cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Nadhii Walaloo️

Oromoon koo Hore ni baafata booree. Oromoon koo kuma Ni baafata gumaa. 👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100078002671952

Mostrar más
Finlandia3 644El idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
215
Suscriptores
Sin datos24 horas
+17 días
+330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Haayyu ta'i buli beekaa akka jaarsaa. dhaloota kee eebbifamee Si haa lagu abaarsaa https://t.me/nadhii_walaloo
Mostrar todo...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
𝑎𝑛𝑖 𝑠𝑖𝑖𝑓𝑎𝑛 𝑑𝑢'𝑎 𝑙𝑢𝑏𝑏𝑢𝑢 𝑘𝑜𝑜𝑛 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑙𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎. 𝑘𝑢𝑛𝑜𝑜 𝑛𝑎 𝑎𝑚𝑎𝑛𝑖 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑘𝑎𝑘𝑎𝑑ℎ𝑎. 𝑠𝑖 𝑠𝑜𝑠𝑠𝑜𝑏𝑢𝑢𝑓 𝑚𝑖𝑡𝑖 𝑠𝑖𝑖𝑓𝑎𝑛 ℎ𝑖𝑚𝑎 ℎ𝑎𝑞𝑎. 𝑏𝑎𝑎𝑦𝑦𝑒𝑒𝑛 𝑠𝑖 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑑ℎ𝑒 𝑘𝑢𝑛𝑜𝑜 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎. 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑙𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑓 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 ℎ𝑖𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑢 𝑒𝑟𝑔𝑎𝑚𝑎. 𝑙𝑢𝑏𝑏𝑢𝑢 𝑘𝑜𝑜𝑛 𝑠𝑖 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑠𝑖𝑖𝑓𝑎𝑛 𝑤𝑎𝑟𝑒𝑒𝑔𝑎𝑚𝑎. ... 😄😄😄 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑑𝑖𝑏𝑎𝑎 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑖𝑖 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑢𝑚𝑎 𝑓𝑎𝑘𝑘𝑎𝑎𝑡𝑎 𝑙𝑢𝑏𝑏𝑢𝑢 𝑞𝑎𝑎𝑙𝑖 𝑡𝑎𝑛𝑎 𝑒𝑒𝑛𝑦𝑢𝑡𝑢 𝑤𝑎𝑙𝑖𝑖𝑓 𝑙𝑎𝑎𝑡𝑎?? https://t.me/nadhii_walaloo
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
ADBEPHSPCS3.exe463.59 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Harki yeroo hunda Kennuudhaf miilatu. Sumunin osoo hin hafin Sassaabee hiixatu. Hin dhabin jabdu Koo Gootitti  qabne laayyoo. Keennan kee naaf adda Naaf Galatoomii Aayyoo. 👇 @nadhii_walaloo
Mostrar todo...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Yoosan Geetahuun #Baala_Gizee Gadhiifameera @nadhii_walaloo @nadhii_walaloo
Mostrar todo...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Suuraan haa dubbatu 👇 @nadhii_walaloo @nadhii_walaloo
Mostrar todo...
1
Repost from Sanyii Guddataa
Qabxiin Sagantaa Fooyyessa Dandeettii ifoome Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Mootummaa fi filannoowwan biroon barnoota fooyyeesa dandeettii hordofuuf qabxiin dandeessisu ifoomeera. Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensa Yuunivarsiitii osoo hin galmeessiin hafan, ulaagaalee Ministeerri Barnootaa kaa’een qabxiin sagantaa Fooyyeessa dandeettii hordofuuf isaan dandeessisu ifoomeera. Haaluma kanaan: Barattoota Saayinsii Umamaa idilee fi galgalaa dhiiraaf 700 keessa 255 kan fidan Barattoota Saayinsii Umamaa barattootaa idilee fi galgalaa dubaraaf 700 keessa 234 kan fidan Barattoota Saayinsii Hawaasaa idilee fi galgalaan dhiiraaf 600 keessaa 218 kan fidan Barattoota Saayinsii Hawaasaa idilee fi galgalaan dubaraaf 600 keessaa 200 kan fidan Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Umamaan dhiiraafa 700 keessaa 224 kan fidan Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Umamaan dubaraaf 700 keessaa 210 kan fidan Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf 600 keessaa 192 kan fidan Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Hawaasan dubaraaf 600 keessaa 180 kan fidan Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Umamaa Dhiiraaf 700 keessaa 210 kan fidan BarattootaNaannawaa Horsiisee Bultootaa Saayinsii Umamaa Dubaraaf 700 keessaa 210 kan fidan Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Hawaasaa dhiiraa 600 keessaa 180 kan fidan Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Hawaasaa Dubaraaf 600 keessaa 180 kan fidan Barattoota Qaro Dhabeeyyi Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf 500 keessaa 150 kan fidan Barattoota Qaro Dhabeeyyi Saayinsii Hawaasaan dubaraaf 500 keessaa 150 kan fidan ta’uu qabu jedhameera. Via FBC @segnigudeta
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Atoo jiruuf labdaa Aduu dhihee baatuu Yakka maalii qabda Kan du'aaf si laatuu ~ Hidhaa osoo jirtuu Achii gad si baasee Harkuma maaliitii Kan sitti dhukaasee ~ Dhugaa ilma keetiif Jiruu kee ugguree Sirnuma akkamiitii Kan du'a siif muree ~ Abjuu ta'aa jedhaa Garaan kiyya sarmee Nagaatti siin jechuu Nan dadhabe harmee! 😭 @nadhii_walaloo @nadhii_walaloo
Mostrar todo...
🥰 1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.