cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

QORII_BEKUMSAA 🌍

Barnoota Diin Islaamaa Keessattuu seenaa ulamaaii teenyaa Hanga rabbiin nuuf laaffisetti barreeysuu Channel barumsa gargaraa irraa arkattu Itti wal afeeraa

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
1 033
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Obboleeysi keenya Ustaz Jafer Beyan Hujii boonsaa aarsaa meeqa itti kaffalee ummta islaamaatiif gumaache kana isin ummanni islaamaa kafaltii tokkoon malee bilaashitti gadi buufadhaa dubbisaa irraa fayyadamaa. ------------------------------------------------- Kitaaba Seenaa Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam gabaabinaan si barsiisu kana bilaashiin fudhu dubbisi https://drive.google.com/file/d/1Oy_rj-dmjD3v8QlIBL_nKazWd9km7wPn/view?usp=drivesdk
Mostrar todo...
Seenaa Nabiyyii for Ramadaan 2019.pdf

seenaa sh aliyyii caatee-٠٧-١٧ ١٩-٥٢-٤٠.m4a20.01 MB
Khams Rasail.pdf1.23 MB
4_5803141217994671800.pdf3.34 MB
اساسيات النحو العربي.pdf4.28 KB
Seenaa Sheekh Aadam Caffee ↪️Sheekha sheekootaa Aadam Dhaadhii ti Rabbiin Rahmata haa godhuuf february 8,2014 du,an ↪️Maqaan sheekh Aadam Caffee jedhamuun beekkama ↪️Sheekkootii biyya teenyaa gurguddoo beekkumsa islaamaatiin honga gahan hedduu bira dhaqee irraa barate ↪️Darasoonni gama hundaa Isa biratti walitti qabamanii ilmii inni sheekkootii isaatirraa amata dheeraaf barate irraa warraabatan ↪️Sheekh Aadam Caffee majlisa barsiisuun Ulamaa,oota hedduu oomishe Towhiida qulqulluu amantii Rasuulaa s.a.w facaasuun muslimoota bid,aa fii shirkii irraa akka fagaatan Diniinaa jiraate ↪️Sheekh Aadam Caffee balaa adda addaa munaafiqootaa fii warra Bid,aa irraa Isa dhaqqabuun hin olle ↪️Sheekkootiin isa biraa beekkumsa hedduu eega argatan eebbifaman hedduudha Lakkoofsa isaanii Rabbumaatu beeka Warreen beekkamoo Isa Biratti baratanii biyya fayyadan kanin Ani dhagaye waa xiqqo Sanirraa 1)sheekh Amin ibroo Daa,ii beekkamaan Isa tokko sheekh Amin ibroo Da,waa mi,oytuu godhuun afaan oromootiin warra da,waa godhu keessaa fakkaataan Isaa hin argamne . Hayyummaa fii mala itti nama gorsaniin Rabbiin Isa badhaasee jira . 2)sheekh muussaa kurfaa Rooqa (Rabbi jannataan haa qubsiisu ) 3)sheekh Bashiir Daa,ii fii imaam beekkamaa magaalaa machaaraa 4)sheekh Alii kaakumaa kan Naayroobiitti barsiisaa ture ↪️Amata 95 olitti hoggaa Ol dabran maanguddoomanii sagaleen isaanii hanga calliftuu barsiisuu itti fufan Booda barsiisuu dadhabanii barataa isaanii Coollee fii hayyuu sheekh Qaamuus majlisa isaanii akka irraa qabu itti ramadanii ibaadaaf achi bahan ↪️Sheekh Aadam Caffee guyyaa 8,February 2014 du,aan adunyaarraa gara jalqaba jiruu akhiiraa dabare ↩️ 🔄Ulamaa,ii akkanaa tanaatu diina keenya badii fii jallina hundarraa eegee asiin gahe Maaliif akka Libaanoosii Ahbaashii nuuf afeeran isaantu beeka.🔄 ```````````````````````````````````````` By muhaajir Abdisaa Seenaa ulamaa,ii baayyee baruuf Chanaala keenyaaf maatii tahaa telegram.me/QORIIBEKKUMSAA
Mostrar todo...
QORII_BEKUMSAA 🌍

Barnoota Diin Islaamaa Keessattuu seenaa ulamaaii teenyaa Hanga rabbiin nuuf laaffisetti barreeysuu Channel barumsa gargaraa irraa arkattu Itti wal afeeraa

