Fayyisaa Addunyaa/መድኃኔዓለም/
Channel kan keessatti barumsaa Amantaa Ortodoksii Tewaahidoo barana. Doogmaa,Qannoonaa fi darba mana Amantaa sirritti haa beeknu!Gatii biyya lafaaf osoo hin taane ishee samiif haa fiignu.https://www.youtube.com/@Orto_TMedia
Mostrar más6 741
Suscriptores
+1424 horas
+1017 días
+49630 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
Amantaan maali ofi keessaa qaba?Anonymous voting
- A.Amanuu fi amanamuu
- B.Amanuu fi amantii
- C.Abdii fi jaalalaa
- D.Hin beekuu
Amantaan meeqaa?Anonymous voting
- A.1
- B.33
- C.33,000
- D.Lakkaawamee hin xumuramu
#አኑሮኛል_ቸርነትህ/Afaan oromoon
Na jiraachise gaarumman kee
Daanga hin qabu garraamumman Kee
Kan Akka kee essaa argama
Olmaan kee natti yaadatama x2
Harki kanke inni fayyisu
Kuno har'as naf diriire
Cubbuun akkan sirraa hin fagaanne
Oolmaa keetu na mararee
Jireenyi osoo filaanno ta'ee
Sirraa eessaatti deemama
Abba jaalalli Kee
Goofta jaalallike
Maaliin Tilmaamama
Duee turee awwaalame
Goofta osoo dhufne turee
Du'aa koo osoo du'uu baatte
Carraan kiyyaa essaa turee
Hin fayyadu eenyumman koo
Moo'atama addunyati
Garuu ati kan jettee
Abbaa koo kan feete
Baran jiraatati
Mana kankeetti hirkadhe
An argeera wanta ta'ee
Kan qabaadhe laphee kootti
Namatti hin himamu ba'ee
Garuu kan ta'ee hundi ta'ee
Hin jiru kan hin booqanne
Ibbidda rakkina
Ibidda qormaata
Si'iin kan darbinee
Hin dagadhu gammachu San
Isaa gafas na mul'istee
Kan rakkisuf hamaa ta'uus
Harka keerra na jiraachiste
Kan akkana eessa Jira
Osoo jibbani kan jaalatu
Iyeesusi maqaansa x2
Gaarii kan raawwatu
Boo'ee gaddee sitti boonyan
Hundu ta'ee tolee jettee
Wanti hin taanef hin jiru
Edaa kan si amanattee
Ariifachuf muddamun koon
Yom na fayyadee Gooftakoo
Raawwachunsa hin oolu x2
Kan jettee Uumaakoo
Kan hiike Dn Yohannes Abera
Farfatuu Meskerem Tilaye dafika
አኑሮኛል ቸርነትህ ልክ የሌለው ደግነትህ(2)
እንዳንተ አይነት ከዬት ይገኛል
ሁሉም ነገር ትዝ ይለኛል(2)
አዝ==============
ያቺ ፈዋሽ አዳኝ እጅህ
ዛሬም ለኔ ተሰርግታ
በሐጢያት ርቄ እንዳልጓዝ
አስረህኛል በውለታ
ደግሞስ ህይወት ምርጫ ቢሆን
ካንተ ወደማን ይኬዳል
አባቴ ፍቅርህ እኮ
ጌታዬ ፍቅርህ እኮ
አለምን ያስክዳል
እዝ===============
ሞቸ ነበር ተቀብሬ
ጌታ ወደ እኔ ባትመጣ
አንተ ሞቴን ባትሞትልኝ
ወዴት ነበር የእኔ እጣ
ከንቱ ነበር ማንነቴ
ተሽናፊ ለዚች ዓለም
ግን አንተ የያዝከው
አባቴ የያዝከው
ይኖራል ዘላለም
እዝ==============
መቅደስህን ተጠግቼ
አይቻለሁ ብዙ ነገር
በልቤ ውስጥ ያስቀመጥኩት
እንዲህ ለሰው ማይነገር
ግን የሆነው ሁሉም
ሆኖ የለም ዛሬ ያላረፈ
የመከራው እሳት
የፈተናው እሳት
ባንተ እየታለፈ
እዝ===============
አይጠፋኝም ያ ፈገግታ
ልጅ ብለህ ያሳየህኝ
አመፅኛ መጥፎም ሆኜ
በትክሻህ ላይ ያኖርከኝ
እንዲህም አይነት ወዳጅ አለ
እየጠሉት የሚያፈቅር
ስሙም ኢየሱስ ነው(2)
የፅድቃችን ሚስጥር
.....
❤ 7👍 2
Mostrar todo...
