabbiin haa heddummeessuu, ◇ Yoo hedduu taatee Rabbiin haa barakeessuu, ♡ Wal dhabaa fi waa dhaba Rabbiin isinirraa haa qabuu, ♤ Addunyaa fi aakhiraa Najaa Isin haa baasuu Kan Aammiin jedhee fi hin jedhiniis hunda keessan Rabbiin haa milkeessuu # AMIIIN_ALLAHUMMA_AAMIIN @dhangajalaala @dhangajalaala
Mostrar todo...
1