cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Odeeffannoo onnachiisoo ❤️❤️❤️👍🙏

Sirni Gadaa wantoota safuufi safeeffannaa ta'an hunda kan Barsiisuu fi kan hubachiisudha.

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
567
Suscriptores
-224 horas
-47 días
-1130 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
QOOSAA BASHANNANSIISOO FI BARSIISOO HAALA TAPHAAN QOPHAA'AN .

QOOSAA BASHANNANSIISOO FI BARSIISOO HAALA TAPHAAN QOPHAA'AN On this Channel, you'll find Oromo Motivational speeches, tech technology, and following your passion, solely made to help people find their real passion and accuracy, and work towards meaningful lives life. Afaan Oromoo, Motivational Speech is the biggest and the best motivational and inspirational YouTube channel producing quality videos in AFAAN OROMOO language to help Ethiopians to be inspired, and motivated through life for those that are courageous enough to take a stand towards changing their lives and changing their dreams. Motivation is very important in a person's life, it's like following your passion and this channel is solely made to help people find their real passion, accuracy/accuracy, and work to ward it meaningful lives life. Qubee Afaan Oromoo Dubbisuu,Barreessuu barachuu, Afaan Oromoo Motivational,Afaan Oromoo Diraamaa.

2
Mostrar todo...
Sirboota bara 1965 Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Mararoo

Sirboota bara 1965 Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Mararoo

1
Mostrar todo...
ODUU GADDAA JAAL-BATTEE URGEESSAAN MAGAALAA MAQIITTI AJJEEFAMAN

ODUU GADDAA JAAL-BATTEE URGEESSAAN MAGAALAA MAQIITTI AJJEEFAMAN On this Channel, you'll find Oromo Motivational speeches, tech technology, and following your passion, solely made to help people find their real passion and accuracy, and work towards meaningful lives life. Yeroo hundumaa hojii jaallattu hordofi.humna jaalala si keessa jiru eenyu illee qabee dhaabuu hin danda'u. Afaan Oromoo, Motivational Speech is the biggest and the best motivational and inspirational YouTube channel producing quality videos in AFAAN OROMOO language to help Ethiopians to be inspired, and motivated through life for those that are courageous enough to take a stand towards changing their lives and changing their dreams. Motivation is very important in a person's life, it's like following your passion and this channel is solely made to help people find their real passion, accuracy/accuracy, and work to ward it meaningful lives life. Qubee Afaan Oromoo Dubbisuu,Barreessuu barachuu, Afaan Oromoo Motivational,Afaan Oromoo Diraamaa.

Mostrar todo...
Hibboo/Oromo Riddles Episode 2

Hibboo/Oromo Riddles Episode 2 On this Channel, you'll find Oromo Motivational speeches, tech technology, and following your passion, solely made to help people find their real passion and accuracy, and work towards meaningful lives life. Yeroo hundumaa hojii jaallattu hordofi.humna jaalala si keessa jiru eenyu illee qabee dhaabuu hin danda'u. Afaan Oromoo, Motivational Speech is the biggest and the best motivational and inspirational YouTube channel producing quality videos in AFAAN OROMOO language to help Ethiopians to be inspired, and motivated through life for those that are courageous enough to take a stand towards changing their lives and changing their dreams. Motivation is very important in a person's life, it's like following your passion and this channel is solely made to help people find their real passion, accuracy/accuracy, and work to ward it meaningful lives life. Qubee Afaan Oromoo Dubbisuu,Barreessuu barachuu, Afaan Oromoo Motivational,Afaan Oromoo Diraamaa.

Mostrar todo...
OG-AARTII,Kutaa 5ffaa,Boqonnaa 2ffaa,Barannoo 1ffaa,Dandeettii Kalaqaa.

Mostrar todo...
Gadaa kutaa 1ffaa Boqonnaa 1ffaa fi 2ffaa Tokkeen Maalii fi Waa Jajuu~Tokkeen maalii Tokkeen....!

Gadaa kutaa 1ffaa Boqonnaa 1ffaa fi 2ffaa Tokkeen Maalii fi Waa Jajuu ~Tokkeen maalii Tokkeen Tokkichumaa ~Lameen maalii? Lameen mucha Re'ee. ~Sadeen Maalii? Sadeen sunsuummanni. ~Arfan Maalii? Arfan muchaa saawwaa. ~Shanan maalii ? Shanan quba harkaa. ~Jahan Maalii? Jahan jabbii qaraxaa. ~Torban maalii? Toorban naannoo sanbataa. ~Saddeettan maalii? Saddeettan ilmaan leencaa. ~Salgan maalii? Salgan yaa'ii Booranaa. ~Kurnan maalii? Kurnan boolla saddeeqaa.

