cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Sokorru Media

Mostrar más
FinlandiaEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
2 092
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Imala Jaalalaa maaltu jibba Group Imala kana Join Add member godha mee yeroo tokko hundi keenya join Add member ha goonu. 👇 https://t.me/ImalaJaalalaa https://t.me/ImalaJaalalaa https://t.me/ImalaJaalalaa
Mostrar todo...
Imala Jaalalaa 💘

Nu Qunnamuu Yoo barbaadan Kara bot armaan gadii kanaan nu dubisaa Hiryoota keessan Group kana irratti #AddMembar godhaa badhaafamaa Nama 100 Yoo add gootan Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti badhaafamtu. #Inbox 👇

https://t.me/Eeruu_bot

Photo unavailableShow in Telegram
ESP Robera Danyachoo ITT/A POLISII GODIINA JIMMAA OSOO TA'ANII JIRANUU NAMA ajajnni itti bahee seeraan barbaada maajiru AHMAD MIZBAA kan jedhamu yakka kontorbaadii, caasaa mootummaa keessa seenuun Mootummaa fI Paartii akkasumas Shofeera patroolii Polisii waliin ta'uun Saamicha Ummataa fi Mootummaa irratti Geggeesuun kan barbaadamaar jiru.Gaafa Guyyaa 30/4/2015 Sokorruudhaa gara Magaalaa Jimmaatti waamuun of bira bulchee Gaafa Guyyaa 01/5/2015 gara Finffinneeti erguun akka Miliqu Godheera Kanaaf Jalqaba Polisii kana mootummaan Gantuufi Hattuu akkanaa irratti akka Olaantummaa Seeraa Agarsiisu Gaafanna! Shere Godhaa 👇 https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir/1843
Mostrar todo...
ESP Robera Danyachoo ITT/A POLISII GODIINA JIMMAA OSOO TA'ANII JIRANUU NAMA ajajnni itti bahee seeraan barbaada maajiru AHMAD MIZBAA kan jedhamu yakka kontorbaadii, caasaa mootummaa keessa seenuun Mootummaa fI Paartii akkasumas Shofeera patroolii Polisii waliin ta'uun Saamicha Ummataa fi Mootummaa irratti Geggeesuun kan barbaadamaar jiru.Gaafa Guyyaa 30/4/2015 Sokorruudhaa gara Magaalaa Jimmaatti waamuun of bira bulchee Gaafa Guyyaa 01/5/2015 gara Finffinneeti erguun akka Miliqu Godheera Kanaaf Jalqaba Polisii kana mootummaan Gantuufi Hattuu akkanaa irratti akka Olaantummaa Seeraa Agarsiisu Gaafanna! Shere Godhaa 👇 https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Paartii badhaadhinaa Dahoo godhachuun Aanaa Sokorru keeysaatti Daldala kontorbaadii hojjachaa jiraachuun isaanii baramee jira obbo Naziif hoogganaa paartii badhaadhinaa ta,aa gochaa akkanaa gochuun isaanii kallatumaan paartii badhaadhinaa tti woraana qabbanaawaa banuun isaanii ifaadha qaamni paartii badhaadhinaatiif quuqama qabu hundi akka obbo Naziif fii waahili isaanii hojii yakkaa kana woliin hojjetanu Ahimad Mizbaa fii kanneen biroo akka too,annoo seeraa jala oolanuuf dhiibbaa gochuu qabna kana ta,uu baannaan dubbiin kun nama baayyee gaaga,uu danda,a yoo dubbiin kun deebii hin arganne ta,e dhimma kana mootummaa Fedelaatti fuunee deemuuf duubatti akkan hin deebine isin akeekkachiisuun barbaada https://t.me/SamiiraaAbbaaBiyyaaAbbaaJoobir
Mostrar todo...
Kabajamtoota daawatoota maatii Media keenyaa hundi keeysaan olaantummaa seeraa Aanaa Sokorru irratti kabachiisuu irratti nubira dhaabbadha odeeffannoo dhimma kontorbaandii Sokorru tiin wolqabatu hunda eeruu nuuf laadhaa link kanaan
Mostrar todo...
#INBOX 📩📩📩 nama Naaf galuudide jedhee fb anate barree ssaaru haasaa sobaa olola ijoollee Abdii borii kan biyyi kun qabdi jedhaman Kanneen akka YAYA A/ZINAAB FI Abdurramaan nagaash kan barreesite dafii sirreessi namoonni isin bira qaqabe lik godhaa nama jimaa nuubituu dhiise akka yakkaati ilaaluun fafa namni kun dhalataa sokorruu hojetaa mootummaa komataadha kan ta'e hiryyaa ijoollee kanaati waan irraa barbaadu waan dhabeef waan hin fakkaane jechuun dargaggoo guddatan doomsuu yaaluun daboo warra faahidaa hin malle barbaadanii dhaban Aanaa keenya jeqaaru Nura dhaabadhaa yoo diddan Maqaakeessanin maxxanssa! Join Shere Godhaa https://t.me/SokorruMedia https://t.me/SokorruMedia
Mostrar todo...