Kutaa 3fffaa:Koorsii Dubbii Qulqullootaa(B/rsaa Buzunaa Tafara)
❤ 2
Nagaa Ergamaa Gabri’eel qulqulluun.pdf1.03 MB
ነገረ ክርስቶስ (1).pdf2.16 MB
❤ 8
Sirna Uumama.pdf5.71 KB
ULFA BAASUU!.pdf1.42 KB
Manni Kiristaanaa12.pdf8.19 KB
Dubbii Maariyaam.pdf1.30 MB
Barumsa Faarfannaa.pdf21.39 MB
Lallaba, Ifa, Tiksee.pdf4.71 KB
Maalummaa Tsabala Mana Kiristaanaa.pdf2.76 KB
Of Eeggannoo Qurbaanaaf.pdf2.89 KB
DUBBII FAYYINAA.pdf1.39 MB
BARUMSA_AMANTAA_am.pdf9.96 KB
👍 10
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen
Waxabajjii 21
Guyyaa Sirna Qulqulleessaa Mana Kiristaanaa Dubroo Maariyaam
Guyyaa kaleessaa (waxabajji 20) haala kamiin Gooftaan keenya mana kiristaanaa ishee jalqabaa maqaa Haadha Keenya Dubroon moggaafamte akka ijaarsise ilaallee turre. Guyyaa har’aa kanatti sirni qulqulleessaa jalqabaa mana kiristaanaa kanatti kan itti taasifamedha. Innis kunooti.
Galatni isaaf haa ta’uti Gooftaan keenyafi fayisaan keenya Iyyesuus Kiristoos guyyaa kanatti haadha isaa fi ergamootasaa kumaatama waliin gara lafaatti bu’e. Haadha keenya Teessoo (Memberi), Ofisaa Luba jalqabaa, Q. Pheexroosin gargaaraa Lubaa, Isxifaanosin Diyaaqonii taasisee qulqulleessuun foonii fi dhiiga isaa isaaniif kenne.
Mana kiristaanaa sanas eebbisee, Q. Pheexirosin Paatiriyaarikii taasisee muude. Yeroo kanas jiraattota samii kan ta’an ergamoonni akkuma yeroo dhaloota Gooftaaa keenyaa tiksitoota waliin faarfatan, Duuka bu’oota waliin faarfataniiru. Haala kanaan Gooftaan keenya sirna ijaarsa fi eebba mana kiristaanaa haala kanaan hundeesse.
Irra deebi’uun bada geessan jechaa eebbi haadha keenya hundumarra keenyarra oolee haa bulu.
Galatni haa ta’uu Waaqa tokko kan ta’e Abbaaf Ilmaaf Hafuura Qulqulluuf har’as yeroo hundumaa hanga bara baraatti amen.
Maddi:-Daandii Jireenyaa
Waxabajji 21, 2016
👍 10❤ 8🥰 7👎 2
+++ "Waliin haa callisnu" kiristaanumma immoo haa jiraannu +++
Abbaan Bemwaa addunyaa gadhiisee gara gammoojjii yeroo deemu, jireenya haaraa kanaaf gorsa faayidaa qabu akka isaaf kennu jaarsa qulqulluu tokkotti dhiyaatee "Maal gochuu qaba?" Jaarsi kun dubbii faarfannaa qulqulluu Daawit "Arraba koo malee karaa koo nan eega" jedhuun jalqabe. (Far 39:1) Abbaan Mwam jecha kitaabichaa kana yommuu dhaga'an, "Kun gahaadha yaa abbaa, hangan kana baradhee hojjedhutti barumsa haaraa na hin barsiisin" jedhan.
Guyyaa sana booda yeroo hedduu gara jaarsa sanaatti hin deebine. Gaaf tokko abbaan qajeelaan dulloomaan kun Mwaaniin wal arganii maaliif barnoota dabalataaf gara isaatti hin deebine jedhee gaafate. Innis, "Na amanaa abbaa, ani ammallee barumsa jalqabaa akka gaariitti hin baranne" jedhee deebiseef. Waggoota hedduu booda monokseen hiriyyaa isaa ta’e tokko jecha Nabi Daawit kan dhaga’e qo’achuun xumurteetta jedhee gaafate. Qulqulleessichis gad of qabuun "Dubbii raajii kana irratti xiinxaluu fi hojiitti hiikuuf waggaa afurtamii shan natti fudhate" jedhee deebiseef. Seenaa Abbaa Mwaa kan barreesse akka qulqulluu Paalaadiyoos jedhutti, Abbaan Mwaan jireenya callisaa guutuu ta'e jiraachaa kan turan yoo ta'u, yeroo du'a isaaniis "osoo akkana hin dubbannee natti tola" jedhee qalbii yakkamaa tokko malee nagaan boqotan. "
Qulqulluun Antiyoon yeroo tokko duuka buutota isaa akkas jedhee gorse: "Waaqayyo nama callisee akka ergamoota fuuldura isaa jiran keessaa tokkootti waan ilaaluuf callisaa." Kiristanumma immoo jiraadhaa
Kanaaf ergamoota waliin akka lakkaa'amnuuf waliin haa callisnu! 👉Maddi:-Caffee Mooraa Jimmaa
❤ 11🥰 11👍 8
Elige un Plan Diferente
Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.