Guyyaa tokko Nabiyyiin Aalamaa S.A.W Ka'abaa bira dhufee salaatuu eegale. Isaa salaataa jiru, Abuu Jahal (Abaarsi Rabbii irra haa jiraatuu) fagoorraa agare. Yeroo kana namoota isa wajji jiraniin "arra namicha kana isaa salaatu ajjeesuun" qaba ja'ee dhaadatee isaan biraa deeme. Namtichi hamaan kallattumaan gara Nabiyyii S.A.W qajeele. Osoo deemuu waa xiqqo malee Nabiyyiitti dhihaateera. Yeroo kanatti namni isaaniif tumsu tokkolleen hin turre. Abuu Jahal isaan ajjeesuuf isatti dhihaatee jira. Ergamaan S.A.W sujuuda bu'anii jiran.! Eenyumaatu irraa dhoorka laata ?! Waan ajaa'iba isinitti tahu namtichi abaaramaan kun eega waa xiqqo malee isaan bira gahe booda dhaabbate. Namoonni halaalaa isa daawwachaa turan "maaf dhaabbata?!" Jachuun ajaa'ibuu eegalan.! Kana booda Abbaan Jahal iddoo tana osoon dabarin, bakka irraa deemetti deebi'een. Namoonni inni dhaadatee biraa deeme "niin ajjeesa jattee deemte, maaf sodaattee deebita?!" Jachuun isa gaafatan. Hoggaa kana namtichi kun "ان بيني وبينه لخندقا من نار (Anaafi isa jidduu hallayyaa/qilee abiddaan guutamteetu ture.)" Jachuun isaaniif deebise. Eega salaata fixatan booda Nabiyyiin S.A.W akkana ja'an: والله لو دنا مني لااخطفته الملائكة عضوا عضوا Wallaahi! Osoo haga san caalaa natti dhihaatee, silaa Malaa'ikaan qaama isaa humna-humnatti cicciran ture! Maasha Allah! Hamtuu fi shira Diinaa hunda jalaa Rabbi isin haa baafatu !! Salawaata Nabiyyii keessan irratti buustanii, Seenaa bareedduu tana SHARE godhuu hin dagatinaa. Baarakallaahu fiikum!
Mostrar todo...
Jaalawwan Kiyya! Kennaa Rabbiin Ilmaan namaatiif Kenne keessaa gurguddoon Sadi (3). #Share_Waliif_Godhaa 1) Diin (Amantii Sirrii) 2) Sammuu 3) Haalaaf Amala gaariidha. Gaafa tokko Abdallah ilma Mubaarak gaafataman. «Islaamummaatti Aanee wanni Ilmi namaa qabaachuu qabu maali? Jedhamanii gaafataman. «Sammuudha» jechuun deebisan. Yoo san hin qabaanne hoo Jedhamanii gaafataman. «Haalaaf Amala gaariidha» jedhanii Deebisan. Yoo san Hin qabaanne hoo jedhamanii gaafataman. «Obboleessa Gaarii isa gorsuu danda'u» jedhanii deebisaniif. Yoo san hin qabaanne hoo jedhamanii gaafataman. «Yeroo Dheertuu Cal'isaan Dabarsuu» jechuun deebisan. Yoo San hin dandeenye hoo jedhamanii gaafataman. «Du'a tasaa Du'uutu Isaaf irra jira» . Jechuudhaan goolaban. “Sammuu dhabuu” jechuun Seeraan itti fayyadamuu dhabuu akka tehe hin dagatinaa. Sammuu Teenya beekumsa kuufachuun yoo itti hin fayyadamne Jiraachuun nama nuffisiisa. Sammuudhaan yoo waan haarawa hin dhiheessineef Har'aafi kaleen Isaa Wal fakkaatee hafa. Jireenya goonkuma jijjiirama hin qabne Kan hogguu irra deddeebi'amu tehee hafa. Jemal Sheikh Bakri @DrZakirNaikAfaanOromoo
Mostrar todo...
Seenaan Sheekh Haaji yuusuf Ciroo ↪️Maqaan guutuun sheekh Aadam Aliyyii Qumbii. Maqaan itti beekkaman Haaji yuusuf Cirooti ↪️Joollummaan amata 10 Osoo hin gahin barnoota Diinaa Qur,aana Rabbii haffazuun jalqabe san booda barnoota fiqhii hanga honga isii sheekkootii hedduurratti baratan ↪️Ulamaa,iin duraan majlisa barsiisaa turan darasaa isaanii wajjiin gama majlisa Haaji yuusuf Dhufan sheekkoottii fii darasaan bakkatti ilmii Isaanii bal,oo irraa warraabbatanii ijaazaa irraa fudhachaa gama barsiisuu deebi,an . ``````````````````````````` By muhaajir Abdisa Seenaan sheekh Haaji yuusuf Ciroo heedduu dubbifne garuu isiniif barreeysuuf yaroo dhabne Hanganaahuu diiqamnee ti Nama akkaan seenaa ajaaibaa qabu wly Inshaa Allah yoo Rabbiin jadhe irra deebinaa arraaf Han ganuma guddii fadhaa telegram.me/QORIIBEKKUMSAA
Mostrar todo...
QORII_BEKUMSAA 🌍

Barnoota Diin Islaamaa Keessattuu seenaa ulamaaii teenyaa Hanga rabbiin nuuf laaffisetti barreeysuu Channel barumsa gargaraa irraa arkattu Itti wal afeeraa

معاصي اللسان تحتاج إلى جهاد 🌱 قال ابن القيم رحمه الله : 🔸ولهذا كان الصبر عن معاصي اللسان والفرج من أصعب أنواع الصبر لشدة الداعي إليهما وسهولتهما فإن معاصي اللسان فاكهة الإنسان : ▪ كالنميمة ▪ والغيبة ▪ والكذب ▪ والمراء ▪ والثناء على النفس تعريضا وتصريحا ▪ وحكاية كلام الناس ▪ والطعن على من يبغضه ▪ ومدح من يحبه ▪ ونحو ذلك فتتفق قوة الداعي وتيسر حركة اللسان فيضعف الصبر. ↩ ولهذا قال صلى الله عليه وسلم لمعاذ : «أمسك عليك لسانك» فقال : وإنا لمؤاخذون بما نتكلم به؟ فقال : «وهل يكب الناس في النار على مناخرهم إلا حصائد ألسنتهم؟» 🔹ولا سيّما إذا صارت المعاصي اللسانية معتادة للعبد فإنه يعز عليه الصبر عنها ↩ ولهذا تجد الرجل يقوم الليل ويصوم النهار ويتورع من استناده إلى وسادة حرير لحظة واحدة : ◀ ويطلق لسانه : ▪في الغيبة والنميمة ▪والتفكه في أعراض الخلق ▪والقول على الله ما لا يعلم 📝 المصدر : [عدة الصابرين (126_127)] 🍋🍋🍋🍋🍋🍋🍋🍋
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.