Inbox AHIMAD MUZBAA Daldaalaa kontorbaandi kanta'e Itti Gaafatamaa Badhaadhinaa Aanaa sokorruu obbo NAZIIF ABBAA TAMAAM WaLiin ta'uu buna kontorbaandii qabame dhukaasa bananii akka lakkifamu yoota'u namni Saahib A/Jabal jidhamu itti aanaa bulchaa bunikun likifamuu hin qabu jechuun kan falaature yeroo ammaa mana hidhaa sokorruutti argama Namni Ahmad mizbaa jedhamu kun an naman qaba abbaa taahitaa gurgurddoo waliinan jira jechuun dargaggoo yakka adda addaa irratti bobbaasaa yeroo ammaa magaalaa keessa taa'ee jimaa qaama olaantummaan seeraa akka kabajamu qaamnni dhimikun ilaalatu nama kana akka seeratti dhihatu https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork Oduu Simbirtu Jan 07 at7:19pm #OBN Godina Jimmaa Aanaa Sokorru tti daldalli seeraan alaa hammaatee jira daldaan bunaa seeraan alaa fe,e tokko too,annoo poolisii jalaa dhukaasa banuun harkaa bahee jira hara,u malee yeroo hammaa sodaa tokko male magaalaa Sokorru keeysaa jiraataa jira safuu seeraati kun namni kun Ahmad mizbaa Jedhama. https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork
Mostrar todo...
OBN Oromia Broadcasting Network

OBN Sagalee Ummata

Photo unavailableShow in Telegram
Baga gamadan maatiiwan group Shamaran Oromoo group keenya guyyaa 2 keessa member isaa 1600 qaqabee jira carraa kanaan namooni hedus badhaafamaa jiru kaleessaa Nama 2 hadha na 3 badhaafnee jirra hiryoota isaanii 100 ol' group kana keessatti Add member gochuu qofaan carraan kun hammas itti fufa waan ta,eef hundi keessan irratti hirmaadhaa badhaafamaa sponsor Kaardii mobile arganee jirra isaan isin badhaasuuf qophiidha #AddMembar godhaa Akka isin hin darbine carraan kun badhaasa Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti qophaahee jira akkuma baayyina namoota isin Add itti gootaniin badhaafamtu group Shamaran Oromoo https://t.me/Grourp_Shamaran_Oromo 👆. 👆❤️💚❤️ Kunimo page Fecebok kooti tuqaa seenaa Follow godhaa like shere godhaa https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga gamadan maatiiwan group Shamaran Oromoo group keenya guyyaa 2 keessa member isaa 1300 qaqabee jira carraa kanaan namooni hedus badhaafamaa jiru kaleessaa Nama 2 hadha na 3 badhaafnee jirra hiryoota isaanii 100 ol' group kana keessatti Add member gochuu qofaan carraan kun hammas itti fufa waan ta,eef hundi keessan irratti hirmaadhaa badhaafamaa sponsor Kaardii mobile arganee jirra isaan isin badhaasuuf qophiidha #AddMembar godhaa Akka isin hin darbine carraan kun badhaasa Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti qophaahee jira akkuma baayyina namoota isin Add itti gootaniin badhaafamtu group Shamaran Oromoo https://t.me/Grourp_Shamaran_Oromo 👆. 👆❤️💚❤️ Kunimo page Fecebok kooti tuqaa seenaa Follow godhaa like shere godhaa https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Group Shamaran Oromoo kana irratti hiryoota keessan add member godhaa badhaafamaa Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti badhaasaaf qopheesseen jira Kunimo page Fecebok kooti tuqaa seenaa Follow godhaa like shere godhaa https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
Mostrar todo...