cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

OROSOFT TECHNOLOGIES

Orosoft : Mosaajjiiwwan uummataa ! ➖ Youtube : Orosoft Tech ➖ feedback : @OFeedbackBot ➖ facebook : fb.com/orosofthttp://orosoftblog.blogspot.com ➖ Admin : @fuadfmb

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
2 747
Suscriptores
+124 horas
-77 días
-2430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ Jechoota akka Crypto mining, Tapswap, hamster, Airdrop fa’a dhageessanii jirtu ta’a. Waa’ee jara kanaa bal’inaan baruu feetuu? Dhuguma maallaqa argamsiisa moo yeroo gubuudha?? (👍) = like 25 booda bal’inaan isiniif maxxansina.
Mostrar todo...
👍 21 2
Rental agreement template for payoneer 📌📌📌 https://www.scribd.com/document/694997193/payoneer-rental-Agreement
Mostrar todo...
👍 3 2
Payoneer mastercard akkamitti baafachuu dandeenya? Jalqaba gara payoneer.com imaluun ykn app payoneer buufannee sign up goona. Passport dirqama isin barbaachisa. Address isaa bakka amma jiraattan galchitu! Erga account banannee booda, gama address verification deemna. Step baay’ee ulfaataan isa kana. Gama sadiin verify gochuu dandeenya: - bank statement ❌ - utility bill ❌ - rental agreement ✅ 👉 Bank statement: inni kun transaction account keetirratti raawwatame kan tarreessuudha. Bank statement biyya keenyaa yeroo heddu address hin qabu, yookiin odeeffannoo gahaa tahe ufirraa hin qabu waan taheef payoneer hin fudhatu. Kanaafuu an kana recommend hin godhu. 👉 Utility bill : kun kaffaltii bishaanii, ibsaa fi tajaajiloota hawaasaa gara garaaf isin kafaltaniidha. Inni kunis biyya keenyatti yeroo heddu address ofirraa waan hin qabneef, an kanatti isin hin gorsu. ✅ rental agreement : inni kun walii galtee mana kiraa isiniifi nama mana isinii kireesse jiddutti ta’uudha. Biyya keenyatti document kireeffachuu kee ibsu yeroo baay’ee hin mallatteeffamu, walii galteedhaan ta’a. Nuti garuu payoneer’iif jennee walii galtee kana afaan ingiliffaan qopheessinee ittiin address verify godhachuu dandeenya. Akkamitti ? ➡️ document kun kan ji’a sadi darbe ta’uu hin qabu. ➡️ maqaa kee(kireeffataa), maqaa kireessaa, iddoo argama manichaa, mallattoo keefi kan kireessaa ofirraa qabaachuu qaba. ➡️ hammamiif akka mana san keessa jiraachuuf deemtuufi walii galtichi turtii hangam hangamiin akka haaromfamu ibsamuu qaba. ➡️ ji’aan qarshii meeqa akka kafaltuufi manichi hangam akka bal’atu ykn kutaalee meeqa akka qabu ibsamuu qaba. ➡️ 🟢 DIRQAMA mana kireeffachuun isinirra hin jiraatu. Document sobaa address keessaniin wal simu hojjattanii ittiin approve gochuu dandeessu. Documenticha isiniif yaabbisa. Garuu edit gochuu qabdu. Bakkeewwan isin barbaachisan mallattoo diimaan dibee isinitti garsiisa. Documenticha edit godheen isiniif erga. documenticha barbaadduu? Like’n nu garsiisaa mee 👍
Mostrar todo...
👍 13 5
Photo unavailableShow in Telegram
Payoneer mastercard barbaadduu?? Akkaataa itti baafachuu dandeessan isiniif hima, jalqaba like 20 !!
Mostrar todo...
👍 26 3🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
Telegram’s new feature 👌
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Mostrar todo...
Youtube keenya subscribe gochuun nu hordofuu dandeessu! https://www.youtube.com/@orosoft
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Turing.com beektuu?? Turing platform dhaabbata biiznasii remote software developers waliin wal qunnamsiisuudha. Dhaabbanni biiznasii kanneen akka Open AI, pepsi, Reddit, disney fi dhaabbatoota of dhoksan kanneen akka Open AI dabalatee marsaa kanarraan remote software developers qacaru. Marsaa kana developers hedduutu fayyadama. Keessattuu namoonni remote software jobs bifa kontiraataan barbaadan turing filatu. Turing account erga banannee booda skill filannee challenge jiran erga darbinee booda hojiin siif barbaadamuu jalqaba. Interviews jiran booda contract isiniif gala. Sana booda hourly rate galchiteen siif kaffalama jechuudha. Yeroo hojii hojjattu tracking software kanneen akka “Hubstaff” itti dhimma ba’ama. Ammatti Ethiopia’n list of supported countries keessaa dhiheenya kana baafamtus eenyummee banachuun gaariidha. Namoonni software developer taatan eenyummee keessan uumachuu dandeessu.
Mostrar todo...
👍 10 4
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ https://orosoftblog.blogspot.com/
Mostrar todo...
Orosoft Technologies

Maxxansoota Teknoolojii, Afaan, Fayyaa, Seerluga, lyrics, music, technology, coding fi kan biro heddu Afaan Oromootiin asirraa argattu.

👍 1
➖➖➖➖➖ This article was written by ChatGPT, and the picture was made using DALL-E. https://orosoftblog.blogspot.com/2024/02/mastering-art-of-cryptocurrency-trading.html
Mostrar todo...
Mastering the Art of Cryptocurrency Trading: Simple Strategies for Success

Master cryptocurrency trading with simple strategies for success. Start small, diversify, and manage risk effectively.

👍 4
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.