cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Lalisa Tesfa

Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti. ➢ Eenyummaan kee si keessa qofadha. Thoughts from the Product Manager / CEO / Founder of @Qaroocompany 📥inbox @LalisaTAyana 🔵Facebook add ➡️ bit.ly/32A48B8 Website ➡️ www.Qaroo.org

Mostrar más
Finlandia1 960El idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
2 462
Suscriptores
Sin datos24 horas
-27 días
-1330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
My photo 🥰😍
Be grateful for what you already have while you pursue your goals.
Inbox ➡️ @LalisaTAyana Join my ➡️ channel @Lalisa_T_Ayana
Mostrar todo...
8👍 2
Baga Guyyaa Ayyaana Dhaloota Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosin Ishin gahe ! AYYAANA GAARII ! 🥰 Merry Christmas 🎄 @Lalisa_T_Ayana
Mostrar todo...
👍 7 2
Finally we back !....
Mostrar todo...
🔄 Update Odaaplay.com irra muuziqa miliyoonatti lakka'amuu argachuu dandeessu. Muuziqa qofaa miti namootani barbadaan faaruu Akkata fi gosaa amaantii keessanii argachuu dandeessuu. Kanas iddo search jedhuu qofaa xuquun wan barbaadan barreessuun argatuu kaffaltii tokkoo malee itti fayyadama. 👇 http://www.Odaaplay.com http://www.Odaaplay.com Galatoomaa🙏 Odaaplay.com Find and listen to millions of songs, albums and artists, all completely free on
Mostrar todo...
👍 12
Odaaplay.com irra muuziqa Afaan oromoo 1000 ol ta'an hedduu irraa argatu, muuziiqaa hundaa bifaa Album tin argattu. website kana irraa muziiqaan dhibe hin jiru jechuuf ni danda'ama. Odaaplay.com wanti adda taasisuu nami kam account banachuufi Akkasumas Artist barbaade muziiqaa isaa Odaaplay.com irratti gadhifachuu danda'a dabalataanis muziiqaa isaa as irratti gabaaf dhiyeessun gurgurachuu danda'a. Odaaplay.com kanneen akka spotify fi Amazon prime fa waliin kan wal qixatuudha itti fayyadama. 👇 http://www.Odaaplay.com http://www.Odaaplay.com Galatoomaa🙏 Odaaplay.com
Mostrar todo...
👍 1
Deebinee jira namootani nu gaafachaa turtaan galatoomaa 💜🙏
Mostrar todo...
👍 2
#Namummaa! Biyya Amerikaa keessa, bakka Daldalaa / Supermarket / tokko keessatti Dubartiin Hellina jedhamtu osoo hattuu qabamtee Poolisoota itti waaman. Poolisiinis To'achuuf battala achi gaha. Poolisichis achi ga'ee maal akka isheen Hatte gaafata. Kan isheen hattes Killee /Buphaa/ Shanidha. kan isheen hatteefis Mucaa ishee Beela'ee jiru sooruuf akka ta'e boo'aa itti himti. Yeroo kana Poolisichi Garaan mooga'ee Giphii isaa keessaa Qarshii baasee laata. Qarshii Waantota feetu ittiin bitattu hundas cufa laateef. Hellinaanis Bitaa itti galee dinquuniin maalif akka akkas godhe yoo gaafattuun; Poolisichi "Seera kabachiisuun dura Namummaa kabachuutu dursa." jedhaan. Yeroo Mara Namummaan bakka maratti kabajuuf duubatti jechuu hinqabnu. Namummaan waan mara caala, Nama ta'uu qofti gahaa miti Namooma qabaachuunis murteessaadha. Waliif Yaaduu, wal kabajuu, Wal jaalachuun Namummaadha. Waan fedhe keessa jiraattus Waan dandeessu maraan Nama sicinaa dhiphina keessa jiru gargaaruuf yaali. isa namummaan. ⭐Follow my social media account ⬇️ Facebook ➡️ www.facebook.com/lalisata.ta Telegram channel ➡️ T.me/Lalisa_T_Ayana
Mostrar todo...
👍 9 2
Biyya Zimbaabuweetti kan ta'e ture😜 Filannoon biyyooleessa gahus R.Mugaabeen hanga guyyaa dhumatti duula filannoo hin gaggeechine ture. Uummanni waan inni aangoo isa morkattoota isaaf dabarsee kennu se'un gammadaan. Jalabultii filannoo irratti garuu "Mugaabeen haasaha gochuuf jedha istaadiyeemiitti argamtanii haasaha isaanii dhaggreffachuu dandeechu" jedhame. Namootni hedduun istaadiyeemii guutan. 'Aangoo eenyuuf dabarsanii kennuuf laata?' jedhanii yaadu ture. Mugaabeen yeroo muraasa booda istaadiyeemii gahe... "Yaa uummata Zimbaabuwee waan na dhaggeeffachuuf dhuftaniif galatoomaa!" jedhanii haasaha jalqaban. "Jalqaba yeroo na filattan san Ofii koofin hojjadhe ittiniis kabajamee. Yeroo 2ffaaf na filattanitti maatii fi firoottan koo hundaf hojjadhe ittis kabajamaan. Kanaaf anis kabajamee, Maatiif firoottan koos kabachiiseera. Filannoo boruu irratti yeroo 3ffaaf yoo na filattan uummataafin hojjadha. Kun ifadha. Garuu, yoo nama biraa filattan jalqaba ofiif hojjeta. Yeroo 2ffaaf yoo carraa kenniteef maatiif firaafis ni hojjeta. Uummataaf kan hojjatu yoo 3ffaa filatte qofa. Kanaaf yeroo kana eenyutu isin tajaajiluuf argama? .. #Anuma qofa!. Maqaan koos kan yeroo 3ffaaf filatamuu Roobert Mugaabeedha Xumureera!. Bor yeroo filannootti wal agarra!." ⭐Follow my social media account ⬇️ Facebook ➡️ www.facebook.com/lalisata.ta Telegram channel ➡️ T.me/Lalisa_T_Ayana Contact @LalisaTAyana
Mostrar todo...

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Roobert Mugaabee fi haati warraa isaa ijoollee 6 erga waliin godhatanii booda guyyaa tokko wal lolaan. Achii haati manaa isaa baay'ee aartee uffata ishee boorsaatti guurrachuu eegalte. Mugaabeen gocha ishee kanatti ajaa'ibsiifamee " Maaliif uffata kee waliitti guurracha jirta?" ittin jedhe. Isheeniis "kanan booda si waliin jiraachuun na gahe jira gara harmee kootin deema..." Innis gara kutaa ciisichaa deemee uffata isa waliitti guurrate. Yeroo kana argitu isheen "Ati hoo eechaa deemuuf uffata kee guurratta?" Mugaabee "Anis gara haadha kootin deema." Ishee " Ijoollee eenyuuf dhiiste deemta?" Mugaabee " Isaaniis gara haadha isaanii deemu danda'u."
Mostrar todo...