1
Mostrar todo...
HIRIYYAA DHUGAA Dargaggeessa abbaan isaa isa qofa qabuu fi baay'ee wal jaallatan tokkotu ture.

HIRIYYAA DHUGAA Dargaggeessa abbaan isaa isa qofa qabuu fi baay'ee wal jaallatan tokkotu ture. Abbaan isaa yeroo hundumaa fakkeenyaan waa isa barsiisa ture. Dargaggeesichis hojii isaatti nama milka'aa fi ko'ommataa ture. Osoma hojiin isa mudduu bar tokko akka fuudhuu barbaadu abbaa isaatti himate. Abbaan isaas baay'ee gammade. Dargaggeessichis michuu baay'ee jaallatu akka qabuu fi yeroo murtaa'een boodas haadha manaa isaa godhachuu akka qabu itti himate. Yaaddoon isaa garuu waan tokko ture. Innis, yeroo waan hin qabneef akkamiin akka qophii cidha isaa sana xumurratuu dha. Yaaddoo isaas abbaa isaa isa ogeessatti himate. ■ Abbaan isaas waan hundumaa salphaatti akka isaaf xumuruu fi yeroo hundumaa akka isaa wajjin jiru itti hime. Dargaggeessichis baay'ee gammade. Dhuma irrattis guyyaa cidha isaatii sana hiriyyoota isaa akka isaan irraa hafan hin barbaannee fi baay'ee jaallatu akka qabu abbaa isaatti himate. Akka abbaan isaa isaan waamuufis maqaa fi lakkoofsa bilbilaa isaanii toora galchee kan namoota shantamaa itti kenne. ■ Qopheen hundumtuu dhumee guyyaan cidha isaas ga'e. Hiriyyoota isaa waliin seenaa dheeraa qaban, wajjin nyaatanii wajjin dhugan, karaa dheeraa waliin deemanii fi gatii baay'ee waliif baasaa turan, warra waadaa baay'ee waliif seenuun irbuu qaban eeguun ittuma fufe. Namni galma guddaa cidhaaf qophaa'e keessatti argame garuu namoota shantama keessaa kudha saddet qofa turan. Dargaggeessichis abbaa isaa bira deemee, "Abbaa koo hiriyyoota koo naaf waamteetta? jedheen. Abbaan isaas, "Eeyyeen ilma koo siif waameera" jedheen. Gurbaanis, "Ani akka ati isaan waamtuuf maqaa fi bilbila hiriyyoota koo shantamaan sitti kenne. Kan dhufe garuu nama kudha saddeet qofa. Akkamitti hiriyyoonni koo waamamanii cidha koo irraa hafuu?" jedheen. ■ Abbaan isaas, "Ani nama shantaman siif waame. Kanan isaan waame garuu cidhatu jira jedhee osoo hin taane, rakkoo hamaa keessa seenee jira. Isiniin ala nama waammatu akka hin qabne natti himate. Rakkoo hamaa isa mudate kana keessatti immoo gargaarsa keessan barbaadaa qaqabadhaa jedheetan waamee. Kanaaf hiriyyoonni kee warri dhugaan warra rakkina kee keessatti si qaqabachuu dhufe kanadha waan ta'eef hundumti isaanii as jiru. Warra kaan immoo ati bilbiliifii cidhan qaba, nyaataa fi dhugaatiin qopheessee jira. Kanaaf kottaa waliin nyaannee dhugnee gammannaa jedhiiti waami ni dhufuu!" jedhee deebiseef! ERGAA KOO: ➨ Obboloota koo nuti bara jiraannu hundumaa keessatti hiriyyoota baay'ee horanneerra. Daa'imummaatti warra wajjin taphanne, Mana barumsaa sadarkaa gadiitti kan wajjin baranne, mana barumsaa sadarkaa tokkoffaatti kan wajjin wal barre, qophaa'insatti kan wajjiniin waan baay'ee keessa darbine, kolleejjiitti kan wajjin karaa dheeraa deemnee rakkoof dhiphuu baay'ee dhandhamne, kan wajjin daldallee fi wajjin waajjira tokko keessa hojjenne danuu qabna. ➨ Baay'een isaanii nu dhiisanii sokkaniiru. Baay'een isaanii nu irraanfataniiru. Isaan kaan kan wajjin kolfinu. Isaan kaan immoo kan wajjin nyaannee dhugnu turan. Amma ammaatti kan nu wajjin jiran, rakkannee waamnee nu cinaatti argamuu kan danda'an warra nuti hiriyyaadha jennee horanne sana hundumaa miti. ➢ Hiriyyaa dhugaan yoo jiraate kan guyyaa gammachuu qofa osoo hin taane kan guyyaa gaddaatis. ➢ Kan guyyaa bal'inaa qofa osoo hin taane kan guyyaa rakkinaatis. ➢ Kan guyyaa dhabuu fi argachuuti. ➢ Eeyyeen, hiriyyaa dhugaan kan yeroo hundumaa ti. Waaqayyo kuma afeerraa keenya dhufee rakkoo keenya baqatu irra, tokkicha yeroo hundumaa nuuf argamu nuuf haa kennu. Waaqayyo ofii isaatii abbaa amanamaa isa yeroo hundumaa nuuf argamu waan ta'eef, hiriyyaa nuuf argamuu danda'us ofii isaatii nuuf haa kennu! Ameen! Gatiin Namaa Guddaadha!

1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.