cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

KUSH FASHION

Create Share for your friends We make - logo - banner - album art(poster design) - photo editing For promotion contact @Abenether or @abenezeryohannes We sell channels do promotions Open and prepare channels ☞ For Editing @Yabsuye22

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
2 165
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
Y.K ONLINE STORE

🛍አዳዲስ ልዩ ፋሽን🛍 ልብሶች👗 ጫማዎች 👠 ቦርሳዎች 👜 ልዩ ልዩ ጥራት ያላቸው የፋሽን ልብሶች ከ ኢሌኒ የፋሽን አልባሳት ስብስብ ያገኛሉ 🛍ይዘዙን ይጠይቁን በብዛት መውስድ ለሚፈልግ ልዩ ቅናሽ አለን 👉Order from shein.com and alibaba.com 👉እኛን ለማግኘት ከፈለጉinboxor call ደውለው ያናግሩን inbox:- @kebii68📞 0968413796,0911308541

Repost from School Tech®
Photo unavailableShow in Telegram
Mostrar todo...
Repost from School Tech®
Hi
Mostrar todo...
Repost from School Tech®
koompitara irratti Amiriffaan barreessu beektu? Ariitidhaanis ni barreessitu? odeeffannoo fayyaduudha waliif share godha. @free_ict_group ◕ሀ➭H_ሁ➭Hu_ሂ➭Hi_ሃ➭Ha_ሄ➭Hy_ህ➭He_ሆ➭Ho ◕ለ➭L_ሉ➭Lu_ሊ➭Li_ላ➭La_ሌ➭Ly_ል➭Le_ሎ➭Lo ❖ሐ➭Shift+h_ሑ➭Shift+hu_ሒ➭Shift+hi_ሓ➭Shift+ha_ሔ➭Shift+hy_ሕ➭Shift+he_ሖ➭Shift+ho ◕መ➭M_ሙ➭Mu_ሚ➭Mi_ማ➭Ma_ሜ➭My_ም➭Me_ሞ➭Mo ❖ሠ➭Shift+s_ሡ➭Shift+su_ሢ➭Shift+si_ሣ➭Shift+sa_ሤ➭Shift+sy_ሥ➭Shift+se_ሦ➭Shift+so ◕ረ➭R_ሩ➭Ru_ሪ➭Ri_ራ➭Ra_ሬ➭Ry_ር➭Re_ሮ➭Ro ◕ሰ➭S_ሱ➭Su_ሲ➭Si_ሳ➭Sa_ሴ➭Sy_ስ➭Se_ሶ➭So ❖ሸ➭Shift+s_ሹ➭Shift+su_ሺ➭Shift+si_ሻ➭Shift+sa_ሼ➭Shift+sy_ሽ➭Shift+se ሾ➭Shift+so ◕ቀ፡➭Q ቁ፡➭Qu ቂ፡➭Qi ቃ፡➭Qa ቄ፡➭Qy ቅ፡➭Qe ቆ፡➭Qo ◕በ፡➭B ቡ፡➭Bu ቢ፡➭Bi ባ፡➭Ba ቤ፡➭By ብ፡➭Be ቦ፡➭Bo ◕ተ፡➭T ቱ፡➭Tu ቲ፡➭Ti ታ፡➭Ta ቴ፡➭Ty ት፡➭Te ቶ፡➭To ◕ ቸ፡➭C ቹ፡➭Cu ቺ፡➭Ci ቻ፡➭Ca ቼ፡➭Cy ች፡➭Ce ቾ፡➭Co ◕ነ፡➭N ኑ፡➭Nu ኒ፡➭Ni ና፡➭Na ኔ፡➭Ny ን፡➭Ne ኖ፡➭No ❏ኘ፡➭Shift +n ኙ፡➭Shift +nu ኚ➭Shift+ni ኛ፡➭Shift +na ኜ፡➭Shift +ny ኝ፡➭Shift + ne ኞ፡➭Shift +no ◕ከ፡➭Ka ኩ፡➭Ku ኪ፡➭Ki ካ፡➭Ka ኬ፡➭Ky ክ፡➭Ke ኮ፡➭Ko ❖ ኸ ☛capslock + Shift + h ኹ ☛capslock + Shift + hu ኺ ☛capslock + Shift + hi ኻ ☛Capslock + Shift + ha ኼ ☛Capslock + Shift + hy ኽ ☛Capslock + Shift + he ኾ ☛Capslock + Shift + ho ❏ኀ፡➭ Capslock + H ኁ፡➭ Capslock + HU ኂ፡➭Capslock + HI ኃ፡➭Capslock + HA ኄ፡➭Capslock + HY ኅ፡➭Capslock + HE ኆ፡➭Capslock + HO ❏አ፡➭Capslock X ኡ፡➭Xu ኢ፡➭Xi ኣ፡➭Xa ኤ፡➭Xy እ፡➭Xe ኦ፡➭XoDe ❖ዐ፡➭Shift +x ዑ፡➭Shift +xu ዒ➭Shift +xi ዓ፡➭Shift +xa ዔ➭Shift +xy ዕ፡➭Shift +xe ዖ➭Shift +xo ✪ወ፡➭W ዉ፡➭Wu ዊ፡➭Wi ዋ፡➭Wa ዌ፡➭Wy ው፡➭We ዎ፡➭wo ✪ዘ፡➭Z ዙ፡➭Zu ዚ፡➭Zi ዛ፡➭Za ዜ፡➭Zy ዝ፡➭Ze ዞ፡➭Zo ❏ዠ፡➭Shift + Z ዡ፡➭Shift + Zu ዢ፡➭Shift + Zi ዣ፡➭Shift +Zaዤ፡➭Shift + Zy ዥ፡➭Shift +Ze ዦ፡➭Shift + Zo ✪ፈ፡➭F ፉ➭Fu ፊ፡➭Fi ፋ፡➭Fa ፌ፡➭Fy ፍ፡➭Fe ፎ፡➭Fo ✪ ፐ፡➭P ፑ፡➭Pu ፒ፡➭Pi ፓ፡➭Pa ፔ፡➭Py ፕ፡➭Pe ፖ፡➭Po ✪ገ፡➭G ጉ፡➭Gu ጊ፡➭Gi ጋ፡➭Ga ጌ፡➭Gy ግ፡➭Ge ጎ፡➭Go ✪ደ፡➭D ዱ፡➭Du ዲ፡➭Di ዳ፡➭Da ዴ፡➭Dy ድ፡➭ዶ፡Do ❏ጠ፡➭Shift + t ጡ፡➭Shift + tu ጢ፡➭Shift + ti ጣ፡➭Shift+ta ጤ፡➭Shift + ty ጥ፡➭Shift + te ጦ፡➭Shift + to ❏ጨ፡➭Shift +c ጩ፡➭Shift +cu ጪ፡➭Shift +ci ጫ፡➭Shift+caጬ፡➭Shift +cy ጭ፡➭Shift +ce ጮ: ➭Shift +co ❏ጸ፡➭Capslock + t ጹ፡➭Capslock + tu ጺ፡➭Capslock + ti ጻ፡➭Capslock + ta ጼ፡➭Capslock + ty ጽ፡➭Capslock + t ጾ፡➭Capslock + to ❖ ፀ➭☞Capslock+Shift+t ፁ➭☞Capslock+Shift+tu ፂ➭☞Capslock + Shift + ti ፃ➭☞Capslock + Shift + t ፄ➭☞Capslock + Shift + ty ፅ➭☞Capslock + Shift + te ፆ➭☞Capslock + Shift + to ✪ጀ፡➭J ጁ፡➭Gu ጂ፡➭Ji ጃ፡➭Ga ጄ፡➭Gy ጅ፡➭Ge ጆ፡➭Jo ✪ቨ፡➭V ቩ፡➭Vu ቪ፡➭Vi ቫ፡➭Va ቬ፡➭Vy ቭ፡➭Ve ቮ፡➭Vo ▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁ ቋ➭Capslock+qwa ቧ➭Capslock+bwa ቷ➭Capslock+twa ኟ➭Capslock +Shift+nwa ቿ➭Capslock+cwa ሟ➭Capslock+mwa ቷ➭Capslock+twa ጓ➭Capslock gwa ፏ➭Capslock+fwa ሯ➭Capslock +rwa ዷ➭Capslock+dwa ቯ➭Capslock+vwa ኋ➭Capslock+hwa ዟ➭Capslock+zwa ዧ➭Capslock+Shif+zwa ኗ➭Capslock+nwa ሏ➭Capslock+lwa ኳ➭Capslock+kwa ሷ➭Capslock+swa ጇ➭Capslock+jwa ጧ➭Capslock+twa @samitecno share 🤖
Mostrar todo...
❤️ ❤️❤️Chanaaloota Babareeddoo Lama isiinif qabaane dhihaane jiraa 😎💕💕💕💕 JOIN JECHUUN BOHAARA BASHAANANAA ☺️☺️☺️
Mostrar todo...
VIDIIYO TIKTOKII 😁
⚽️Ispoortii Afaan Oromoo
JOIN
Bohaartii Afaan Oromoo😊😁

🔥These are the top 10 latest technologies of 2022:👏 1.Artificial Intelligence. 2.Robotic Process Automation (RPA) 3.Internet of Things (IoT) 4.Intelligent Apps. 5.5G. 6.Machine Learning. 7.Blockchain. 8.Cognitive Computing 🔥@samitecno🔥 🔥@samitecno🔥 🔥@free_ict_group🔥
Mostrar todo...
👍
❤️
👏
Wayita bilbila haaraa 'smartphone' bitnu wantoota sirriitti adda baafannee beekuu qabnu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 1. Processor: nama yeroo hedduu bilbila fayyadamu yoo taane jechuunis photo/video/document fi kkf edit kan goonu akkasumas online video stream kan fayyadamnu taanaan bilbila processor isaa Qualcomm Snapdragon 652 ykn Snapdragon 820/821 ta'e filachuun gaariidha. Namoota kaaniif garuu MediaTek processor filatamaadha . ✅ kanaafuu bilbila tokko bitu keenyaan duratti processing speed(saffisa inni ittiin hojii kennameef tokko hojjetu) GigaHertz (GHz) dhaan ibsamu sana ilaaluu qabna. Speed(saffisa) isaa olka'aa taanaan(jechuunis GHz guddaa), processor isaa illee ariifataa ta'a. 2. Camera Suuraawwan garaa garaa kaasuu akkasumas ofiif illee ka'uuf fedhii kan qabnu taanaan kaameeraan fuulduraa(front) osoo 8MP fi sanaa ol kan duubaa(rare) immoo 12MP ykn 16MP fi sanaa ol tahun isaa filatamaadha. 3. Battery Bilbila keenyatti nama baayye fayyadamnu yoo taane fi application garaa garaa banuudhaan kan dhimma itti baanu, dabalataanis online video stream ni fayyadamna taanaan smartphone kan battery isaa 4000mAh fi isaa ol tahe ta'uu qaba. Namoota giddu galeessaan itti fayyadamaniif garuu 3000mAh-3500mAh gahaadha. 4.Memory Bilbilli keenya memory gosa 2 akka inni qabu beekamaadha. √ Read Only Memory (ROM) fi √ Random Access Memory (RAM). 👉RAM processor waliin ta'uudhaan operation ykn hojiilee hojjatamanuu fi ariitii bilbila keenyaa murteessuu irratti gahee olaanaa taphata. 👉ROM(internal storage) immo waayee storage(kuusaa) isa ilaallatta. Wantoota akka video, photo, music,files OS, application fi kkf kuusuuf(store) gochuuf gargaara. Nama bilbila isaatti baayye dhimma bahuuf 👌RAM 3GB ykn 4 GB fi ol 👌ROM 32GB ykn 64 GB fi ol gaariidha. 5. Mobile Network Guyyaa har'aa biyya keenya keessatti 4G bakka baayyetti waan babal'ateef akkasumas interneeta saffisa olaanaan fayyadamuuf bilbila network isa 4G support godhu ykn qabu bituun barbaachisadha. 6. Operating System (OS) Android fi iOS keessaa tokko filanna, garuu biyya keenya keessatti android baayyinaan gabaa irra waan jiruu fi tajaajila isa illee salphaatti argachuu waan dandeenyuuf filannoon keenya isa osoo tahe gaariidha. 👉Android kun haaromsa(version) garaa garaa waan qabuuf jalqaba sana ilaaluutu nurra jiraata. 👉Android 9 fi Android 10 version (haaromsa) dhiheenyaati waan ta'aniif jarreen kana keessa tokko osoo tahe gaaridha. sababiin isaas application dhiyeenya bahaa jiran android version dhiheenya(latest) tahan qofa irratti dalagu waan taheef. 7. Security Security kanneen akka fingerprint sensors,face unlock ykn iris sensors osoo qabaatee nageenyummaa barbaachisaa tahe bilbila keenyaaf kennuu danda'a. Irra jireessaan yoo faayila baayyee of eegganno barbaadan kanneen akka document fi media files jechuunis photo video fi kkf qabaanne ibsitun kun (feature)akka password tti illee dabalataan nu tajaajilu danda'aa Channel keenya join, like fi share gochuu hindagatina. 🙏🙏🙏👇👇👇🙏🙏🙏 @samitecno 🔥@free_ict_group🔥